Egeree Post
8.32K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
#Itti yaadaa #Waliifis dabarsaa
Waan gurbaan #Efrem yeroo darbe Addis Ababa Unversity irraa #Diraamaa #Mootota biyyaaf akkaauma namoota #biyya alaa jiraniif #keessa jiraatan irratti hojjete dubbisaa #Efrem Ballaxaa #Eenyuu ? Diraamaa heedduu nama #dhibuudha #Safuudha kun
🔰Haadha jedhee #Qoraan baachisee #Icitichi bira gahameera
Liinkii banuun dubbisaa
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Namni hundi #dhugaa jiru akka baruuf #maaliif #diraamaan un akka hojjetamees namootaaf #qoodaa

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

○Maddi Odeeffannoo kiyya Gammadaa O
Waa'ee jaalalaa

❤️ Afaan namootaa fi ergamootaan yoon dubbadhu, #Jaalala yoon hin qabaanne garuu akka naasaa iyyu ykn simbalii hasaasuu ti. Raajii fi iccitii yoo qabaadhe ❤️ ❤️ Waan hundumaa fi beekumsa hundumaa yoo beekee amantii hundumaa qabaadhee hanga gaara sochoosuu danda'utti #Jaalala yoo hin qabaanne garuu gatii hin qabu. Kana hunda yoo share godhe immoo hiyyeessa nyaachisuuf❤️ qaama koos ibiddatti akka gubamuuf yoo kenne #garuu jaalala hin qabaanne❤️ homaa naaf hin bu'u.❤️

💓 #Jaalalli obsa qabdi gaarummaas #hojjata 💓
💓 #Jaalala hin hinaafu #Jaalala hin boonu 💓
💓 jedhamtu
💓#Kan ofii hin barbaadu #Hin mufatu 💓
💓 #Inni jal'ina hin lakkaa'u #Dhugaa waliin gammada 💓
💓 #Haqa dhabuutti hin gammadu #Waan hundumaa ni obsa 💓
💓 #Waan hundumaa ni amana #Waan hundumaa abdata 💓
💓 #Waan hundumaa ni obsa

❤️ #Jaalalli #yeroo hunda hin fashalaa'u ❤️
❤️#Raajii yoo ta'e ni haqama
#Arraba yoo ta'an ni hafa ❤️
❤️ #Beekumsas ni haqama.

#❤️மிய்த #❤️பைத்து #❤️Jaalala Isaan sadan kun obsa kan qaban yoo ta'u isaan keessaa inni guddaan #❤️Jaalala. 💋 jedhama
═════════❁✿❁ Afaan Oromoo fi Jechoota Dinqisiiso Afaan Oromoo
💪💯 Yommuu dubbiftee #Share godhii namootaf
👇👇👇👇

https://t.me/+KJYb72wg2Z1mNzc8