Egeree Post
8.31K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
Namoota fedhii dandeettii
Mul'ataa fi abjuu qabdaniif!

#Sammuun gaggeessaa qaama maraati. Burqaa yaa'insa yaadaa kan ilaalcha eenyummaakee qajeelchu, dandeettin yaaduu, karoorsuu, xiinxaluu, murtee dhiheessuufi furmaata qopheessuuf Uumaan dhala namaa badhaasedha.

Qaama xiqqoo jijjiirraa hin qabne fayyummaakee lallabuuf raagaa qabatamaa si ibsutu sammuukeeti. Sammuukee eeggadhu.

"Addunyaa irratti namoonni hiyyeessan ykn harka qalleessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha.

 Waliin #hojjenna

Waliin #jijjiiramna
#Nu dubbisaa #Fayadamaa tahaa #bakka kam jiraachuun #Odeeffannoo guutuu argachuun hojiitti galaa
#Namootni fedhii qabdaniif jijjirama feetan keessan nu dubbisaa
Forwarded from Egeree Post
Dhugaa dubbachuuf Namni Kun namoota hojii barbaadan gara chaneela #Odeeffannoo Beeksisa hojii qabatamaatti dabaluunsaa yaadaa qajeeladha Sababni isaa nuti #qarshii keenyaaf yeroo keenya #Aarsaa goonetu Odeeffannoo isin biraan geenya Isin immoo gaarumma Obboleessa/Obboleetti keessaniif yaaduun fedha keessan malee dirqama miti namni #Beeksisa hordoftaniif Odeeffannoolee garaa garaa qabatamaa feetan

Jijjirraa bakka hojii
Qaxara Muuxannoo malee

Qacarrii muuxannoo waliin akkasumallee Odeeffannoo Technlogy Bussiness wal qabatu hordofuu feetan #Hiriyaa jaallattan gara #Chaneela kanaatti afeera #Add godhaa Utuu mana Keessanii hin bahiin Bakka deematanii dorgomataniif Ulagaa Beeksisoota Aadda baafadhaa #Dadhabbii malee Mana keessan ta'aa waan feetan follow godha

Fakkenyummaakee heedduu dinqisiifanna #JXV namoota #add gochuukeef 🙏

liinkii banuun #bakka 👇Add jedhu Tuquun #Addmember Cuqaasuun #Hiriyaa jaallatan chaneela ka atti dabalaa 🙏🙏

https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8