Egeree Post
8.31K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
#kabajamtoota_Obboleewwankoo
Akkuma beekamu hanga danddeettii keenyaa#Odeeffannoo hojiif kanneen biroo isin biraan gahaa #jiraachuu keenya ni beektu #Namni Kam #Hiriyaasa_Maatiisaaf #Hanga nama#1oniif #Odeeffannoo hojii kana qooduu qaba
#Namootni keenya iddoo jiranii #Odeeffannoo argachuu qabu
#Kanaaf nama 10 niif #Invite gochuun deeggarssa#TolaOolttummaaKana ha baanu
#LiinkiiKana_shareGodhaaNamootaaf
https://t.me/adhtechdk
#Namootni_Sirritti_Dubbistan_Karaa_Keessaa_NuDubbisaa
Namoota fedhii dandeettii
Mul'ataa fi abjuu qabdaniif!

#Dhaabbata #sammuu nama qaroomsu ykn [Mind setting]/ Personal Development Itoophiyaa keessatti hundeeffamee daandii milkaa’inaa carraa baay'ee guddaa dhaloota Mul'ata gaarii qabu, fayya qabeessaa fi sooreessa ta'e uumuuf company hundeeffame dha.

Qaamaa mootummaa irraa beekamtii seeraaf Eeyyama kan  qabu waajjira guddaa Finfinnee naannoo Booleetii kan qabu fi damee kutaa bulchiinsa magaala Finfinnee keessaa qaba.

Dhaabbata kana keessatti miseensa taatee leenjii/barnoota fudhattee jireenya kee, Jireenya Mul'ataa, Jireenya
Fayyaa, Jireenya Maatii, Jireenya Hawaasummaa Jireenya Hafuuraa, Jireenya Maallaqaa, Jireenya Beekumsaa irratti leenjii fudhatta. Namni tokko sammuu isaa akkamiin fayyadamuu akka qabuufii akkamiin akka of jijjiiruu danda’u fi madda gaalii argachuu qabu irratti hojjeta.

Daandii Milkaa’inaaf adeemsa Abjuun jiraachuu Waa'ee kaayyoo dhuunfaa keetii, dandeettii kee, mul'ata kee beekuun galma ga'uu ni dandeessa. "Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha. Akkamiin abjuuf mul'ata keenya kana fayyadamnee jireenya keenya jijjiiruu akka dandeenyu gadi fageenyaan baranna. 

Namoonni hojii business kana waliin hojjechuu barbaaddan baga gammaddan mind setting dabalatee qarshii xiqqoo dhaan jalqabamee commission hedduu ykn qarshii hedduu ittiin argachuun danda'amu dha. #Sadarkaa barumsaa hin gaafatu.

 #Namoota hunda ilaallata kan daldaalu, kan hojjetu, kan baratu, hojii barbaaduu fi sadarkaa barnoota kamiyyuu ni danda'ama hojii baay'ee salphaa ta'ee fi karaa salphaa ta'een jijjiirama guddaa kan galmeessisu dha network marketing waan ta'eef.

Akkasumas #sammuu keenya kana akkamitti akka fayyadamuu dandeenyu jireenya dhuunfaa keenyaa akka jijjiiruu dandenyu nu barsiisa.

#Franchise office biyyoota ambaa kanneen akka:- #kanaadaa, #Israa'eel, #USA, #Sudan keessatti damee banee hojjechaa jira.

#Daandii Milkaa’inaaf adeemsa Abjuun jiraachuu, Waa'ee kaayyoo dhuunfaa ofii beekuu, dandeettii ofii beekuu, mul'ata ofii beekuun galma ga'uun ni danda'ama. "Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ykn harka qalleessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha.

#Dhaabbata kana keessatti Leenjii/barnoota abjuu jireenyaa kan ittiin milkoofnu baranna. Jireenya ofii keetii erga jijjiiruu eegaltee namoota biraa akka isaan jireenya isaanii jijjirratan gargaaruufii jireenya isaanii jijjiiruu danda'an carraa kennita.

#Namni gamna ta'e #Karoora osoo hin baafatin waan tokko hin jalqabu. Karoora ifa ta'e baafachuun #hoogganaa fi #gaggeessaa jireenya keetii akka taatuun siif hawwa. Karoorri karaa dheeraa tarkaanfii tokko irraa jalqaba. #Jireenya karoora qabu akka jiraattuuf barnoota/Leenjii Kara adda addaa argachuun dirqama.

Mental Bank process fi kutaa sammuu keenya dhoksaa /Subconscious mind/ fayyadamuun kan hojjetu yoo ta'u milkaa'inni kan mirkanaa'ee dha. #MeentaalBaankiin adeemsa mataa isaa danda'e kan qabuufii haala ittin jijjiiramni argamudha, kanaafuu  #Saganteessuudhaan akkamitti karoora keenya galmaan akka geenyu nu gargaara.

#Barnoota kana Karaa sadii argachuu dandeessu:-

1ffaa. Online Website dhaabbata irraa
2ffaa. Barruulle fi CD irraa
3ffaa. Qaamaan/In Person

Leenjiin: #AfaanOromoo, #Amariffaa, #Ingliffaa, #Tigiriffaan waan jiruuf kan dandeessaniin barnoota  isaa fudhachuu dandeessu.

#Hubachiisa: Namonii jijjiiramaa barabaadan qamaan Ibsa/orientation gaha erga fudhate boodaa dhugaati jijiramana jireenya koo irratti ni fida, garshii/gaalii itti argachuu nan danda'aa, jeettee #ofkeeti yoo murteessite #qofa waliin hojjechuu dandenyaa obbolleessa/Obbolettii koo

Yeroof namoota #Finfinnee fi #nannawwaa Finfinnee jiran qamaan argamuun ibsa gaha fudhatanii of murteessu qabdu odeeffannoo dabalataaf #inbox fb na dubbisaa.

Hojii #NetworkingMarketing waan ta'eef hojii bira hojjechaa, bakka barbaaddan teessanii, yeroo kamiyyuu hojjechuu ni danda'ama. Dhaabbata #Qacarrii osoo hin taane dhaabbata ofii #miseensa taatee keessatti hojjettee of jijjiirtu dha.
#Namoota fedhii dandeettii
Mul'ataa fi abjuu qabdaniif!

#Dhaabbata #sammuu nama qaroomsu ykn [Mind setting]/ Personal Development Itoophiyaa keessatti hundeeffamee daandii milkaa’inaa carraa baay'ee guddaa dhaloota Mul'ata gaarii qabu, fayya qabeessaa fi sooreessa ta'e uumuuf company hundeeffame dha.

Qaamaa mootummaa irraa beekamtii seeraaf Eeyyama kan  qabu waajjira guddaa Finfinnee naannoo Booleetii kan qabu fi damee kutaa bulchiinsa magaala Finfinnee keessaa qaba.

Dhaabbata kana keessatti leenjii/barnoota fudhattee jireenya kee, Jireenya Mul'ataa, Jireenya
Fayyaa, Jireenya Maatii, Jireenya Hawaasummaa Jireenya Hafuuraa, Jireenya Maallaqaa, Jireenya Beekumsaa irratti leenjii fudhatta.

Namni tokko sammuu isaa akkamiin fayyadamuu akka qabuufii akkamiin akka of jijjiiruu danda’u fi madda gaalii argachuu qabu irratti hojjeta.

Daandii Milkaa’inaaf adeemsa Abjuun jiraachuu Waa'ee kaayyoo dhuunfaa keetii, dandeettii kee, mul'ata kee beekuun galma ga'uu ni dandeessa. "Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha. Akkamiin abjuuf mul'ata keenya kana fayyadamnee jireenya keenya jijjiiruu akka dandeenyu gadi fageenyaan baranna. 

Namoonni hojii business kana waliin hojjechuu jijjiiramna barbaaddan baga gammaddan

 #Namoota hunda ilaallata kan daldaalu, kan hojjetu, kan baratu, hojii barbaaduu fi sadarkaa barnoota kamiyyuu ni danda'ama hojii baay'ee salphaa ta'ee fi karaa salphaa ta'een jijjiirama guddaa kan galmeessisu dha network marketing waan ta'eef.

Akkasumas #sammuu keenya kana akkamitti akka fayyadamuu dandeenyu jireenya dhuunfaa keenyaa akka jijjiiruu dandenyu nu barsiisa.

#Franchise office biyyoota ambaa kanneen akka:- #kanaadaa, #Israa'eel, #USA, #Sudan keessatti damee banee hojjechaa jira.

#Daandii Milkaa’inaaf adeemsa Abjuun jiraachuu, Waa'ee kaayyoo dhuunfaa ofii beekuu, dandeettii ofii beekuu, mul'ata ofii beekuun galma ga'uun ni danda'ama. "Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ykn harka qalleessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha.

#Dhaabbata kana keessatti Leenjii/barnoota abjuu jireenyaa kan ittiin milkoofnu baranna. Jireenya ofii keetii erga jijjiiruu eegaltee namoota biraa akka isaan jireenya isaanii jijjirratan gargaaruufii jireenya isaanii jijjiiruu danda'an carraa kennita.

#Namni gamna ta'e #Karoora osoo hin baafatin waan tokko hin jalqabu. Karoora ifa ta'e baafachuun #hoogganaa fi #gaggeessaa jireenya keetii akka taatuun siif hawwa. Karoorri karaa dheeraa tarkaanfii tokko irraa jalqaba. #Jireenya karoora qabu akka jiraattuuf barnoota/Leenjii Kara adda addaa argachuun dirqama.

Mental Bank process fi kutaa sammuu keenya dhoksaa /Subconscious mind/ fayyadamuun kan hojjetu yoo ta'u milkaa'inni kan mirkanaa'ee dha. #MeentaalBaankiin adeemsa mataa isaa danda'e kan qabuufii haala ittin jijjiiramni argamudha, kanaafuu  #Saganteessuudhaan akkamitti karoora keenya galmaan akka geenyu nu gargaara.

#Barnoota kana Karaa sadii argachuu dandeessu:-

1ffaa. Online irraa
2ffaa. Barruulle fi CD irraa
3ffaa. Qaamaan/In Person

Leenjiin: #AfaanOromoo, #Amariffaa, #Ingliffaa, #Tigiriffaan waan jiruuf kan dandeessaniin barnoota  isaa fudhachuu dandeessu.

#Hubachiisa: Namonii jijjiiramaa barabaadan qamaan Ibsa/orientation gaha erga fudhate boodaa dhugaati jijiramana jireenya koo irratti ni fida, garshii/gaalii itti argachuu nan danda'aa, jeettee #ofkeeti yoo murteessite #qofa hojjechuu dandeensuu.

Namonii jijjiiramaa barabaadan qamaan argamuun ibsa gaha fudhatanii of murteessu qabdu odeeffannoo dabalataaf #inbox fb na dubbisaa.

Hojii #NetworkingMarketing waan ta'eef hojii bira hojjechaa, bakka barbaaddan teessanii, yeroo kamiyyuu hojjechuu ni danda'ama. Dhaabbata #Qacarrii osoo hin taane dhaabbata ofii keessatti hojjettee of jijjiirtu dha.
#Inbox nu dubbisaa namootni #Naannoo finfinneed #Finfinnee keessa #jirtan #Fayadamaa tahaa
#NagaanBulaa #Hiriyoota qabdan 10 #namni tokko #afeeraa #nama ofisaa jaallatee #hiriyaasaaf gaarii yaadu #hataanu #yaada qabdan nuuf barreessa
#Maatii chaneela keenyaa kan taatan martti #Odeeffannoo beeksisa yeroo yeroon bahuu firaaf #maatii keessaniif #qooduu hin dagatinaa #namni tokko hiriyaasa #hanga fedhe ha qaqqabsiisu waan gaarii hojechuun ofiif gaarummaa namaaf qooddi
#Mana keessan tahaa baasiif osoo hin saaxilamin #Odeeffannoo wayitawaa argadhaa
#Galatoomaa #Maatiin keenya marttuu Namootni #karaa kana beeksisaa bahuu arganii hojii argatanillee #Galatoomaa jechaa nu jajjabeessa jiru yeroo muraasa keessatti hordoftoota 7000 kan horate boriifis #Odeeffannoo qabatamaa isin biraan gahuuf #duuba hin deebinu #HORAABULAA
#Hordoftoota chaneela keenyaa Beeksisa bahuu karaa kamiinu #waliif qooduu hin dagatinaa #waan isin rakkisuu deeggarssa yaadaa yoo qabaattan nuuf barreessu dandeessu #Milkaayinni dafee dhufuu dandahaa akkasumas turuu dandahaa #haala irra jirtaniin of hin madaalinaa #namni irra deddebiin yaalu moo'achuunsaa dhiyoodha jabaadha barbaada #Namni albuuda barbaadu lafa barbaadu beeka akkuma jedhan #isinis mana keessan tahaa utuu hin dadhabiin baasiif #odoo hin saaxilamiin #Odeeffanno Beeksisa hojii wayitawaafi qabatamaa #argadhaa #yeroo keessan qusadhaa #baasii irras of qusadhaa #Beeksisa hojii bahuu mana tahaa hordofaa
#Galatoomaa
Kana jechuun kaffaltti nu gaafatu hin qabu dhiibbaatu jira akka nuti hojii kana hin maxxansineef social irrattille telegramii keenyalle ugguruudhaan dhugaa dubbachuuf sababni isaas namootni keenya baayinaan akka Odeeffannoo hin argineef akka hin dorgomneef namootni yaada jallaa qaban ana qofaa utuu hin taane namoota akkakoo Beeksisà hojii maxxansan irratti nu dadhabsiisuuf hojechaa jiru kanaaf nu cinaa dhaabbadhaa #chaneela kana guddisaa #inaaftuun yeroo namni guddachaa deemuu #abdii kutaa deemtiti #Namni tokko hanga nama 15 niif forward yoo godhewoo? Maal qabaa ? Nutiyyu dadhabnee kana caalaa isin gargaaraa jirrati
Namoonni beeksiisa qacarrii guyyaa guyyaan bahu hordofuu barbaddaan haala salpatiin fi qulqullinaan barreeffamaaf #Suura waliin

Hiriyaakee Waan #ittiin deemee dorgomuu dhabee rakkatuuf #Share godhi

Mana keessan ta'aa dadhabbiif #dhiphina malee kan isin Ilaallatu Sakkata'uun #Aadda baafachuun baasii malee beekaisa hojii #Waktawaa hordofaa

🌈 Telegram keenyarratti nuu hordofaa

Gaarummaa #Yaaduun Ofii keenyaaf akka ta'ees hin dagatinaa #namni waan gaarii namaaf yaade milka'uunsaas #fagoo miti

🔥Muuxannoof Muuxannoo malee

🔥NGO fi Mootummaa

🔥Dhaabbilee dhuunfaa PLC

🔥Jijjiirraf Rakkoowwaan qabdaniif
👇👇👇
Join us on Telegram for more jobs
🌈Telegram
👇👇👇 https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
#DirqamaIsinbarbbachisa
#Namni tokko waliigaltee tokko yeroo nama biraa waliin raawwatu sababa rakkoon cimtuun takka isa mudateef dirqama waliigaltee ulfaataa tokko irratti nama biraa waliin yoo waliigale furmaanni isaa maali? Seerri hoo maal jedha?
"#Sababa_rakkinaatif_dirqama_waliigaltee_ulfaataa_ofiitti_fudhachuu"
❇️Ilmi nama jireenya isaa keessatti wanta jireenya isaatif barbaachisu hunda ofii isaatii guutachuu kan hin dandeenyee fi wanta jireenya isaatiif barbaachisu gutachuuf immoo walii wajjiin walitti dhufeenya uumee tajaajiloota fi meeshaalee adda addaa bittaa fi gurgurtaan waliif dababrsuun jireenya isaa gaggeefata
Meeshaawwanii fi tajajiloonni adda addaa kan jireenya ilma namaatiif barbaachisu kunis nama tokko irra gara nama birooti kan darbu daldala namoonni taasisanii fi daldalli kun immoo waliigaltee kan bu’uura godhateedha
Waliigalteen tooftaa ittiin namoonni mirga isaanii dabarsan, dirqamoota uumanii fi ittiin namoota biroo dirqisiisanidha
👉Seera hariiroo hawaasaa keewwata 1679 jalatti waliigalteen tokko fedhii guutuu gareewwaan waliigaltee walii isaanii jiddutti uuman irratti kan hundaa’u tahuu ifatti tumame jira
👉Haa tahu garuu namni tokko yeroo waliigaltee tokko nama biraa waliin raawwatu sababa rakkoon yeroo isa mudateef waliigaltee garee kan akka malee fayyadu kan isa immoo miidhu fudhachuu danda’a
👉Sababni isaas rakkoon tun akki isin si goone hin jirtu akkasuma namni tokko waliigaltee silaa rakkina qabaachuu baate fedhii isaatin hin fudhanne rakkina yeroo san jalaa bahuuf nama biraa waliin waliigala
👉Fakkeenyaaf namni tokko midhaan nyaataa fixee maatin isaa beelahuuf deema garuu maalaqa waan bitatun yeroof harkaa hin qabu yeroo kana nama xaafii qabu bira deemee xaafii kuntaala tokko naaf kenni maalaqa booda siif kenna jedhaan Abbichi xaafiits maalaqa harkatti amma yoo naaf keennite xaafiin kuntaalli tokkichi qarshii kuma kudhan yoo booda naaf kennite qarshii kuma digdamii shan jedhan namichi kunis sababa rakkinaatif xaaficha qarshii kuma digdamii shaniti fira fudhatee deema
👉Namonnni waliigaltee ulfaataa akkanaa sababa rakkinaatiif nama biraa waliin raawatan kanaf seerri keenya furmaata bareeda isaaniif kaa'e jira
Kunis seera hariiroo hawaasaa keewwata 1710 jallatti waliigalteen tokko sababa garee kaan caalati fayyadeef kan hin diigamnee fi Haa tahuu garuu gareen tokko sababa rakkootiifi wallaalumaatiin garee kaani waliin yoo waliigaltee raawwate waliigaltichi kan diigamu ta’u ifatti tumamee jira
👉MMWFDItis jildii 21ffaa irratti waliigalteen tokko hanqina fedhii fi hayyamaatiin raawwatame jedhamuun kan diigamu gareen diiggaa waliigalticha gaafatu haalota hanqina hayyamaa agarsiisuu qaba jechuun murteese jira.
👉Sababa hanqina hayyamaa fi fedhii kan waliigalteen tokko itti diigamu keessa sababa rakkinaatiif waliigaltee ulfaata ta'e fi garee kaan caalatti fayyadu raawwaachuun sababa isa guddaa dha
👉Sababa amma ibsine kanaan waliigaltichis erga diigame booda bu'ura seera hariiroo hawaasaa kewwata 1818 ttiin gareewwan waliigaltee iddoo duraan turanitti yeroo deebi'an gareen sababa rakkootiif dirqama waliigaltee ulfaata fudhate kun dirqama ulfaata san osoo hin tahin dirqama akka gatii magaalaa yeroo waliigalteen raawwatamu sanii fi dirqama madaalawaa qofa garee kaanif raawwata,yookin meeshaa isarraa fudhate san deebisaaf
👉Fakkeenyaaf namicha xaafii bitate kan armaan olitti ibsine kun yeroo namichi xaafii itti gurgure qarshii kuma digdamii shan gaafatu yokiin qophaa isaatti sababa rakkinaatiif xaafii kuntaala tokko qarshii kuma digdamii shanitti waanin irra biteef waliigltichi akka naaf diigamu jedhee mana murtiiti himannaa dhiyeefatee qarshii kuma kudhan gatii magaalaa kan xaaficha qofa namichaaf kafaluu ni danda'a
👉Yeroo amma qaala'insi jireenya hammatee namuu rakkate kanatti haawasni keenya kan baadiyyaatileen waan tokko yeroo waliif gurguru yoo gatiin booda kan kafalamu ta’e maalaqa guddaa waliin gareen kan akka kafaluuf waltahanii waliigaltee kan raawwachaa jiraniidha.

🔥Guutusaaf #join godhaa dubbisaa

👇👇👇👇

https://t.me/+V5L1UWTBIw1hYjE0
Hordoftootni Keenya Marti #Chaanelli keenya Akkuma kana duraatti #Odeeffaannoo Beeksisa #Hojii Waktawaafi #Madda qabatamaa irraa #Walitti #Sassabuun Isin biraan gahaa #Kanaaf Maqaa gara #Website keenya waliin #Walsimsiisuun #EgereePost kan jedhutti #jijjireerra akka #Isin hin wallalchifne #nuti yeroo kamitti #hanga humna keenyaatti #baasii tokko qaama #kamiin deeggarssa #Odoo hin gaafatiin #Beeksisa hojii isiniin gahaa jirra #Gaazexaa bakka inni jiru #Magaalaa Finfiinnee keessa deemuun , #board #Beeksisni irratti dhoobamu bira deemuun #akkasuma #Waajjiraalee , #Dhuunfaaf Mootummaa karaa #Keessaan quunnamuun #dadhabbii #Yeroo #Humna keenyaaf #qarshii mataa keenyaan #akka namootni #Mana isaanii ta'aanii #Gitoota hojii #Isaan Ilaallatu irratti #baasiif odoo hin saaxilamiin #Akkasumallee bakka #galmmee Aadda akka baafatanii #deemanii akka #dorgomaniif itti yaannee #Chaneela kana #qopheessine #kanaaf isinis #nu faana jiraachuu #keessan beeksisuuf #namni yaada qajeelaa qabu tokko #Aantee isaa / #Hiriyaa isaa gara #Chaneela kanaatti yoo #Add godhe hamilee keenya jabeesse #Galatoomaa jenna🙏🙏🙏

🔥Odeeffanno nuti #Isiin biraan geenyu

♨️ Beeksisa #Hojii Muuxannoo Malee / Zero Experience

♨️Beeksisa #Hojii Muuxannoo Waliin

♨️Jijjirraa #bakkaa bakkaatti ta'uu #Godinaalee Aaddaa #Naannowwaa Finfiinneef #Finfiinnee keessa

♨️Carraa barnoota #bilisaa biyya alaaf keessaa

♨️Odeeffannoo Carraa hojii biyyoota #Alaa

♨️Beellama #Passpoorttii isiniif qabsiisuu

♨️Carraa karaa #Embassy argamu isiniif dhoobuu

♨️Dhaabbilee #frelancee hojjetan faana wal isin quunnamsiisuu

♨️Dhaabbilee #liqa karaa seera qabeessa #Wabii malee kennan faana wal isin agarsiisuuf #nuti hanga humna keenya qophoofneerra #Isinoo ?
#Chaneela Jara sana ni hordoftuus ni beektus warra
👇👇👇👇
#Am**raa jechuudha kan keenya garuu #share yoo godhe akka #waan biraatti yaada #kanaaf hordoftootni keenya qofti #liinkii asii gadii #Seenuun namoota #add nuuf godhaan waamicha #Chaneela keessan guddisuuti
👇👇👇 liinkii Seenuun #Add_Member kan jedhu tuquun hiriyaa keessan #Beeksisa hojii akka arguu gochuun gargaaraa
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8

#Odeeffannoo_Beeksisa_Hojii hordofan #Add itti nuuf godhaa
#Maatii Egeree Post irraa

UNICEF hojjettoota 2,800 qacaruuf beeksisa qacarrii baasee? Sobaa hubadhaa

UNICEF beeksisa qacarrii gosa kanaa miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru hin baafne.

Beeksisni hojii sobaa akka kanneen miidiyaa hawaasaa irratti argitan bal'inaan tamsa'aa jira.

Beeksisni kun UNICEF lammiilee Tigraay, Somaalee, Affaar, Oromiyaa, naannoo Benishaangul Gumuz jiraataniif gita hojii 3 irratti hojjattoota galmaa’an leenjisee qacaruu akka barbaadu ibsa.

Waamicha qacarrii sobaa kana keessatti; Digirii jalqabaa, damee barnootaa kamiinuu, waggaa 0 keessatti, mindaa Birrii 24,700 waliin hojjettoota 2,800 akka barbaachisu ibsa.

Wanti baay'ee nama ajaa'ibu ammoo iyyattoonni hojii akka iyyataniif teessoo sobaa kaa'amee, iyyattoonni teessoo walfakkaataa irratti argaman osoo unka iyyannoo guutanii Birrii CBE ykn Telebirrii dursanii Birrii 1,000 akka kaffalan gaafatamaniiru.

Kabajamtoota maatiin kun guutummaatti sobaa waan ta'eef dargaggoota hedduu gowwomsuuf hojjetamaa waan jiruuf of eeggannoo guddaa godhaa.

UNICEF irraa odeeffannoo dabalataa argachuun beeksisa hojii sobaa toora interneetii irratti naanna'aa jiru adda baasee jira.

Hubadhaa UNICEF carraa hojii kan beeksisu marsariitii isaa isa ofiishalaa:Ilaala
unicef.org/careers/ qofa irratti. Kana malees adeemsa qacarrii kamiyyuu keessatti maallaqa akka hin kaffallee fi odeeffannoo baankii akka hin gaafanne beeksiseera. #Share godhaa adaraa #Namni kenya akka hubataniif dirqama Obbolummaa bahaa Kan kaffalan illee jiru gowwofamanii isinitti ha dhagahamu #Share share godhaa