Odaa Technology Team
2.15K subscribers
1.23K photos
92 videos
5 files
1.24K links
Barnoota Teknolojiin wal qabatan hundaa asii argattu.
Download Telegram
Ni fakkaataaree dubbiin kunπŸ˜‘
Ijoolleen waggaa 12 suuraayyuu akkanatti ka'uu dandeessiree😁😁😁
Nama yeroo bunda umrii isaa sirrii himachuu hin jaalanne kanneen mee maal jennee maqaa moggaasnuf?
#BAGA_GAMMADDAN

Qabxiin seensa Remedial barattoota kutaa 12ffaa Ifoomee jira.

➑ Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaatiin Barattoota Dhiiraaf 216

➑ Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaatiin Barattoota Dubartootaaf 204

➑ Barattoonni saayinsii uumamaa fi hawaasummaa naannoolee guddatootaa fi Horsiisee bulaatiif saala lamaaniif 198

➑ Saayinsii Hawaasaa fi saayinsii Uumamaa Barattoota Gurraan hin dhageenyeef Saala Lamaan 198

➑ Saayinsii Hawaasaa fi saayinsii Uumamaa Barattoota qaro Dhabeeyyiif Saala Lamaan 165

Walumaagalatti, dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa galanii sagantaa barnootaa Remedial Hordofuuf qabxii 33% fi isaa ol fiduu qabu.

Maddi :- Ministry of Education Ethiopia
❀2
❀1
Obbolaadhamoo maaliif akkanatti wal fakkaatu?
❀1
#Oduu_Gaddaa😭😭

Abbaan barataa qaxalee #Kaalid Obbo Bashiir Hasan du'aan addunyaa kanarraa darban. Baayyee nama gaddisiisa, rabbi maatiifi firoottan maraaf jajjabina haa kennu!!
"Using the uploaded pictures 100% exactly faces A couple, one person standing behind the other with their arms around them, both looking at the camera. The person in front is wearing a floral dress, and the person behind is wearing a plain t-shirt. They are in an indoor setting with a simple, slightly blurred background.
❀2
Suuraa eenyutu irra bareedee kaafamee?
#NamummaaπŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
#humanity
"Dhukkubbii haadha deessuu fe’ee jiruu argee dhiisuu hin dandeenye. Imimmaan ishee yeroon argu baay'een dadhabe. Achi taa'ee boo'e. Garuu boo'ichi koo daa'ima baraaruu hin dandeenye. Baay'een gadde." - Konkolaachisaa Ambulaansii

Godina Goofaa naannoo Meloo Gadaa keessatti konkolaachisaan ambulaansii tokko haadha tokko gara hospitaalaatti geessaa utuu jiruu ambulaansii isaa dhoqqee keessatti qabamte. Suuraan konkolaachisaan kun dhoqqee keessa taa'ee erga ishee baasuuf waan danda'u hundaan godhee booda taa’ee boo'u dha.

Please share share godhaa nama irraa barate haadha ulfaaf garaa laafu tokkotu jiraachuu danda'aπŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
πŸ‘1
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

This is my face, use the character in the image, dont change the face. Hyper-realistic stylish fashion editorial photo of a boy model wearing an oversized red sweatshirt and white sweatshorts, paired with red sneakers. A soft green studio backdrop with soft cinematic lighting, highlighting textures, futuristic editorial style, model sittang elegantly, head slightly tilted, relaxed posture. Vertical 4:10
❀3