Ethio Ambassador
119 subscribers
89 photos
2 videos
1 file
63 links
How to become ambassador 😎

Owner: @daretubeNBO
Download Telegram
Don't forget to claim
πŸ”₯2
🎁 28-Day Attendance Mission Day  6✌️

Open Your Notifications please.

Check in daily to earn MT and bonus rewards!

https://mytier.io/service/signup?ref=daretube
https://mytier.io/service/signup?ref=daretube
🎁 28-Day Attendance Mission Day  1✌️

Open Your Notifications please.

Check in daily to earn MT and bonus rewards!

https://mytier.io/service/signup?ref=daretube
https://mytier.io/service/signup?ref=daretube
πŸ‘2
Channel name was changed to Β«Ethio AmbassadorΒ»
Wel Come here we talk about how best latest Ambassador program project
πŸ‘2
πŸš€ Mytier Columbus Applicants Notice

The invitation link has been sent via email to those who applied for Mytier Columbus.
Please check your email and join using the provided link.

If you have not received the email, please contact us at:
πŸ“§ social@mytier.io

Kindly include your Telegram ID and Mytier nickname in your message.

πŸ§ͺ Testnet Access & Feedback

The Mytier Testnet is now live.
You can access and use it through the link below:

πŸ”— https://wallet.mytier.io

If you experience any bugs, errors, or have suggestions, please contact us at:

πŸ“§ dev@mytier.io

πŸ“§ support@mytier.io

Your feedback helps us improve Mytier.

Thank you.
Mytier Team
✈️InterLink ( Kun isin jala hin darbin )

➫Koota Blockchain haa hojjannu.
➫Kun qarshii baasu isin hin barbaachisu, Appii download gochuu qofan, mine gochuudha.
➫Project reefu jalqabeedha.
➫Hojjii gurguddaa waggoota dheeraa qabatee dhufeera.
➫Kampanoota, gurguddoo addunyaa kanaan kan deegarameedha.
➫Hanga ambassador ta'uuti nama leenjisaa.
➫Namoonnii barachuu fi hojjachuuf fedha qabdan, amumma join godhaa, wantoota gurguddoo Blockchain,crypto fi Exchange barattu.

➫Hubachisa.
1. Ani akka project InterLinkittii qabxii addunyaa Ethiopia keessa filameera.
2. Namoota hangan barbaadde ambassador gochuus irraa kaasus nan danda'a, Carraa kanattii itti fayyadama, hanga dhumaati isin deegaruuf qophiidha.
3. Karaa ittiin qarshii Ofii keessanii karaa bilbilaa hojjatanii argattan isinitti hima.
4. Group kanarrattii akka garaa keessanitti gaafachuu fi media keessan guddiffachuu ni dandeessu.

➫Group kan join ask any question

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
Yooyyaa.

🫴🏿akkuma Beekamuu. blockchainoonnii lafaa qabaachaa jiru.
🫴🏿InterLink Ji'aan dollar 50 ol naaf kena. hojjiin koo immoo akka addunyaati qabxii waanan kenuuf.
🫴🏿Ammas Immoo Unich na filateera. Qarshii ji'aan Naaf eeyyameera. Ambassadoroota baayyee akkan leenjisuus eyyamaa naaf kenneera, Official account kan Ethiopiyyaas naaf kenaniiru,[ Orommiiffanaan hojjadha😁 Yeroo jalqabaaf]
🫴🏿Kanaaf amma gargaarsa keessan na barbaachisa, kana yeroon jedhu, isiniis Reward argattuu, anis nan argadha jechuudha.
🫴🏿Organize fi Event guddaa akka ethiopiatti nan qopheessa jedhaniruu, kanaaf carra isaa isiniif kena.
🫴🏿Amma Appicha bustaanii achiin group irra leenjii jalqabna.

Unich Ambassador program


➫leenjiin gaafa Wixaata yeroo hunda jira.
➫Appii kana buustanii Mine gootu saattii 24 keessattii al tokko qofa Tuqxu.

Download App

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.unichlabs.unich.prd.android

Refer kana fayyadamaa.

my referral code:


🫳🫳  ZXDQAHEJ

Official Unich Group [ Join Godha ]

https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk
https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk
❀1
Unich Ambassador Program Opened

Akkuma Beekamuu Unich Namoota isaa Ambassadoroota Gochuu barbadda akkumaa Interlink

1. Namoonnii Ambassador Ta'uu barbaddan amma galmaa'a.
2. Akkumaa Interlink Qarshii bareedda ni arganna.
3. Keessattuu namoota T2 galaanif carra bareedda.
4. Project kanarrattis Aangoo guuttuun naaf kenameera.

πŸ₯ Wanti Isin barbaachisu.

1. Telegram username
2. Country
3. Social Media Link [ Kan barbaddan ]

Isaan kan hunda amma naaf ergaati Amma galmaa'a banaadha. please Hi hin jedhinaa.

[ πŸ›¬
@daretubeNBO ] kanarratti naaf ergaa

Erga Fixanii immoo Officail group Join godhaa.

https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk
https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk


Isin jala Hin darbin
πŸ“Œ Mytier Network Official
Universe Chat Room https://mytier.store
🌍 Connect, discuss & stay updated.
πŸ’¬ Share info, ask questions, help each other.
πŸ›‘ Respect all members. No spam or fake news.
πŸš€ Together we grow!
πŸ‘‰Eshee kana wal haa deegaruuπŸ™

1. Repost
2. Comment and like Godhamee.

https://x.com/darebible07/status/2034278096719826966?s=20
https://x.com/darebible07/status/2034278096719826966?s=20
Full Article Ready and Repost

https://x.com/darebible07/status/2034869204571029936?s=20


Namoota Social Media Subscribers baayyee fi View Baayyee qabdan.

πŸ‘‰InterLink waan barbadduuf. Galma'uu ni dandeessu.
πŸ‘‰Dollar 300 ol 😎
πŸ‘‰Oddeeffannoo hunda dubbisaa namni ulaagaa kana guutu yoo jiraate, na haa dubbisu. Core Team faana qunnamsiisa.
πŸ‘‰Caarraa gaarii.
🫴🏿Namoonnii Online Irra jirtan Carraan Kun Isin Hin darbin.

Ambassador Unich ta'uuf warri Barbaaddan Qoftii Ariffaadha, Galmee Galchuufanii
🫴🏿Warri Hin jalqabne yoo jiraattanif na dubbisuu dandeessu.

🫴🏿 please send:

- Telegram username:
- Ref code :
- Country :

Kanarrattii Naaf erga Dafaa :
@daretubeNBO


🫡🏼🫡🏼🫡🏼🫡🏼🫡🏼

Officail Group

https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk
https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk
Ethio Ambassador
🫴🏿Namoonnii Online Irra jirtan Carraan Kun Isin Hin darbin. Ambassador Unich ta'uuf warri Barbaaddan Qoftii Ariffaadha, Galmee Galchuufanii 🫴🏿Warri Hin jalqabne yoo jiraattanif na dubbisuu dandeessu. 🫴🏿 please send: - Telegram username: - Ref code : -…
Yooyyaa. [ Oduu Ammee ]

πŸ‘‰Namoonnii Unich Ambassador galmooftanii Turtan Torbee Dhufu. Badge appii keessan irrattii Isiniif gala.

πŸ‘‰Hojii keessan irrattii hunda'uun isiniif kenama.

πŸ‘‰Warrii hin galmaa'in jirtaan yoo jirtaan. Karaa keessa na dubbisaa isin galmeessa.
πŸ‘‰Carraa kana of-jala hin dabarsinaa.

πŸ‘‰
@daretubeNBO

✈️✈️✈️✈️✈️✈️✈️✌️
Forwarded from Faana beekumsaa
Jireenya jiraattu keessatti dhiibbaa dansaa uumuuf qabxiilee ''6P'' asii gadii kanarratti xiyyeeffadhu!
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
6P

1. Pray/Waaqa Kadhadhu!πŸ™
Waaqni kenna waan hunda keenna, Kanaaf yeroo hundaa madda jireenya keenyaa waliin hariiroo qajeeltuu qabaachuu qabna. Kanaaf yeroo hunda waaqa haa kadhannu. πŸ™

2. Plan/Karoorfadhu!
Namni karoora hin qabne akka xiyyaara kallattii malee balali'uuti. Jireenya keessatti kallatti sirrii filatanii irra deeman.

Plan=Vision + How to act
Karoorfachuun dura mul'ata jireenyaa, kallattii jireenyaa qabaachutti dursa. Karoorri mala mul'aticha gara gochaatti deebisuuti. Karoorfachuun qisaasa'ama jireenyaa hir'isa.

3. Prioritize/Duraa duuba eegi!
Karoorsuun waan dansaa. Waan karoorfatan duraa duuba eeganii gochatti hiikuun oogummaa gaafata. Yeroo malee akka hin dhalanneef, wantoota xiyyeeffannaan murteessanii gochatti hiikuun murteessaadha.

4. Persistent/Cichoominaan itti fufuu!
Qabxiin kunis baay'ee murteessaaf baay'ee ijoodha. Jalqabanii dhiisuun amala namoota dhiibbaa dansaa uumuutii moti. Qeeransa hin qabni qabnaan gad hin dhiisani jedhanii mitiiree, mala jijjiiranii dhiphisanii itti deemuun yeroo maraa bu'aa guddaa qaba.

5. Patience/Obsa qabeessa ta'i!
Bartee obsaa guddifachuun yeroo hundaa barbaachiisaadha. Ciminaa fi laafina, bu'iinsaa fi ba'iinsa, gaddaa fi gammachuu, dhabaa fi argachuu, gufuu fi qorumsa kamiyyuu obsaan jala muran. Obsaan qaalloman. Haala kamuu keessatti ciniinnadhuu obsi, harka hin kennin.

6. Play/Taphadhu
Gammachuu qabaadhu, yeroo hundaa gammada keessaa madde fuula ifaa qabaadhu, maatii kee waliin, hiriyoota kee waliin taphadhu, kolfi... enjoy godhi!... gammachuun hin beellamanu, har'a jiraadhu! Boru, gaafa argadhe gammada, bashannana hin jedhin, hojjetaa gammadi, gammadaa hojjedhu!

@faana_beekumsaa
@faana_beekumsaa
Forwarded from Faana beekumsaa
Maal beekuu dhabuun keenya kan nama gaddisiisu...😒
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Hiriyyoota koo waan hunduma keessaa maal beekuu dhabuun keenya akka nama gaddisiisu beektuu?

✍️ Barnoota barachuu dhabuu keenya miti kan nama gaddisiisu, Afaan english beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee teknooloojii haaraa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, seenaa biyya keenyaa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee kubbaa miilaa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee maallaqaa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee siyaasaa beekuu dhabuus miti.

Baay'ee wanti nama gaddisiisu waa'ee ofii keenyaa beekuu dhabuudha. Humna yaadaa fi waa'ee miiraa hin beeknu. Kuni nama gaddisiisa. Hanga waa'ee kubbaa miilaa beeknu waa'ee ofii keenyaa hin beeknu. Hanga waa'ee siyaasaa beeknu waa'ee ofii keenyaa hin beeknu. Caalatti immoo wanti baay'ee hamaan baruuf illee yaalii hin taasifnu!

πŸ—£οΈ Yaadannoo, amantaa, aadaa, duudhaa ijoollummaatti yeroo tokko nutti fe'amee fi dhaalan nutti hidhame, yaada (amantaa) hunda dhugoomsinee jiraanna. Barreeffama kana booda waa'ee ofii keenyaa barannee akka muka dhaabameetti of yaaduu haa dhiifnu. Of fooyyessinee nagaa, jaalalaa fi gammachuun jireenya fooyya'aa jiraachuuf haa carraaqnu.
Yeroo Gaarii πŸ‘


Hirriyoota keessaniif share gochuu akka hin daganne.

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa βœ…
Forwarded from Carraa hojii
πŸ’ͺ Ant Network πŸ’ͺ

➑️Application Inni duraa Yoo isin didee Delete godhaati kanaa fayyadamaa.

➑️This is Next to InterLink

➑️Ambassador Dhufaa jiraa, Be active daftaanii galmooftu.
➑️Dollar Ji'aan waan jiruuf Obsaan nu eega..

Referral Code Galchuu akka hin daganne. ( Coloniif )

➑️➑️ Ant Code: ANETBQ
➑️➑️   Ant Code: ANETBQ


πŸ™Yoo isin dide: @daretubeNBO

🀝🀝🀝🀝🀝🀝🀝
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM