Egeree Post
8.32K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
#Beeksisa-qacarrii Haaraa

βœ…Dhaabbata :πŸ“ΆBaankii misooma Itoophiyaa (DBE)
🧿Muuxannoo: Zeeroofi Muuxannoodhan.
β– Guyyaan Galmeen: 04/07/2023- 07/07/2023
β– Baay'ina:1070
β– Galmeen: online qofa.
#tooruma fb irra isiniif ka'aamera
β– Eebbifamtoota bara 2020,2022fi 2023
β– Qabxii 3:0 fi isaa ol warreen qaban.
β–  Iyyataan/ttuun : Umurii 30 fi isaa gadi ta'uu qaba.
β– Gitoota hojii armaan gadiitin
1 -Junior Officers
2 - Engineers (Civil, Electrical, Mechanical, Industrial, Agricultural, Textile And Related Fields)
3 - Attorneys
4 - IT Officers
5 - Officers
6 - Senior Officers
7 - Team Managers
β– District barbaaddanitti filattanii galmaa'uu dandeessu.
#Hubachiisa: Namni tokko gitoota hojii lamaa ol galmaa'uu hin danda'u
Yoo galmaa'e dorgommiirra ni haqama.

Rakkoo Networkiitiif
#Ijoollotni arguu dhabuu dandda'u #Wal Cinaa dhaabbadhaa

#Maaloo Beeksisa kana #share godhaa.

Akkuma beekamu bara dhufa Waajjiraaleen mootummaa qacarrii akka hin geggesinee beeksiseera kanaaf apply godhaa
liinkii Beeksisichaa kunooti
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/100011115710032/posts/pfbid02NjF8kyV5F7LKCaGDCMNshbfL97Z5AK5hbiNg3z4PNXTsxXJgeTSFsAXhoUCCQFiYl/?app=fbl
Forwarded from Egeree Post

#Dhaamsa_Ariifachiisaa Namni Dhugaatti Milkayina akka Ofiisaatti Yaadu nama hundaaf #Share ha godhu βœ…

❇️Akka guutumma biyya Ethiopiatti yeroo jalqabaatiif kan baheedha

βœ…Daandiin Qilleensa Itiyoopiyaa gita hojiii kana gadiin leenjisee qacaruu barbaada.

βœ…Marketing
βœ…Finance
βœ… Pilot
βœ… Cabin Crew
βœ… Aircraft maintenance Technician(AMT)
βœ…Aircraft structure, Aircraft cabin maintenance, Aircraft mechanical component, Aircraft Avionics Technician, Aircraft power plant Technician
βœ…Aircraft mechanic

Kanaafis namootni ulagaa kaa’ame guuttaan akka galmmoftaan geessii Kanas Seenaa Daawwadhaa Appi
#AirlinesVacancy Site
πŸ‘‡βœ…
πŸ‘‡βœ…
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

🚨Guyyaan galmee: -
Hagayya 15-19/2025
(August 21- 25, 2023)

βœ…Liinkii galmmee asii gadii gargaaramaa
πŸ‘‡βœ…
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

βœ…Science and Technology university, Adama
βœ…Finfinnee, online
βœ… Ambo university, Ambo
βœ…Arbaminch university, Arbaminch
βœ…Assosa university, assosa
βœ…Bahir dar university, Bahir dar
βœ…Debre Brihan university, Debre birhan
βœ…Debre markos university, Debre markos
βœ…Wollo university, Dessie
βœ…Dire Dawa university, Dire Dawa
βœ…Selale university, Fitche
βœ…Gambella university, gambella
βœ…Gondar university, Gondar
βœ…Haramaya university; Harar campus, Harar
βœ…Hawassa university, Hawassa
βœ…Jigjiga university, Jigjiga
βœ…Jimma university, Jimma
βœ… Mekelle university, Mekele
βœ…Mizan tepi university, Mizan Tepi
βœ…Wollega university, Nekemete
βœ…Robe teachers’ college, robe
βœ…Semera university, Semera
βœ…Shashemene poly technic college, Shashemene
βœ… Wolkite university, Wolkite
liinkii Seenuun appi buuafadhaa Carraa Kanas fayadamaa liinkii asii gadii kana banuun
πŸ‘‡βœ…
bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyL

🌈Telegramii Beeksisaa
βœ…πŸ‘‡βœβœβœ
https://t.me/michujobs

βœ…Beeksisa Hojii Madda qab atamaa irraa dorgomaa
Dadhabbii malee mana Kessan ta'aati baasiif utuu hin saaxilamiin Waan feetan Ilaalaa dorgomaa

βœ…Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL

βœ…Telegramii Beeksisa hojii join godhaa
#Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
βœ…Beeksisa Hojii Madda qab atamaa irraa dorgomaa
Dadhabbii malee mana Kessan ta'aati baasiif utuu hin saaxilamiin Waan feetan Ilaalaa dorgomaa

βœ…Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL

🌈Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
βœ…Beeksisa Hojii Madda qab atamaa irraa dorgomaa
Dadhabbii malee mana Kessan ta'aati baasiif utuu hin saaxilamiin Waan feetan Ilaalaa dorgomaa

βœ…Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL

Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
βœ…ABDII HIN DHABIN! |
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
⌲ Yoo ofii kee rakkattee, itti dadhabdee milkaa'uu baatte, rakkina kee kanatti ilmi kee, dhaloonni si boodaa ni milkaa'u.

⌲ Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin!

Β» Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta.

Β» Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna" siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu.

⌲ Hammuma kufaatiin sitti baay'atu, milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki!

⌲ Kufaatiin tokko gaafa si quunnamu deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha.

⌲ Imala gara milkaa'inaatti deemuu kee,  karaa milkaa'inaa irra imalaa jiraachuu kee kan siif mirkaneessu kufaatii si mudachaa jiru dha.

⌲ Kufaatiin yoo si mudachaa jira ta'e,  jabaadhu ati karaa milkaa'naa irra jirtaati. Garuu hamma yoonaa kufaatiin si mudatee hin jiru yoo ta'e ati milkaa'ina keef deemsa hin eegalle jechuu dha.

⌲ Namni osoo hin kufin milkaa'e nama hin hojjanne dha yookiin kufaatii nama biraatti kan milkaa'e dha.

⌲ Kufaatiin hammuma si mudachaa deemu; ofitti amanamummaa kee cimsaa,  waan darbe irraa barachaa,  karaa kaleessa irratti kufte irra akka hin deddeebine hubachaa,  karaan biraa akka jiru xiinxalaa akka deemtu si gargaara.

⌲ Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa'inaa ti.

Β» Jireenya kee jijjiruuf sammuu jijjiiramaan har'a jijjiirama eegali!

βœ…Beeksisa Hojii Madda qab atamaa irraa dorgomaa
Dadhabbii malee mana Kessan ta'aati baasiif utuu hin saaxilamiin Waan feetan Ilaalaa dorgomaa

βœ…Carraa Sholarshipi Bilisaa biyya alaa Appi buufachuun apply godhaa namootni feetan qofti liinkii banuun
πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…πŸ‘‡βœ…
bit.ly/445EiyL bit.ly/445EiyL
bit.ly/445EiyLbit.ly/445EiyL

Telegramii Beeksisa hojii join godhaa #Share hiriyaa jaallatuuf godhi #Chaanela Beeksisa Afaan Oromoo
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
βœ… Maddi Rakkinaa Inni Guddaa fi Hangafaa kan Uumamu, Namoota Sirrii Iddoo Dogoggoraa Taa'aniini dha. |
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
ΰΌ„ Namoota abjuu nama biraa keessa jiraatan yookiin jiraachuun ofii isaanii dadhabsiisan. Rakkinni rakkoo tahee umurii akka dheeratu kan taasisu isaan ofii isaanii ilaalcha nama biraan of bocani dha. Ofii isaanii dhiisuu nama biraa ta'anii namoota ofii isaanii dibamaniin dha.

ΰΌ„ Namni ati mootii taata, ati doktora taata fi kkf jedhamani yeroo tahetti waan jedhaman sana tahuuf ni yaalu. Kallattii kamiinis tahu wanta jedhaman sana tahanii ni argamu. Namoonni akka kanaa madda rakkinaa ijoo tahuun ni beekamu.

ΰΌ„ Abjuu nama biraa fiixaan baasuuf jireenya isaanii boqonnaa malee jiraatu. Gaaffii keessi isaanii isaan gaafatu deebisuu irra wanta namni biraa isaanii hawwe sana keessatti ofii isaanii ilaalanii kallattii namni biraa boceef irra ofii isaanii deemsisuu filatu. Galma ofii dhiisanii galma namaa irra deemu. Galma nama biraa galmaan gahuuf yaadu.

ΰΌ„ Yeroo kanatti madda rakkinaa tahuun argamu. Ofii isaanii madda rakkinaa tahuu hubachuu hin dandahamu maalifii abjuu nama biraa keessa waan ofii isaanii dhoksaniif dhokatanii jiraachuu filatu.

ΰΌ„ Abjuu nama biraa keessa ofii kee keessee adunyaa tana balleessuu, faaluu, rakkisuu irra abjuu dhabuu wayya. Maaliif? Waan hin qabne waan beektuf waan qabaachuu qabdu sana immoo guyyaa tokko qabaachuuf barbaaduu ni eegalta. Haala kanaan ofii keenyas dhabnee, dhalootaa dhabaa deebna. Nama falaa tahuu irra adunyaa faalaa jiraanna. .

ΰΌ„ Abjuu kee haatii fi abbeen kee siif hin beekani. Mul'ati kee eenyummaa bira hin jiru. Abjuun hin dhaalamu. Abjuun hin hatamu. Abjuun yaada wanta hin qaqqabamne gara wanta qaqqabamuutti jijjiiru dha.

ΰΌ„ Abjuun beeluun fi dheeboo keessaa kan nama baasu dha. Abjuun dhalootaaf faloo ta'uu, rakkina ija furmaataan ilaalu tti karaa nu baasu nu agarsiisa.

ΰΌ„ Abjuun kee eenyummaa kee ti. Eenyummaa kee sirrii keessa jiraa dhu. Eenymaan kee sirriin dhalootaaf fala siif abjuu dha.

Abdii kutuun Diina milkaa’inaati

"Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu
Isa amansiisaadha!" Genaa Showaalter

"Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture."
  β€’ Maalifan milkaa'uu dhabee?
  β€’ Maalif milkaa'inni ana irraa fagaatee?
  β€’ Maalif kufaatiin natti baay'atee? Jettee Komii ofii kee irratti, nama irrattii fi Waaqayyo irratti hin kaasin!

β©© Wantoonni jireenya dhala namaa jijjiiruu danda'an hedduun galma hin ga'iin kan hafan abdii kutannaa dhala namaa irraa kan ka'edha. Namni mo'u abdii hin kutatu, namni abdii kutatu immoo hin mo'u....!