Diina raas ilma humbanna
75 subscribers
34 photos
7 videos
11 links
Chaanala barumsa teknoloji
Download Telegram
Eebba Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa Cibraa Odaa Adoolaa kallesaa taasise!
#Oduu_Ammee
=============
Kaaba Oromiyaa Walloo magaalaa sanbatee kan guyyaa har'a kana bilisummaa ishee labsatee turte Abiy Ahmad humna qilleensatiin rukutaa jira amma halkaan kana! Abiy Ahmad Abdii kutanaan magaalaa sanbatee guyyaa har'a qofa yeroo lammaffaaf rukutamaa jirti! sanbatee rukutuun kufuun kee siin Oolchuu Qabsoos duubatti hin deebisuu! Garuu Ammatti Qabeenyas tahee lubbuu nama miidhamtees adda baasuu hin dandeenya! Kan dhahamee naanawaa gabayaa/manaharaadha!! Qabsoo dirooniin of duuba hin deebisuu Jajjabeen duratti!!βœŠπŸ’–πŸŒ³β€
Walloo Sambattee Waraannii PP ummata Oromoo xiyyaaran eda yeroo 2 amma erga barii'ee yeroo 7 rukutaa jirti Ummta nagaa fixaa jirti. Dirooniin PP WBO fi TDF sodaannan ummata Oromoo xiyyaaran fixuutti deebite
#Oduu_Ammee
==============
Kaaba Oromiyaa Walloo ganda wasan qurqur keessatti kaabinoonni shira gurguddaa xaxaa jiru.wanni isaan jedhaniis Akkuma guyyoota muraasa dura ummata keenya Aanaa Jiillee dhummugaa magaalaa baxxee fi garbii irraa duulchisanii ficisiisaan sanitti ammas ummata keenya ganda wasanqurqur dogongorsiisanii warri sanbatee Waraanni Tigraayii fixee jira,qabeenya isaanitis jalaa saame jira.ummanni keessaan dhumee jira kanaafuu sanbateef dirmatanii akka TDF,n loltaan jechuun ummata sossobanii ibiddatti naquuf dalagaa jiranii ummanni keenya akka hin sobamnee karaa isiniif dandahameen wal hubachiisatii shira kana fashaleessaa jenna! Ummata keenya du'aa saree irraa nuuf baraaraa jedha namniin amma dubbise kuni. Shabakaa warra Affar fayyadamaa namni Anii dubbise kuni!!πŸ™πŸ€¦β€β™‚οΈ
#OF_EEGGANNOOF Share
FINFINNEE galgala kana...Magaalli guddoon Afrikaa haalli nageenya isii akkuma suuraa irratti argaa jirtan kana haala hama keessa jirti. Daandii irratti namni tokko hin mullatu yoo humna hidhate taate malee.

Poolisiin federaalaa lafoo fi konkolaataanis adeemanii namoota adamsaa jirani. Daandii irratti waraqaa eenyummaa qabattan malee akka oliif gadi hin dedeemne dhaamsa jedhani....

Kabajamtoota hordoftoota Miidyaa kanaa taatan hundi keessanuu hiriyoota keessaniif share godhaaf akka of eeggatan #Bakka Jiratnii nagaa ta'aa
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
INJIFANNOO

Gaasaxeessaan R-ABO Magaalaa Bilisoome (Gidaamii) Deemuun Miseensota WBO fi Hawwaasa Oromoo dubbise.
Bufadha
☞Waa shan dalaydu malee hin rafin

Guyyaa tokko Rasuulliο·Ί akkana jedhe
Yaa aliyyi waa shan dalaydu malee akka hin rafne
... ... ... ... ...
1. Qur'aana guututti qara'uu
2. Dirhama 400 sadaqatuu
3. Ka'abaa ziyaaruu
5. Nama waldhabe walitti araarsuu
Akkana je'e aliyyi akkamitti taha sun yaa ergamaa rabbii??

1. Yoo suuraa ikhlaas marraa sadi qaraate qur'aana guutuu isaa qaraatee jirta .
2. Yoo faatihaa marraa sadi qaraate dirhama 400 sadaqattee jirta .

3. Yoo Laa ilaaha illallaah wahdahuu Laa shariika lahuu lahul mulku walahul hamdu yuhyii wayumiitu wahuwa alaa kulli shey'in qadiir marraa kudhan jette ka'abaa ziyaartee jirta .
4. Yoo laa howla walaa quwwata illaa billaahil aliyyil aziim marraa kudhan jette bootaa kee qopheeffattee jirta jannata keessatti .

5. Yoo Astaghfurullaahil aziim allazii laa ilaaha illaa huwal hayyuul qayyuum wa'atuub ileyhi marraa kudhan jette nama waldhabe araarsitee jirta .

Beeki irra deddeebitee share godhuun waa tokko singaafatu ajrii kee siif dabala malee sadaqaa yaatuudha tan si fayyaddu guyyaa ilmaanii fi maallaqni hin fayyanne

Yaa rabbi badii teenna nuuf araaramii nu sattarii nurraallee qeebale
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@.zakaria surur
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Waa afur "4" Rabbi siif haa kennu.
1. Iimaana guutuu
2. Rabbi sodaatuu
3. Qananiin jiraatuu
4. Umrii dheeratuu...
Waa afur rabbi siif haa laaffisu.
1. Kheeyrii hojjachuu
2. Haraam eegachuu
3. Dilii rraa towbachuu
4. Ibaadaa hojjachuu...
Nama waa afur qabu rabbi sihaa godhu
1. Kabajamaa namaa
2. Jaalala namaa
3. Quuqama sabaa
4. Farra kijibaa...
Waa afuriin rabbi sihaa shallamu.
1. Aalima saahibuun
2. Haadha fi abbaa kabajuun
3. Kheeyritti nama ajajuun
4. Hamtuu rraa nama dhoorkuun...
Rabbi siif haa kennu
- BALLOO isii booda RAKKOON hin jirre
- GAMMACHUU isii booda GADDI hin jirre.
- ARKATA isa booda DHABNI hin jirre
- JAALALA isa booda JIBBAAN hin jirre...
Du'a afur Rabbi sirraa haa qabu.
1. Dargagummaan du'uu
2. Dingatatti du'uu
3. Konkolaataan du'uu
4. Haraam Irratti du'uu.
Ya Rabbi nama Aamiiiin ja'e cufaafuu qeebali.
Aamiiiin allaahumma Aamiiin...

#Share & Like godhuu hin dagatin JZK.https://t.me/obsa6...
_____ wan hir'ate mara Rabbin haguutu
Wallaahi oobsaan dubbisi, waa hedduu irraa bartaa.

Seenaa Nabi Muhammad (SAW)..
MAQAAN:
= Muhammad
ABBAAN:
= Abdallaahi.
HAATI:
= Aaminaa.
GUYYAAN DHALOOTAA:
= Rabii'u Al-awwal 12, 571 EC..
Guyyaa Itti Du'e:
= 08 Jun 632 EC.
UMRIIN:
= 63.
HOJIIN
1- Tiiksee ra'ee,
2- Daldalaa,
3- Ergamaa Rabbii.

- Makka keysa amata 50 jiraate.
- Madiinaa keysa amata 13 jiraate.
- Umrii isaa amata 40 tti ergame.
- Eega ergame booda amata 23 jiraate.

- Ilmaan 7 (dubra 4 fi dhiira 3) qaba. Isaaniis:

DUBRA:
1. Zeeynabaa,
2. Ummu kulsuum,
3. Ruqiyyaa,
4. Faaxumaa.

DHIIRA:
1. Qaasim,
2. Abdallaah fi
3. Ibraahiim turan.

- Adeera 9 fi Adaada 6 qaban.
- Dubartii 9 wajjiin jiraate. Tan hunda dura fuudhe Khadiijaa, tan hunda booda fuudhe Meeymuunaa dha.

Nagayaa fi Rahmanni Rabbii isarratti haa bu'u!

Nama seenaa Ergamaa Aalamaa tana SHARE godhe cufa, Jannatul-Firdoowsi, Ollaa Nabi Muhammad (SAW) Rabbi haa qubsiisu!

SHARE WALIIF GODHAA JZK
Godinaalee Oromiyaa Fi Aanolee isaanii

A. SHAWAA KIBBA LIXAA
1. Sooddoo Daaccii
2. Qarsaa Maallimaa
3. Daawoo
4. Iluu
5. Gooroo
6. Bachoo
7. Sadan Sooddoo
8. Amayya
9. Tolee
10. B/m Walisoo
11. Walisoo
12. WanciI
13.
B. GODINA ADDAA NAANNAWAA
FINFINNEE
1. Aqaaqii
2. Boorehi
3. B/m Buraayyuu
4. Holataa
5. Wal maraa
6. Sabbataa Hawaas
7.Muloo
8. B/ m Sabbataa
9. B/m Sandaafaa
10. Laga Xaafoo Laga Daadhii
11.B/m Dukam
12. B/m Sulultaa
13. B/m Aqaaqii
14. Sulultaa
15. Galaan
16. B/M Sandaafaa
.
.
C. SHAWAA LIXAA
1. Abuunaa Gindabarat
2. Ada'aa Bargaa
3.B/m Amboo
4. Amboo
5. Baakkoo Tibbee
6. Calliyaa
7. Daannoo
8. Dandii
9. Ejeree
10. Ilfataa
11. Ginda Barat
12. Jalduu
13. Jibaat
14. Meettaa Roobii
15. Miidaaqeny
16. Noonnoo
17. Dirree Incinnii
18. Tokkee Kuttaayee
19. Meettaa
20. Ejersa Lafoo
21. Liiban Jaawwii
22.Gincii
23.Coobii
D. Qeellam Wallaggaa 1.Anfilloo
2.Daallee Sadii
3.Daallee Waabaraa
4.B/M Dambi Dolloo
5.Gaawoo Qeebbee
6. Gidaamii
7. Hawaa Galaan
8. Jimmaa Hoorroo
9. Laaloo Qilee
10. Sayyoo
11. Yemaalogii Walal
E. WALLAGGA LIXAA
1. Aayira
2. Baabboo Gambeel
3. Begii
4. Boojjii Coqorsaa
5. Ganjii
6. B/M Gimbii
7. Gullisoo
8. Boojii Dirmajjii
9. Haaruu
1o. Hoomaa
11. Jaarsoo
12. Qondaalaa
13. Qilxu Kaarraa
14. Laaloo Asabii
15. Mana Sibuu
16.Najjoo
17. Noolee Kaabbaa
18. Sayyoo Noolee
19. Yuubdoo
20. Lataa Sibuu
21. Mandii
.
.
F. WALLAGGA BAHAA
1.Boonayyaa Boshee
2. Diiggaa
3. Jiddaa Ayyaanaa
4. Kiiramuu
5. Gobbuu Sayyoo
6. Gudayyaa Biilaa
7.Guutoo Giddaa
8. Haroo Limmuu
9. Leeqaa Dullachaa
10. Ibaantuu
11. Jimmaa Arjoo
12. Limmuu
13. B/m Naqamtee
14. Nuunnuu Qumbaa
15. Saasiggaa
16. Sibuu siree
17. Waamaa Hagaloo
18. Waayyuu Tuqaa
19. Gudayyaa Jaree
20. Guutoo Wayyuu
21. B/M Angar Guutee
.
G. HORROO GUDURUU WALLAGGAA
1. Abbaay Coomman
2. Abee Dongoroo
3. Amuruu
4. Guduruu
5. Habaaboo Guduruu
6. Horroo Bulluq
7. Jimmaa Gannat
8. Jimmaa Raaree
9. Shaambuu
10. Jaardagaa Jaartee
11. Horroo
12.
.
H. SHAWAA KAABAA
1.Abbichuu fi Nya'aa
2. Alaltuu
3. Dabire Libaanos
4. Dagam
5. Darraa
6. B/m Fiichee
7. Giraar Jaarsoo
8. Hidhabuu Abootee
9. Jiddoo jiddaa
10. Qinbibiit
11. Kuyyuu Garba Gurraachaa
12. Warra Jaarsoo
13. Wucaalee Muka Xurii
14. Yaayyaa Gullallee
15......
.
.
I. SHAWAA BAHAA
1.Ada'aa
2. Adaamaa
3. Adaamii Tulluuf Jiddoo Kombolchaa
4. B/m Bishooftuu
5. Booraa
6. Dugdaa
7. Boosat
8. Fantaallee
9. Gimbichuu
10. Liiban
11. Lumee
12. B/m Baatuu
13......
.
.
J. ARSII
1. Aminyaa
2. Asakoo
3. Asallaa
4. Balee Gasgaar
5. Collee
6. Digaluuf Xiijjoo
7. Diksiis
8. Dodota
9. Inqolloo Waabee
10. Gololchaa
11. Guunnaa
12. Heexosa
13. Jajuu
14. Limmuuf Bilbiloo
15. Loodee Heexosaa
16. Martii
17. Muunessaa
18. Roobee
19. Seeruu
20. Siree
21. Shirkaa
22. Suudee
23. Xannaa
24. Xiyyoo
25. Ziwaay Dugdaa
26.Shanan Kooluu
.
.
K. ARSII LIXAA
1. Adaabbaa
2. Arsii Nageellee
3. Dodolaa
4. Gadab Asaasaa
5. Kofalee
6. Kokosaa
7. Qoree
8. Nansaboo
9. Siraaroo
10. Shaallaa
11. B/m Shaashamannee
12. Shaashamannee
13. Heeban
14.B/M Dodolaa
15. B/M Nageellee
16. Wandoo Gannat
17. Bishaan Gurracha
18.
.
.
K. BOORANA
1. Yaa'a Bal'oo
2. Areeroo
3. Eelwayyee
4. Dirree
5. Waacillee
6.Guchii
7. Mi'oo
8. Moyyaalee
9. Taltallee
10. Dhaas
11. Diilloo
12.Guumolee
13.Dubulluq
.
.
L. GUJII BAHAA
1.Adoolaa Reeddee
2. Annaa Sorraa
3. Booree
4. Daamaa
5. Girjaa
6.B/m Adoolaa Woyyuu
7. Haroo Wolaabuu
8. B/m Shaakkisoo
9. Shaakkisoo
10. Liiban
11. B/m Nageellee
12. Uraagaa
13. Waadaraa
14. Sabbaa Boruu
15. Gooroo Doolaa
16. Aagaa Wayyuu
17. Gumii Eldaaloo
.
.
M. BAALEE
1.Agaarfaa
2.Barbaree
3. Daawwee Qacin
4. Diinshoo
5. Gaasaraa
6. Gin'iir
7. Goobbaa
8. B/m Goobbaa
9. Gololchaa
10. Gooroo
11. Guurraadhaamolee
12. Harrannaa Bulluq
13. Dalloo Maannaa
14. Laga Hidhaa
15. Madda Walaabuu
16. B/M Roobee
17. Sawweenaa
18. Sinaanaa
19.Raayyituu
20. Daawwee Sarar
21.....
.
.
N. HARARGEE BAHAA
1.Baabbilee
2.Baddannoo
3. Cinaaksan
4. Dadar
5. Fadis
6. Gurawa
7. Gola Odaa
8. Gooroo Guutuu
9. Gursum
10. Haromaayaa
11. Jaarsoo
12. Qarsaa
13. Kombolchaa
14. Kurfaa Callee
15. Malkaa Bal'oo
16. Meettaa
17. Mayyuu Mulluqqee
18. Miidhagaa Tolee
19. B/m Dadar
20. B/m Haramaayaa
21. Gooroo Muxii
22. B/M Awadaay
23. Qumbii
.
.
O. HARARGEE LIXAA
1. Ancaar
2. Baddeessaa
3. Bookee
4. B/m Ciroo
5. Ciroo
6. Gammachiis
7. Daaroo Labuu
8. Doobbaa
9. Gubbaa Qorichaa
10. Habiroo
11. Gumbii Bordoddee
12. Masalaa
13. Xuulloo
14. Mi'eessoo
15.Hawwii Guddinaa
16. Burqaa Diimtuu
17. Odaa Bultum
.
P. JIMMA
1. Aggaaroo
2. Coora Botor
3. Dedoo
4. Geeraa
5. Gommaa
6. Qarsaa
7. Limmuu Kossaa
8. Limmuu Saqqaa
9. Maannaa
10. Oomoo Naaddaa
11. Saqqaa Coqorsaa
12. Saxxammaa
13. Shabee Somboo
14. Siigimoo
15. Sokorruu
16. Xiroo Afataa
17. Gumaa
18.Limmuu Gannat
19. Noonnoo Beeenjaa
20. Aggaaroo
.
R. ILUU ABBAA BOOR
1.B/m Mattuu
2. Goree
3. Hurrumuu
4. Yaayyoo
5. Sal'ee Noonnoo
6. Makkoo
7.Daarimuu
8. Buree
9. Diiduu Laaloo
10. Dooraannii
11. Algee
12. Noophaa
13. Bachoo
14. Haluu
.
.
.
S. BUUNNOO BEDDELLEE
.
1. B/m Beddellee
2. Gachii
3. Cooraa
4. Deggee
5. Daaphoo Haannaa
6. Iluu Harar
7. Dhidheessa
8. Boorachaa
9. Cawwaaqaa
.10. Makkoo
.
.
.
T. GUJII LIXAA
1.B/m Bulee Horaa
2. Bulee Horaa
3. Dugdaa Daawwaa
4. Galaanaa
5. Abbayyaa
6. Qarcaa
7. Hamballaa Waamannaa
8. Malkaa Sooddaa
9. Surroo Barguddaa
10. Birbirsa Kojowaa
Galatoomaa Horaa Bulaa.
(Share,Like.Comment Gochuun Ni
Jajjabeefama)
Download BOTIM Messenger and make free phone calls. https://g.botim.me/invite
Godina Harargee Lixaa bakka addaa
Kuukkuu jedhamu mootummaan faashistiin xayyaara lolaa gargaaramuun boombii uummata nagaatti roobsaa jira.
Rifaatuu tarkaanfii gidduu kana Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo fudhateen mootummaan faashistii uummata nagaarraati xayyaara kaaseera. Kufaatii hamtuu mullisa.
Hey I joined a network called EarnCashTo and earned $25.00! You get paid for testing out new free apps and posting on social media. Sign up with my link for an instant $25 signup bonus! https://social-sj.xyz/880060528661/?s=tg
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 18 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.