#Application_Kan_Bilbilaa_Kee_Irratii_Qabachuu_Qabda.#Yoo_Hin_Qabduu_Tahee_Ammuma_Vedio_kan_Irra_Ilaalun_Itti_Fayyadamii.
#App_Namni_Kami_Fayyadamu_Qabu//#Best_2020_Apps
https://youtu.be/w5RepRgyDqU

YouTube
#App_Namni_Kami_Fayyadamu_Qabu//#Best_5_Apps_Make_Money_2020
☑️Follow us on social medias | Miidiyaalee
hawaasaa irratti nu hordofa
💌Telegram Channel Kenya Join Goodhaa
https://t.me/joinchat/AAAAAFCshwakxC77w4DZoQ
☑️Tajaajiloota nuyi kenninu:
✔️Viidiyoolee Teknooloojii haaraa (New Tech
videos)
✔️Moosaajota haaraa…

Forwarded from Abbu Tech
https://youtu.be/DvBP4AHrjPQ
Sirba haarawa afaan oromoo
Keekiyyaa badhaadhaa
Subscribe gochui hin dagatinaa
Sirba haarawa afaan oromoo
Keekiyyaa badhaadhaa
Subscribe gochui hin dagatinaa
Forwarded from Oromosamsung 📱💻 (Mr - abdulwasi)
Gosoota/sadarkaa hacker fi akkaataa hacker ta'uun danda'amu.
🔺 Hackers gochaa fi amala irratti hundaa'uun bakka 3tti qoodama:
1. White Hat Hackers: gosti hacker kanaa kan salphaatti nama miidhuuf dandeettii guddaa qaban yoo ta'u, garuu nama miidhuu hin barbaadani. Beekumsa qabaniin hawaasa isaanii balaa adda addaa fi hacker gadhee ta’an irraa eeguuf hojjetu.
2. Black Hat Hackers: Gosti hacker kanaa faayidaa mataa isaanii qofarratti kan xiyyeeffatanii dha. Maallaqaa, qabeenyaa fi iccitii nama dhuunfaa fi dhaabbata garaagaraa butuun faayidaa mataasaaniif kan oolfachuuf yaalanii dha.
3. Gray Hat Hackers: Gost hacker kanaa amalli isaanii White hats fi Black hats gidduutti kan argamu dha.
Akkamiin hacker ta’uun danda'ama❓Hacker ta'uuf wantoota gurguddoo 5 isin barbaachisa isaanis:-
Guutuu asii dubbisaa
👉 https://oromiasamsung.com/gosoota-sadarkaa-hacker-fi-akkaataa-hacker-tauun-dandaamu/

OROMIASAM
Gosoota/sadarkaa hacker fi akkaataa hacker ta'uun danda'amu | OROMIASAM
Namoonni baay’een hacker jecha jedhamu kana guutummaa guutuutti gocha gaarii hin taane akka ta’eetti ilaalu. Garuu hacking jechuun kan nama miidhuu qofaaf
Forwarded from Haqaa//Facts
SEERA AJAA'IBSIISAA
Seera Ajaa'ibsiisaa Biyyoota Addunyaa kanaa keessaa muraasa...
1,Thailand-Thayland keessattii dhiiras ta'ee Dubartiin Uffata keessaa jechuunis Pantii utuu hin uffatin yoo manaa bahan Qabamanii Seera biyyaattiitiin Adabamu. Namuu utuu paantiisaa hin uffatin manaas hin bahu Seera isaanii kanammoo Abboommii waaqaa caalaa kabaju.😂😂😂
2,Denmark-Denmark keessattii Maqaa mucaa ofiitiif baasuu yoo barbaadan Mucaa dhalate sana fudhatanii gara Bulchinsa Waajira mootummaa Adeemuun Maqaawwan Mootummaan biyyaattii Daa'immaan dhalataniif haa baafaman jedhee galmeesse filatanii Akka nama nyaata ajajatuuttii moggaasu kanaan ala moggaafnaan Seera biyyaattiitiin Adabamu.😂😂😂
3,Chaayinaa-Chaayina keesaattii Namni tokko gaafa guddaate maatii isaa deebisee hin gaafatu taanaan seera biyyaattiitiin Adabama.😂😂😂
4,Chaayinaa- Chaayinaa keessattii Amantiin Namni tokko gaafa du'ee deebi'ee biyya kan biraa keessatti dhalatee deebi'ee nama kan biraa ta'ee jiraata Jedhanii Amanan ni jiru.
Kanumaafis Chaayinaan seera Addaa baafattee qabdi. Kanarraa ka'uun Namni tokko erga du'ee booda Hayyaama Mootummaa chaayinaa malee biyya kan biraa keesaattiis ta'e Chaayinattiis Deebi'ee dhalachuu hin danda'u jedhu.......😂😂😂😂😂
maarree kun baayee nama hin ajaa'ibuuree Addunyaan keenya Seera nama Ajaa'ibu baayee qabdi...
@laugunigcolurs
@laugunigcolurs
@laugunigcolurs
👆 JOIN AND SHARE 😂😂😂

#Hordoftootni Keenya Yeroo dhiyootti #App Ajaibaa Tokko Walin Wali isiin barsiisuf qophi Xumurrera. Obsan Nuu Egaa
Walalo Lata Qana'iin Hacaluuf Walalesse//Hacaluuf//New Music//Mohaa Oromo//Oduu Amma//Lata Qana'ii//
https://youtu.be/0TMCfmy8kAY https://youtu.be/0TMCfmy8kAY
https://youtu.be/0TMCfmy8kAY

#haacaaluu_hundeessaa_eessa_jirta,
#Hacaluuf_hundeessaa_ethiotube,
#haacaaluu_hundeessaa_etv,#Mohaa_Oromo
haacaaluu hundeessaa eessa jirtaa,
haacaaluu hundeessaa eritrea,
haacaaluu hundeessaa eessa juttu,
haacaaluu hundeessaa eenyutu ajjeese,
haacaaluu hundeessaa…
#Hacaluuf_hundeessaa_ethiotube,
#haacaaluu_hundeessaa_etv,#Mohaa_Oromo
haacaaluu hundeessaa eessa jirtaa,
haacaaluu hundeessaa eritrea,
haacaaluu hundeessaa eessa juttu,
haacaaluu hundeessaa eenyutu ajjeese,
haacaaluu hundeessaa…
Watch "Channel Telegram Kessan Irratti Members Hanga 5K Dabalachuuf Kara Salphaa/ Oromo Samsung OTS ELSAY" on YouTube
https://youtu.be/AJebZpfk6TY
https://youtu.be/AJebZpfk6TY
YouTube
How To Increase My Telegram Channel Members /Oromo Samsung OTS ELSAY SHIME MAN
Follow us on social medias | Miidiyaalee
hawaasaa irratti nu hordofa
💌Telegram Channel Kenya Join Goodhaa
https://t.me/joinchat/AAAAAFCshwakxC77w4DZoQ
Application Icha Buffachuuf
https://play.google.com/store/apps/details?id=gram.members.android
!…

#NewYearsEve2021 New Plan, New Hope
Barri haaraa Bara Bilisummaa Bara Gammachuu nuuf haatahu, Isin hundaafuu

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Happy New Year to y'all🙏🚀📲
Got some amazing contents coming your way this year✅🚀
Stay Tune 🙏🤑
Got some amazing contents coming your way this year✅🚀
Stay Tune 🙏🤑
Forwarded from Abbu Tech
YouTube
haala Ittiin Facebook Irratti Daqiiqaa 5 keessatti like 5k argachuu itti dandeenyu#waan haaraa 2021
channel keenya subscribe gochuu in dagatinaa
app argachuf
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.askmeitlab.trainyourbrain
channel telegram keenya argachuuf
https://t.me/joinchat/AAAAAFiQ_YnGUVDPXH2JRw

📌Jireenya kee keessatti moo’achu yoo barbaadde amaloota kanniin of barsiisi✌️
AMALOOTA NAMOOTA MO'ATOO TORBAn (7n)
*****************
1. Kufaatii isaanii dhoksuuf hin dhama'an, akka barumsa argatanitti yaadu.
2. Abdii hin kutani. Yoo kufan ka'uu akka danda'an beeku.
3. Waan gaarii fi cimina ofii isaanii fi kan nama biraa arguu danda'u. Hir'inaa isaaniirratti malee hir'ina namaa irratti hin xiyyeeffatan. Waan qabanii fi waan danda'anirratti xiyyeeffatu.
4. Namoota (hiriyyoota) gaarii ta'an naannoo isaaniitii qabaatu. Hiriyyoota kaayyoo, ergama fi ilaalchaan waltumsuu danda'an of biraa qabu.
5. Waa'ee doggoggora darbee deddeebi'anii yaadanii of hin dhiphisan, garuu irraa baratu.
6. Yeroo kaayyoof jedhanii miidhamni dhiphinni, rakkiinni irra ga'u waan isaan miidhe caalaa waan miidhama sana keessaa argatan yaadu.
7. Murtoo murteessuuf dudduuba hin deebi'an. Murtoon jireenya keessatti barbaachisaadha, namoonni mo'atoon ni murteessu.
*****************
Mo'atoo isin haa taasisu rabbi!
🔍Maddi:- kan dubbisne irraa

Seenaa Rirmi hin nyaatu!
Hacaaluu Hundeessaa dhageeffadhaa waliif dabarsaa.