Miky App
237 subscribers
50 photos
3 videos
6 files
57 links
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Seenaa Rirmi hin nyaatu!
Hacaaluu Hundeessaa dhageeffadhaa waliif dabarsaa.
Yeroo dhiyootii
Miky App
Photo
Yeroo dhiyootii

Miky App
Forwarded from Oromosamsung 📱💻 (Mr- abdulwasi)
Credit Card yoo si jala badde ykn hatamte, Namni argate sun Maallaqa keessaa qabdu kaashii baasuu hin danda'u. Garuu Super Market fedhe seenee maallaqa sanaan wanta fedhe bitachuunii danda'a. Akkasuma online irratti Marsaariitii tokko tokko irratti kafaltii raawwachuun Tajaajila barbaadu argachuunii ni danda'a. Kuni kan tahu; Hanga Ati kaardii sana block gootee faayidaan ala taasiftuttiidha.

Amma Garuu dhaabbanni SAMSUNG fi MASTERCARD waliin ta'uun kaardii 'Biometric Paymnet Card' kan Ashaaraa Quba keetin malee maallaqa baasii gochuu hin dandeenye hojirra oolchufi.

Odeeffannoo Technology Guyyuu argachuuf Karaa Facebook keenyaatin nu hordofaa.
https://facebook.com/oromosamsungpage
#Biliyoona 10 ol guyyaa tokkotti nyaate.
*******************************
Namichi lammii #Naayijeeriyaa tokko qurxummii kiyyeesse bulu, Naayijeeriyaa naannoi #Deltaa_Warii jedhamtuuti qurxummii guddaa #BlueMarlin jedhamu qabate.
Erga gara manaati deebi'ee booda uummata naannoo waliin qalanii nyaatan garuu qarshii biyya Naayijeeriyaa #Nayiraa Biliyoona tokko fi Miliyoona dhibba lama akka nyaatan hin beekne.😭😭
Gosti Qurxummii #Biluu_Maarliin jedhamu kun kiiloon tokko doolaara Ameerikaa 30,000 (qarshiin Miliyoona 1.3)ta'uu quba hin qabu, qarshii maatii fi ganda isaa gahu guyyaa tokkotti nyaatanii fixan.
Qurxummii sun guutummaan isaa doolaara Miliyoona 2.6 (Qarshii Biliyoon 10 olbaasa ture
😭😭
Waaqayyoo akka inni itti carraa namaaf kennu ilaalaa nuti garuu carraa keenya walaaluun hiyyumaan duuna.
Carraa Waaqni siif kenneti fayyadami!
😭😭😭😭
Furdachuun salphaa ture
Akka namaa nyaattanii
Anaaf, Oromoof jecha
Ekeraa fakkaattani
Moroda xiiqiirratti
Soofamtan akka baalaa
Dhugaatu sin marare
Guddina garaa caalaa!

Waa'ee keessan barreessuuf
An' jechan dhabe homaa
Gaatii nuuf kaffaltaniif
Jiraadhaa, galatoomaa

#Share
@Waloo_Leta
Harmee ogeettii, kan mucaashee ajjeese ajjeeste! (¿)
~~~~
Harmee ogeettii tokkotu turte. Ogummaan harmee kanaa baay'ee nama ajaa'iba. Yeroo ta'e, namni tokko mucaashee waraanuun ishee jalaa ajjeese. Ajjeessaa mucaashees, suuta suuta, yeroo eeggatteetu galaafatte- ajjeeste! "Kan mucaashee ajjeese ajjeessuun ogummaadhaa? Yoomii kaasetu nama ajjeessuun ogummaa ta'e,...ajjeesaanis ogeessa jedhamee waamame,...?" akka jechaa jirtu shakkii hinqabu. Kun, anattuu akkanuma gaaffii ta'ee ture. Akkana ture dubbichi:-

Biyya Amerikaatti haadha ilma xiqqaa tokko qabdutu turte. Guyyaa tokkoo oduu gaddaatu garashee dhaqe. Kunis, ilmishee kun biillaadhaan waraanamee afaan du'aarra akka jiru. Bifuma gaddisiisaa kanaanis lubbuunsaa darbe. Yeroon booda, namni mucaashee ajjeese murtiitti dhiyaate. Namni ajjeese kunis, ijoollee ganna 14 hincaalledha. Yeroo kana harmeen kun, ija muca ilmashee galafatee kanaa ilaalaa, "Ana amani, anunatu si ajjeesa" jechuun itti dhaaddatte. Murtii waggaa saddetii fudhachuun, gurbaan gara mana sirreessaatti fudhatame.
Yeroo mana hidhaa kana keessa jiru kana, namni deemee isa gaafatu tokkollee hinturre. Kan baay'ee nama ajaa'ibu garuu, harmeen ilmishee jalaa du'e kun deddeebitee isa gaafatti. Waan isa barbaachisus geessuufii itti fufte. Waanti ta'aa jiru kun, gurbaatti gaaffii guddaa uumuunsaa wal nama hingaafachiisu.
Osooma akkanaan jiranii, turtiin adabbiisaa nidhumate. Yeroo kana gaaffii tokko gaafatteen; "Yeroo asii baatu maal dalagda?" Innis akka waan hojjetu homayyuu karoorfatee hinjirre isheetti hime. Sanaan booda, akka ofitti fudhattee haala hojii mijeessuufii dandeessu edda hubachiifteen booda, garasheetti fudhatte. Haala hundumaas mijeessiteefii hojiisaa itti fufe.

Yeroo muraasaa booda, gurbaa sana ofitti waamtee, "Waanan yeroo tokko, yeroo mana hidhaa seenuuf jettu siin jedhe niyaadattaa?" jetteen. Gurbaanis boquusaa gad cabsee, "Eeyyeen nan yaadadha,....akkamittiinan hirraanfadha!" jedheenii. Isheenis deebiftee, "Anis akkuman jedhe godheen jira. Kan mucaakoo ajjeese ajjeeseera" yeroo jettu mucaan rifannaa guddaadhaan garashee ilaaluun, "Maali anoo jiraa, yooman du'e?" jedheen. Isheenis, "Kanan ajjeesuu barbaade foonkee osoo hintaane, eeyyummaakee isa ittiin mucaakoo ajjeeftedha. Kanasimmoo, guyyaa ati hidhamtee kaasee deddebi'ee si gaafachuufi gaarummaa sitti agarsiisuuni. Ati guutumaatti jijjiiramtee jirta; nama mucaakoo ajjeese sana miti. Kan mucaakoo ajjeese sun du'ee jira!" yeroo jettuun, imimmaan qabachuu dadhabe. Walittis marmani. Guyyaa sanaa kaasee, akka haadhaafi ilmootti waliin jiraachuu itti fufani. Akkanaan, harmeen ogeettiin ajjeessaa ilmaashee ajjeefte.
Waanan jechuu barbaade ifaadha! Ajjeessaa jireenya keenyaa adda haabaafannu. Ajjeessaan beekumsa, qabeenya, gammachuufi yeroo keenyaa inni sirriin eenyu? Namni tokko dhukkubsatee mana yaalaa yoo deeme, ogeessi fayyaa dhubbicha balleessuuf nama yaala malee nama sana miti. Eeyyeen, kan dhabamsiifamuu qabu nama badii raawwate yookaan kan hammeenyi keessan mul'ate osoo hintaane, badisa nama keessaati. Hamaan nama keessaan dalagamu, namni hamaa ta'uuf ragaa miti. Kanaafuu, ajjeessaa isa ta'e qofaa haa ajjeefnu!
~~~

Waanan dhagahe irraan qindeesse.

©Abdiisaa Ejjetaa U
Yeroo tokko tokko moo'attee #badhaasa argatta, Yeroo tokko tokko ammoo moo'atamtee #barnoota argatta. Moo'achuun xumura #milkaainaa akka hin taane, Moo'atamuun ammoo #kufaatii akka hin taane jala sararadhu!
Qondaala mootummaa naannoo amaaraa hoogganaa Nageenyaa kan ta'e Mucaa isaa waldiyaa irraa gara Bahirdaaritti jijjiirraa gaafate

Waldiyaanis bahirdaaris naannooma amaaraati garuu qondaalli mootummaa kun mucaa kootiif waldiyaan nageenyi isee waan na sodaachisuuf lafan jirutti mucaa koo naaf ramadaa jechuun mucaa isaatiif xalayaa inni ministeera barnootaatti barreesse miliqee ba'eera.


Maddi: ABDII_SABA
#Odeeffannoo garagaraa fi guyyaa yaamiinsaa iddoo isin gahee, Marsariitii/website isaanii irraa argachuu dandeessu.

📚 Acronym and Website ፦

1.AASTU
http://www.aastu.edu.et/

2. ASTU
http://www.astu.edu.et/

3.Addis Ababa University (AAU)
http://www.aau.edu.et/

4. Adigrat University (AGU )
http://www.adu.edu.et/

5. Ambo University (AU)
http://www.ambou.academia.edu/

6. Arba Minch University (AMU )
http://www.amu.edu.et/

7.Arsi University ( ARU )
https://www.arsiun.edu.et/

8 ASOSSA UNIVERSITY(ASU)
http://www.asu.edu.et/

9.Axum University (AXU)
http://www.aku.edu.et/

10 Bahir Dar University ( BDU)
http://www.bdu.edu.et/

11. BONGA UNIVERSITY (BU)
http://www.bongau.edu.et/

12 BULE HORRA UNIVERSITY (BHU)
http://www.bhu.edu.et/

13 DEBARK UNIVERSITY (DKU)
http://www.dku.edu.et

14 Debrebirhan University (DBU-
http://www.dbu.edu.et/

15 Debremarkos University (DMU)
http://www.dmu.edu.et/

16 DEBRETABOR UNIVERSITY (DBTU)
http://www.dtu.edu.et/

17 DEMBI DOLO UNIVERSITY (DeDU)
http://www.dedu.edu.et

18 Dilla University( DU)
http://www.du.edu.et/

19 Dire Dawa University ( DDU )
http://www.ddu.edu.et/

20 Gambella University (GMU)
http://www.gmu.edu.et

21 Gondar University( GU)
http://www.uog.edu.et/en/

22 Haramaya University (HRU)
http://www.haramaya.edu.et/

23 Hawassa University (HWU)
http://www.hu.edu.et/hu/

24 INJIBARA UNIVERSITY( IU)
http://www.inu.edu.et/

25 Jigjiga University (JGU
https://www.jju.edu.et/)

26 Jimma University (JU)
https://www.ju.edu.et/

27 JINKA UNIVERSITY (JNU)
http://www.jnu.et/

28 Kebri Dehar University (KDU)
http://www.kdu.edu.et/

29 Kotebe Metropolitan University
( KMU)
http://www.kmu.edu.et/

30 Meda Welabu University (MWU)
http://www.mwu.edu.et/

31 Mekelle University( MU)
http://www.mu.edu.et/

32 MEKIDELA AMBA UNIVERSITY
( MAU )
http://www.mau.education/

33 METU UNIVERSITY (MEU)
http://www.meu.edu.et/

34 Mizan-Tepi University (MTU)
http://www.mtu.edu.et/

35 Oda Bultum (OBU)
http://www.odabultum.edu.et

36 RAYA UNIVERSITY( RU)
http://www.rayu.org/

37 Selale University (SLU)
http://www.seu.edu.et

38 Semera University( SU)
https://www.su.edu.et/

39 WACHAMO UNIVERSITY (WCU)
http://www.wachemouniversity.academia.edu/

40 Welketie UNIVERSITY (WKU)
http://www.wku.edu.et

41 WERABE UNIVERSITY ( WRU)
http://www.edu.et/

42 Wolayita Sodo University (WSU)
http://www.wsu.edu.et

43 Woldiya University (WDU)
http://www.fh2web.academia.edun

44 Wollega University( WU )
www.wollegauniversity.edu.et

45 Wollo University (WOU)
http://www.wollo.academia.edu
What A Life We Live!
Have you taken note of the
CO-INCIDENCE Of Life:

🔖 CHURCH has 6 letters so does MOSQUE

🔖 BIBLE has 5 letters so does QURAN.

🔖 LIFE has 4 letters so does DEAD.

🔖 HATE has 4 letters, so does LOVE.

🔖 ENEMIES has 7 letters, so does FRIENDS.

🔖 LYING has 5 letters, so does TRUTH.

🔖 HURT has 4 letters, so does HEAL.

🔖 NEGATIVE has 8 letters, so does POSITIVE

🔖 FAILURE has 7 letters, so does SUCCESS

🔖 BELOW has 5 letters, so does ABOVE

🔖 CRY has 3 letters so does JOY.

🔖 ANGER has 5 letters, so does HAPPY.

🔖 RIGHT has 5 letters, so does WRONG

🔖 RICH has 4 letters, so does POOR.

🔖 FAIL has 4 letters, so does PASS.

🔖 KNOWLEDGE has 9 letters, so does IGNORANCE.

Are they all by Coincidence?

We should choose wisely, this means LIFE is like adouble-edged sword.

If you think it is your alarm clock that woke you up this morning, try putting it beside a dead body and you will realise that it is the grace of God that woke you up.


Via:faaruu_tube
Kanneen DV guuttan hundaaf!

Namoonni lootorii DV 2022 guuttanii carraa keessan kanneen eegaa turtan hundaaf, carraan kun May 8,2021 ykn har'a Sanbata Ebla 30,2013 ni ifooma. Carraa gaarii!

👉 https://dvlottery.state.gov/

Via:Gadaapost
Id Mubaarak | Eid Mubarak 🌙

Hordoftoota amantaa Islaama maraa baga hiikkaa sooma Ramadaaniifi ayyaana Iid Al Faxir 1442ffaaf nagaan isin gahe. Ayyaanni kun kan nagaa, jaalala fi kan tokkummaa akka isiniif ta'u ni hawwina.

Ayyaana gaarii
#ODUU_SIMBIRTUU #BREAKING

Guyyaan filannoo biyyaa Itoophiyaa marsaa 6ffaa Jijjiirame

Boordiin filannoo biyyattii filannoo caamsaa 28/2013 tti karoora baafatee kan ture ta'uyyuu galmee kaardii filannoofi hojiiwwan garaagaraa guyyaa qabame kanatti waan hin xumuramneef filannoon guyyaa karoorfamee turetti akka hin geggeeffamne ibsee jira.

Via:Abdi Sabaa
Forwarded from Gadaa Post
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) yookaan kan mootummaan 'Shanee' jedhe waamu ibsa har'a Caamsaa 15,2021 miidiyaalee adda addaaf ergeen waraanichi lammiilee Chaayinaa sadi Godina Wallaggaa Lixaa, naannoo Mandiitti hojii Albuuda baasuurratti bobba'anii jiran sababa hojii Albuuda baasuu kanaan 'qotee bultoota naannichaa beenyaa madaalawaa malee buqqisaa jiraniif' to'annoo jala oolchu ibseera. Haata'u malee lammiilee Chaayinaa kunniin yeroo ammaa kana 'fayyaa guutuu fi haala gaariirra' akka jiran himeera, WBOn.

Gabaasa guutuu dubbisaa 👇
https://www.gadaapost.com/oduu/wbon-godina-wallagga-2021-05-15-192647162731
Forwarded from ABDII SABAA
Anwaariif haa dirmannu !
***************************
Anwaar Huseen Abbaaduraa jedhama. Dhibee rakkoo oomishamuu dhabuu dhiigaa APLASTIC ANEMIA) jedhamu dhukkubsata. Dargaggoo waggaa 20ti. Yunivarsitii Samaraatti ramadamee sababa dhibee kanaa barumsarraa hafe. Kanaan dura deeggarsa namoota adda addaatiin yaalii argachaa tureera. Amma garuu gara biyya alaa bahee akka yaalamu boordii hospitaala xiqur ambassaatiin murta'eera. Maatiin isaa qarshii yaaliif isa barbaachisu miiliyoona 2.5 kan hin qabneefi humna isaaniiti olidha. Kanaafuu hundi keenyayyuu haga dandeenyeen birmanneefii jazaa isaa Rabbirraa haa eeggannu. Rabbiif jennee Haa birmannuuf! Lakkoofsa herreega armaan gadiitiin deeggarsa ha goonuuf.

Lakkoofsa herr. Baankii
**************
1. Baanki Daldala Itiyooppiyaa/ 1000018555992/1000337570918
2. Hojii G/Oromiyaa 1000077415096

SABA GUDDAAF MIIDIYAA GUDDAATU MALA
📡CHAANALII📡
T.me/ABDII_SABAA
T.me/ABDII_SABAA

📹Youtube📹 https://youtu.be/C4DAjJMU9oo

📚KITAABA BARATAA📚
https://t.me/joinchat/oe6pQ99DIjs1OTBk