Odaa App Store
886 subscribers
44 photos
9 files
142 links
Download Telegram
Forwarded from Personal Development
#MinisteeraBarnootaa

Ministeerri Barnoota Qormaanni Biyyooleessa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29/2013 irraa jalqabee barattootaaf akka kennamu beeksise.

Bara kana qormaanni biyyaaleessa Kutaa 12ffaa karaa 'online ' kennaamuu hafuus ministeerichi beeksiseera.

Qormaata biyyaaleessaa kutaa 12 bara kanaa kennuuf ministeerrichi karaa teekinolojiitiin karoora qabatee akka ture himamaa ture.

Ta'uus sababa taabileetonni ittin qoramanni kennaamuuf yaadame yeroon hin dhaqqabneef ministeerichii waraqaadhaan qormaata kunnuuf akka jiru beeksiseera.

Ibsa Ministeerri Barnootaa har'a kenneen qormaatichi Guraandhala 29 irraa eegale hanga Bitootessa 2 bara 2013tti ni keennama.

Guraandhala 22 hanga 24tti waraqaan eenyummaa dijitaalaa ni raabsama. Ibsi qormaatichaa Guraandhala 26 bara 2013 kan kennamu ta'a. #SHARE

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Forwarded from Personal Development
#GadaaBank

Baankiin Gadaa hundeeffama irraa jiru gurgurtaa Aksiyoona baankicha dhibbantaa 100% ol irraa gahuun haaldureewwan hojii eegaluuf baankicha barbaachisu xumura jiraachuu beeksise.

Odeeffannoo Baankii Gadaan wal qabaatan qindeessineera. Linkii gadii cuuqasuun dubbisaa ⬇️

http://www.gadaamagazine.com/Article/details/222/Baankiin-Gadaa-gurgurtaa-Aksiyoona-baankicha--
Forwarded from Personal Development
Ashamaa akkam jirtu?

Qaala'iisi jireenyaa amma Itoophiyaa keessatti mul'achaa jiru naannoo keessatti maal fakkaata?

@gadaamagazineBot irratti nuf barreessaa.

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Forwarded from Personal Development
Waa'ee qaala'insa jireenyaa...

Qaala'iisi jireenyaa amma Itoophiyaa keessatti mul'achaa jiru daraanuu yaaddeessa ta'uu Maatiin Gadaa Magazine ibsan.

Meeshaalee bu'uuraa uummanni guyyaa guyyaan itti fayyadamu fi kan biroo irratti gatiin haalan dabaluun qaala'iisi jireenyaa cima dhufu jiraattonni ibsaniiru.

Maatiin Gadaa Magazine maal jedhu?

Cuuqasaa ⬇️
www.gadaamagazine.com/Business/details/224/Qalaisii-jireenyaa-hammaateera-jiraachuuf-sodaa-guddaa-qabna--
#Beeksisaa

Odeeffannoo filannoo bara 2013 akkasumas Odeeffannoo hidhamtoota siyaasaa Oromoo wal qabaatan chanaalaa GADAA MAGAZINE itti makamaa hordofa.

JOIN👇
https://t.me/GadaaMagazine/
#HachaluHundessa

Mana Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataatti dhaddachi Farra Shororkaa fi yakkoota dhimma heeraa lammaffaa jecha ragaalee namootaafi sanadoota Abbaa Alangaa erga qoratee booda murtee laatee jira.


Ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaan shakkamuun himatamte kan turte Laamiroot Kamaal manni murtii bilisaan akka gadhiifamtu murteessera.

Manni murtichaa himatamaa tokkoffaa Xilaahun Yaamii ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa raawwachuusaa ragaalee namootaa fi sanadaa abbaan alangaa dhiyeessen mirkanaa'uusaa himeera.

Guutummasaa dubbisaa 👇

https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/226/Laamrot-Kamaal--
#Beeksisaa

Odeeffannoo filannoo bara 2013 akkasumas Odeeffannoo hidhamtoota siyaasaa Oromoo wal qabaatan chanaalaa GADAA MAGAZINE itti makamaa hordofa.

JOIN👇
https://t.me/GadaaMagazine/
Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
Forwarded from Personal Development
#GuyoWariyo❗️

Gazeexesaa Guyyoo Waariyoo OMN'tti deebi'uuf murteesse.

Gazeexesaa Guyyoo Waariyoo turti baatii 10 booda; Sanbata dhufu Gurraandhala 27 bara 2013 eegalee gara OMN'tti akka deebi'uu beeksise.

Gaz. Guyyoo Waariyoo maaliif gara OMN'tti deebi'ee?

Gabaasa guutuu dubbisaa ⬇️⬇️

http://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/227/Gazeexesaa-Guyyoo-Waariyoo-OMNtti-deebiuuf--
Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
Forwarded from Personal Development
#Filannoo2013

Paartileen jajjaboodha jedhaman kanneen akka Kongiresii Federaalawaa Oromoo fi Adda Bilisummaa Oromoo wantoonni adeemsa filannoorratti gufuu itti ta'an hedduun mudachaa jiraachuu himun filannoo keessa qollifataniiru.

* Paartileen filannoo keessaa ba'uun mootummaa hin yaaddessuu? Dhaabni biyya bulchu maal jedhe?

Itti dhiyaadhaa dubbisaa 👇

http://www.gadaamagazine.com/Politics/details/228/Rakkoo-dheessanii-filannoo-keessaa-bauun-furmaata-miti-
Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
Forwarded from Personal Development
ODUU AMMEE:

Gaazexeessituu Masarat Dhaabaa bilisaan mana hidhaatii akka gadhiifamtu manni murtii ajaje.

Guutummasaa dubbisaa 👇

https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/229/Gaazexeessituu-Masarat-Dhaabaa-bilisaan--
Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
Forwarded from Deleted Account
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇