#GIMBII
#######################
Leenjiin Personal development Magaalaa Gimbiitti #Waldaa_Aksiyoona_Breakthrough tiin kennamuu eegalee jira.
kantiibaan Magaala Gimbii Obbo #Fayyeeraa_Abboomaa baninsa leenjii kanaa irratti argamanii jiru.
Lammiin of ijaaree of argate, ofiifis biyyaafis eebba, Waaqayyoof immoo kan ittiin galateeffamu ta'aaf.
Leenji'uun itti fufa.

๐ฅฐ3๐2
๐Dhukkuba isaa namni hin himanne, qoricha hin argatu.
Waan barbaaddu beekuun waan ta'uu barbaadduutti dhiyoo ta'uu kee mul'isa.

โค4๐1
Qabeenya guddaafi gati jabeessa sammuun kee qabu gaafa hubatte, dadhabinnikee ofitti amanamummaa dhabuu akka ta'e qalbifatta.
@Greatness627
@Greatness627
๐ฅฐ4๐1
Real success begins with a focused mind, and this week is your opportunity to choose clarity over chaos, discipline over doubt, and vision over fear.
You don't need to have every detail of the journey figured out today; you just need the professional mindset and the courage to keep moving forward. Letโs build momentum together by turning intentional thoughts into impactful results, one step at a time.
Have a blessed and fruitful Monday! โจ

โค4
๐ง Afaan sammuu keenya jechuun yaada keenya keessaa dhalatu.
๐ Afaan qaama keenya jechuun immoo miiraa fi keessa keenya irraa mulโatuudha.
Isaan kun lamaan yeroo waliif galan:
โจ Yaadni keenya humna qabaata
โจ Murtoon keenya cimaa taโa
โจ Tarkaanfiin keenya ifa qabaata
โจ Deemsi keenya gara guddinaa fi milkaaโinaatti geeddarama
Namni tokko keessaa waan yaadu tokko, alaan immoo waan biraa yoo mulโisu, keessaafi alaan walitti buโiinsi uumama. Garuu yeroo sammuun, miirri fi qaamni tokko taโan:
๐ฑ Humni keessa namaa dammaqa
๐ Milkaaโinni saffisa qabaata
๐ Jireenyi immoo gara sadarkaa olaanaatti guddata
โYaadni kee gaarii yoo taโe, miirri kees isa deggera yoo taโe, jireenyi kee gara waan guddaatti si geessa.โ

๐ฅ3
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Eessatti akka dogoggorre yoo hubanne, furmaata argachuun salphaadha.
kan namni hundi keessatti of ilaaluuf irraa barachuu danda'u!
Odeeffannoo dabalataaf
@Obseeraa keessan na dubbisaa.

๐ฅฐ4โค1
Eegalleerra
๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ
https://t.me/+vx45yvFSnlVhYWY0
Congratulations ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
Kanneen qophii ta'aniif, sagantaan leenjiif muuxannoo ajaa'ibaa irraa argannu kunoo yeroon isaa ga'ee eegaleera! ๐๐๐

๐ฅ4
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
แจแณแ แแแฅ ๐ฎ
Dagim Abera
Alpha Top Earner
โ โ โ โ
Dagim Abera
Alpha Top Earner
โ โ โ โ
โค1๐1
#Jireenyi_Kee_Harka_kee_Jira
Jireenya keessatti namni si gargaaruu danda'u hedduun jiraatanis, wantoota murteessoo jireenya kee jijjiiran dhuunfaan raawwachuun dirqama keeti. Yaadannoon gabaabaan kunooti:
Namni siif kadhachuu dandaโa, garuu amanuun kan keeti.
Dooktarri qoricha siif ajaja, liqimsuun garuu hojii keeti.
Namni carraa siif kenna, beekun kan fayyadamuun garuu gahee keeti.
Siree namni siif tolcha, garuu siif ciisuu hin dandaโu.
Guduunfaa: Hunduu daangaa gargaarsa mataa isaa qaba. Jijjiirama dhugaa fiduuf, carraa dhufe hundatti dhimma baโuun garaagarummaa uumuun kan keeti.

โค5
Magaalaa Naqamtetti Leenjiin Adeemsa Cimaa
Bifa addaan guyyaan jalqabaa xumuramee jira.

๐ฅฐ2๐1
Forwarded from Breakthrough Trading S.C ยฎ (Bealem Amare)
Happy Monday!
Donโt wait for the perfect conditions to take action, momentum is built through movement. Choose just one high-leverage task to master today and let that progress fuel your entire week.

โค3
โญSammuun yaadota gaggaariin dhuunfatame amantiidhaaf mana jireenyaa mijataa ta'a.!
๐ฅฐ4
แจแ แแฝแ แแแณแแกแต แแ แฐแ แแแ แค แแญแ แญแแแ! Inspire Ethiopia | Shanta
SHANTA | แปแแฃ
Dubbii afaan kee eeggadhu!
๐ฅฐ1