ŔĪÏĐĪȚŤĮ ÔFFÏĆÆĽ👌
133 subscribers
239 photos
24 videos
4 files
235 links
RTA wantoota mimidhago qabadhe dhihadhe akka waa irra baratan abdi gudda qaba

BEEKUMSA
NAGENYA BIYYATI
SIYASA
TOKKUMMA
JAALALA
BOHARTI
GAMACHU
ASOSAMA
BAACOWWAN
VIDODHAN GARGARA FI
FOTODHAN

📵creator:RTA_MIATEYEN
Download Telegram
Niitii tokkotu #faarmaasii ykn mana qorichaa deemtee miira aariitiin #summii
Natti gurguri.


dr maal gochuufii?




Abbaa manaa koo ittiin
🤦‍ajjeesuun barbaade.
.
.
.
Dr lakki sittin gurguru



Kadhattee, kadhattee dadhabde.
.



👨‍⚕Matumaa sittin gurguru kun seeraan aladha jedhee dide.


Isheenis borsaashee keessaa suuraa abbaan manaashee haadha manaa dooktorichaa waliin wal #go***nii agarsiisu baastee yeroo itti laattu
.
?
?
?
Dooktirichi maal yoo jedhe gaariidha?





Dursitee ajaja qorichaa akka qabdu in agarsiistu turte? Yaada yoo qabatan toora📨 @RTA469 nu biran gaha

@miateyen
@miateyen
SEENAA OPRAH WINFREY
KUTAA 2FFAA FII XUMURAA
Opran jalqaba hojiin ishee oduu gabaastuu ture boda garuu sagantaa mataa ishee"oprah show" kan jedhamu jalqabudhaan,qophiiilee adda adda dhihessu jalqabde.
Sagantaan isheen dhiheesa turtees ummata birattii bekkamttuummaa guddaa argachaa dhufee.
Sagantaa ishee irrattii dhiimmottaa addaa,seenaa fii hawaasumma qopheesudhaan bekkamttumma ishee yeroo irraa gara yerootti dabalaa dhufee.
Cimina isheetin opran dubaartotaaf adda duree(model) tahuu danddesse jirtii.
Opran Sagantaa televijini dhiheessun Aalattii Oprah winfrey book club kan jedhamu hunddessuudhan jijjiirama guddaa argamsisuu danddessmiateyen

The dhumateshin

@miateyen
Like&Share godhuu hin dagatinaa.
🕑QUESTIONS

1. The carpenter_____ a large table.
a) let c) did
b) allow d) made

2. Her parents let her_____ her own school.
a) to choose c) choose
b) choosing d) to choosing

3. if cars______ with a restricted limit, there would be fewer accident on the road.
a) produced c) produce
b) are produced d) were produced

4. if I a more reliable car, I'd drive to spain rather than fly.
a) had c) were
b) have d) am

5. If I
you, I would study hard.
a) were c) would
b) had been d) was

መልሳችሁን @RTA469 ላይ ላኩልን


Abban shan kessa shan deebise kaardi abba 5 qaba deebi guyya 4 booda asirratti kan argatan ta'a




@miateyen
@miateyen
ANSWERS OF THE QUESTION

1. B
2. C
3. D
4. A
5. A

From @miateyen
Affeerraa sirbaa


Haluu......92.3 dhaa?.
.
.
.
.
.
Eeyyeen #Bochee naan jedhan abbaa dabareeti
.
.
.
.
.
sirba affeeruufin ture
.
.
.
.
Maal kan jedhu.
.
.
Sirba Isqiyaas Mazammir #naaf #koottu naaf koottuuu..... kan jedhu
.
.
.
Eenyuun affeeruu barbaaddani?


.
?
Humna ibsaaf


😏
😏
😏
😏
😏
😏
Hooooooo kolfaakaa naman kolfisiisumoo?
@miateyen
@miateyen
Jawaar kiyya
---------------------------------
Abbaa qeerroo jabaa
Sanyii oromtichaa
Hamaan sin danda'u
Ofumaa didicha
Doorsisni hammaatee
Gad sin qabu tasa
Yaadni diinotakee
Duraanuu rakasa
Ofumaa dhama'u
Sin argatani
Kana waan beekaniif
Aaraa hin galfatani
Ciisanii hin bulani
Hinaaffaatu guba
Fuula hin hiikamani
Garaatu dhukkuba
Yoo nyaatan sanuma
Quufas hin argani
Lafatti quucaru
Tolanii hin margani

Warri si jibbani
Isaan nun ibsani
Boo'icha maleessaa
Garaa of ciibsani
Oromoon si faana
Jawaar abbaa qeerroo
Homaan sodaatini
Jabaadhu akka feerroo

Kan shira xaxani
Siif jireenya keetti
Utuu ardiin laaluu
Ha dhuman bakkeetti
Onneenkoo har'allee
Sumaaf dhikkifata
Waan dhugaa falmatteef
Rabbiin si tikfata

Jiraadhu jawaar
@RTA469
Join
@miateyen
Hirira mormi
Bale robe