Ayi Afrikaaπππ
Namni dhuunfaa Pireezidaantiin Tuuniziyaa qeeqe duuti itti murtaa'e.
Manni murtii Tuuniziyaa nama waggaa 51 Pireezidaantii Kaayis Saayid Feesbuukii irratti qeeqeerratti murtii duβaa itti murteessuu isaa TRT Africa gabaaseera.
Himatamaan maqaan isaa hin ibsamne kun himannaa sadii mootummaa kuffisuuf yaaluu, pireezidaanticha arrabsuu fi odeeffannoo sobaa toora interneetii irratti tamsaasuun yakkamaa taβuun isaa gabaasni kun ni mulβisa.
Himatamaan kun Jimaata darbe murtii argachuuf mana murtiitti kan dhiyaate yoo taβu, abbaan murtii seera adabbii Tuuniziyaa keewwata 54 fi seera yakka saayibarii bara 2022tiin jeequmsa kakaasuu fi walitti bu'iinsa kakaasuun yakkamaa taβuu isaa murteesse.

Gabaasni kun murtiin du'aa akka Itti murtaa'e ibseera. Abukaatoon himatamaa kun akka jedhetti namichi waggaa tokko mana hidhaa keessa akka ture, abbaa ijoollee sadii akka taβee fi miidiyaa hawaasaa irratti beekumsa xiqqaa akka qabu ibseera.
''Barreeffamoonni inni ittiin himataman harki caalaan isaanii kan isaa osoo hin taane, waraabanii fuula biroo irratti maxxansaniiru,'' jedha abukaatoon kun.
Namichi kun nama miidiyaa hawaasaa irratti dhiibbaa guddaa geessisu akka hin taane, akkasumas barreeffamoonni inni himatame tokko tokko like tokkollee akka hin arganne dubbateera.
Kun murtii du'aa Tuuniziyaa keessatti miidiyaa hawaasaatiin walqabatee yeroo jalqabaati.
Gabaasni kun manneen murtii Tuuniziyaa yeroo baay'ee murtii duβaa akka murteessan kan ibsu yoo taβu, carraan murtiin isaanii yeroo baayβee hojiirra ooluu isaa garuu xiqqaadha jedhan.

β€4
Dhiira salphaa hin se'inaa.π₯π₯π₯ Dhiirri tokko kophaa isaa dubartoota addunyaa kanaarra jiran guutuu kophaa isaa ulfeessuu danda'a.π Dhiirri fayya qabeessi tokko guyyaa 13 keessatti sanyii kormaa (ispeermii) dubartoota guutuu addunyaa kanaa mara ulfeessuu danda'u dhangalaasuu danda'a.
π2
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Ijoolleen kun baay'ee danda'u dhugaaπ₯π₯π₯
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Deebiin kun sirrii ta'uu hin danda'u?
β€1
Ni fakkaataaree dubbiin kunπ
Ijoolleen waggaa 12 suuraayyuu akkanatti ka'uu dandeessireeπππ
Nama yeroo bunda umrii isaa sirrii himachuu hin jaalanne kanneen mee maal jennee maqaa moggaasnuf?

#BAGA_GAMMADDAN
Qabxiin seensa Remedial barattoota kutaa 12ffaa Ifoomee jira.
β‘ Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaatiin Barattoota Dhiiraaf 216
β‘ Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaatiin Barattoota Dubartootaaf 204
β‘ Barattoonni saayinsii uumamaa fi hawaasummaa naannoolee guddatootaa fi Horsiisee bulaatiif saala lamaaniif 198
β‘ Saayinsii Hawaasaa fi saayinsii Uumamaa Barattoota Gurraan hin dhageenyeef Saala Lamaan 198
β‘ Saayinsii Hawaasaa fi saayinsii Uumamaa Barattoota qaro Dhabeeyyiif Saala Lamaan 165
Walumaagalatti, dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa galanii sagantaa barnootaa Remedial Hordofuuf qabxii 33% fi isaa ol fiduu qabu.
Maddi :- Ministry of Education Ethiopia

β€2
#Oduu_Gaddaaππ
Abbaan barataa qaxalee #Kaalid Obbo Bashiir Hasan du'aan addunyaa kanarraa darban. Baayyee nama gaddisiisa, rabbi maatiifi firoottan maraaf jajjabina haa kennu!!

"Using the uploaded pictures 100% exactly faces A couple, one person standing behind the other with their arms around them, both looking at the camera. The person in front is wearing a floral dress, and the person behind is wearing a plain t-shirt. They are in an indoor setting with a simple, slightly blurred background.
β€2
#Namummaaπππππ
#humanity
"Dhukkubbii haadha deessuu feβee jiruu argee dhiisuu hin dandeenye. Imimmaan ishee yeroon argu baay'een dadhabe. Achi taa'ee boo'e. Garuu boo'ichi koo daa'ima baraaruu hin dandeenye. Baay'een gadde." - Konkolaachisaa Ambulaansii
Godina Goofaa naannoo Meloo Gadaa keessatti konkolaachisaan ambulaansii tokko haadha tokko gara hospitaalaatti geessaa utuu jiruu ambulaansii isaa dhoqqee keessatti qabamte. Suuraan konkolaachisaan kun dhoqqee keessa taa'ee erga ishee baasuuf waan danda'u hundaan godhee booda taaβee boo'u dha.
Please share share godhaa nama irraa barate haadha ulfaaf garaa laafu tokkotu jiraachuu danda'aππππ

π1