Egeree Post
8.31K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Nama Guddaa Ta'ii !

#Namaa guddaa ta'uuf waan guddaa irraa eegalu hinqabdu. Ol baatee mul'achuuf dirqama gaara irratti dhalachuu hinqabdu. Geggeessaa biyyaa ta'uudhaaf abbaan kee ykn haadhikee geggeessaa ta'uu hinqaban. Fageessitee arguuf dirqama biyya fagootti dhalachuu hinqabdu. Dursuudhaaf dirqama dura jalqabuu hin qabdu. Kanaaf kutannoon hojjennaan bakka kamiyyuu geessee dhalootaaf karaa ta'uu ni dandeessa.

#Harka hin kennin! (Daawwit Taammiruu Taaddasaatiin)

#Join & #Share godhaa Burqaa babbareedaa isiniif qabannee dhufneerra #Dhaloota dubbisu wanti darbu hin jiru
👇👇👇👇👇
@bedadina
https://t.me/bedadina