Odaa Tarbii
25.3K subscribers
197 photos
27 videos
8 files
461 links
International Spokesperson of the Oromo Liberation Army
Download Telegram
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
★  #Gadda😥😥

Aana Qarsaa Maallimaa keessa Gafaa Guraandhala 22/2024 ykn 12/06/016 Namoota 4 Dhiira 4 fi Dubartii tokko Daandii Gubbaati osoo hawwaasni ilaalu ajjefye Kan Maqaa Amma Nu gahe Kunooti
1). #Geetuu
2). #Dajanee
3). #Shittoo Yoo ta’an Nama Lama immoo maqaan nun geenye. Gumaan keessan Dachaan baati. Maatifi Firootaf Jajjabina Hawwina.

መረጃ፦አሁን በደረሰን መረጃ ይህ ድርጊት የተፈጸመው በቀርሳ ማሊማ ወረዳ በ22/02/24 እንደሆነ ታውቀዋል የተያዙትም 4 ወንዶችና 4 ሴቶች ሲሆኑ አንደኛዋን ሴት ህዝብ እያየ አደባባይ ላይ ሲረሽኗት ለአሁን ስማቸው የደረሰን
1- #ጌቱ
2- #ደጀኔ
3- #ሽቶ
ይባላሉ የሁለቱ ስም ለጊዜው አልደረሰንም.....ለቤተሰቦቻቸው መጽናናትን እየተመኝን.....
የናንተን ደም በደም ለመበቀል ዛሬም ወንድሞቻችሁ በደጅ አለን!!!!