Odaa App Store
886 subscribers
44 photos
9 files
142 links
Download Telegram
#SeenaaDhugaa

Viidiyoo gabaabaa hedduu garaa nama nyaatu kana daawwadhaa.

Watch "Seenaa dhugaa Intala sababa Facebookitiin of ajjeefte." on YouTube
https://youtu.be/PdlXzdSehgY
Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni ittin bekkaman kessaa inni tokko mammaaksa. Oromoonni dubbii cimsanii fi gabaabsanii fixuuf mammaaksatti fayyadamu.Enjoy Afaan Oromo Qoutes, Mammaaksa Oromoo and Oromo Proverb.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://play.google.com/store/apps/details?id=gulalesoft.mammaaksa.oromoo
Forwarded from Personal Development
www.gadaamagazine.com

Gadaa Magazine marsaritii mataa isaa ifoomse.

www.gadaamagazine.com qabiyyeewwan akka oduu idil addunyaa, Ispoortii, fayyaa teekinoolojii fi kkf kan of keessatti hammateedha.

Marsaritiin kun dhabbataa 'Gulale soft' kan hojjatamee fi guyyaa har'a ifatti hojii eegaleera.

Kayyoon Gadaa Magazine inni guddaan odeeffannoo waayitawaa, haqaa qabeessa Afaan Oromootiin dhiyeessudha.

Maxxansalee www.gadaamagazine.com dawwaadha!

Gadaa Magazine Your Kind Of Magazine
@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
Odaa App Store:
Hallufi gosa barbaadaniin uffarma (scarf) yeero kana jalqabe argachu ni danddesu
Warri barbaaddaan asiin nu dubbisaa @Ajebnegn