Forwarded from Odaa App Store
Forwarded from Odaa App Store
seenaa_goototaa_oromoo.apk
4.8 MB
Seenaa gabaabaa Gootota, hayyoota, Sabboontota, Artistoota, wareegamtoota, Qabsaaβotaβ¦. Oromoo Baranee wal barsiisuuf martinuu irratti haa hirmaanu.
Forwarded from Odaa App Store
Forwarded from Odaa App Store
Seenaa gabaabaa Gootota, hayyoota, Sabboontota, Artistoota, wareegamtoota, Qabsaaβotaβ¦. Oromoo Baranee wal barsiisuuf martinuu irratti haa hirmaanu. https://play.google.com/store/apps/details?id=com.redfox.seenaagootota
Forwarded from Odaa App Store
Forwarded from OS tech solutions (Fuad Moh)
@orosoft #orosoft
Uf eeggannoo yeroo interneetii fayyadamnu gochuu qabnu!
-
-
Yeroo interneetii fayyadamnu uf eeggannoo gahaa yoo hin taasisnu ta'e, haakaroonni akkuma salphatti odeeffannoowwan keenya gara garaa argachuu danda'u. nutis har'a interneetii irratti uf eeggannoowwan godhamuu qabamu haala armaan gadii kanaan isiniif tarreessinee jirra.
-
1. Linkii ykn attachment argite hunda irratti click hin godhin.
-
Malli sobanii linkii nama tuqsisuu kun mala baay'inaan haakaroonni fayyadamaniidha. isaanis linkichi yoo tuqame, marsaa gaarii hin taanetti nu geessuu danda'u. dabalataan attachment gara garaa akka bannu nu ajajuun kompiitara keenya miidhuu danda'u. isa kana salphumatti jala darbuuf ergaan siif ergame kun eennurraa akka ta'e adda baafachuufi barreeffamicha xiinxalaa dubbisuudha.
-
2. Marsariitii hundaafuu jechi darbii (password)n kee gara gara ta'uu qaba!
-
password wal fakkaataa fayyadamta taanaan akkaawuntiin kee tokko yoo cabe, hundi isaanii akka cabetti fudhachuun ni danda'ama. gaafiin biraa immoo weebsaayitii hundaaf jecha darbii gara garaa akkamitti yaadachuu dandeenya? kan jedhuudha. jecha darbii gaarii kan jedhamu isa baay'inni isaa 8 fi isaa ol ta'e, kan qubee guguddaafi xixiqqaa, laakkofsa akkasumas mallattoolee uf keessaa qabuudha. fakkeenyaaf mala tokko kan passwordii cimaa ta'eefi salphumatti yaadatamuu danda'u ittiin filattan isinitti haa himu.
-
jalqaba jecha gaarii ta'e kan yeroo hunda yaadattu fudhu. an jecha AfoolA jedhu fudheera.sana booda jecha kana keessa bakka "A"(4), "O"(0) fi "l"(1) haa buusu. innis 4f0014 kan jedhu ta'e.dhuma jecha kanaa irratti mallattoo doolaaraa "$" haa galchu! innis "4f0014$" ta'e.qubee jalqabaa weebsaayitii sanaa(Qubee guddaa) fudhee passwordii filadhe san jalqabasaa irratti galcha! fakkeenyaaf twitter yoo ta'e passwordiin koo "T4f0014$" ta'a jechuudha. passwordii cimaa! salphatti yaadatamu! mala salphaan filannee jirra!
Hubadhaa:- an passwordii keessan kan armaan olii kana taasisaa hin jenne. passwordiin an fayyadamu kan armaan olii kanas hin jenne! kun fakkeenya qofaaf barraa'e. passwordiin kee hanga fedhe cimaa ta'us ati uf eeggannoo gahaa yoo hin taasisin... 'gowwaa dirra dhahan, qaruutee bira dhahan!'... dhiifama jedheera. π
-
3. mala 'Two step verification' fayyadamuun dirqamaa?
-
Eeyyen dirqama!
'two step authentication(2SA)' kan jennu kun fuula haaraa jecha darbii kee erga galchitee siif dhufu yoo ta'u, ergaa barreeffamaa bilbila kee irratti siif ergame akka achirratti guuttu si gaafata. kana jechuun ati 'two step verification' fayyadamta taanaan namni tokko passwordii kee yoo beekes hanga bilbila kee harkaan gahatutti eenyummee kee saaqee seenuu hin danda'u jechuudha. dhaabbatoonni gurguddaan kanneen akka google, facebook, twitter fi kanneen biroo heddu mala kana ni qabu.
-
5. Yeroo public WiFi/ wifi hawaasaa fayyadamtu eenyummee kee login/signup hin taasisin, hin gabayatin
-
namni si waliin neetworkii tokko fayyadamaa jiru salphumatti wantoota ati walii gadi ergitu kanneen akka username, password, credit card info...) arguu danda'a. kanaafuu yeroo WiFi hawaasaa fayyadamtu haakariin tokko Odeeffannoowwan kee hatuu akka danda'u beekaa fayyadami.
-
6. 'Find my mobile' bilbila keef banadhu.
-
bilbilli keenya yoo nu jalaa bade, akkaawuntii keenyaan bilbila keenya cufsiisuu akkasumas format gochuu fa'aaf nu gargaara.
-
7. 'Anti virus software'/mosajjii farra qinqanii fayyadami.
-
faaydaan moosaajjiiwwan farra qinqanii fayyadamuun argannu inni guddaan qinqaniiwwan kanaan dura baraman gara garaa akka salphatti too'achuudha. sooftweeriiwwan kanneen yeroo yeroon fooyyessuun nageenyummaa maashinootaafi eenyummeewwaniif gaariidha.
-
8. Nama ta'uu kee hin irraanfatin
-
Gochi eenyummee hatuu gara garaa hedduun kompiitaroota osoo hin taane, nama gowwoomsaniiti kan raawwataman. waa'ee dhuunfaa kee interneetii irratti fe'uu hin baay'isin. yoo hatames kan sin miine qofa upload godhi. Interneetii irratti nama, marsariitii fi sooftweerii kamuu hin amanin. sababnisaa sooqiddaafi sukkarri bifaan wal fakkaatu.
-
'share' gootaa ree? hayyee ni danda'ama. Galatoomaa!

πππππππππ
WEB BROWSER MAALI?
πππππππππ
Web browser kan jedhamu sooftweerii yookiin Appilikeeshinii kompiitaraa yookiin bilbilaa kan weebsaayitii gara garaa ittiin ilaaluuf fayyadamnuudha. Sooftweeronni kunneen fuula marsariitii/wen page erga download godhanii booda, gara wontoota(layout) gara garaatti jijjiiranii nutti mul'isu. Web browser bebbeekamoo muraasa keessaa yoo maqaa dhoofne:-
πCHROME
πOPERA
πFIREFOX
πSAFARI
πINTERNET EXPLORER fi kkfdha.
πππππππππ
Share gochuun namoota biraan gahaa..
ππππππ
GALATOOMAA!!
ππππππ
#orosoft
@orosoft

Appilikeeshinin Fayyaan Faaya jedhu kun Barnoota Fayyaa ibsa gaha wojjiin kan of keessaa qabudha. Osoo dhukkubni nu hin qabnen dura of eggaanno godhu qabnu . Yoo dhukkubni nu qabe gargarsa akkami akka argachu qabnu Mallattole dhukkuba Karalee dhukkubni itti daddarbu Akkamitti dhukkuba irraa akka of eeguu qabnu kan nu barsisudha. πππππ https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.Oromo_Health_Tips
Odaa App Store via @like
Telegraph
Interneetii Ilaalchisee Wantoota Ajaaβibsiisoo 10
Yeroo ammaa namni hedduu interneeta sababa adda addaaf guyyaa guyyaatti ni fayadama. Faayidaa guddaa inni ilma namaatiif kennaa jiru irraa kan kaβe, addunyaa amma keessa jirru interneeta malee yaaduun baayβee ulfaata. Wanti addunyaa kenyaaf baayβee barabaachisaaβ¦
Forwarded from OS tech solutions ($name)
Sirboota Afaan Oromoo kallattimaan asirraa dhaggeeffachuu dandeessu. ππ
http://www.ethiomusic.net/genre/oromiffa
http://www.ethiomusic.net/genre/oromiffa
Forwarded from Odaa App Store
Forwarded from Odaa App Store
Milkaa'ina ilma namaatif 85% ilaalcha sammuu isaati.
Jechoota ilaalcha(Motivational Qoutes) Baay'inaan Appi Kana kessatti argattu. Linki armaan gadi irraa Bufaadha
πππhttps://play.google.com/store/apps/details?id=gulelesoft.app.Afaan_Oromoo_Motivational_Qoutes
Jechoota ilaalcha(Motivational Qoutes) Baay'inaan Appi Kana kessatti argattu. Linki armaan gadi irraa Bufaadha
πππhttps://play.google.com/store/apps/details?id=gulelesoft.app.Afaan_Oromoo_Motivational_Qoutes
Forwarded from Odaa App Store
Forwarded from Odaa Finfinnee N2
Tapha(Game)
Taphni kun tapha dandeetti barreessu ofii ittin madaalaniifi akkasumaas barreessu ittin baratan yeroo taβu ittinis kan bohaartanidha. Keessattu daβimman ol-adeemtotaa abdi biyya keenya kan taβaniif dandeetti afaan ofittin barreessufi dubbisuuf isaan gargaaru irratti kan xiyyeeffateedha.
App kana link armaan gadii kana irraa bufadhaa. Rate godhaa (5star). share walif gochuu in dagatinaa .ππππππππ ππππππ https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.oromogame