Odaa App Store
886 subscribers
44 photos
9 files
142 links
Download Telegram
Forwarded from Personal Development
#Dhaddacha

"Nuti yakka akka hin dalagne abbaan alangaa ni beeka, himatni nurratti dhiyaate filannoo keessaa isaan hambisuuf kan kaayyeffatedha." Jawaar Mahaammad

Guutummasaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/206/Nuti-yakka-akka-hin-dalagne-
Chanaala telegrama #Bety join godha.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/BethlehemTafesse/6
Forwarded from Personal Development
#OromoYellowMovement

Fesbuukii fi Tiwiitara irratti waan halluu keelloo qabu maxxaansuun ykn sochii gaggeessuun jijjiramaa ni fida?

Jijjiramaa hin fidu. Kanaaf maxxaansii keelloo fi duulli isaa maaf barbaachisee?

1. Fesbuukii fi tiwiitara akkasumas soshaal midiyaa kan biroo irratti illee egaa yaada dhuunfaa dhuunfaan barreessuun hin oolle tokkummaa yaadaafi ejjannoo namoota mul'isuufidha.

2. Ajandaa namoota fuudhachuu irraa ajandaa mataa keenyaa irratti xiyyeeffachuuf nu gargaara akkasumas namoota keessatti kakaa'umsaa uumuuf akka ta'ee hirmaattonni sochii kana ni ibsuu.

Kayyoon sochii kana maalii?

Hidhamtootni Siyaasaa Oromoo obbo Jawaar Mohaammad dabalatee kan biroo akka hin dagataamnef, dhimmi hidhamtoota kanneenii hordoffii akka argatuu fi deeggartootni isaanii isaan cina jiraachuu ykn dhaabbachuu mul'isuuf akka ta'ee hubachisuufis duulli kun geggeeffamuus ibsameera.

Sochiin kun gaggeeffamu dhabuunis ta'ee Sochii kana qeequun faayidaa akka hin qabnes ibsameera.

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Forwarded from Personal Development
#GADAAMAGAZINE

Maatiin Gadaa Magazine odeeffannoo haqaa fi qabatamaa nuf qooduu ni dandeessu.

@gadaamagazineBot irratti 'start' gochuun odeeffannoo qabdan suuraa waliin wal qabsiisuun nuf qoodaa.

Hubadha: Namoonni chanaalaa Gadaa Magazine'tti dabalamaan hundinuu maatii Gadaa Magazine jedhamu.

Inbox: @gadaamagazineBot

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Forwarded from Personal Development
#Finfinnee

Finfinneetti manneen kondomiiniyeemii 21,695 karaa seeraan alaa qabaman argaman.


Aadde Adaanech ibsa Wixata kennaniin walumaagalatti Finfinnee keessatti lafti kaaree miliyoona 13 kuma 389,955 ykn hektaara kuma 1 fi 338 seeraan ala qabamuu isaa iftoomsaniiru.

Aadde Adaanech ibsa isaanii kanarratti akka jedhanitti, manneen jireeynaa kondominiyeemii seeraan ala qabataman kuma 21,695 keessaa 15,891 kan ta'an ragaan abbaa qabeenyummaa irratti hin dhiyaanne.

Manneen 850 ammoo cufaa ta'anii kan jiran yoo ta'u, kuma 4 fi 530 ammoo qullaa ta'anii argamaniiru jedhan Itti-aantuu kantiibaa.

Ibsa guutuu hidha(linkii) cuufadha โฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ
https://gadaamagazine.com/Recent-News/details/207/Finfinneetti-manneen-kondomiiniyeemii-karaa-seeraan-
Forwarded from Personal Development
#Dhaddacha

"Hamilee yaada itti kenninu hinqabnu." Jawaar Mohaammad

Mana murtii olaanaa federaalaa damee Lidataatti dhadhachi farra shororkaa fi yakkoota dhimma heeraa tokkoffaan himatamtoonni 24 galmee Obbo Jawaar Mohaammad jalatti himataman, yakka raawwachuu fi dhiisuu irratti jecha isaanii fudhachuuf ture har'atti beellama kan qabate.

Haata'u malee sababa namoonni dhaddacha irratti hirmaachuu dhaqan uffannaa halluu keelloo uffataniif poolisiin mooraa mana murtichaa akka hin seenne dhorkeera.

Wayita dhaddachi eegalu himatamtoonni fi abukaatonni himatamtootaa yaadaa fi muffii dhimma kanarratti qaban mana murtichaaf ibsaniiru.

"Nuti falmattoota mirgaa waan taaneef mirga keenya taakkuu takka dabarsinee hin kenninu, dhaddachi kuni dhaddacha banaadha.

Maatiin keenya waraqaan eenyummaa ilaalamee, uffata keelloo sababa uffataniif ittifamaa hidhamaa jiru. Gochi kuni aggaammii haqa jallisuuti," jedhan obbo Jawaar Mohaammad.

Gabaasa guutuu hidha gadii cuqafaadha โฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ

https://gadaamagazine.com/Recent-News/details/212/Hamilee-yaada-itti-kenninu-hinqabnu--Jawaar-Mohaammad-
I am sending you 1ฯ€! Pi is a new digital currency developed by Stanford PhDs, with over 10 million members worldwide. To claim your Pi, follow this link https://minepi.com/naolcs and use my username (naolcs) as your invitation code.
Forwarded from Personal Development
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa...

Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa keennuuf qophiin xumuramuu Ejeensii qormaata biyyaalessaa beeksise.

Guutummasaa dubbisaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://gadaamagazine.com/Recent-News/details/213/Qormaata-biyyaalessaa-kutaa-ffaa-keennuuf-qophiin-
I am sending you 1ฯ€! Pi is a new digital currency developed by Stanford PhDs, with over 10 million members worldwide. To claim your Pi, follow this link https://minepi.com/naolcs and use my username (naolcs) as your invitation code.
Odeeffannoo dhugaaf itti dabalamaa.
#Beeksisaa

Odeeffannoo barnoota fi filannoo bara 2013 akkasumas Odeeffannoo hidhamtoota siyaasaa Oromoo wal qabaatan chanaalaa GADAA MAGAZINE itti makamaa hordofa.

JOIN๐Ÿ‘‡
https://t.me/GadaaMagazine/
#DoktarAliiBirraa

Sirni beekamtii kennuu Doktaraa Kabajaa Artist Alii Birraa guyyaa har'a Amajjii 30/ 2013 ni gaggeeffama. Akkasumas kitaabni seenaasaarratti barreeffame ni eebbifama.

Doktarri Kab. Artist Alii Birraa Eenyu?

Seenaa isaanii dubbisaaโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ

https://gadaamagazine.com/Article/details/219/Seenaa-Doktaraa-Kab-Artist-Alii-Birraa-
Forwarded from Personal Development
#MinisteeraBarnootaa

Ministeerri Barnoota Qormaanni Biyyooleessa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29/2013 irraa jalqabee barattootaaf akka kennamu beeksise.

Bara kana qormaanni biyyaaleessa Kutaa 12ffaa karaa 'online ' kennaamuu hafuus ministeerichi beeksiseera.

Qormaata biyyaaleessaa kutaa 12 bara kanaa kennuuf ministeerrichi karaa teekinolojiitiin karoora qabatee akka ture himamaa ture.

Ta'uus sababa taabileetonni ittin qoramanni kennaamuuf yaadame yeroon hin dhaqqabneef ministeerichii waraqaadhaan qormaata kunnuuf akka jiru beeksiseera.

Ibsa Ministeerri Barnootaa har'a kenneen qormaatichi Guraandhala 29 irraa eegale hanga Bitootessa 2 bara 2013tti ni keennama.

Guraandhala 22 hanga 24tti waraqaan eenyummaa dijitaalaa ni raabsama. Ibsi qormaatichaa Guraandhala 26 bara 2013 kan kennamu ta'a. #SHARE

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Forwarded from Personal Development
#GadaaBank

Baankiin Gadaa hundeeffama irraa jiru gurgurtaa Aksiyoona baankicha dhibbantaa 100% ol irraa gahuun haaldureewwan hojii eegaluuf baankicha barbaachisu xumura jiraachuu beeksise.

Odeeffannoo Baankii Gadaan wal qabaatan qindeessineera. Linkii gadii cuuqasuun dubbisaa โฌ‡๏ธ

http://www.gadaamagazine.com/Article/details/222/Baankiin-Gadaa-gurgurtaa-Aksiyoona-baankicha--
Forwarded from Personal Development
Ashamaa akkam jirtu?

Qaala'iisi jireenyaa amma Itoophiyaa keessatti mul'achaa jiru naannoo keessatti maal fakkaata?

@gadaamagazineBot irratti nuf barreessaa.

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Forwarded from Personal Development
Waa'ee qaala'insa jireenyaa...

Qaala'iisi jireenyaa amma Itoophiyaa keessatti mul'achaa jiru daraanuu yaaddeessa ta'uu Maatiin Gadaa Magazine ibsan.

Meeshaalee bu'uuraa uummanni guyyaa guyyaan itti fayyadamu fi kan biroo irratti gatiin haalan dabaluun qaala'iisi jireenyaa cima dhufu jiraattonni ibsaniiru.

Maatiin Gadaa Magazine maal jedhu?

Cuuqasaa โฌ‡๏ธ
www.gadaamagazine.com/Business/details/224/Qalaisii-jireenyaa-hammaateera-jiraachuuf-sodaa-guddaa-qabna--
#Beeksisaa

Odeeffannoo filannoo bara 2013 akkasumas Odeeffannoo hidhamtoota siyaasaa Oromoo wal qabaatan chanaalaa GADAA MAGAZINE itti makamaa hordofa.

JOIN๐Ÿ‘‡
https://t.me/GadaaMagazine/
#HachaluHundessa

Mana Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataatti dhaddachi Farra Shororkaa fi yakkoota dhimma heeraa lammaffaa jecha ragaalee namootaafi sanadoota Abbaa Alangaa erga qoratee booda murtee laatee jira.


Ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaan shakkamuun himatamte kan turte Laamiroot Kamaal manni murtii bilisaan akka gadhiifamtu murteessera.

Manni murtichaa himatamaa tokkoffaa Xilaahun Yaamii ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa raawwachuusaa ragaalee namootaa fi sanadaa abbaan alangaa dhiyeessen mirkanaa'uusaa himeera.

Guutummasaa dubbisaa ๐Ÿ‘‡

https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/226/Laamrot-Kamaal--
#Beeksisaa

Odeeffannoo filannoo bara 2013 akkasumas Odeeffannoo hidhamtoota siyaasaa Oromoo wal qabaatan chanaalaa GADAA MAGAZINE itti makamaa hordofa.

JOIN๐Ÿ‘‡
https://t.me/GadaaMagazine/