Egeree Post
8.25K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
ℹ️Sirna Hojii (OS) # jechuun maal jechuudha? # Faayidaan isaa maali?
Operating System jechuun software fayyadamtootaa fi #complete hardware gidduutti akka interface ta'ee hojjetudha.

Kompiitarri hundi yoo xiqqaate #Operating System tokko taphachuuf (Chrome), Microsoft office, Game fi application adda addaa qabaachuu qaba.

⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

Sirna Hojii (Operating System) Inni guddaan afaan kamiiyyuu osoo hin barbaachisin kompitara waliin walqunnamsiisuuf #guutuu isaa salphatti hubachuu dandeenya.

Fayyadamaan kamiyyuu kompitara ykn #bilbila kamiyyuu Operating System malee fayyadamuu hin danda'u.