Dandamo media
130 subscribers
57 photos
5 videos
1 file
107 links
Merzeel
Download Telegram
Weellisaan sirbasaa 'Dishtaa Giinaa'' jedhamuun beekamtii guddaa horate Taarikuu Gaankisii, dhuma-torbee darbe keessa waraanaarra 'araara wayya' jechuun erga labse booda, miidiyaatti as bahuun dhiifama gaafate.
Way haccee koo
Kan muree muramuu
Dhiraa dhugaf jirratuu

via BBC News Afaan Oromoo - Oduuhttps://telegram.me/merzell
https://t.me/joinchat/Um-ubVBWEQwWSO5F
Kabajamtootaa mattii channel kenyaa akumaa bekamuu dandamo median hojjii sa egalee jirraa.
Egaa guyyaa arras kessummaa addaa qabanee dhufnee jirraaga
Kessuman kenyasa namottaa midhaan cicciimon tan namaa nasisutuu irraa gessee tan du'aa ollii tan jirruu gadii
Namaa kanaa qabane dhuneraa shera godhudhan ummatatii beksisaa
Haddarraa oromummaa kessanii bahaa wan dandesanii cinnaa dhabadhaa
https://youtube.com/channel/UCwoI5rLPUptoNoYwnMDvDgA
Kabajamtota channel kenyaa arraa sangata dandamo mediaratii kessumaa addaa qabane.dhufaa jirraa
Gamanuman nu hordofaa shera gochuu hin dagatinaa
Pireziantiin US Joo Baayidan Winkoonsin keessatti bara darbe namoota sanyummaa mormuuf bahanirratti dhukaasuun gurbaan namoota lama ajjeese bilisaan gadhiifamuusaatti "aareera" jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu
https://t.me/joinchat/Um-ubVBWEQwWSO5F
Waraanni Ingiliizii Keeniyaa qubate. Akka isaan jedhanitti lolli Itoophiyaa hammaataa waan jiruuf lammiilee isaanii seenanii Itoophiyaa keessaa baasuuf qophii tahuu himan. Gama Jibuutiin Ameerikaa; gama Keeniyaatiin Ingiliizii. Waatu waatu jira….
Forwarded from Rayyaan Creation
Watch "bulchaan koriya Kim yarof badee jedhan marsaa hawaasa irratti guyo wariyyo" on YouTube
https://youtu.be/1ueaVADzQCo
Forwarded from Galmo kormoso 👈
Dubbiin jajjabduu!
Biyyi Kaanadaa dafaa amma Itoophiyaa keessaa hatattamaan bahaa jettee lammii isii akeekkachiisaa jirti. Kuni lafaa ka’eetii miti. Biyyootni gurguddoon odeeffannoo qabatamaa karaa adda addaatiin argatu. Gama saatalaayitiin haala deemaa jiru sirriitti hordofaa jiru. Dubbiin gara Finfinnee dhufaa akka jiru sirriitti hubatanii lammiilee isaanii baraaruuf tattaaffii cimaa taasisaa jiru. Bilxiginnaan sobaan akka waan lubbuun keessa jirtuu of fakkeessaa jiraattus dhugaan lafarra jiru lubbuun akka keessa hin jirredha. Bakka mootummaan kufee jirutti hanga mootummaan biraa dhaabbatuu wabiin akka hin jirre biyyootni alaa hubatanii lammiilee ofii hatattamaan baasaa jiru.
Ministirri Muumme Sudaan, Abdallaa Hamdook kan ji’a darbe fonqolchi mootummaa yeroo gaggeefame aangoorraa kaafamanii hidhaa mana keessaarra turan deebi'ani muudamuufi.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu
https://t.me/joinchat/Um-ubVBWEQwWSO5F
Baggaa nagayyan dhuftan kabajamtota hordoftota kenyaa warrii hojjii nu gafacha jirtan martii asuman nu jalla buhaa
ndandamo tube
kan rakate akaa dandamatanif.
kan dandamatan aka iraa baratanif.
Attis akkaa kottii enyuu enyuu callaa.
namnii tokko kufuf oguu jedhuu gunguffun sa hin olluu
kufanii ka'un ni jiraa
gungufanii hafunis ni jiraa
hundafu dandamachudha qabson kenyaa.
merziii gabruma fii dandamo median isinf debbiisaa gaffii rakodhatii bekaa
dandamoo median namnii takka kuffufi ka'unis ni jiraa jedhaa.
kanafuu qalbii fi qamanais gamaa kenyaa kottaa jirrenyaa mo'achuf qabasawa isin jedhaa
iddoo jirtan marratii dammee dandamo mediadha bakkaa hundatii ijjarraa jirraa
dandamon akkumaa bekkamu biyyraa hagaa biyyetii kan hojjatuu enyuyunu hin dangefamuu wanumaaa hundarraa.
ergamnii sa wa lammaa 2
1.midharra dandamachisuu
2.midharra barrachuu
dandamoo tube enyyyuu tanaan obsafi gorsan hunduu aka dandamatanif hojjinis kan isin cinaa dhabatu obalewan kiya namaa dhunfas tahee biyyasfi akka dandamatanif kan tumsaaamnii tokko kufuf oguu jedhuu gunguffun sa hin olluu
kufanii ka'un ni jiraa
gungufanii hafunis ni jiraa
hundafu dandamachudha qabson kenyaa.
merziii gabruma fii dandamo median isinf debbiisaa gaffii rakodhatii bekaa
dandamoo median namnii takka kuffufi ka'unis ni jiraa jedhaa.
kanafuu qalbii fi qamanais gamaa kenyaa kottaa jirrenyaa mo'achuf qabasawa isin jedhaa
iddoo jirtan marratii dammee dandamo mediadha bakkaa hundatii ijjarraa jirraa
dandamon akkumaa bekkamu biyyraa hagaa biyyetii kan hojjatuu enyuyunu hin dangefamuu wanumaaa hundarraa.
ergamnii sa wa lammaa 2
1.midharra dandamachisuu
2.midharra barrachuu
dandamoo tube enyyyuu tanaan obsafi gorsan hunduu aka dandamatanif hojjinis kan isin cinaa dhabatu obalewan kiya namaa dhunfas tahee biyyasfi akka dandamatanif kan tumsaa
Forwarded from Boontuu Baqqalaa (FREE JAWAR)
Suuraan kun kabajamoo Obbo Jawar Mohammed, Artist Haacaaluu Hundeessaa gaafa galma Barkumeetti ummata si choose sana akkanatti miira keessa galee ilaalaa ture.
Jawar mohammad haalaala taa’ee waan Haacaaluu Hundeessaa hojjate kana qalbiin akkanatti jala bu’ee ilaale haaraan isaanii garaa nama nyaata.🥲 Mee haasaa Haacaaluu fi Jawaar waliin dubbatan Viidiyoo armaan gadii kana ilaalaa guutuu isaa!
Abdi Roba fi Mati Irre viidiyoo kana ammas jabaassaa seenaa ol nuuf kaa’aa!!
https://www.facebook.com/0romia11/videos/600624427710211/
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnoo gandoota shanitti haleellaa gaafa Jimaataa raawwateen yoo xiqqaate namoonnii 20 ta'an ajjeefamuu jiraattonnii BBC'tti himan. Bulchaan aanaa dubbifne haleellaa yeroo garaagaraatti raawwateen namoonni digdamaa ol ajjeefamuu himu. Ta'us, addatti kan gaafa Jimaataa hedduu ta'u himuun alatti lakkoofsaan ibsuuf akka rakkatan himan. Wanti ta'e maali?

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3oMJqVF
Abiyoot fi Alamuu Simee faati dirree Woraana deemna jedhu. Footoof moo lolaaf?
•Dhaamsa hoogganaa olaanan Waraana Bilisummaa Oromoo Jaal Marroon guyyaa har'aa magaalota lixa Oromiyaatti bilisa ba’an keessaa tokkotti argamuun ummataaf dabarse!

•Qabsoo Oromoon itti jiru ajandaa Addunyaa goonee qabsiisnee jirra. Kana booda duuba deebuun hin jiru!

•Waraanni kun har'as boorus hojiin isaa waraanadha ; Caasaa biyya bulchu isnitu bor filata.

•Ammatti manni hidhaa fi manni murtii hin jiru, manni hidhaa hin jiru jedhee nama Hatuuf immoo dhiifamni hin jiru!

•Imala keenya gara Finfinnee keessatti Jawaarfaa, Baqqalaanfaas hidhaa irraa nii bahu.

•Abbootiin amantaa reeffa daandii irraa kaasaa awwaalaa!

•Hanga caasaa isin bulchu filattanitti ofiin of bulchaa! Nuhi deemsa keenya itti fufna!
Ministirrri Mummee Itoophiyaa Abiy Ahimad guyyaa Kibxatarraa kaasee adda waraanaatti bobba'uun, qaamaan Raayyaa Ittisa Biyyaa kan finciltoota waliin waraanaa jiru akka hogganan beeksisan.
Mootummaan Itoophiyaa dippilomaatota Ayirlaandi Imbaasii biyyattii Finfinnee jiru keessa hojjetan jaha keessaa afur gadhiisanii bahuu akka qaban imbaasichatti hime.
Dhaabni mormituu filannoo biyyaalessaa Itoophiyaa jahaffaa keessaa kan hin dorgomiin hafe Kongirasiin Federaalawaa Oromoo (KFO) 'mootummaan yeroo' atattamaan akka hundaa'u gaafate.