Egeree Post
8.27K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
♨️Hawwii Maatiwoos:
Muuxannoo Gidaamii hanga biyya Indiyaa dorgommii bareedinaa injifachuuf gumaache

Komishiniin Tuurizimii Oromiyaa dorgommii ‘Miss Tourism Oromia’ jedhuun dorgommmii bareedinaa waggaa waggaadhaan qopheessaa jiruun dorgommii baranaa kan injifatte Shamarree Hawwii Maatiwoosi.

🔥Dorgommii kana injifachuusheetiin badhaasa Birrii kuma 200 argattees jirti.

Hawwiin waa’ee Dorgommii bareedinaa kanaa fi muuxannoo jireenyashee ilaalchisuun addatti BBC waliin turtii taasiftee jirti.

🔥Ofii Hawwiin eenyu?
Godina Qellam Wallaggaa Gidaamiitti akka dhalatte kan himtu shamarreen Hawwiin, daa’imummaarraa kaasuun kan guddatte garuu Magaalaa Finfinneetti.
#GidaamiiBegiiBaabbooJaarsooNajjooGimbiNaqamteAmbooFinfinnee #Wallaggakaa dhuftuun #Hawwii Addunyaaf biyyashee #Gidaamii beeksifte

“Dhaladhee waggaa tokkottin Finfinneetti Gale.
Kanin baradhes kanin guddadhes Finfinneedhumatti. Kutaa 12 fixee Yunvarsiitii Jimmaattin ramadame.
Achitti waggaa tokko akkuman baradheen qabxii olaanaa waanin Fideef carraan barnoota biyya alaa naaf kenname” jetti.

Bara 2010 irraa eegaluun waggoota Afuriif biyya Indiyaatti ogummaa Faarmaasii barattee gara biyyaatti deebi’uun Finfinneetti dhaabbata qoricha omishu tokko keessatti qacaramtee hojjechaa akka jirtus himti.

Waggoota afur biyya hindii turte kanattis afaan warra Indiyaa akka gaariitti dubbachuu fi dhagahuu akka barattes dubbatti.
Afaan Oromoo, Amaaraa fi Ingilizii akka gaariitti akka dandeessuu fi Afaan Kooriyaa ammoo akka dhageessu himti.
#Share waliif godhaa
Haadha manaa mana fincaanii keessatti abbaa warraa isheetiin ajjefamte

Gooftaa nuuf dhiisi 😭

Abbaan manaa ishee kana dura nama ajjeesee mana hidhaa tureere isheen hin beektu turte Almaaz Esheetuu

Garuu abbaa manaa ishee waggoota dheeraaf eegdee osoo mana hidhaa deemtee gaafatattu turte

Erga wal fuudhanii booda jaalalaan waliin jiraachuu eegalan

yeroo tokko tokko

Yeroo manaa baatu ishee rukuttu
Yeroo isheen manaa baatee reebuun rakkisaa ture

Dhumarratti jaarsi dhiifamaaf carraa dhumaa akka nuuf kennu kadhatee araaramee ture abbaan manashee kun

Guyyaa araaraa guyyaa 21ffaa booda garuu manaashee keessatyi kukutee ajjeesee gate.
mana fincaanii keessatti bilbila ishee waliin dhokse maatiin akka hin barref xumura irratti

Mana amantaa deemtee kadhachaa jirti jedheetu
Ergaa dabarsaa ture

Garuu maatiin ishee yeroo manatti deebi'an #Almaaz mana fincaanii keessatti qaambi ishee kukutamee du'ee argan
👇👇
VIA [Waazeemaa]

👇👇👇👇

https://t.me/Oduu_123
#NamootniOdeeffannoofBeeksisaahojiiHordoftanMarti
♨️Hiriyaa keesaniif maatii keessan #Gara chaneela keenyatti #add gochuu hin dagatinaa

#Sababnii isaas nutis isinirraa #Hamilee eegna yoo #Isin nu #Cinaa dhaabbatttan #AfaankeentaaniisKan isin rakkisulle #hiiknee isinihf #dhoobuun nu gammachiisa #garuu isin ni #faana hin jirtan taanaan nutis #yerooma nuuf mijate #Odeeffannoo isiniin geenya kanaaf #gaheen keessan #hirmaannaan keessan #murtteessadha namni #tokko hanga nama 50 yoo #add godhe maal isa dadhabsiisa nutiyyu #Odeeffannoo qabatamaa isiniin #baasiif yeroo qabnu irraa kutnee isin qaqabsiisnaati

#Add gochuun nu jabeessa namootni #yaada qajeelaa qabdan
Kan jaraa #utuu tahee ....

👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaaf qophii gahaan taasifameera-BBO

Biiroon Barnootaa Oromiyaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa Fulbaana 30 irraa eegalee kennamuuf qophii gahaan taasifamuu Hoogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon ibsan.

Barana Naannoo Oromiyaatti barattoonni kuma 393 fi 981 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan fudhatan yoo ta'u, qormaatichis Yuunivarsiitiiwwanitti kan kennamu ta'uun walqabatee, hanga danda’ameen barattoonni naannichaa Yuunivarsiitiiwwan Naannoo Oromiyaa keessatti argaman 14’n jiran kan naannawaa isaanitti dhiyootti akka ramadaman taasifamuu ibsaniiru.

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Fulbaana 30 hanga Onkoloolessa 2, 2015 barattoonni Saayinsii Hawaasaaf, Onkololeessa 8-11, 2015 baratoonni Saayinsii Umamaaf akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksisuun kan yaadatamuudha.
Call for Written Exam
===========
Dear candidates,
Thank you for your interest to join Awash Bank .This is 3rd and 4th round of Customer Service Officer I/Direct Sales Representative position to be invited for written exam, for those who applied on vacancy posted July 17,2022.It is recalled that candidates scored 3.8 and above were invited and tested on 1st and 2nd round.
In this 3rd and 4th round:-
1.Graduates of 2021 & 2022 with CGPA from 3.5 -3.79.
2. Age 27 years and below
3. Banking & Finance, Accounting & Finance, Management, Economics, Marketing Management, Business Administration, Public Administration & Development Management, International Trade & Investment Management, Cooperative Business Management & MIS fields are considered and invited on 7 October 2022,3rd round @9:00AM (morning),4th round @2:00PM (afternoon) at Addis Ababa Oromo Cultural Center, around Legehar.
4. For CGPA below 3.5, other rounds will be available.
N.B:-Candidates are strictly advised to have their ID card/passport when they appear for the test.
Baankii Siinqee Waamicha Qormaata Gaaffii Qomaa (Interview)

Kaadhimamtoonni maqaan keessan armaan gaditti tarreeffame Gita hojii “graduate Trainee”

irratti Baankii Sinqeetti Qacaramuuf Qormaata Barreeffamaa fudhattanit qabxiilee argattan

irratti hundaa’un Gaaffii Qomaaf (Interview) kan dabartan ta’uu beektanii, kaadhimamtoonni

tartibni maqaa keessanii 1-117tti jiru, Gaafa 02/02/2015,
kan tartibni Maqaa keessanii 118 – 234 tti jiru immoo gaafa 03/02/2015 Ganama sa’aati 2:00 irraa jalqabdanii Waajjira Muummee
Baankii Siinqee kan Kaasanchis Gamoo Odaa irratti argamutti Gaaffii Qomaatif akka

dhiyaattan isini beeksisna.

Hub. Kaadhimamtoota guyyaa jedhameen alatti dhufan hin keessummeessinu
Join Our Telegram
🌈Telegram BeeksisaaHojii

👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Egeree Post pinned a photo
Beeksisaa_hojii_haaraa
Awach SACCO qacara jira

Gitoota hojii – Ofisara IT Xiqqaa

Barnoota: Yuunivarsiitii Beekamtii qabu irraa Digirii jalqabaa Teeknooloojii Odeeffannoo, Saayinsii Kompiitaraa fi Injinariingii Elektirikii fi damee kanaan walqabatee

Muuxannoo: Muuxannoo hojii waggaa 0 fi isaa ol

GPA: 2.5 fi isaa ol.

Bara Eebbifame: 2019 hanga 2022tti

Dandeettiiwwan barbaachisan: 1.1.

Dandeettii Walqunnamtii gaarii fi dandeettii barreessuu

Beekumsa application Kompiitaraa gaarii

Dhiyeessii Mindaa : Hawwataadha

Bakka Hojii: Addis Ababa, Ethiopia

Yeroo Xumuraa: Onkoloolessa 10, 2022

Akkaataa Iyyatan

Iyyattoonni fedhii qaban ulaagaalee armaan olitti ibsaman guuttan kooppii CV hin deebine xalayaa iyyannoo fi waraabbii ragaa waliin Awach Saving and Credit Cooperative Society Ltdf teessoo emailiin dhiyeessuu ni dandeessu.

CV keessan kallattiin email: awachvacancy@gmail.com irratti ergaa

Filannoon kan raawwatamu gahumsa dhuunfaa fi carraa walqixa hundaaf bu'uura godhachuun!