Egeree Post
8.31K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Obbolewwanko jabaadhaa ni milkooftuu milkaa'uuf garuu dadhabuun dhamaa'uun isa dursaati carraan namoota heedduu dadhabbii booda milkayinaan goolabama kan isa kaani immoo Dadhabbii malee golabama
Ani nan dadhabee yaalee
#Humnikoo
#Maallaqnikoo
#Yeroonkoo
Maaliif akka hiriyaakoo milkaayinnikoo ture kan jettan yaala ni mo'attuu
#Cininnatan#malee#waan#gaarii#hin#ciniinaan
Homaa isinitti hin laakawu forward godhaa dhugaa dubbachuuf warri mormituun telegramiif fb page keenya heedduu nu jalaa fail gochuuf nu rakkisaa jiru #Nama Afaan kana dubbisu qofatti himachaa jirra Maal jarana #Duula fokkisaa kana #cabsuuf Namni #Odeeffannoo Beeksisaa deggaru qofti #Namoota jaallatuuf #firasaa 15 yo #forward godhe nus akka isin nu #Cinaa jirttan barra #hin dagatinaa #warra miidhaa nurratti #yaadaniif deebii #kennafi isinumti
Waa'ee jaalalaa

❤️ Afaan namootaa fi ergamootaan yoon dubbadhu, #Jaalala yoon hin qabaanne garuu akka naasaa iyyu ykn simbalii hasaasuu ti. Raajii fi iccitii yoo qabaadhe ❤️ ❤️ Waan hundumaa fi beekumsa hundumaa yoo beekee amantii hundumaa qabaadhee hanga gaara sochoosuu danda'utti #Jaalala yoo hin qabaanne garuu gatii hin qabu. Kana hunda yoo share godhe immoo hiyyeessa nyaachisuuf❤️ qaama koos ibiddatti akka gubamuuf yoo kenne #garuu jaalala hin qabaanne❤️ homaa naaf hin bu'u.❤️

💓 #Jaalalli obsa qabdi gaarummaas #hojjata 💓
💓 #Jaalala hin hinaafu #Jaalala hin boonu 💓
💓 jedhamtu
💓#Kan ofii hin barbaadu #Hin mufatu 💓
💓 #Inni jal'ina hin lakkaa'u #Dhugaa waliin gammada 💓
💓 #Haqa dhabuutti hin gammadu #Waan hundumaa ni obsa 💓
💓 #Waan hundumaa ni amana #Waan hundumaa abdata 💓
💓 #Waan hundumaa ni obsa

❤️ #Jaalalli #yeroo hunda hin fashalaa'u ❤️
❤️#Raajii yoo ta'e ni haqama
#Arraba yoo ta'an ni hafa ❤️
❤️ #Beekumsas ni haqama.

#❤️மிய்த #❤️பைத்து #❤️Jaalala Isaan sadan kun obsa kan qaban yoo ta'u isaan keessaa inni guddaan #❤️Jaalala. 💋 jedhama
═════════❁✿❁ Afaan Oromoo fi Jechoota Dinqisiiso Afaan Oromoo
💪💯 Yommuu dubbiftee #Share godhii namootaf
👇👇👇👇

https://t.me/+KJYb72wg2Z1mNzc8
#Breaking_News
#Yaadni #Aadde Keenyaa #hin milkoofne akka milka'uuf

Magaalaa Finfinnee keessatti #Faarun_Oromiyaa akka hin faarfatamnee fi #alaaban Oromiyaa akka hin fannifamne mootummaan federaalaa ajaja dabarseera.

Qabsoon #EZEMA
#BALDERAS
#ABN fi jarri biroo Finfinnee #Oromiyaarraa adda baasuu milkaa'e jechuudhaa???? #Dhaggeeffadhaa qaamoota Hayyamaniis #hubadhaa
yaada marii eegalaa #Afaan_Oromoo maal #balleessee yaada kessan nuuf qooda #wal qaqqabsiisaa #share godhaa gurra wal buusaa #barjaamti iddoo garaa garaatti #dhoobamtee jirtu akka hin kaaneef jenneti
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8