Egeree Post
8.32K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Dubbiin #AfaanOromoo xiyyeeffannoo addaa argatee jira, Ummata Oromoo irraayis xiyyeeffannioo barbaadna:

Hardha Marii Hooggansa Gugilii waliin taasifne keessatti
'Afaan hangana gahu kun eessa ture, Amma Gugilii irra galeeraa? Afaan Oromoo kun eessa ture...." - #Gaaffii PM(Product Manager) Google Gaafate ture.
#Deebii - "Afaan Oromoo Afaan dhiibamee ture. Oromoon Ummata Gaanfa Afrikaatti baayinna guddaa qabuudha. Gareen Crowdsource Afaan kanaaf xiyyeeffannoo addaa kenneera, ji'a kana keessa hiikkaa sagalee eegalchiifna. Abdiisaan Ummata guddaa kanaafi Afaan guddaa kana dursaa jira, baay'ee galatoomfachuu barbaada..." - Hooggantuu Afaan Afrikaa #Aishwarya

Google Afaan Oromootiif karoora baldhaa qaba jechumaaf

Marii Hooggansa Gugilii waliin taasifne keessaa fudhatame!