Ministeerri Barnootaa Barattoonni Qabxii isaanii irratti hundaa’uun Filannoo ramaddii Yunivarsitii kan sirreeffachuu danda’an tahuu beeksise
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
September 18,2019
Ministeerri saayinsii fi barnoota olaanaa ramaddiin barattoota bara kanatti Yunivarsitii seenan, damee barnoota Saayiinsii uumamaa, damee barnoota Saayiinsii hawaasaa fi damee barsisummaan kan keennamu tahuu ibsuun, barattoonni Filannoo Yunivarsitii itti ramadaman akka fedhii isaaniitti sirreeffachuu yoo barbaadan qabxii isaanii irratti hundaa’uun kan sirreeffachuu danda’an tahuu beeksise.
Dabalataanis Jijjirraa damee barnootaa ilaalchisee, barattoonni damee Barnoota Saayiinsii uumamaa irra gara Saayiinsii hawaasaatti jijjirrachuu kan danda’an tahuu fi kan godhuuf immoo qabxii seensa Yuunivarsitii kan damee barnoota saayiinsii uumamaaf kaayame yoo qabaatan qofa tahuu ministeerichi ibse.
Akkasumas damee barnoota barsisummaa ilaalchisee barattoonni damee Saayiinsii uumamaa, damee barsisummaa kan saayiinsii uumaamaatti, barattoonni damee barnoota hawaasaa immoo damee barsisummaa Saayiinsii hawaasaa qofatti kan jijjirachuu danda’aan tahuus ibsame.
Damee barnootaa jijjirachuu fi ramaddii Yunivarsitii jijjirachuunis kan dandahamu, mana barumsa itti barachuu turaniitti qofa akka ta’ee fi akkasumas hanga fulbaana 12,2012 qofa kan tahuu ministeerichi beeksise jira.
#Ministeera_Barnootaa

ናቲ፡Hello አቤል
አቤል፡ እኽ እኽ እንዴት ነኽ ሰላም ነው ጓደኛዬ
ናቲ፡ አለኽለኛ ወንድሜ
አቤል፡ አለን አለን ሰላም ነው
ናታ፡ ያው እንግዲ የመጀመሪያው ሰው ነክ ስማ ላንተ ነው ምነግርክ
አቤል፡ እሽ ምንድነው🤔
ናቲ፡ ላገባ ነው
አቤል፡ እሱን ለጊልዶ ንገረው እኔ ምን አገባኝ😋😝😜
😂😂😂😂👍👍😂😂
👇👇👇👇👇👇👇👇
@miateyen

ለ10ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ
የትምህርት ሚኒስተር ባሁኑ ሰዐት ስብሰባ እያደረጉ ይገኛል።የስብሰባው ርዕሰ ጉዳዩ የመሰናዶ ማለፊያ ውጤት ላይ በመመስረት ነው።የተነሱት ጉዳዮች
1.ማለፊያ ነጥብ ሙሉ በሙሉ በማስቀረት ተማሪዎችን ያለማለፊያ ነጥብ ማሳለፍ
2.ከ 2.00 በላይ ያመጡት ተማሪዎች በርከት ያሉ ስለሆኑ ማለፊያውን 2.00 በማድረግ ከ2 በላይ ያመጡትን ማሳለፍ
3.የማለፊያ ነጥቡን እንደ አምናው በማድረግ 10ርን የወደቁ ተማሪዎች በድጋሚ 10ረኛ ክፍል ኮርስን በድጋሚ ወስደው ወደ መሰናዶ መግባት ናቸው።
Toori odefanno
@minesterofeducation

ትምህርት ሚኒስቴር!
በ2012 ዓ.ም የትምህርት ዘመን ወደ 11ኛ ክፍል መግቢያ መቁረጫ ነጥብ ይፋ ሆነ!
በ2011ዓ.ም የአጠቃላይ ትምህርት (10ኛ ክፍል) ማጠቃለያ ሀገር አቀፍ ፈተና የወሰዱ ተማሪዎች ወደ 11ኛ ክፍል መግቢያ የመቁረጫ ነጥብ ዛሬ ይፋ መሆኑን የሀገር አቀፍ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች ኤጀንሲ አስታውቋል፡፡
በዚህም መሰረት፡-
የመደበኛ፣የማታና የግል ተፈታኝ ተማሪዎች ለወንድ 2.00 እና በላይ ለሴት 1.86 እና በላይ ሆኖ የማታና የግል ተፈታኝ ተማሪዎች በማታው ፕሮግራም ይቀጥላሉ።
ለአካል ጉዳተኞች መስማት የተሳናቸው ለወንድ 1.86 እና በላይ ለሴት 1.71 እና በላይ እንዲሁም ለዓይነ ስውራን ለወንድ 1.71 ለሴት 1.61 እንዲሆን ተወስኗል።
ልዩ ድጋፍ የሚሹ ክልሎች፣አርብቶ አደር አካባቢዎች እና የፀጥታ ችግር የታየባቸው አካባቢዎች ደግሞ ለወንድ 1.86 ለሴት 1.71 እንዲሆን መወሰኑን ኤጀንሲው አስታውቋል።
ከዚህ በተጨማሪ፦
ሁሉም ወደ 11ኛ ክፍል የሚገቡ ተማሪዎች የሚመርጡት የትምህርት መስክ በትምህርትና ሥልጠና ፍኖተ-ካርታው በተሰጠው አቅጣጫ መሰረት በምርጫ ተፈጥሮ ሳይንስና ማህበራዊ ሳይንስ ብቻ ይሆናል፡፡
ከዚህ በፊት የአጠቃላይ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት 10ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና 2.00 ነጥብ እና ከዚያ በላይ ያመጡ በማታው ፕሮግራም የ11ኛ ክፍል ትምህርታቸውን መቀጠል የሚችሉ መሆኑን ኤጀንሲው አስታውቋል፡፡
ምንጭ፦ ትምህርት ሚኒስቴር

SEENAA OPRAH WONFREY
KUTAA 1FFAA
Opran kan dhalattee bara 1954 Amerika kutaa mississipi iddoo Kosciusko jedhamuttii.
Haadhaa fii Abbaan ishee osoo wal
hin fuudhiin akkaanummattii waliin jiraachaa turan.
Garuu harmeen oprah erga oprah ulfoofte boda Abbaa manaa ishee waliin gargar baahaan.
Opran erga dhalattee boda garuu akkaa da'imman birotti jirenyaa qananii jirachudhaaf carraa hin argganne.
Jireenyi ishee Hiyyuummaan wan marfameef,Opran umri ishee kan daa'immumma jireenya gadadotiin dabarsuf dirqqamte. Osoo umriin ishee daa'imaati kan abbaa buddena ishetin gudedamtte.
Yeroo umriin ishee waggaa 14 gahu opran abbaa ishee birattii galte.
Erga abbaa ishee birrati galte boda abbaan isheetis opran akka barnotta ishetti ciimtuuf sirriittii hordofuu jalqabee.
Haaluuma kanaan opranis barnota ishettii ciimtuu taatee.
Mana barnotaa kessaatiis qophiilee diramaatii fii artii irratiis hirmaachu jalqabdee.
ITTI FUFA

😭Oduu gaddaa😭
Comediyanin beekama. MR bean du'aan addunyaa irraa boqatan. Hatoonni hidhatan mana itti seenuun kan ajjeesan yoo ta'u, poolisoonni yakkamtoota qorachaa akka jiran himaniiru, Hanga ammaatti Guyyaan Awaalcha isaa hin beekamne. kun kan ta'e filmiin ani yeroo amma ilaala jiru irratti dha. Yoo natti mufattan manatti kottaa yoo manaati dhufun isinitti mijati tora @RTA469 nubira dhihadha deebi ni argatani😂😁

ODUU
Oduu guyya har'a kan isinitti himu buufa biifati gurban tokko guyya har'a ykn dilbata sirna ga'ela isa raawate intala tuukando beytu takka fudhe gale galgala keessa 3:30 yammu gahu ufata aruza bafadhu hin baafadhu irratti ............................................! @miateyen '''''''''''''''''''''''''''''''''''.......................!......!!!!!!!! TuQi HiN. SodAtiin👏

Ŕīìđìťťī őffīčæľ
KAAN BEEKTU LAATA
Biyyota adunya keessa Aadaa dubisutin beekamte sadrka 1-4
1 singabon
2 korea kibba
3 japan
4 chain
Humna nama dubisu qabachutin adunya keessa
1 firland
2 norway
3 ayisland
4. Denmark
5 sweedin
6 nezerland
Đùbī§ů. Āáđá háæ ğőďhańů
#share
@miateyen
Contact
@RTA469
https://telegram.me/miateyen

Telegram
ŔĪÏĐĪȚŤĮ ÔFFÏĆÆĽ👌
RTA wantoota mimidhago qabadhe dhihadhe akka waa irra baratan abdi gudda qaba
✔BEEKUMSA
✔ NAGENYA BIYYATI
✔SIYASA
✔TOKKUMMA
✔JAALALA
✔BOHARTI
✔GAMACHU
✔ASOSAMA
✔BAACOWWAN
✔VIDODHAN GARGARA FI
✔FOTODHAN
📵creator:RTA_MIATEYEN
✔BEEKUMSA
✔ NAGENYA BIYYATI
✔SIYASA
✔TOKKUMMA
✔JAALALA
✔BOHARTI
✔GAMACHU
✔ASOSAMA
✔BAACOWWAN
✔VIDODHAN GARGARA FI
✔FOTODHAN
📵creator:RTA_MIATEYEN
IRREECHA
23-24 1 2012
maaster pilaanicha
falmanneetu dinnee
eenyutuu irraa hafaa
irreecha finfinnee
uffata aadaatiin
faayamnee bareedaa
tokkummaadhaan deemnaa
gaarii waliif yaadaa
kan wallaggaas koottuu
gimbii fi naqamtee
rabbituu jaallataa
yoo irratti argamtee
isinis hin hafinaa
dambi doolloof shaambuu
osoon sin hin affeerin
isin bira hin darbuu
arsii asallaafi adaabbaa
warri shaashamannee
ni hirmaanna nutis
siiqqee keenya qabannee
warra baalee roobee
harargee haramaayaa
uffata aadaatiin
bareechaa wol faayaa
godina kam waameen
kamiin dhiisa dhiiroo
isin hin daganneem
sabboontota ciroo
angafan irraanfadhee
gujii fi booranaa
akka isin nu boonsitan
hundumtuu amanaa
iluu abbaa booraa
baddallee fi mattuu
warra jimmaa fidaa
alagaan haa maraattuu
shawaadhaan marfamtee
eenyutuu si wallaalee
karaa kaabaan ni dhufuu
sabboontonni salaalee
karaa lixaan ammoo
qeerroo amboof jalduu
Finfinneen nuun ala
fira tokkoyyuu hin qabduu
ka'een itti waamaa
adaamatti anisoo
isinis akka hin hafnee
yaa waarra walisoo
finfinneetti wal arginaa
biyya jamoo dabalee
akkamiin walirraa hafnaa
nutu waliif malee!!
Na qunamu barbaanan
contact @RTA469
✍ Riiditti946...
@miateyen
23-24 1 2012
maaster pilaanicha
falmanneetu dinnee
eenyutuu irraa hafaa
irreecha finfinnee
uffata aadaatiin
faayamnee bareedaa
tokkummaadhaan deemnaa
gaarii waliif yaadaa
kan wallaggaas koottuu
gimbii fi naqamtee
rabbituu jaallataa
yoo irratti argamtee
isinis hin hafinaa
dambi doolloof shaambuu
osoon sin hin affeerin
isin bira hin darbuu
arsii asallaafi adaabbaa
warri shaashamannee
ni hirmaanna nutis
siiqqee keenya qabannee
warra baalee roobee
harargee haramaayaa
uffata aadaatiin
bareechaa wol faayaa
godina kam waameen
kamiin dhiisa dhiiroo
isin hin daganneem
sabboontota ciroo
angafan irraanfadhee
gujii fi booranaa
akka isin nu boonsitan
hundumtuu amanaa
iluu abbaa booraa
baddallee fi mattuu
warra jimmaa fidaa
alagaan haa maraattuu
shawaadhaan marfamtee
eenyutuu si wallaalee
karaa kaabaan ni dhufuu
sabboontonni salaalee
karaa lixaan ammoo
qeerroo amboof jalduu
Finfinneen nuun ala
fira tokkoyyuu hin qabduu
ka'een itti waamaa
adaamatti anisoo
isinis akka hin hafnee
yaa waarra walisoo
finfinneetti wal arginaa
biyya jamoo dabalee
akkamiin walirraa hafnaa
nutu waliif malee!!
Na qunamu barbaanan
contact @RTA469
✍ Riiditti946...
@miateyen
Ibsa Gaaddisa Hooggansa Oromoo
"Akkam Ooltan? Nu waan agartan saniifi kan birootti oolle. Abdiin jira. Shakki akka qabdan naaf gala. Dhugaa qabdan. Wanti akkanaa amma duras yaalamee akka bakka eeggame hin ga'iin namuu beekna. Marsaa kana garuu kan duriin adda gochuu yaallee jirra. Waan hojjanne hunda ammatti isinitti hin himnu. Waanuma ijoon isiniif qooda.
🔅 Ji'a 6 yeroo ta'uuf marii hogganoota paartilee siyaasaa geggeessaa turre. Marii kana hayyoonni hirmaachuun gargaaraa turan. Dhaabbata CBCD jedhamutu qindeessuun nu gargaare. Dhumarratti waliigaltee lamaafi ijaarsa tokko gadi baafne. Ejjannoo waloofi safuu/irbuu jaarmayoota siyaasaa Oromoo har'a mallatteessan kana qopheessine. Akkasumas wixinee Gaaddisa Hoggansa Oromoo dhaabuu lafa keenye.
🔅 Guyyoota lamaan kana waan ji'a jahaaf dalagne san lafa qabsiisnee hojitti huukuuf mariifi shaakala nu dandeessisu hojjanne. Marii guyyoota alamaanii kana dura taa'ota dabalatee jaarmayoota hunda irraa nama kudhan kudhan hirmaachifne. Mariifi shaakkala jaarmaya ogummaa kanaan beekame Synergros jedhamu kan hayyuufi qabsaa'aa qameessa Abarraa Tolaan hogganamutu nuuf qindeesse.
🔅 Waliigaltee kana hojitti hiikuuf tarsiimoofi karoora akka hogganu Gaadisa Hoggansa Oromoo dhaabne. Gaaddisni dura taa'ota jaarmayootaa shanan of keessaa qaba. Isaanis Gaaddisa kana Obbo Lammaa Magarsaatu qindeessa. Hogganota jaaramayalee jalatti kan hojjatan namoota shan ramadamanii jiru. Obbo Leenco Lataa, Galaasaa Dilboofi Diimaa Nogoo gorsitoota. Anaafi Abarraa Tolaa haala mijeessitoota ( facilitators) taanee dirqama fudhannerra.
🔅 MM Abiy Ahmad argamuun hojii hajjatameef galateeffachuun murannaafi tumsa mataa isaaniifi mootummaa mirkaneessaniiru. Waan fulleffatamuu qabu jedhanis marii cufaa irratti dabarfataniiru.
🔅 Jilli hirmaattota ajandaalee dursa kennameefi irratti dalagamuu qabu nuuf eeraniiru. Hoggansi kun guyyota as deeman keessa walgahuun karoora hojii lafa kaaya. Yeroo gabaabaa keessatti marii itti aanu qopheessa. hagana carraaqne. bakka nuti hanqifne rabbi itti haa guutu. isinis hamileefi eebbaan nu bira dhaabbadhaa.
Irreecha Tokkumaafi Nagayaa nuuf haa ta'u"
Via Jawar Mohammad
@Gadaapost

✍Jireenya kana keessatti wanti ani baradhe Namaaf Tola oltee yoo debite Namoota sanirra akka isaan tola sif olan eegde ni midhamta.
👉Namoonni tokko tokko yeroo ati isaanif tola olte akka gowwaatti(doofaatti)si fudhata.
👉Tokko tokko immoo yeroo ati tola olteef kan faydaa dhufaa isanirraa barbaadde itti fakkaata.
👉Tokko tokko immoo si galatoomfachuu dhiise Diina sitti ta'uu danda'a.
🗣Kanaaf ani wanti sif himu Tola namaf oluu keetif debii Namarraa hin eegatin.
⁉️Deebiin isaa maalis haa ta'u maalu Carraa argatte hundatti Tola namaaf oluun si waliin haa jiraatu.Rabbiin siif kaffala!
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️😂con @RTA469 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Qabxiin seensa Dhaabbata Barnoota Oogummaa, leenjii fi Teekniikii bara 2012 ifoome.
Bu’uuruma kanaan:
Kutaa 10ffaa kan xumurtan
👉 Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 1.57 fi kanaa gadi.
👉 Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 1.43 fi kanaa gadi.
👉 Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 1.29 fi kanaa gadi
👉 Qaama miidhamtoota naannoolee hundumaa 1. 14 fi kanaa gadi
Sadarkaa 3ffaa fi 4ffaa
Kutaa 10ffaa kan xumuran
👉 Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 1.71 fi kanaa gad
👉 Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 1.57 fi kanaa gad
👉 Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 1.57 fi kanaa gad
👉 Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 1.43 fi kanaa gad
👉 Qaama miidhamtoota naannoolee hundumaa 1.29 fi kanaa gad
Seensa barnoota olaanoo kutaa 12ffaa kan fudhatan
👉 Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 134 fi kanaa gad
👉 Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 129 fi kanaa gad
👉 Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 129 fi kanaa gadi
👉 Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 124 fi kanaa gadi
👉 Qaama miidhamtoota naannoolee hundumaa 99 fi kanaa gadi
Sadarkaa 5ffaa
👉 Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 135 fi kanaa ol
👉 Dhiirota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 130 fi kanaa ol
👉 Dubarootanaannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota otuu hindabalatiin 130 fi kanaa ol
👉 Dubaroota naannolee guddataa jiranii fi horsiise bultoota 125 fi kanaa ol
👉 Qaama miidhamtoota naannoolee hundumaa 100 fi kanaa ol