MIJUU SAMMUU
15.3K subscribers
837 photos
24 videos
285 files
825 links
•Mijuun sammuu....sammuun hinsoomin;sammuun samii yaadaati!
åYaada yaadan yaaluun sammuu soomeetti sansaka horuudha.Yaada yabbuun yayyabami!
#Personal_Development_training
@Mich3853bot
π.Yaadaafigaaffii @Mich3853
Download Telegram
""""""FAYYADAMUUN DHALOOTA FAYYADAA!!""""
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
√.Leenjii ga'umsa dhuunfaa
*Personal Development Training
*Namoota fedhii dandeettii
*Mul'ataa fi abjuu qabdaniif!
*Personal development
*Motivational Training 
*Subconscious mind Training
*Mental Banking process Training
*By: Hypnotherapy and NLP Science

**Carraa biizinaasii nama hundaaf!
*Business Opportunity for all!
*To Create visionary genuine
wealthy and health generation
*Namoota sammuu guddataa
qaban hundaa ilalaata Namonii
Barabaadan @mich3853 na dubbisaa

#Dhaabbata Share Company leenji ga'umsa dhuunfaa Personal Development Training fi business opportunity gudda qabu  Itoophiyaa keessatti hundeeffamee daandii milkaa’inaa carraa baay'ee guddaa dhaloota Mul'ata gaarii qabu, fayya qabeessaa fi sooreessa ta'e uumuuf company hundeeffame dha.

Qaamaa mootummaa irraa beekamtii seeraaf Eeyyama kan  qabu waajjira guddaa Finfinnee naannoo Booleetii kan qabu fi damee kutaa bulchiinsa magaala Finfinnee keessaa qaba.

Dhaabbata kana keessatti leenjii/barnoota fudhattee jireenya kee, Jireenya Mul'ataa, Jireenya
Fayyaa, Jireenya Maatii, Jireenya Hawaasummaa Jireenya Hafuuraa, Jireenya Maallaqaa, Jireenya Beekumsaa irratti leenjii fudhatta.

Namni tokko sammuu isaa akkamiin fayyadamuu akka qabuufii akkamiin akka of jijjiiruu danda’u fi madda gaalii argachuu qabu irratti hojjeta.

Daandii Milkaa’inaaf adeemsa Abjuun jiraachuu Waa'ee kaayyoo dhuunfaa keetii, dandeettii kee, mul'ata kee beekuun galma ga'uu ni dandeessa. "Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha. Akkamiin abjuuf mul'ata keenya kana fayyadamnee jireenya keenya jijjiiruu akka dandeenyu gadi fageenyaan baranna. 

 #Namoota hunda sammuu guddataa   ilaallata kan daldaalu, kan hojjetu, kan baratu, hojii barbaaduu hojii baay'ee salphaa ta'ee fi karaa salphaa ta'een jijjiirama guddaa kan galmeessisu dha network marketing waan ta'eef.

*Akkasumas #sammuu keenya kana akkamitti akka fayyadamuu dandeenyu jireenya dhuunfaa keenyaa akka jijjiiruu dandenyu nu barsiisa.

#Daandii Milkaa’inaaf adeemsa Abjuun jiraachuu, Waa'ee kaayyoo dhuunfaa ofii beekuu, dandeettii ofii beekuu, mul'ata ofii beekuun galma ga'uun ni danda'ama. "Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ykn harka qalleessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha.

#Dhaabbata kana keessatti Leenjii/barnoota abjuu jireenyaa kan ittiin milkoofnu baranna. Jireenya ofii keetii erga jijjiiruu eegaltee namoota biraa akka isaan jireenya isaanii jijjirratan gargaaruufii jireenya isaanii jijjiiruu danda'an carraa kennita.

#Namni gamna ta'e #Karoora osoo hin baafatin waan tokko hin jalqabu. Karoora ifa ta'e baafachuun #hoogganaa fi #gaggeessaa jireenya keetii akka taatuun siif hawwa. Karoorri karaa dheeraa tarkaanfii tokko irraa jalqaba.
#Jireenya karoora qabu akka jiraattuuf barnoota/Leenjii Kara adda addaa argachuun dirqama.

Mental Bank process fi kutaa sammuu keenya dhoksaa /Subconscious mind/ fayyadamuun kan hojjetu yoo ta'u milkaa'inni kan mirkanaa'ee dha. #MeentaalBaankiin adeemsa mataa isaa danda'e kan qabuufii haala ittin jijjiiramni argamudha, kanaafuu  #Saganteessuudhaan akkamitti karoora keenya galmaan akka geenyu nu gargaara.

#Barnoota kana Karaa sadii argachuu dandeessu:-

1ffaa. Online  irraa
2ffaa. Barruulle fi CD irraa
3ffaa. Qaamaan/In Person

Leenjiin:  #AfaanOromoo, #Amariffaa, #Ingliffaa, #Tigiriffaan waan jiruuf kan dandeessaniin barnoota  isaa fudhachuu dandeessu.

Namonii jijjiiramaa barabaadan ibsa gaha fudhatanii of murteessu qabdu odeeffannoo dabalataaf #inbox ykn lakk.bilb.0962150255/0972689060 nu dubbisaa.
Hojii #NetworkingMarketing waan ta'eef hojii bira hojjechaa, bakka barbaaddan teessanii, yeroo kamiyyuu hojjechuu ni danda'ama. Dhaabbata #Qacarrii osoo hin taane dhaabbata ofii keessanif  hojjettee of jijjiirtu dha.

 #Sammuun_hinsoomin_sammuun_samii_yaadaati!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
"""" Ciisnee du'urraa cichinee du'utuu Seenaa Qaba""".!
@Mich3853
@Mijuu_sammuu

Barabaadan @Michuu_Galaan na dubbisaa

Namonii jijjiiramaa barabaadan ibsa gaha fudhatanii of murteessu qabdu odeeffannoo dabalataaf #inbox @Michuu Galaan ykn lakk.bilb.0962150255 na dubbisaa.
Hojii #NetworkingMarketing waan ta'eef hojii bira hojjechaa, bakka barbaaddan teessanii, yeroo kamiyyuu hojjechuu ni danda'ama. Dhaabbata #Qacarrii osoo hin taane dhaabbata ofii keessanif  hojjettee of jijjiirtu dha.

 #Sammuun_hinsoomin_sammuun_samii_yaadaati!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
"""" Ciisnee du'urraa cichinee du'utuu Seenaa Qaba""".!

@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
Biyyi tokko Namoota baratan baayyee qabaachuu irra #sammuu_barate muraasa qabaachutu jijjirama dhugaa tí.
🧤🧤🧤🧤🧤🧤🧤🧤🧤
@Mijuu_Sammuu
@Mijuu_Sammuu
@Mijuu_Sammuu
Dirree jijjirama itti dhufani harka maratani taa'uun jijjiramaaf utuu hintaane ba'aaf dirricha qabani taa'uudha.
💧Nama sibira socho'uu ati akkamitti munyuuquu dadhabda?
💧Nama sibira Guddatu ati akkamitti teessee harka rukutta?
💧Jijjirama keef qaamnikee sitti dammaquu taanan lafa jijjirama utuu hintaane lafa kufaati dhaqxe ati.

#Akkuma baracha deemtuun akka hinbeekne beekaa deemta!
#Namni lafa oolmaa fi waan keessa jiruu fakkaata.Iddoo Oolmaakee filadhu
#Sammuu hinjijjiramneen addunyaa jijjirama keessatti jijjiramu hindandeessu!.
#Sammuukee yaada qajeelaadhan leenjisii!
💧💧💧💧💧💧💧💧💧💧💧
@Mijuu_sammuu
Amala namoota #sammuu bilchaata qabanii.

(1,) Yeroo hundumaa sochii irratti argamu. Maaliyyuu yoo isaan mudate sochii isaani hin dhaaban. Yeroo isaani gubuu hin fedhan.

(2,)Jijjirama "baga nagaan dhufte jechuun" ni simatu. Mudannoo jijjiiramicha irratti jijjiramicha fiduu irratti isaan mudatus akkasuma ni fudhatu.

(3,)Gammachuu dhaabbataa ta'e qabu. Kufaatin iyyuu yoo isaan mudate akka carraa gaariitti waan fayyadamaniif gammachuun isaani hin hir'atu.

(4,)Namoonni akkasii kun Gaariidha, haqa qofa jaallatu. Waan itti dhaga'amee haasa'uufis eeyyama namaa utuu hin eegin dubbatu.

(5,)Milka'ina namoonni biroon goonfatanitti ni gammadu. Hinaaffa wanti jedhame jireenya isaani keessatti hin mul'atu.

(6,)Mudannoo milka'ina dursee dhufu fudhachuuf fedhii guutuu qabu.
Ati kamiin keessa akka jirtu of ilaali. Yoo hanqina qabaatte sirreeffachaa adeemi.

Namoota bilchaatoo jedhaman kanatti makamuuf ammuma irraa jalqabii sammuu kee irrattii hojjechuu eegali.Waliin hojjanna Waliin jijiramna!
💧💧💧💧💧💧💧💧💧💧

Contact me
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇💧
@mich3853
@mich3853
@mich3853
#Sammuu ofii hojjechiisuun dandeettii horachiisuu utuu hin taane, dandeettii sammuu sanaa hojiitti hiiksisuudha.▷ Saayintistiin Albeert Enistaayin utuu addunyaan hamma sana sammuu isaa ajaa'ibsiifattuu akkana jedhe, "Dandeettii sammuu kootti harka dhibba keessaa harka digdamii shan (25%) qofaan waanan fayyadame natti fakkaata!" Jedhe.

➲ Addunyaa kana caalaatti dandeettii
sammuu namaa qabeenya isaa kan godhate biyyeedha jechuudha.

We are in Personal Development
Sammuu dhala namaa leenjisuun milkaa'inaaf qopheessudha. Namoota ijaarama sammuu guddataa/Growth mindset find opportunity in everything while negative mind finds fault in everything

"Imala qabsoo
#diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"! Kitaaba Dhaloota Dinagdeen Humneessuu keessa fudhatamee Dr. Gutu Tesso leenjii dhugaatti namni eenyummaa isaa beekuu fi abjuu isaa argatee fulduratti imaluuf garagaruuf dha.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
Biyyi tokko Namoota baratan baayyee qabaachuu irra #sammuu_barate muraasa qabaachutu jijjirama dhugaa tí.
@Mijuu_sammuu
"#Addunyaa kan irratti wanti nama gaddisiisuu  jireenya #kaayyoo hin qabneedha!"

"Kaayyoo hin qabdu taanaan mul'ata hin qabdu, mul'ata hin qabdu taanaan karoora hin qabdu, karoora hin qabdu taanaan yeroo kee hin to'attu, yeroo kee hin to'attu taanaan jireenya jiraachaa hin jirtuu, jireenya jiraachaa hin jirtuu taanaan,jooraa jirta jeechudha. Arguun hojii ijaati, mul'anni kan lapheetii. Dr. Maayelsi Munroo

Mul'anni waan amma qabatamaatti hin jirre tokko qor~qalbii of keessatti arguu danda'uu jeechudha. #Jijjiiramaaf si caalaa namni sirrii, hin jiru.

"#Sammuu ittin rakkina uumneen rakkinicha furuu hin daandeenyu!" .
Namoonni baay'een mul'ata akka qaban dubbatu, mul'ata isaaniif kunuunsa waan hin taasisneef garuu mul'anni isaanii hawwii qofa ta'e hafa.

Mul'ata kee kunuunsuu banuun ogummaa gudda jireenya si gaafattudha. Mul'ata gudda qabaattee sammuu mo'ichaa qabaachuu yoo baattee hin milkooftu.Mul'anni humna ittin kaayyoo Jireenya kee raawwattudha.