DUBBISAAโ๐ป pinned ยซโ
โ
โ
โ
โ
โ
Amalli Kee Billaa Tahuu beektaa? Namni Amala Lama qaba. Tokko Amala Gaariidha. Inni biraan ammoo Amala badaadha. Amalli gaariin Billaa qara ittiin Borii Kee bareechattuudha. Gufuuwwan fi saaxoowwan jireenya keessatti si mudatan hunda ittiin buqqiisteeโฆยป
Abbaa Murtii fi Namicha Yakkaan Shakamu (Mana Murtii Keessatti):
Abbaa Murtii: "Ati re'ee ollaa keetii hatte jedhamtee himatamteetta, dhugaadha?"
Namicha: "Lakkii Abbaa Murtii koo! Ani re'ee sana hin hanne. Inumaayyuu isheetu karaa irratti na argee 'na faana kottu' naan jettee suuta na dura deemtee!"
Abbaa Murtii (Aaree): "Sobdee akkas jette Re'een dubbachuu dandeessii?!"
Namicha: "Eeyyee Abbaa murtii! Yoo yaada koo kana shakkitan, re'ee sana waamsisaa 'Mee dubbadhu' jedhaa gaafadhaa!" ๐๐

๐1
DUBBISAAโ๐ป pinned ยซAbbaa Murtii fi Namicha Yakkaan Shakamu (Mana Murtii Keessatti): Abbaa Murtii: "Ati re'ee ollaa keetii hatte jedhamtee himatamteetta, dhugaadha?" Namicha: "Lakkii Abbaa Murtii koo! Ani re'ee sana hin hanne. Inumaayyuu isheetu karaa irratti na argee 'na faanaโฆยป
๐ผ BAGA BARA HAARAA 2019N NAGAAN GEESSAN! ๐ผ
Hordoftoota koo jaallatamoofi kabajamoo Chaanaalii Dubbisaa! ๐
Jalqaba irratti, Waaqayyo Gooftaan nagaafi fayyaan bara 2018 xumursiisee gara bara haaraa 2019tti nagaan waan nu ceesiseef galanni guddaan Isaaf haa ta'u!
Waggaan darbe waggaa nuti qormaata jireenyaa hedduu injifannoon keessa dabarre, qabsoo jabaan of ijaarre, fi ergaawwan abdii, gorsa jireenyaa, fi dandeettii sammuutiin waliin guddanneedha.
Bara haaraa 2019 kana keessatti Chaanaaliin keenya Dubbisaa (@miira99):
โข Ergaawwan kaka'umsaa (motivation) sammuu keessan dammaqsan dachaadhaan,
โข Hubannoo seeraafi beekumsa bu'uuraa jireenya guyyuu,
โข Carraawwan hojii fi gorsa milkaa'inaa dhuunfaa qabatee isiniif dhiyaata!
Barri kun:
โข Bara fayyaa, boqonnaa fi nagaa guutuu,
โข Bara abjuun keessan hundi gara qabatamaatti itti jijjiiramu,
โข Bara dhiphinni gara kolfatti, dadhabbiin gara eebbaatti itti jijjiiramu siniifi maatii keessa niif haa ta'u!
Hordoftoota chaanaalii kanaa ta'uu keessaniif guddaan isin kabaja, baay'ees isin jaalladha!
BAGA BARA HAARAA 2019 GEESSAN! ๐ป๐ผโจ
Chaanaalii Dubbisaa โ t.me/miira99

Telegram
DUBBISAAโ๐ป
๐ Daily Post | Mindset & Motivation
๐ก Inspiring your daily journey to success.
๐ฉ For Ads & Cross-Promotions: Contact
@gadonagaa
โข

โก 2019: BARA GOCHAA, BARA INJIFANNOO! โก
Waggaan lakkoofsa qofa jijjiirama; kan jijjiiramuu qabu garuu kutannoo, naamusaafi tarkaanfii keenyadha!
Qormaanni bara 2018 si cabsuuf dhufe sun hundinuu si ijaaree, jajjabeessee, as si geesseera. Qabsoon kee kufaatii utuu hin taane, bu'uura jabina keetii ture. Amma garuu bara haaraa 2019 keessa jirra. Barri kun bara abdii duwwaan taa'an miti; bara itti cichanii, qabsaa'anii, fi dachee irratti milkaa'ina dhugaa dhandhamanidha!
โข Shakkiifi sodaa kaleessaa gadi dhiisi.
โข Qalama milkaa'ina keetii harkatti qabadhu.
โข Waaqayyo humna siif kenneen karoora kee tokko tokkoon hojiitti hiiki!
Ati mo'achuuf dhalatte; boruun kan keeti!
Baga Bara Haaraa 2019n Geessan! Ka'aa, gochaan haa qabannu! โ๏ธ๐ ๐ช
๐ฒ Daily Post | Mindset & Motivation โ @miira99

๐ฅฐ1
Maqaa kutaalee #Finfinnee Ganamaa moggaasa Oromootin
1. FINFINNEE_ Addis Ababaa
2. AGAMSA โ Markaatoo
3. BADDAA EJERSAA โ Ras Kaasaa Sefer
4. BAAROO KORMAA โ Xuqur Anbassaa
5. BIRBIRSA GOOROO โ Piassa
6. Caffee Araaraa -sidist kiiloo
7. CAFFEE aannanii โ Meksiikoo
8. CALCALLI โ Saar-bet
9. DAALATTII โ 4-kiiloo
10. DILDILA ADURREE โ Inxooxxoo
11. GARBII โ Senga-taraa
12. GOLBOO โ Ceerqoos
13. GULALLEE BADHAASOO โ Qeeraa
14. HURUFA BOOMBII โ Jaan-Meedaa
15. QARSAA โ Kaasaanchis
16. ROOBAA โ Nifaas Silk
17. Birbirsa-Georgis Church
18. Dhekkaa-Yeka
19. Dhooqa booraa-22 mazoria
20. Doobbii-Qacanee
21. Laga harree-Laga haar
22. Dabbassoo-mashalookiyaa
23. Bakkanniisaa-Mekanisa
24. Bookee-Bethel
25. Qarree Gowwaa- Gohatsion
26. Karaa Qoree-Karaa
27. Hawaas-Awash
28. Qaalluu-Kality
29. Laga Qamalee-H/Giorgis Dildiy
30. Wal-arga-Wellega
31. Tulluu Daalattii-Tiliku Betemengis
32. Addababa`ii-Adebabay
33. Qilee-Asko
34. Suluula Garbii- T/Haimanot
35. Awwaaroo-Aware
36. Adaamii-Rufael
37. Sheik Hojole/Didiimtuu-Shego
38. Waddeessa-Chercher Godana
39. Tulluu Ejersaa-Hanna Mariam
40. Lumee-St- Joseph
41. Labuu-Siga meda/Tatek
42. Laaftoo Tumtuu-Buna Board
43. Tulluu Dheertuu-Gofa Betemengist
44.Tulluu Heexoo-Buufata Poolisii Jahaffaa
45. Laalii-Intoto Mariam
46. Burqaa Ejersaa-Faransay Imbassy
47. Caffee Muudaa-Lideta
48. Dhakaa Araaraa-sherathon & Hilton area
41. Dolloo Buddeenaa-Gotera,Wello sefer & Beklobet
42. Dhummuugaa-Ginfille
43. Fiichee-Xalian mishig
44. Golbaa-Addis ketema
45. Hadaa-Tele,Garaj,Cerkos Betekiristan
46. Harawa-kaca Fabirika
47. Harbuu-Gurd Shola
48. Harbuu Irreessaa-Ras Hailu Sefer
49. Hulluuqa Kormaa-Istifanos
50. Jaajaa-Bihere Tsige
51. karaa Qorxii-Belay zeleke Qilxu straight
52. Burqaa Qorichaa-Yeka Michael,Around Kebena river
53. Hurufa Raaree-Around Bus Station
54. Keelloo Masqalaa-Around 4-Kilo Campus & Betekiristan area
55. Riqicha Alloo-Engliz & Russia Embas
56. Erar-Yarar
57. Gaara sibiiluu-Minilik Gibbii
58. Goodaa Boombii-Tatek Defer
59. Bubbee-Yirga Dejen
60. Ganda Aliyyuu-Gandaliyyuu
61. Madaaroo-Ayertena
62. Tulluu Diimtuu-Bahita Gebriel
63. Tulluu Maraa- Tulluu Amaara
64. Malkaa Abbooshee-Baambiis
65. Xarroo-Atana Tera
#Share godhaa walbarsiisaa.
Kan Dogoggorra qabu sirreessuuf qophii

โค2๐2
Forwarded from Musa.H.โ๏ธ.Law Room
#Haala_Qormaanni_Jijjiirraa Hojjattoota Mootummaa Itti Qophaa'uu Fi Dhimmoota Jijjiirraa Hojjattoota Mootummaa Dhoorkisiisan.
Qajeelfama Raawwii Hooggansa Qabeenya Nama Naannoo Oromiyaa keewwata 66 fi 67
66 #Haala Qormaatni Jijjiirraa Itti Qophaaโuu fi Kennamu.
1 Manneen hojii mootummaa sadarkaa naannoo gaโumsoota teekinikaa yookiin addaa gitootni hojii gahee hojii caasaa mana hojii isaanii sadarkaan jiruuf barbaachiisan qopheessuudhaan Yunversaatii Naannoo Oromiyaa dhiyeessuu qabu.
2 Keewwata kana keewwata 1 jalatti kan ibsame akkuma jirutti taโee, gahumsootnii fi qormaanni madaallii gahumsa walii galaa immoo gama Yunversaatii Naannoo Oromiyaan qophaaโee baankii qormaataa keessatti qindaaโee kan taaโuu taโa.
3 Qormaanni kennamus gaaffii foโannoo fi filannoo manneen hojii irraa dhiyaatu irratti hundaaโee gama giddugaleessa madaallii mirkaneessa gahumsaa Yunversaatii Naannoo Oromiyaa fi qindoomina Waajjiraalee Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa, Waajjiraalee Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa fi Kolleejjota Barnoota, Leenjii fi Tekniikaatiin kan kennamu taโa.
67. #Dhimmoota Jijjiirraa Hojjetaa Dhorkisiisan
1 Naamuusaan himatamee dhimmi isaa qulqullaโaa kan jiru
2 Adabbii naamusaatiin sadarkaa fi mindaa irraa gadi kan buโe kan hin xumure
3 Hojjetaa qaxara yaalii hin xumuriin yookiin hojjetaa dhaabbataa Mootummaa hin taane
4 Hojjetaa yeroof qaxaramee hojjechaa jiru
5 Xalayaa deeggarsaa mallattoo itti gaafatamaa yookiin bakka buโaa mana hojiirraa jijjiiramu irraa dhiyeeffachuu kan hin dandeenye, dorogomii jijjiirraaf galmaaโuu hin dandaโu.
#Barnootaa fi Odeeffannoo dhimmoota seeraa itti fufinsaan argachuuf fuula facebook fi telegiramii keenyaa liinkii armaan gadii kanaan seenuun join godha๐๐
Facebook page: https://www.facebook.com/profile.php?id=100083879241632
Telegiram https://t.me/musalawyer

๐ค1
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
๐ข Yaa Barsiisota Kabajamoo! Carraan Kun Akka Isin Hin Dabarre!
Beeksisni waamicha barsiisota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee dhiheenya bahe carraa namoonni hedduun eegaa turan keessaa isa tokko.
Guyyaan galmee: 05/01/2019 hanga 06/01/2019 qofa.
Yeroon gabaabaa dha; har'a tarkaanfii fudhadhaa. Namni odeeffannoo dhabee carraa isaa akka hin dhabneef, beeksisa kana walitti qoodaa, share godhaa, harka wal qabannee wal biraan haa geenyu.
Odeeffannoon gaarii yoo qoodame jireenya nama tokko jijjiiruu danda'a. Har'a share gootu jechuun bor abdii barsiisaa tokko ibsuu jechuudha.

Jireenya kee Fooyy'aa Taasisuuf
1. Yeroomaan Rafi. Utuu bilbila xuxxuquun toluu
2. Yeroon ka'i utuu hirriibi sitti toluu.
3. Dubbisi utuuma dubbisuun si jibbisiisuu
4. Dubara qofa ykn dhiira qofa yaaduu dhaabi utuuma yaadnikee achitti oofamuu.
5. Kadhadhuu utuuma Busy taatuu ykn Seexanni irraa si ittisuu
6. Hojii kam iyyuu hojjedhu utumaa namni siif tuffatuu.
7. Yoo sitti tole baruumsa irra argattee hiriyyootakeef Share godhi via Barsiisaa
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG
tiktok.com/@sanyiigudataa2
Galatoomaa
Sanyii Guddataa

โค1
#Taatee_ajaa'ibaa Addunyaa Raasaa jiru..
Loltuun Yaman tokko "Akkamittiin nama fuuldura Rabbii dhaabbattutti dhukaasa?" Jedhee dide..
Loltuun Yaman tokko akka tasaa target isaa keessaatti loltuu Sa'udii tokko tulluu dhagaa irraan fagootti fuuldura isaa dhaabatee salaatu arge, ajajaan isaa akka itti dhukaasee ajjeesuu itti hime..
Garuu lotuun yaman kun "hin dhukaasu akkamittiin nama fuuldura Rabbiitti salaatu ajjeessa?
Anaaf inni diinummaa siyaasaa qabna malee diinummaan yahuuda nu jidduu hin jiru, inni obbaleessa muslimaati , yoon amma isa ajjeese fuuldura Rabbiitti yoo rabbiin nagaafate maaliin deebisaaf?
Isa qofaa miti loltoota isa faana target irra godhatellee " ittti hin dhukaasinaa " jadhee dhoorke.
Gocha Gootummaa fi Dhugaa Jireenyaa
Seenaan kun waraana keessatti illee namummaan, obbolummaan, fi sodaan Rabbii hunda caalaa akka iddoo guddaa qaban kan agarsiisudha. Loltuun Yaman kun meeshaa waraanaa caalaa sammuu qulqulluu fi iimaana cimaa hidhatee mul'ate. Namni salaataa jiru tokko Rabbiin duratti waan jiruuf, loltuun kun diinummaa siyaasaa madditti dhiisee eegumsa gochuun isaa gootummaa onnee irraa maddeedha.
Sodaa Rabbii fi Yaada Qiyaamaa (Taqwaa): Loltuun kun tarkaanfii isaa dura kan inni yaade ajaja ajajaa isaa yoo ta'e illee, xumura isaa kan Guyyaa Qiyaamaati. "Yoo Rabbiin na gaafate maaliin deebisaa?" jechuun isaa, seerri Rabbii seera waraana lafaa irra akka caalu mirkaneessa.
Obbolummaa Islaamaa: Diinummaan siyaasaa yeroo gabaabaaf yoo ta'u, obbolummaan amantii garuu kan dhumataa miti. Loltuun Sa'udii sun addaan fagaatanii tulluu irra dhaabbatanii salaataa turan. Inni salaatuun isaa muslima ta'uu isaa agarsiisa, loltuun Yaman kunis kana hubachuun dhiiga obboleessa isaa dhangalaasuu irraa of qusate.
Diina Dhugaa Hubachuu: Loltuun kun, "Nu jidduu diinummaa Yahuudaa hin jiru, inni obboleessa kooti," jechuun isaa, eenyu akka diina dhugaa ta'ee fi eenyu akka gargaarsa barbaadu addaan baasee beekuu isaa agarsiisa.

โค2
Forwarded from Bเผบโบ๐ โบ๐กโบเผปproยฒ
โช๐๐ฎ๐ฟ๐ฟ๐๐๐๐๐ฎ๐ป ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐๐ถ๐ถ๐๐ผ๐ผ
โช๐ฒ๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฎ๐๐๐ฎ๐ป ๐ต๐ฎ๐๐๐ผ๐ผ๐๐ฎ๐ฎ
โช๐๐ถ๐ฏ๐ฏ๐ถ๐ถ๐๐๐ฎ๐ป ๐ธ๐ฎ๐ธ๐ฎ'๐๐บ๐๐ฎ๐ฎ
(๐ ๐ผ๐๐ถ๐๐ฎ๐๐ถ๐ผ๐ป ๐๐ฝ๐ฒ๐ฒ๐ฐ๐ต)
โช๐๐ผ๐ฟ๐๐ฎ (๐ฎ๐ฑ๐๐ถ๐ฐ๐ฒ)
โช๐๐ฎ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐ฏ๐ถ๐๐ถ๐ป๐ฒ๐๐ถ๐ถ(๐ฏ๐๐๐ถ๐ป๐ฒ๐๐ ๐ผ๐ฝ๐ฝ๐ผ๐ฟ๐๐๐ป๐ถ๐๐)
โ๐๐ฎ๐ป๐ป๐ฒ๐ฒ๐ป ๐ธ๐ฎ๐ป๐ฎ ๐ต๐๐ป๐ฑ๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฎ ๐๐ผ๐ธ๐ธ๐ผ๐๐๐ถ ๐ฎ๐ฟ๐ด๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ ๐ฏ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฎ ๐๐ข๐๐ก ๐๐ฒ๐๐๐ ๐๐๐พ๐ถ.

โก1
https://t.me/Ebaendalu
Desing feetaniin Uffata hodhachuu kan barbaaddan martuu EBA DESIGN filannoo keessan Godhadhaa ๐๐๐

Eba design
Uffata hodhaa
0986627743
0986627743
๐1
Fageenyi lagichaa Nan dhibu. hangam yoo fagaateyyuu Bishaan Waraabee akkan Deebihu Nan beeka. dhimmichi dhimma Yerooti ๐
โค2
๐ Gorsa jireenyaa
โNamoota hunda caaluu hin yaalin; kaleessa nama turte caalaa har'a nama ogummaa qabu, cimaa fi of-to'achuu danda'u ta'uuf hojjedhu.โ

๐ฅฐ4