Miky App
250 subscribers
50 photos
3 videos
6 files
57 links
Download Telegram
Guyyaa miindaan siif ba'e foon Lukkuu nyaatta.Guyyaa itti aanu immoo miindaan kee yoo xiqqaatu bu'aa Lukkuu (Killee) nyaatta.Guyyaa itti aanu miindaan kee yoo qal'atu immoo nyaata lukkuu boqqoloo fi garbuu nyaatta.Guyyaa miindaan kee dhume immoo atumti lukkuu taatee nyaata barbaacha olii fi gadi deemaa yeroo kee dabarsita.

#Robert_Mugabe
Jireenyi kee karaa sirrii irra yoo jiraate ati du'a hin sodaattu.Jireenya gaarii yoo jiraatte du'a akka kennaa tokkootti fudhatta.Sababni isaa,ati du'a akka boqonnaa ykn akka hirribaatti ilaalta waan ta’eef.Faallaa kanaa yoo jiraatte garuu,Jireenyi carraa sitti fakkaatti.''sodaan kan dhufu du'a irraa osoo hin ta'in jireenya sirriitti jiraachuu dhabuu irraan dhufa''

#ooshoo
Yeroo tokko Robert Mugaaben dubbii dinqisiisaa waa'ee sirna Bulchiinsa Afrikaa irratti dubbatee ture!

➪Barattoonni ciccimoon Sadarkaa 1ffaa irratti argaman qabxii olaanaa warri qaban ogeessa fayyaa fi enginera ta'u!

➪Barattoonni jiddu galeessi sadarkaa 2ffaa irratti argaman immoo seera baratanii warra sadarkaa tokkoffaa bulchu!

➪Sadarkaa 3ffaa irratti kan argaman kanneen kutaa 8 baratanii, poolisii dorgomuun warra sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa jiran kan bulchanii dha. Yoo barbaadan ni reebu! Qaama hir'isu! Yoo barbaadan ni ajjeesu!

➪Sadarkaa dhumaa irra kanneen jiran kanneen homaa hin baratin immoo qaalluu fi xonqaayii ta'uun namoota hundumaaf fala himu! jedhee ture!

#Rooberti_Mugaabee
"Warri adii, nuyi warreen gurraacha taane gadi qabuuf jecha gommaa konkolaataa isaanii "gurraacha" godhan!

Guyyaa jibban guyyaa wiixataa "#black_monday" jedhan!

Nama bilbila isaa kaasuu jibban "#black_list'' uuman, fi kan kana fakkaatan godhaniiru!"

"Ani garuu mana fincaanii yoon seenu hudduu koo sooftii/haqxuu adiidhaanan qulqulleeffadha!"

#Rooberti_Mugaabee
For order 👗🥰🔥
Contact us
@Jobirdesign
+251993487117
+251985280165
Forwarded from Abbu Tech (.)
Akkasitti Beeki

Addunyaan kun Namoota Baayyee of keessaa qabdi
◆Gariin sin fayyadan
◆Gariin Immoo situ isaan fayyada ◆Gariin ammoo si miidhuu malee si hin fayyadan
◆Gariin immoo sis Hin fayyadan sis hin miidhan
◆Gariin sin Jaallatan
◆Gariin sin Jibban
◆Gariin ati ni jaalatta isaan sin Jaallatan
◆Gariin immoo  ati ni yaadatta isaan si hin yaadatan.

Hubadhu kun hundi seeruma uumamaati.Garuu ati nama kana hundaa wajjin haala ittiin jiraattu sirriitti Beekta yoo tahe dhuguma ati nama cimaadha.
◆Namoota si jaallatan waliin Jaalalaan Jiraadhu.
◆Namoota si kabajan wajjin Kabajaan Jiraadhu.
◆Namoota si tuffataniif carraa laattee waliin Hin Jiraatin.Lubbuu kee irraa fageessii Jiraadhu!!

Hubadhu ati namoota si tuffatan sanii oli malee isaanii gadi miti. Namoota yeroo ati bira jirtu si yaadatan kan yeroo ati biraa deemte si dagatan waliin hiriyyummaa hin uumin.Nama si dagate naa haa yaadatu jettee of hin cinqin.Yeroo baayyee yoon isaan wajjin dabarse na yaadachuu hin oolu Jettee yeroo Kee Isaa wajin Hin gubin.

Namni fedhii kee qabu kan si jaallatu kan si dhabuu hin dandeenye tokko inuma jira. carraatu walitti Isin Hin fidin jira Malee!!

Hubadhu jireenyi addunyaa kun goflaan isaa lama,lachuu Yoo fayyaa ta'e malee danda'ee siif hin bararu. Goflaa lama jechuun (Jaalalti gama lachuutiin yoo taate malee, gama tokko qofaan yoo taatee gama kaaniin yoo hin jiraannee goflaa tokko jechuudha).
◈Wal kabajuun
◈Wal jaallachuun
◈Wal Yaadachuun
◈Wal Yaaduun waan faayidaa qaburratti waliif dhaamuun, waliif dhimmamuun Fi kkf Yoo gama lachuutiin jiraate malee gama tokko qofaan sin ceesisu, si dhiphisas kan gama lachuutiin jirutu siif boqonnaa gaarii kenna!

Hubadhu adaraa addunyaa, galgala bultee kee malee ganama ka'uu kee hin beekne kana gubbaatti tuffii namaa baadhattee hin deemin.

Yoo namoonni dhaamsa (Text) si fayyadu siif ergan galatoomfadhu. Atis kan isaan fayyaddu yoo qabaatte forward godhiif maaf wal tuffanna!!

Kan Tuffatantu Nama Caala
Kan Jibbantu Nama Dhaala
Jedhu Abboonni keenya !!

Iddoo Nagaa oolaa!

#ooshoo
Xonqaayiin akka waan tokko hin beekne harra laaqana maal qopheessite? jedhee yeroonni haadha warraa isaa gaafatun bare.😁
Gaaffii gaafateef Deebii Ruumiin kenne

❶Summiin maali?

Wanta nu barbaachisu ol wanti ta'e hundi summii dha.Aangoo, qabeenya, hiyyummaa, aarii, araada, dadhabina, jibba, ofittummaa, jaalala, xiiqii ykn waan biraa ta’uu danda’a.

❷Sodaan maali?

Innis qabatamaa ykn sirrii ta'uu keenya fudhachuu dadhabuudha. Yoo sirrii ta'uu dhabuu keenya fudhanne sodaan du’a ta’a.

❸Inaaffaan maali?

Waan gaarii namoota biroo fudhachuu dhiisuudha.Waan gaarii namoota biroo yoo fudhanne nu kakaasa.

❹Aariin maali?

Wantoota to'annaa keenyaan ala ta'an fudhachuu dhiisuudha. Sana yoo fudhanne obsaa ta'uu keenya agarsiisa.

❺ Jibbi maali?

Jibba jechuun nama akka jirutti fudhachuu dadhabuudha. Haalduree tokko malee nama fudhachuu yoo dandeenye garuu jibbi sun jaalala ta'a. "Waan tokko gadi fageenyaa fi gadi fageenyaan yoo hubatte waan isa keessa jiru hunda ni hubatta."

#Rumi
Hello
https://t.me/TimeFarmCryptoBot?start=TMM9kA7KiOwZQhvX

Don’t waste your time – make every second count! Tap and earn with Time Farm.
Claim your welcome bonus: 30,000 points
Time Farm

----> Time Farm Project Guddaa Dhabbataa 'Chrono.tech'dhan Gadhiffammedha

---->Dhabbatichi Kanan Duraa Token Chrono Jedhamuu Gadii Dhissee Turuun isaa Yaadano Yeroo Dhiyooti.

-----> Marree Gatiin 'Chrono' tokko Hara'a $26 (2890 ETB)dha[Yeroo Muraasa Keessaatti Coin Mallaqaa Guddan Bitameedha]
Link
...................................................
. .
. Karawwaan Coin
Ittin Argattan
.
...................................................

✓ Start jechuun Jalqaaba.
✓Task'wwaan Jiraan Hundaa'a Keessaa Seenun Xumurraa.
✓ Sa'aatti Afur(4) Booda Deebia'a 'Farm' isaa Gootan Clam Goodha.
✓Akkasuma Walitti Fufinsaan Guyyaa 10f Yoo Hojjetaan Coin Keessan Laman isniif Baayisa
✓hiriyyotaa Keessan Afeera.
🔔 Time Farm kan Deegarumu Dhabbataa :- *kucoin
*Bybit
*Binance
*Chrono tech
https://t.me/TimeFarmCrypto
https://t.me/pixelversexyzbot
Forwarded from Abbu Tech (Milkesa)
🎊Dhabbatti Telegram CEX.IO Fi Blum 'Dhaaf Beekamtii Seera Qabassaa Kenneef Ykn 'Verified' Goodhe.🎊

Akkumma Beekamuu Channel
Telegram Abbaan Feedhe Banatee Verified Goodhachu Hin Danda'uu, Yoo Dhabbatta Guddaa Tahee Malee
.

Fknf:- Ethiopia Keessaa Channelotta Anii Beekuu Kan Verified Tahaan Kan
•Prime Minster Abiy (PHD)
•EthioTelcom Qofaa.


Kun Agarsiiftu Guddaadha Dhabbatti Kun Lamaan Project Guddaa Fidee Dhufuusaaf.

Namooni Jalqaabidanii Jirtaan Jabaadha Hojjedhaa.

Warrii Hin Jalqaabne Link
CEX.IO Asii Gadii Kanan Jalqabu Dandessu

https://t.me/cexio_tap_bot?start=1717097744481273
Hi 👋