Egeree Post
8.31K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
#Hordoftoota chaneela keenyaa Beeksisa bahuu karaa kamiinu #waliif qooduu hin dagatinaa #waan isin rakkisuu deeggarssa yaadaa yoo qabaattan nuuf barreessu dandeessu #Milkaayinni dafee dhufuu dandahaa akkasumas turuu dandahaa #haala irra jirtaniin of hin madaalinaa #namni irra deddebiin yaalu moo'achuunsaa dhiyoodha jabaadha barbaada #Namni albuuda barbaadu lafa barbaadu beeka akkuma jedhan #isinis mana keessan tahaa utuu hin dadhabiin baasiif #odoo hin saaxilamiin #Odeeffanno Beeksisa hojii wayitawaafi qabatamaa #argadhaa #yeroo keessan qusadhaa #baasii irras of qusadhaa #Beeksisa hojii bahuu mana tahaa hordofaa
#Galatoomaa
#Beeksisa_Hojii

Vacancy โ€“ Attorney
==================

The Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested job seekers to apply for the position of Attorney for Head Office and District Offices.

Interested and qualified applicants should apply through CBE career website (https://vacancy.cbe.com.et) from June 29 to July 8, 2022.

For requirements and other detail information, please use the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/ATTORNEY_VACANCY_41ee2c2156.pdf
#Beeksisa Hojii #Haaraa

โœ” Hiriyyaa keessaniif Share godha.
#share and promote this work
๐Ÿ‘‰ Telegram keenya join Godhaa.
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
๐Ÿ”ฐOdeeffannoo #Beeksisa hojii

โœ…Odeeffannoo #Wayitawaaf qabatamaa

Odeeffannoo jiru #Share gochuun namoota hojii barbaadanii fi hojii fooyya'aa barbaadaniif haa qoodnu.

โœ… Gaarummaa jechuun ofii qofa osoo hin taane namoota biroos yaaduudha #Hiriyaamakee jaallattuf qoodi

โœ… Kanneen odeeffannoo beeksisa hojii sirrii ta'e hordofuu barbaaddan telegrami keenyaa join godhaa

๐ŸŒˆTelegram

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
โ™ป๏ธMana keessan #tahaa
Yaala
#Ogeessa argadhaa

๐Ÿ’ฏIlkaan kee kunuunsuun barbaachisaa dha, yoo kana hin taane, yeroo fi maallaqa baayโ€™ee ogeessa ilkaan bira dabarsuu dandeessa.

Linkii banuun dubbisaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://egeree.com/ilkaan-keenya-haala-salphaadhaan-utuu-baasii-hin-baasin-akkataa-eeggachuu-dandeenyu-mala-salphaa/

๐ŸŒˆTelegram join gochuun
#Beeksisa hojii wayitawaafi kanneen biroos argadhaa
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#Beeksisa_hojii_haaraa
#Bank of #Abyssinia
Dodola Branch.
Grade I Branch Business Manager
Job Description
Bank of Abyssinia

External / Internal /Vacancy Announcement No.0119/2022

August 17, 2022

Bank of Abyssinia (BOA) invites qualified applicants for the following posit

1. Job Title: Branch Business Manager

Education: B.A degree in Business related field.

Experience: 6 years of service in the Banking Industry

Place of work: Dodola Branch

2. Deadline for application: August 21, 2022.

3. Only shortโ€“listed candidates will be contacted.

4. Interested and qualified candidate should submit their credentials online via the link:

https://fa-enhf-saasfaprod1.fa.ocs.oraclecloud.com/hcmul/CandidateExperience/en/sites/Cx

Orโ€ฒbankofabyssiania.com/vacancyโ€ฒ or in person @ Dodola & Hassasa Branch

NB.

Please upload your none returnable updated CV, Degree, experience, cost-sharing credentials, and 8th-grade certification (full document).

Incomplete and postal application is not accepted.

Please mention the specific workplace or branch that you apply

One applicant is acceptable only for one post.

Chelenko Branch. Grade I Branch Business Manager
Job Description
Job Title: Grade I Branch Business Manager
Education: BA Degree in Business Administration, Management, Marketing, Accounting and Finance, Economics or related fields.

Experience: 6 Years and above Banking Experience. In which Experience in a Supervisory role is a Plus.

Able to Speak Multi-Language is An Advantage.

Place of Work: Branches under Dire Dawa City (Dire Dawa District)

Salary: Very Attractive With Fringe Benefits

Deadline for Application: Tuesday, August 23, 2022, at 11:00 PM Local Time.

Mieso Branch. Grade I Branch Operation Manager
Job Description
Job Title: Grade I Branch Operation Manager
Education: BA Degree in Business Administration, Management, Marketing, Accounting and Finance, Economics or related fields.

Experience: 5 Years and above Banking Experience. In which Experience in a Supervisory role is a Plus.

Able to Speak Multi-Language is An Advantage.

Place of Work: Miso Branch (Dire Dawa District)

Salary: Very Attractive With Fringe Benefits

Deadline for Application: Thursday, August 23, 2022, at 12:00 PM Local Time.

Oda Bultum Branch.Banking Business Officer
Job Description
1. Job Title: Banking Business Officer
Education: BA Degree in Business Administration, Management, Marketing, Accounting and Finance, Economics or related fields.
Experience: 2 Years and above Banking Experience.
Able to Speak Multi-Language is An Advantage.
Place of Work: Oda Bultum Branch (Dire Dawa District)
Salary: Very Attractive With Fringe Benefits

Deadline for Application: Wednesday, August 24, 2022, at 11:00 PM Local Time.

Hirna Branch.Banking Business Officer
Job Description
1. Job Title: Banking Business Officer
Education: BA Degree in Business Administration, Management, Marketing, Accounting and Finance, Economics or related fields.
Experience: 2 Years and above Banking Experience.
Able to Speak Multi-Language is An Advantage.
Place of Work: Hirna Branch (Dire Dawa District)
Salary: Very Attractive With Fringe Benefits

Deadline for Application: Wednesday, August 24, 2022, at 11:00 PM Local Time.

โœ…Odeeffannoo #Beeksisaaf join godhaa

๐ŸŒˆOur Telgram Share & Forward For Your Beloved Freinds
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#BEEKSISA_QACARRII
Yuunivarsiitiin Wallaggaa fi Yuunivarsiitiin D/Doolloo waliin tahuun Bara 2015f mana barumsaa Bultii S/2ffaa #Najjoof (#Nedjo_Boarding_High_School)tiif barsiisota dorgomsiisee qacaruu barbaada. Kanaafuu barsiisotni fedha qabdanii fi ulaagaalee gaditti tarreffaman kan guuttan galmaa'uudhaan akka dorgomtan isin afeerra.

1) Gosabarnootaa fi Baayyina barbaadamuแก

โ€ข Afaan Oromoo, Amaariffa, Baayooloojii, Kemistirii, Fiiziksii, Ji'oogitraafii, Seenaa, Lammummaa fi amala gaarii, Area study, Physics Lab Tech., ICT, ICT lab. Tech., fi HPE taโ€™ee gosa barnootaa tarreeffaman kanarratti kan barbaadamu Nama tokko tokko yoo taโ€™u, Ingiliiffaa fi Herrega irratti Nama lama lamatu barbaadama.

2) Ulaagaalee guutamuu qabanแก
โ€ข Qophii barnootaa= Physics Lab fi ICT Lab(Digiriii 1ffaa) irraa kan hafe gosa barnootaa hundaanuu digirii 2ffaa kan qaban
โ€ข Qabxii barnootaa isa xiqqaa= Gosa barnootaa ittiin dorgomaniin digirii 2ffaa (CGPA)dhiiraaf: 3.4fi ol; dubaraaf: 3.25 fi ol; akkasumas qabxiinn digrii 1ffaa(CGPA) dhiiraaf: 3.00 fi ol; dubaraaf: 2.75fi ol; Qorannoo ebbaa digirii 2ffaatti gaarrii (good) fi isaa ol kan qaban. Gosi barnootaa digrii 1ffaa fi 2ffaa wal-fakkaataa taโ€™uu qaba.
โ€ข Muuxannoo hojii = M/B S/2ffaa barsiisuudhaan waggaa 3 hanga 15tti kan tajaajilan
โ€ข Qabxii madaallii raawwii hojii= Kan waggoota lamaan as dhihoo darbanii giddu-galeessaan yoo xiqqaate 85% ta'uu qaba.
โ€ข Namni dorgommiif dhiyaatu qormaata filannoof kennamu darbuuf (50% of the exam) fiduun dirqama.

3) Odeeffannoo barbaachisanแก
โ€ข Guyyaa galmee= Hagayya 24/12/2014 hanga qaammee 5/13/2014 guyyoota hojii fi saa'atii hojii mootummaatti.
โ€ข Bakka Galmee= Yuniversitii Wallaggaa kutaa humna namaa kaampaasii Naqamtee

โ€ข Ragaalee Galmeef Barbaachisan= Sertifikeetii digrii 1ffaa fi 2ffaa, raga qabxii ittiin ebbifaman ibsu kan digrii 1ffaa fi 2ffaa (Student Copy), Ragaa muuxannoo hojii ibsu, raga qabxii raawwii hojii ibsu fi waraqaa raga eyyama ogummaa barsiisummaa (yoojiraate) [Kan hindeebine koppii tokko tokko].
โ€ข Guyyaa qormaataa= Fulbaana 07/01/2015 ganama sa'a 4:00
โ€ข Bakki qormaataa= Yuniiversitii Wallaggaa kaampaasii Naqamtee, Kolleejjii Barnootaa fi Saayinsii Amalaa (Block=029)
โ€ข Bakka hojii= Mana Barumsaa Bultii S/2ffaa Najjoo(Magaalaa Najjoo)
โ€ข Haala Mindaa=Iskeelii Miindaa Barsiisota Yuniversitii
๏ƒ˜ Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoobsa bilbilaa armaan gadii fayyadamaa
(0989098650 ykn 0917819138)

GGแก-
๏ƒ˜ Waajjira Pirezidantii Yuniversitii Wallaggaatiif
๏ƒ˜ Waajjira I/A/A/ Yuniversitii Wallaggaatiif
๏ƒ˜ Waajjira Pirezidantii Yuniversitii Dambi Doollootiif
๏ƒ˜ Yuniversitii Wallaggaatti Kaampaasii Gimbiitiif
๏ƒ˜ Waajjira Barnootaa Godiina Wallag Lixaatiif
๏ƒ˜ Waajjira Barnootaa bulchiinsa Magaaalaa Najjootiif
๏ƒ˜ Kolleejjii barnootaafi Saayinsii Amalaaf
๏ƒ˜ Mana barumsaa Bultii Najjoo sad.2ffaaf
๏ƒ˜ Waajjira komunikeeshinii Yuniversiitii Wallaggaaf
Yuniversitii Wallaggaa
โœ…Odeeffannoo #Beeksisa hojii qofa #haala qulqqullina qabuun hordofaa

โœ…NGO
โœ…Mootummaa
โœ…Dhaabbilee dhuunfaa(PLC)
โœ…Carraa barnootaa biyya Alaa

๐Ÿ”ฅBakka tokkotti qindeessuun isiniin geenya join godhaa #maatii keenya ta'a.

#Namoota Odeeffannoo barbaadaniif #qoodaa

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/michujobs
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ

Gaaffiille Baankii PDF fi suraa waliin akkasumas Beeksisoota Baankii guutummaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœ…Awaash Bank
โœ…Abyssinia Bank
โœ…Dashen Bank
โœ…Zemen Bank
โœ…Bunna Bank
โœ…CBE
โœ…CBO
โœ…Siinqee fi kkf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โœ…akkasumaas Gaaffii qormataa kan dura kana boodaaf illee isin fayyaadu

โœ…Waamicha qormaata yeroo garagaraatti bahu ariitin

๐ŸŒˆTelegrami hojii โœ…

join godhaa

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/michujobs
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ

https://t.me/michujobs
โ†—๏ธ#Beeksisa_hojii_haaraa
Muuxannoo zeeroo
Coca-Cola
#Share_waliif_godhaa

โ†—๏ธClosing Date: 2022/09/15

Coca Cola have three production plants with an aggressive expansion plan throughout the country, with more than 2,000 employees.

โœ… Position 1: Sales Trainee

โœ… Position 2: Graduate- In- Trainee- Business

๐Ÿ”ปExperience: 0 years
๐ŸŒˆTelegrami join gochuun hojii yeroon bahuus hordofaa โœ…
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/michujobs
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
โœ…#Beeksisa_hojii_haaraa
#Tsedey BANK
#Muuxannoo_zeeroo
#Share_waliif_godhaa
Position: Junior Customer Service Officer

Job Requirement

Minimum Educational Qualification: BA Degree in Banking & Finance, Accounting or related fields

Minimum Work Experience: No prior experiences needed

shall be only graduated in 2013 & 2014 E.C with CGPA 3.5 and above

Location & Required no: Addis Ababa 80 Hawassa 5

How to Apply

Interested applicants who only fulfill the minimum requirements invited to apply online via email address of the bank (hr@tsedeybank.com.et ) their scanned application along with educational Qualification, Relevance experience and CV within 5 consecutive days from the date of this announcement.

Note:

Only short-listed applicants will be communicated.

CV shall not be more than 3 pages

Applicants shall apply with the above scanned documents only once.

For further information contact: 0282266396/0582263541/0582201651

Odeeffannoo dabalataaf telegramii keenya join godhaa
๐Ÿ”ฅBeekaisa bahuu hordofaa

โฌ‡๏ธPage Fb keenyas #follow godhaa

our page
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid025P37HNNnWQycNpfkK99i5qytGJM925ERrjfbpvmfai4St6XCXEtVcGNPNXPAhvPQl/?app=fbl

๐Ÿ”ฅwaliif #qoodaa โœ…

โฌ‡๏ธGaarummaa #gootaniif firiisaa isinumatu argata #share godhaa #chaneela beeksisaaf #group irratti

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#Beeksisa Baankiin Daldala Ethiopia baasee liinkii #Website isaanii Seenuun dorgomaa #Waliif qoodaa โœ…

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://vacancy.cbe.com.et/Home/showvacancy?id=

โฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ
#Guyyaa 26_03_2015

โœ…Beekaisoota #Haaraa
#Join gochuun dorgomaa
โ™จ๏ธMadda qabatamaa irraa Beeksisa hojii #Waktawaa hordofaa
โœ…Hiriyaaf #Aanteekeef qoodi

#BeeksisaHaaraa โœ…
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Hordoftootni Keenya Marti #Chaanelli keenya Akkuma kana duraatti #Odeeffaannoo Beeksisa #Hojii Waktawaafi #Madda qabatamaa irraa #Walitti #Sassabuun Isin biraan gahaa #Kanaaf Maqaa gara #Website keenya waliin #Walsimsiisuun #EgereePost kan jedhutti #jijjireerra akka #Isin hin wallalchifne #nuti yeroo kamitti #hanga humna keenyaatti #baasii tokko qaama #kamiin deeggarssa #Odoo hin gaafatiin #Beeksisa hojii isiniin gahaa jirra #Gaazexaa bakka inni jiru #Magaalaa Finfiinnee keessa deemuun , #board #Beeksisni irratti dhoobamu bira deemuun #akkasuma #Waajjiraalee , #Dhuunfaaf Mootummaa karaa #Keessaan quunnamuun #dadhabbii #Yeroo #Humna keenyaaf #qarshii mataa keenyaan #akka namootni #Mana isaanii ta'aanii #Gitoota hojii #Isaan Ilaallatu irratti #baasiif odoo hin saaxilamiin #Akkasumallee bakka #galmmee Aadda akka baafatanii #deemanii akka #dorgomaniif itti yaannee #Chaneela kana #qopheessine #kanaaf isinis #nu faana jiraachuu #keessan beeksisuuf #namni yaada qajeelaa qabu tokko #Aantee isaa / #Hiriyaa isaa gara #Chaneela kanaatti yoo #Add godhe hamilee keenya jabeesse #Galatoomaa jenna๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐Ÿ”ฅOdeeffanno nuti #Isiin biraan geenyu

โ™จ๏ธ Beeksisa #Hojii Muuxannoo Malee / Zero Experience

โ™จ๏ธBeeksisa #Hojii Muuxannoo Waliin

โ™จ๏ธJijjirraa #bakkaa bakkaatti ta'uu #Godinaalee Aaddaa #Naannowwaa Finfiinneef #Finfiinnee keessa

โ™จ๏ธCarraa barnoota #bilisaa biyya alaaf keessaa

โ™จ๏ธOdeeffannoo Carraa hojii biyyoota #Alaa

โ™จ๏ธBeellama #Passpoorttii isiniif qabsiisuu

โ™จ๏ธCarraa karaa #Embassy argamu isiniif dhoobuu

โ™จ๏ธDhaabbilee #frelancee hojjetan faana wal isin quunnamsiisuu

โ™จ๏ธDhaabbilee #liqa karaa seera qabeessa #Wabii malee kennan faana wal isin agarsiisuuf #nuti hanga humna keenya qophoofneerra #Isinoo ?
#Chaneela Jara sana ni hordoftuus ni beektus warra
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
#Am**raa jechuudha kan keenya garuu #share yoo godhe akka #waan biraatti yaada #kanaaf hordoftootni keenya qofti #liinkii asii gadii #Seenuun namoota #add nuuf godhaan waamicha #Chaneela keessan guddisuuti
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ liinkii Seenuun #Add_Member kan jedhu tuquun hiriyaa keessan #Beeksisa hojii akka arguu gochuun gargaaraa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8

#Odeeffannoo_Beeksisa_Hojii hordofan #Add itti nuuf godhaa
#Maatii Egeree Post irraa

#Beeksisa

#Daandiin_Qilleensa_Itiyoopiyaa gita hojii kanaa gaditti eeramaniin leenjisee qacaruu barbaada.
1. Aircraft Cabin Maintenance
2. Aircraft Mechanic
3. Aircraft Structure Technician & others

Namootni ulaagaalee kaa'ame guuttaan dorgama. Caarra argamee hundatti akka fayyadamnuufis hiriyoota keessanifi erga kana qooduun biraan ga'aa!
Guutuu erga kana hidhaa kana gadii bana dubbisa.

https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/vacancies

Asumaanis rakkoo dorgommii fi qacarriin wal qabatee isin quunamaa turee/ jiru nuuf qooda.

Telegram:-
โœ…Daily Information about Vacancy
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8

Share gochuun waliif qoodaa Sababni isaa Intarneetiin akka rakkoo tahe jiru ni beektuu ๐Ÿ™๐Ÿ™
Forwarded from Egeree Post
Dhugaa dubbachuuf Namni Kun namoota hojii barbaadan gara chaneela #Odeeffannoo Beeksisa hojii qabatamaatti dabaluunsaa yaadaa qajeeladha Sababni isaa nuti #qarshii keenyaaf yeroo keenya #Aarsaa goonetu Odeeffannoo isin biraan geenya Isin immoo gaarumma Obboleessa/Obboleetti keessaniif yaaduun fedha keessan malee dirqama miti namni #Beeksisa hordoftaniif Odeeffannoolee garaa garaa qabatamaa feetan

โœ…Jijjirraa bakka hojii
โœ…Qaxara Muuxannoo malee

โœ…Qacarrii muuxannoo waliin akkasumallee Odeeffannoo Technlogy Bussiness wal qabatu hordofuu feetan #Hiriyaa jaallattan gara #Chaneela kanaatti afeera #Add godhaa Utuu mana Keessanii hin bahiin Bakka deematanii dorgomataniif Ulagaa Beeksisoota Aadda baafadhaa #Dadhabbii malee Mana keessan ta'aa waan feetan follow godha

โœ…Fakkenyummaakee heedduu dinqisiifanna #JXV namoota #add gochuukeef ๐Ÿ™

liinkii banuun #bakka ๐Ÿ‘‡Add jedhu Tuquun #Addmember โœ… Cuqaasuun #Hiriyaa jaallatan chaneela ka atti dabalaa ๐Ÿ™๐Ÿ™

https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Beeksisa-qacarrii Haaraa

โœ…Dhaabbata :๐Ÿ“ถBaankii misooma Itoophiyaa (DBE)
๐ŸงฟMuuxannoo: Zeeroofi Muuxannoodhan.
โ– Guyyaan Galmeen: 04/07/2023- 07/07/2023
โ– Baay'ina:1070
โ– Galmeen: online qofa.
#tooruma fb irra isiniif ka'aamera
โ– Eebbifamtoota bara 2020,2022fi 2023
โ– Qabxii 3:0 fi isaa ol warreen qaban.
โ–  Iyyataan/ttuun : Umurii 30 fi isaa gadi ta'uu qaba.
โ– Gitoota hojii armaan gadiitin
1 -Junior Officers
2 - Engineers (Civil, Electrical, Mechanical, Industrial, Agricultural, Textile And Related Fields)
3 - Attorneys
4 - IT Officers
5 - Officers
6 - Senior Officers
7 - Team Managers
โ– District barbaaddanitti filattanii galmaa'uu dandeessu.
#Hubachiisa: Namni tokko gitoota hojii lamaa ol galmaa'uu hin danda'u
Yoo galmaa'e dorgommiirra ni haqama.

Rakkoo Networkiitiif
#Ijoollotni arguu dhabuu dandda'u #Wal Cinaa dhaabbadhaa

#Maaloo Beeksisa kana #share godhaa.

Akkuma beekamu bara dhufa Waajjiraaleen mootummaa qacarrii akka hin geggesinee beeksiseera kanaaf apply godhaa
liinkii Beeksisichaa kunooti
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.facebook.com/100011115710032/posts/pfbid02NjF8kyV5F7LKCaGDCMNshbfL97Z5AK5hbiNg3z4PNXTsxXJgeTSFsAXhoUCCQFiYl/?app=fbl

#Beeksisa #qacarrii
โ—‹Dhaabbata: Mana murtii Waliigalaa Oromiyaa
โ—‹Baay'ina: hojjeetoota 99
โ—‹Bakki hojii: Anaalee Naannoo Oromiyaa hundatti.
โ—‹Gita hojii: Gargaaraa Abbaa seeraa.
โ—‹Miindaa: 7408
โ—‹Galmeen: 22/12/2015 hanga 26/12/2015
โ—‹Bakki galmee:Manneen murtii O'laanaa godinaeetti.
๐Ÿ‘‰Ogeessonni ulaagaa guuttan beeksisa dorgommii armaan gadii dubbifachuun akka dorgomtan.
Ijoolleen Baay'een beeksisni ati maxxansitu kan business fi economics qofa jettanii komattaniif, kunoo carraa kana fayyadamaa.

#File Mobile Kessan irratti #Duplicate ta'ee iddoo mobile Kessanii qabatee jiru balleesuf #appi Install godhaa liinkii asii gadii banuun #Remove duplicate file and Install app
๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…๐Ÿ‘‡โœ…
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL

Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs