MIJUU SAMMUU
16.1K subscribers
1.03K photos
44 videos
298 files
985 links
•Mijuun sammuu....sammuun hinsoomin;sammuun samii yaadaati!
♾️√•Yaada yaadan yaaluun sammuu soomeetti sansaka horuudha.Yaada yabbuun yayyabami!
#Cryptonews
https://t.me/major/start?startapp=1383688538
🖤♥️🤍@Mich3853bot
💵CEO @Mich3853
Download Telegram
'ONLINE'irraa beekumsa moo maallaqa argatta?
Moo lamaanuu?
...Deebiin isiinif!
#Sammuun_hinsoomin_sammuun_samii_yaadaati!
...Addunyaa gara mandara tokkoo dhufaa jirtuun(globalization)beekumsa moo mallaaqa moo lamaanuu argachaa jirtaan gaaffii kooti????
•...Addunyaa waliin caalaa, ofii waliin deemuun beekumsa,deemsa kaayyoo dhalataanif beekuti.
•...21th Century information technology kanatti maal hojjechaan jiraaaaaaaaa.......???????
•Waan gaariin dafee waan namaaf hingalleef,hamma galutti galaan dhuma hin hafu!

@Namoonni leenjii ijaarsa sammuu dhuunfaa ykn
#Personal_development_training_fi_business_isa_hojjechuuf_fedhii_qabdan__na_dubbisuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@mich3853
@mich3853