Odaa App Store
885 subscribers
44 photos
9 files
142 links
Download Telegram
Forwarded from GADAA SPORTโ„ข (Rโ“žbi ๐Ÿ…)
#OduuGammachisaa

๐Ÿ‘• T-shirt dizaayinii adda addaaan hojjataan
๐Ÿงข Koofiyaa fi maaskii midhagoo bitachuuf
๐ŸŽ‡ Baaneerii fi Istikaarootaa barbaddaan ajajadha.

Bakkuma jirtaniitti isiniif dhiyeessinaa!
Forwarded from MAN UNITED ORO FAN (Rโ“žbi ๐Ÿ…)
Oduu Ammee

Aanga'oonni mootummaa ajjeechaa artist Haacaaluu Hundeessa keessa harkaa qaban jedhaman ifoomaniiru.

Oduu guutuuf....
Forwarded from GADAA SPORTโ„ข (Rโ“žbi ๐Ÿ…)
Oduu Ammee

Aanga'oonni mootummaa ajjeechaa artist Haacaaluu Hundeessa keessa harkaa qaban jedhaman ifoomaniiru.

Oduu guutuuf....
Forwarded from GAREE_TOKKUMMAA
#ADMStore

Mosaajiin bilbila 'ADM Store' jedhamu Afaan Oromoon tajaajila bittaaf gurgurtaa kennuu hojii eegaluu dhaabbanni oroict.com beeksise.

Guutummasaa isaa cuqafaadha๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://gadaamagazine.com/Business/details/199/Mosaajiin-ADMStore-ifoome-
Forwarded from Personal Development
#BREAKING

Abbay Tsaayyeefi Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF ajjeefaman

Hogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbay Tsaayyee fi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu humni Ittisaa Itoophiyaa beeksiseera.

Guutummasaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://gadaamagazine.com/Recent-News/details/200/Abbay-Tsaayyeefi-Siyyum-Masfin-dabalatee-
Forwarded from โคแ‹จแˆแ‰ฅ แ‰‹แŠ•แ‰‹โค
Odeeffannoo dhugaaf itti dabalamaa.
Forwarded from โคแ‹จแˆแ‰ฅ แ‰‹แŠ•แ‰‹โค
Odeeffannoo dhugaaf itti dabalamaa.
Odeeffannoo barnootaa, teeknoloojii, siyaasaa, filannoo bara 2013 wal qabataan fi kan biroos Gadaa Magazine itti dabalamuun hordofa.

JOIN ๐Ÿ‘‰https://t.me/GadaaMagazine
Nama beekamaa ta'u barbaadda?

Muxannoo namoota ciccimoo fi Jechaa Beektootaa argachuun jireenyaa keeessan qajeelcha.

Chanaalaa Jechaa Beektootaa jedhu itti dabalamaa irraas baradhaa.

Itti dabalamaa๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@JechaaBeektootaa
@JechaaBeektootaa
Nama beekamaa ta'u barbaadda?

Muxannoo namoota ciccimoo fi Jechaa Beektootaa argachuun jireenyaa keeessan qajeelcha.

Chanaalaa Jechaa Beektootaa jedhu itti dabalamaa irraas baradhaa.

Itti dabalamaa๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@JechaaBeektootaa
@JechaaBeektootaa
Forwarded from Walaloon Jaalala (Roba Amare)
Nama beekamaa ta'u barbaadda?

Muxannoo namoota ciccimoo fi Jechaa Beektootaa argachuun jireenyaa keeessan qajeelcha.

Chanaalaa Jechaa Beektootaa jedhu itti dabalamaa irraas baradhaa.

Itti dabalamaa๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@JechaaBeektootaa
@JechaaBeektootaa
Forwarded from Personal Development
#Dhaddacha

"Nuti yakka akka hin dalagne abbaan alangaa ni beeka, himatni nurratti dhiyaate filannoo keessaa isaan hambisuuf kan kaayyeffatedha." Jawaar Mahaammad

Guutummasaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/206/Nuti-yakka-akka-hin-dalagne-
Chanaala telegrama #Bety join godha.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/BethlehemTafesse/6
Forwarded from Personal Development
#OromoYellowMovement

Fesbuukii fi Tiwiitara irratti waan halluu keelloo qabu maxxaansuun ykn sochii gaggeessuun jijjiramaa ni fida?

Jijjiramaa hin fidu. Kanaaf maxxaansii keelloo fi duulli isaa maaf barbaachisee?

1. Fesbuukii fi tiwiitara akkasumas soshaal midiyaa kan biroo irratti illee egaa yaada dhuunfaa dhuunfaan barreessuun hin oolle tokkummaa yaadaafi ejjannoo namoota mul'isuufidha.

2. Ajandaa namoota fuudhachuu irraa ajandaa mataa keenyaa irratti xiyyeeffachuuf nu gargaara akkasumas namoota keessatti kakaa'umsaa uumuuf akka ta'ee hirmaattonni sochii kana ni ibsuu.

Kayyoon sochii kana maalii?

Hidhamtootni Siyaasaa Oromoo obbo Jawaar Mohaammad dabalatee kan biroo akka hin dagataamnef, dhimmi hidhamtoota kanneenii hordoffii akka argatuu fi deeggartootni isaanii isaan cina jiraachuu ykn dhaabbachuu mul'isuuf akka ta'ee hubachisuufis duulli kun geggeeffamuus ibsameera.

Sochiin kun gaggeeffamu dhabuunis ta'ee Sochii kana qeequun faayidaa akka hin qabnes ibsameera.

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Forwarded from Personal Development
#GADAAMAGAZINE

Maatiin Gadaa Magazine odeeffannoo haqaa fi qabatamaa nuf qooduu ni dandeessu.

@gadaamagazineBot irratti 'start' gochuun odeeffannoo qabdan suuraa waliin wal qabsiisuun nuf qoodaa.

Hubadha: Namoonni chanaalaa Gadaa Magazine'tti dabalamaan hundinuu maatii Gadaa Magazine jedhamu.

Inbox: @gadaamagazineBot

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Forwarded from Personal Development
#Finfinnee

Finfinneetti manneen kondomiiniyeemii 21,695 karaa seeraan alaa qabaman argaman.


Aadde Adaanech ibsa Wixata kennaniin walumaagalatti Finfinnee keessatti lafti kaaree miliyoona 13 kuma 389,955 ykn hektaara kuma 1 fi 338 seeraan ala qabamuu isaa iftoomsaniiru.

Aadde Adaanech ibsa isaanii kanarratti akka jedhanitti, manneen jireeynaa kondominiyeemii seeraan ala qabataman kuma 21,695 keessaa 15,891 kan ta'an ragaan abbaa qabeenyummaa irratti hin dhiyaanne.

Manneen 850 ammoo cufaa ta'anii kan jiran yoo ta'u, kuma 4 fi 530 ammoo qullaa ta'anii argamaniiru jedhan Itti-aantuu kantiibaa.

Ibsa guutuu hidha(linkii) cuufadha โฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ
https://gadaamagazine.com/Recent-News/details/207/Finfinneetti-manneen-kondomiiniyeemii-karaa-seeraan-