Egeree Post
8.25K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
#Dubbisaa Namni #isinitti tole #Share godhaa #Ergaa qabaati
#ABDII_HIN_KUTIN !!

"Weenniitu korrise. Sinbirrooleen dammaqanii afaan qabaniin wacan. Kuukuluu lukkuuleetu dhaga'ame. Hundinuu barii lafaa lallabani. Dukkanni darbee ifa dhufeef gammachuu isaanitti dhaga'ame ibsatani.
Nuuf, anaafi siif, garuu lafti hin bariine. Tariimmoo bariites taha. Nutu hin argine. Dhiiga lola'etu qalbiitti nu cobee, imimmaan dammaqsee, ijarra nu marsen se'a. Yookaan immoo gurratu nu morke. Weennicha korrisu, lukkuu isa kuukulu, cuucuu simbirrootaa gadda keessa taa'ee hin dhagahuu nuffe. Maaltus beeka? Keessatti dhiigneetu caraansi madaa keessoo, iyya isa alarraa humna caales taha.
Kan sababeeffamuufis kan hin sababeeffamneefis tahu garuuโ€ฆNuuf, anaafi siif, yeroon barii lafaa fi galgalaa'uun aduu har'allee tokkuma. Booqaaf adii hin qabu, lamaantu dukkana.
Tahus abdiin qaba. Gara barii jala dukkanni hammaattus, ifti bilisummaa dhufee nu dhaqqaba.
Hammasitti garuu ati adaraakee tasa abdii kutattee, barii lafaa hin argin barri nuun hin darbin."

#join godhaa
https://t.me/michujobs
#Join godhaa hordofaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#Join godhaa hordofaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#Join godhaa hordofaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#Join godhaa hordofaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#Join godhaa hordofaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
โ™จ๏ธBakka tokkotti

โœ…Beekaisoota #Haaraa
#Join gochuun dorgomaa
โ™จ๏ธMadda qabatamaa irraa Beeksisa hojii #Waktawaa hordofaa
โœ…Hiriyaaf #Aanteekeef qoodi

#BeeksisaHaaraa โœ…
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
โœ…Chaanelli kun #Chaaneela Afaan #Oromoon hojjetuuf #Madda qabatamaa irraa #qulqqullina waliin #isin gargaaru akka ta'e hin dagatinaa
#dabalatallee namootni #Hamilee keenya jabeessuuf liinkii #join gochuun #Add_Member gochaa jirtan #galatoomaa ๐Ÿ™๐Ÿ™
#ammallee karri keenya banaadha
liinkii #add banuun #Hiriyaa keessaniifis qoodaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8

๐Ÿ”ฅBeeksisa #Reportera irratti bahuunis #Suura qulqqulluu waliin nu #Eegaa
โœ…Akkasumas Ogummaa adda addaatiin #Beeksisoota hojii hordofaa

๐ŸŒˆ Chaanaalii Telegiraamii #Beeksisootaa #Join godhaa Dadhabbii malee mana keessan ta'aa #madda qabatamaa irraa Beekaisa hordofaa โœ…
Customer Service Officer
2 - Branch Operation Supervisor
3 - Senior Customer Service Officer
4 - Senior Procument Officer
5 -Branch Manager
Find More Details here
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
๐ŸŒˆ Chaanaalii Telegiraamii #Beeksisootaa #Join godhaa Dadhabbii malee mana keessan ta'aa #madda qabatamaa irraa Beekaisa hordofaa โœ…
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

โ™จ๏ธFind More Details here
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (ยฎyooyyaaยฉ)
Bilbila keessaniif app akkamii barbaaddu? Kan barbaaddan komentii irra kaayaa

app password WIFi cabsuu fi password agarsiisu size,n isaa xiqqaa ta'e.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3ClJ13K
https://bit.ly/3ClJ13K

Koorsiiwwan gaggabaaboo dhimma kompiiteraarratti argachuuf.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3J7JkTI
https://bit.ly/3J7JkTI

Kubbaa miilaa daawwachuu fi odeeffannoowwan ho'aa argachuuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3l6wBYJ
https://bit.ly/3l6wBYJ

#share_join
#Join_us
@baacoowwan
Forwarded from HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (ยฎyooyyaaยฉ)
Dokmentoota kan akka PDF size isaa hanga peresentii 85% quality isaa otoo hin hir'isiin gadi buusuu app danda'u.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/42BVH1l
https://bit.ly/42BVH1l

Koorsiiwwan gaggabaaboo kompiitera ilaallaatan barachuu yoo feetan
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3J7JkTI
https://bit.ly/3J7JkTI

Maatii fi firoota isinirraa fagoo jiran suur_sagaleedhaan qunnamtanii taphachuuf,ergaa dabarfachuuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bit.ly/3ITylgq
https://bit.ly/3ITylgq
#share_join
#Join_us
@baacoowwan