Odaa App Store
887 subscribers
44 photos
9 files
142 links
Download Telegram
Akkam jirtan Kabajamtoota fi jaalatamtoota ilmaan Oromoo. Dhabbanni keenya Gullallee Software and Application PLCn hojii haaraa tokko qabatee dhufeera. Hojiiwwan/sirboota Dr. Kabajaa Artist Ali birraa 100 ol Mosaajii armaan gadii kana kessatti isiinif dhiyeesinee jirra. Urjii shanii fi yaada kessaan nuuf kennuu hin dagatinaa. Appicha linki armaan gadii kana irraa buufadhaa. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.ali_birraa_music
Get access to Masaka Kids Africana amazing dishtagina dance challenges
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3vLIOBG
Akkam jirtan jaalatamtoota fi Kabajamtoota ilmaan Oromoo. Dhabbanni keenya Gulele software and Application Development PLCn Mosaji Bilbila Aadaa, seenaa fi Amantii ummata Oromoo irratti hojii bal'aa hojjechaa turuun isaa ni beekama. Ammallee immoo hikkaa quraanaa fi barnootaa gara garaagaraa kan of kessatti qabatee Appi Sheikh Abdul rahman Al Sudias Quran Mp3 jedhu isiniif dhiyeesinee jirra. Appi kana linki armaan gadii kana irraa buufadhaa. Play store irratti Urjii shan/five star kennu hin dagatinaa. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.al_sudais_quran
app.orosoft.seerlugaa.apk
11.6 MB
โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ
App "Seerlugaa" asirraa buufadhaa. #share godhaa.
size : 11.65MB
ver : 1.0
โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ
Akkam jirtan jaalatamtoota fi Kabajamtoota ilmaan Oromoo. Dhabbanni keenya Mosaji Bilbila Aadaa, seenaa fi Amantii ummata Oromoo irratti hojii bal'aa hojjechaa turuun isaa ni beekama. Ammallee immoo hikkaa quraanaa afaan oromoo fi barnootaa gara garaagaraa kan of kessatti qabatee Appi Sheikh Mohammed Raashad Abdulle isiniif dhiyeesinee jirra. Appi kana linki armaan gadii kana irraa buufadhaa. Play store irratti Urjii shan/five star kennu hin dagatinaa. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://play.google.com/store/apps/details?id=com.berhanapps.mammad_rashad
Live stream started
Live stream finished (3 minutes)
Odaa App Store pinned ยซAkkam jirtan jaalatamtoota fi Kabajamtoota ilmaan Oromoo. Dhabbanni keenya Mosaji Bilbila Aadaa, seenaa fi Amantii ummata Oromoo irratti hojii bal'aa hojjechaa turuun isaa ni beekama. Ammallee immoo hikkaa quraanaa afaan oromoo fi barnootaa gara garaagaraaโ€ฆยป
Get access to Ustaz Abu Hayder Ethiopian Muslim lectures.
แŠ แ‘ แ‹จแŠกแˆตแ‰ณแ‹ แŠ แ‰ก แˆ€แ‹ญแ‹ฐแˆญ แ‹จแŠฅแˆตแˆแˆแŠ“ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ถแ‰ฝแŠ• แ‹ญแˆฐแŒฅแ‹Žแ‰ณแˆ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://play.google.com/store/apps/details?id=com.berhanapps.ustaz_abu_hayder