Odaa App Store
885 subscribers
44 photos
9 files
142 links
Download Telegram
Jarraan 21ffaan kuni yeroo odeeffannooti, odeeffannoo haqaa fi qabaatamaa sabaaf haa qoodnuu.

@GadaaMagazine maddeen adda addaa irraa odeeffannoo fuunaniin kan hordooftoota isaaf dhaqqabsiisuudha.

@GadaaMagazine itti dabalamaa akkasumas taate haaraa nuf qoodaa.

JOIN๐Ÿ‘‰ https://t.me/GadaaMagazine
Forwarded from Personal Development
#Beeksisa

Karaa Teelegraaman barnoota teeknooloojii, barnoota appilikeeshinii haaraa fi kan biroo barachuu barbaadaniif Ayyuu Tube jooyin godha.

JOIN: @Ayyuu_Tube
Forwarded from Personal Development
#Beeksisa

Karaa Teelegraaman barnoota teeknooloojii, barnoota appilikeeshinii haaraa fi kan biroo barachuu barbaadaniif Ayyuu Tube jooyin godha.

JOIN: @Ayyuu_Tube
#BethlehemTafesse

แ‰ แ‹šแˆ… แ‹ˆแ‰…แ‰ต แŠ แ‹ณแ‹ฒแˆต แ‹œแŠ“แ‹Žแ‰ฝแŠ• แˆˆแˆ›แŒแŠ˜แ‰ต แ‹จแˆšแŠจแ‰ฐแˆ‰แ‰ต แŒˆแ†แ‰ฝ แ‰คแ‰ฐแˆฐแ‰ฅ แ‹ญแˆแŠ‘!!!

โœ”แ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ Join๐Ÿ‘‡

https://t.me/BethlehemTafesse/
#SeenaaDhugaa

Viidiyoo gabaabaa hedduu garaa nama nyaatu kana daawwadhaa.

Watch "Seenaa dhugaa Intala sababa Facebookitiin of ajjeefte." on YouTube
https://youtu.be/PdlXzdSehgY
Aadaalee mimmiidhagoo Oromoonni ittin bekkaman kessaa inni tokko mammaaksa. Oromoonni dubbii cimsanii fi gabaabsanii fixuuf mammaaksatti fayyadamu.Enjoy Afaan Oromo Qoutes, Mammaaksa Oromoo and Oromo Proverb.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://play.google.com/store/apps/details?id=gulalesoft.mammaaksa.oromoo
Forwarded from Personal Development
www.gadaamagazine.com

Gadaa Magazine marsaritii mataa isaa ifoomse.

www.gadaamagazine.com qabiyyeewwan akka oduu idil addunyaa, Ispoortii, fayyaa teekinoolojii fi kkf kan of keessatti hammateedha.

Marsaritiin kun dhabbataa 'Gulale soft' kan hojjatamee fi guyyaa har'a ifatti hojii eegaleera.

Kayyoon Gadaa Magazine inni guddaan odeeffannoo waayitawaa, haqaa qabeessa Afaan Oromootiin dhiyeessudha.

Maxxansalee www.gadaamagazine.com dawwaadha!

Gadaa Magazine Your Kind Of Magazine
@GadaaMagazine
@GadaaMagazine