TOXIC MOVIE πŸŽ₯
140 subscribers
62 photos
1 video
3 files
23 links
Tommorow is another day

Walaloo Jaalalaa
Jechoota Hayyoota
@muddebot
Download Telegram
Bio code 14
1. A
2. D
3. D
4. B
5. D
6. B
7. C
8. D
9. D
10. C
11. A
12. B
13. B
14. D
15. B
16. C
17. D
18. B
19. A
20. D
21. C
22. C
23. D
24. B
25. A
26. B
27. D
28. C
29. A
30. B
31. A
32. C
33. C
34. A
35. C
36. C
37. C
38. D
39. A
40. D
41. B
42. A
43. A
44. C
45. C
46. D
47. A
48. D
49. C
50. A
51. A
52. C
53. C
54. A
55. C
56. C
57. A
58. D
59. B
60. B
61. B
62. A
63. C
64. A
65. C
66. D
67. __
68. D
69. C
70. D
71. D
72. A
73. C
74. C
75. A
76. D
77. D
78. A
79. D
80. D
81. A
82. C
83. B
84. B
85. B
86. C
87. A
88. D
89. D
90. D
91. D
92. C
93. A
94. B
95. D
96. A
97. D
98. C
99. B
100.
Mirkanneessuun sirriitti isin barbaachisaa.califtaniin guutiina
Hist code 42 1a 2b 3b 4d 5c 6d 7a 8c 9b 10a 11d 12a 13c 14b 15c 16d 17b 18d 19b 20a 21c 22a 23a 24b 25d 26d 27b 28c 29a 30b 31c 32b 33a 34d 35c 36b 37a 38c 39a 40a 41a 42c 43d 44a 45b 46c 47c 48b 49b 50c 51a 52c 53b 54c 55c 56d 57b 58a 59b 60c 61d 62d 63c 64a 65a 66b 67a 68a 69c 70b 71d 72d 73a 74d 75c 76b 77d 78c 79a80d 81d 82c 83a 84b 85d 86c 87a 88c 89b 90d 91d 92b 93a 94b 95c 96b 97b 98b 99c 100c
Chemistry code 17
βœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈβœ”οΈ

(1a) (2c) (3b) (4d) (5d) (6b) (7d) (8d) (9c) (10b) (11a) (12b) (13a) (14a) (15b) (16b) (17c) (18c) (19c) (20a) (21c) (22a) (23c) (24d) (25a) (26d) (27A) (28b) (29a) (30C) (31c) (32a) (33d) (34b) (35a) (36b) (37b) (38a) (39a) (40d) (41a) (42_B) (43b) (44d) (45c) (46a) (47d) (48A) (49c) (50D) (51A) (52d) (53d) (58b) (59a) (60c) (61a) (62b) (63d) (64b) (65c) (66c) (67a) (68d) (70b) (71a) (72b) (73d) (74c) (75b) (76c) (77d) (78a) (79c) (80a) @mudde2G
π™˜π™žπ™«π™žπ™˜π™¨ π™˜π™€π™™π™š 28
π™₯𝙑𝙑𝙨 π™˜π™π™šπ™˜π™  πŸ™
1b2b3c4b5d6b7c8b9b10 11 12c13a 14c15c16c17b18b19 d20d21d22d23c24b25d26a27b28d29a30b31c32d33d34a35b36a37c38a39b40c41b42b43c44d45c46b47d48a49b50b51b52a53c 54a55c56a57d58b59a60c61d62c63a64b65a66d67b68c69c70c71d72c73a74c75c76c77d78a79c80b81a82a83d84b85b86d87c88d89a90d91a92c93d94a95b96a97b98
𝙛𝙀𝙧
𝙩𝙀𝙒𝙒𝙀𝙧𝙀𝙀𝙀𝙀𝙀𝙀𝙀𝙀
Civic code 51

1c
2d
3c
4b
5b
6c
7b
8a
9d
10a
11c
12b
13b
14d
15c
16b
17A
18d
19b
20c
21a
22a
23d
24c
25b
26b
27a
28d
29c
30d
31a
32b
33b
34a
35d
36b
37d
38a
39c
40b
41a
42c
43d
44b
45c
46a
47d
48b
49a
50a
51c
52a
53c
54b
55d
56c
57d
58b
59c
60d
61c
62b
63b
64d
65d
66b
67d
68a
69c
70d
71c
72a
73c
74b
75d
76b
77c
78a
79a
80b
81c
82b
83b
84d
85c
86a
87c
88c
89a
90b
91d
92a
93a
94b
95a
96a
97a
98b
99d
100a
Sammuu gorsaan faayamee, obsaan dabaalamee qabadhuu!

Olmaa gaarii
Namoota gaggaarii osoo barbaadduu yeroo kee hin balleessin, ati ofumaaf nama gaarii taanaan namoonni gaggaariin ofiin sibarbaadanii dhufu.

@mudde2G
AMALOOTA NAMOOTA MO'ATOO TORBA!

****************************

Waan gaarii fi cimina ofii isaanii fi kan nama biraa arguu danda'u. Hir'inaa isaaniirratti malee hir'ina namaa irratti hin xiyyeeffatan. Waan qabanii fi waan danda'anirratti xiyyeeffatu.

Namoota (hiriyyoota) gaarii ta'an naannoo isaaniitii qabaatu. Hiriyyoota kaayyoo, ergama fi ilaalchaan waltumsuu danda'an of biraa qabu.

Kufaatii isaanii dhoksuuf hin dhama'an, akka barumsa argatanitti yaadu.

Abdii hin kutani. Yoo kufan ka'uu akka danda'an beeku.

Murtoo murteessuuf dudduuba hin deebi'an. Murtoon jireenya keessatti barbaachisaadha, namoonni mo'atoon ni murteessu.

Waa'ee doggoggora darbee deddeebi'anii yaadanii of hin dhiphisan, garuu irraa baratu.

Yeroo kaayyoof jedhanii miidhamni dhiphinni, rakkiinni irra ga'u waan isaan miidhe caalaa waan miidhama sana keessaa argatan yaadu.

********************************* Mo'atoo isin haa taasisu rabbi!

Fayyaan Faaya.

Madda:- fuul barruu Dr. Gurmessa

❀️like gochuu hin dagatiin
Hiriyyotakee 2f qoodi!
@mudde2G
@jaalalati_jireenya @jaalala_dhuga
Forwarded from Ferhan Abdulselam
OMN EthioSat irratti daaw’achuuf maqaa HCTV/Horn cable tv jedhuun 10985 H 45000 t.me/FerhanAbdulselam
Unknown:
Caba lafee dugdaa
Dhiiguu onnee kiyyaa
Osoodhuma argitanii
Hin callisiinaa biyyaa

Dhugaa se'een amaneem
kenneefi onneekoo
Midhamees hin jiiluu
Bagakaa anaafoo😁

Elaamee dhagahii
Sin hima waa tokko
Dhugaadha sin dhiisu
Si qaba cubbuunkoo

Egaa sin kadhadhu
Deemigaa nagaatti
Ta'iin kuni anaaf
Barnoota jabaati

Sin kadhadhu beenu beenu sirba jettu san naa dhaggeefadhuπŸ˜‡

@jaalalti_jireenya
Forwarded from Siif Galeeraa?
Forwarded from Siif Galeeraa?
❀️Siif_Galeeraa?
.........................
Of beekuuf murtoo hin qabdu taanan yoo of beektes murtoo hin murteessitu!!
Of beekuun foormulaa hin qabu! jechuun of wallaaluun foormulaa qaba jechuudha.
Of beekuun beekumsa beekumsa caaludha. Of beekuu wanti bakka bu'u hin jiru. Albuudni namni itti fayyadamee fixuu hin dandeenye of beekudha.
Addunyaa kana irra namoonni baay'een osoo of hin beekin beekaa fakkaatanii taa'u.
Beekaa waan fakkaatteef waan beekte sitti hin fakkaatiin.
Barachuun beekuu hin ibsu. Beekuun garuu barachuu ni ibsa.
Barachuun osoo of beekudha ta'ee, namoonni baratan hundumtuu beekaa ta'u turan.
Of wallaaluun foormulaa qaba. Foormulaan isaas kanneen armaan gadiiti.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Gad-aantummaa Γ— hirkattummaa Γ— of-awwaaluu = of wallaaluu
..........................
Maddii, kitaaba #Siif_Galeeraa?
................................
SHARE & JOIN US.
@https://telegram.me/jechootaHayyu#Creator
@jechootahayyu
βœ…walaloo babbareeda
βœ…kitaabota adda addaa
βœ…JechootaHayyoota
βœ…Jechootajaalalaa
βœ…WalalooJaalala
Asirra argadhu dandessa
➑join our chanel
➑ @jechootahayyu
Kabajamtoota hordoftoota
Maatii channeli keenyaa
Yaada qabdaniif @muddebot
Forwarded from Siif Galeeraa?
Namuu Lakkoofsa Ni Beeka Garuu Namni Bakka Nini Itti Dhaabattu Beeku Hin Jiru!!
Sababi Isaa Lakkoofsi Itti Fufaa waan Taa'eefπŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰πŸ‘‰ @jechootahayyu
Join telegram
Forwarded from Afaan Oromo News
Miseensonni Hooggansa KFO Mana Hidhaa Turan Akka Hiikaman Murtaa’uu Mootummaan Beeksise  
https://www.voaafaanoromoo.com/a/6387527.html

Miseensota hooggansa paartii Koongirasii federaalistii Oromoo obbo Jawaar Mohammad ,Baqqalaa Garbaa, Dajanee Xaafaa fi kanneen galmee obboo Jawaar Mohammad jalatti waamaman kanneen biroo akka bahan murtaa'eera, jedhe ibsi galgala kana Tajaajila Toomunikeeshinii Mootummaa Itoophiyaa Bahe. 
Miseensa hooggansa KFO keessaa ammatti obbo Dajanee Xaafaa  bahuunis mirkanaa'ee jira. Gaazeexeessaa Mallasee Dirribsaa fi Shamsaddiin Xaahaas bahanii jiru.
Haata'u malee Obbo Jawaar Mohammad, Obboo Baqqalaa Garbaa, Hamzaa Booranaa fi  kanneen biroon akka hiikaman murtaa'uun ibsa sana keessatti himamus akka maddaan adda addaa jedhanitti hanga yoonaa garuu mana hidhaa irraa hin baane.

Gama biraatin dura taa'aan paartii Baalderaas obbo Iskiindir Naggaa fi hooggansi paartichaa hidhaa irra turan har'a galgala hiikamuu isaanii duubi-himaan paartichaa obbo Baqaaluu Axinaafuu Raadiyoo sagalee Ameerikaatiif ibsaniiru.
Dhiyeenya kana kan to'ataman Obbo Sibaat Naggaa fi namoonni 6 galmee isaanirratti himatamaan akka mana hidhaatii bahaniif murtaa'era, jechuun Tajaajilli Koomunikeeshinii  Mootummaa Itoophiyaa galgala kana ibsa baaseen ifoomse jira.  
Channel name was changed to Β«TOXIC MOVIE πŸŽ₯Β»
Channel photo updated