Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.๐

Forwarded from Personal Development
ODUU AMMEE:
Gaazexeessituu Masarat Dhaabaa bilisaan mana hidhaatii akka gadhiifamtu manni murtii ajaje.
Guutummasaa dubbisaa ๐
https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/229/Gaazexeessituu-Masarat-Dhaabaa-bilisaan--

#BeeksisaaChanaalaa
Odeeffannoo dhugaa fi qabatamaa ta'ee Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa telegiramaa GADAA MAGAZINE itti dabalamaa, maatii Gadaa ta'a.
JOIN: https://t.me/GADAAMAGAZINE
Yaada fi ergaa qabdan akkasumas waan isinitti dhaga'amus karaa chanaaliichan waliif qooda.
โป๏ธ Qunnamuuf @gadaamagazineBOT fayyadamaa.

Telegram
GADAA MAGAZINE
Contact: @gadaamagazineBot
Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.๐
Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.๐
Forwarded from Personal Development
#MinisteeraBarnoota
Qabxii olaanaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 669 ta'uun galmaa'e.
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2012 fudhatan 702 qabxii 600 ol galmeessuun isaanii ibsameera.
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa 2012 fudhatan walakkaan firii qormaaticha 350 ol galmeessaaniiru.
Firii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa ibsa laateera.
Ibsa guutuu ๐๐
https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/233/Qabxii-olaanaan-qormaata-biyyaalessaa-kutaa--

Gadaa Magazine maatii barattootaa fi barattootaa kutaa 12ffaa sababa netoorkiin firii isaanii hin ilaaliin jiran gargaaruu feedha.
Barattoonni 'Registration number' keessan qofa garaa @gadaamagazineBot nuf ergaa. #SHARE
@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Barattoonni 'Registration number' keessan qofa garaa @gadaamagazineBot nuf ergaa. #SHARE
@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Forwarded from Personal Development
www.daldalaa.com
Marsaariitiin daldalaa www.daldalaa.com jedhamu ifoomun tajaajila eegale.
โข www.daldalaa.com warraaqsa diinagdee keessatti bu'aa guddaa taphata jedhamee eegama.
โข Daldaltoonni kamiyyuu galmaaโuun meeshaalee fi tajaajila keessan marsaritii kana irratti gurgurachuu ni danda'u.
โข Fayyadamtoonni marsaariitii kana irraa meeshalee barbaaddan hundaa karaa salphaa ta'een argachuu ni danda'u.
โข www.daldalaa.com irratti galmaaโuun meeshaalee akka bilbila, laptooppii, Taableetii, Tiivii, konkolaataa, mana jireenyaa uuffataa fi kkf bitachuu fi beeksifachuu ni danda'ama.
โ Galmaaโuun tajaajila kana fayyadamaa.
๐
www.daldalaa.com/register

"Rayyaa Abbaa Maccaa Nashiidaa"๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.rayyaa_abbaa_maccaa_nashida
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.rayyaa_abbaa_maccaa_nashida
Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.๐
Forwarded from Personal Development
Mohaammad Deeksisoo eessa akka geeffame erga wallaallee torbee darbeera jedhan maatiin.
Dargaggoon kun erga guyyoota saddeetiin dura qaama nageenyaatiin fudhatamee hanga ammaa eessa akka jiru hin beeknu jedhan maatiin Mohaammad Deeksisoo.
Abukaatoon isaa Obsinaan gamasaatiin, dargaggoon kun buufataalee poolisii magaalaa Jimmaa keessa jiran lamaan keessa akka hin jirre mirkaneefanneerra jedhuun BBC'tti himan.
Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa maal jedha?
Guutummasaa dubbisaa ๐
https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/234/Mohaammad-Deeksisoo-eessa-akka-geeffame-wallaalaamee-

Akkam jirtan Kabajamtoota fi jaalatamtoota ilmaan Oromoo. Dhabbanni keenya Gullallee Software and Application PLCn hojii haaraa tokko qabatee dhufeera. Hojiiwwan/sirboota Dr. Kabajaa Artist Ali birraa 100 ol Mosaajii armaan gadii kana kessatti isiinif dhiyeesinee jirra. Urjii shanii fi yaada kessaan nuuf kennuu hin dagatinaa. Appicha linki armaan gadii kana irraa buufadhaa. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gulelesoft.ali_birraa_music

Get access to Masaka Kids Africana amazing dishtagina dance challenges
๐๐๐๐
https://bit.ly/3vLIOBG
๐๐๐๐
https://bit.ly/3vLIOBG