Akkam nagaa jirtu qaqqaaliwwaan hordooftoonni Chaanaalii @Mijuu_sammuu namoonni
#Leenjii_Ijaarsa_sammuu_dhuunfaa jedhu (personal development training) fudhatun #biizinasii isaa hojjechuuf fedhii qabdan akkasumas, namni leenjichaa fudhachuun, jireenya isaa jijjiruu barbaade yoo jiraatee
# Har'a galgalaa sa'aatti 2 tti egalee leenjichaa guyyoota 5nif bilisan(freely) fudhachuu ni dandeessa. Sana booddee yoo barbaadan carraatti faayadamufi dhisuu danda'a waan ta'ef.
# Namni barbaadan keessan 👉 @mich3853
na dubbisaa
#NB:- namni kamiyyuu fedhii qaba tanan #well come but,time management iddoo guddaa qaba. Namni barbaadan akkuma barreeffama kana argitanin dursa na qunnama.
Frist come frist serve!
#Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumuu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha.
@mich3853
@mich3853
@mich3853
@Mijuu_sammuu

#Opportunity is missed by most people because it is dressed in overalls and looks like work. Thomas A. Edison
#Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha.
#Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a. jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba.
Kanafuu xiqqoo irraa ka'uun hin sodaatamus hin saalfatamus Dr. Gutu Tesso
@mich3853
Hidhaa kanaan na dubbisuu dandeessu.

#Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba. Kanafuu xiqqoo irraa ka'uun hin sodaatamus hin saalfatamus Dr. Gutu Tesso
Namoonni baay'ee gaafa carraa waliin hojjanna kennituuf osoo Sookoo fi soorgoo itti baasan carraa jaala darba, guyyaa ati milkaa’uu eegaltu moo........!
Gaafa waan haaraa eegaltu..!.
Inumaayyuu akka ofiitti waan si ilaalaniif waan isaaniif hin danda'amneef atillee waan hin dandeenye isaanitti fakkaata.
🫷🫷🫷🫷🫸🫸🫸🫸🫸🫸

Manni Murtii itti Harree Himatan hin Jiru!
— Albert Inistaayin
❏ Kuni mudannoo nama beekamaa ALBERT INISTAAYIN yeroo hojiif adeemu karaa irratti isa mudateedha!
⁃ Yeroo tokko Albert Inistaayin Magaalaa keessa osoo deemuu gurbaan durriyyeen tokko duuba isaan dhufee dhiite. Alberti ofuma irra mil'atee ilaalee dhiisee deemsa isaa itti fufe.
Ammas xinnoo turee gurbaan duubuma deeme dhiite, yeroo lammaffaaf. Albert ammas ilaaletuma deemsa isaa itti fufe. Gurbaan duubuma deemee yeroo 3ffaaf
yoo dhiitu, namoonni naannoo sana jiran arganii Albertin akkana jedhan "Sila abboo ati gurbaa si dhiitu yookiin seeraan hin himattu? yookiin immoo of irraa hin rukuttuu" jedhaniin.
⁃ Albert maal jedhe beektaa?
"Ofirraa dhoorkuf ani yeroo hin qabu, Seeratti himachuuf manni harree itti himatan hin jiru, namni nama hin dhiitu harreedha kan nama dhiitu" jedheetuma deemsa isaa itti fufe!
➤ Namni kaayyoo qabu waan karaa irratti isa qunnamu hundumaaf deebii kennaa hin deemu. Namoota ilaalcha harrummaa fi ilaalcha negetive siif qaban irraa fagaadhu!
➤ Kaayyoo galma gahuuf baate hamma geessutti duuba kee hin ilaalin!
Yeroo hundumaa gaarii yaaduu fi waan gaarii godhun akkasumas waan qajeelaa fuula Waaqaatti tolu hojjechun qajeelummaa isa hundumaa caaluudha!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
#Carraa_Leenjii_fi_bizineesii
Namoonni barbaaddan @mich3853 na qunnama!