Dandamo media
135 subscribers
57 photos
5 videos
1 file
107 links
Merzeel
Download Telegram
Shubbisa keessaa bahaa! Warri hiikames dhiibbaa guddaa jala jira. Haasaa Abiy har'aa caqasaa. ''Eega moohamtanii booda kan isin maarreef carraa kanatti akka fayyadamtaniifi, tahuu baannaan galmee himata keessanii deebifnee gad fuuna'' jedhe. Kun ergaa guddaa dabarsa. Akka ofii yaaddan osoo hin taane akka nuti feenutti hin deemtan taanaan ammas deebinee isin hiinaa dha. Hidhaarra wanti hammaatus jiraachuu mala. Akkas jechuun warri hiikames bilisummaa isaanii dur beeknu sanaan socho'uuf rakkachuuf jiru jechuu dha. Kanaafuu wanni Oromoo baasu warra hidhaatti hafes baasifachuu fi doorsisa akkasii kana hundeen ifirraa balleessuu qofa.
Forwarded from Kello Media (Mooneet Badhaasaa)
Oduu Gaddaa!

Wellisaan jaallatamaa Oromoo artist Nuhoo Goobanaa du'aan addunyaa kanarraa boqote.

Yeroo dheeraaf dhukkubsataa kan ture artist Nuhoo Goobanaa du'aan addunyaa kanarraa boqochuun isaa galgala kana dhagaa'ame.

Wellisaa jaallatamaan Oromoo roorroof saaminsa Oromoof Oromiyaa irra gahu falmuudhaan, bifa walleen akkasuma waan danda'uun qabsoo saba Oromoo waliin ture Nuhoo Goobanaa dhibeen isa qabateen du'aan boqochuu isaa Keelloon odeeffate.

Nuhoo Goobanaa jireenya isaa keessatti ABO utuu leellisuu, waan danda'uun osoo utubuu hanga gaafa dhukkubni isa gaadituutti walleen osoo faarsuu, erga dhukkubsatee irbaata siree ta'ees akka Oromoon ABO jabeeffatu utuu dhaamuu du'aan boqote.

Wellisaa Oromoo Nuhoo Goobanaa bool'i isaa booki haa guutu jenna. Ilmaan Oromoof maatii isaa maraaf Keelloon jajjabina hawwa.
"Fakkeenya dhalootaa" Ustaaz Raayyaa Abbaamacca !

Oromummaa, Namummaa,Sabboonummaa, naamusa, kabajaa fi Jaalalli nama kanaa eessayyuu hin jiru.

Ustaaz Raayyaan goota qe'een jimmaa nuuf gumaachite, Isa haqaan haqaaf dhalatee sodaa fi rifaatuu tokko malee islaamummaa fi oromummaaf qixa sirriitin waardiyyaa dhaabbatu, Hayyuu gaafa rakkoo, Jabaa bara dukkanaa xawalwaallummaa fi fakkeessaa tokkoon ala seeraaf sirna dhufaa dabraa hunda keessatti oromummaa sabboonummaa fi islaamummaaf qixa sirriitiin wabiifi tiksee dhugaa ta'ee dhaabbachaa turee fi Ammas dhaabbachaa jiru, 'Raayyaa ittisa miliyoona Shantamaati'!

Raayyaan hayyootaa fi sheekkota oromoo fi islaamummaan qabdu keessaa nama hangafaa hambaa gootota diiniifi sabummaa isaan kaleessaati! Namni kun gama amantaafi sabummaatiinis mootummaa jala guggufuuf shulshuluu nama hin beekne of ta'aa namaa abbaa fakkeenyummaa dhaloota kanaati!
Mormiin ummataa Sirni awwaalchaa Artiist Nuhoo Goobanaa irratti taasifame.

Hawaasni Sagantaan sirna gaggeessa Artiist hangafaa fi qabsa'aa Oromoo Nuhoo Goobanaa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffame irratti hirmaatan mootumman hidhamtoota siyaasaa fi hayyoota Oromoo manneen hidhaa addaa addaa keessatti hidhee jiru hatattamaan akka hiiku gaafataniiru.

Sagalee mormii dhageessifame kanaanis manneen hidhaa Galaan, Qilinxoo, Qaallittii Daalattii fi Burrayyutti hidhamanii kanneen jiran keessaaa kanneen akka Abdii Raggasaa fi Koloneel Gammachuu Ayyaanaa akka hiikaman mormii isaanii dhageessisaniiru.

Oromoon wallaggaa Gujii, Booranaa Walloo fi kanneen biroo maqaa ABO tiin rakkachuu akka hin qabne haqni ajjechaa Abbootii Gadaa Karrayyuu fi Artisti Hacaaluu Hundessaa ba'uu akka qabullee sagalee mormii isaanii dhagessisaniiru.

Sirni Awwalchaa Artisti Nuhoo Goobanaas bakka artistootni hayyootni maatii fi jalattootni isaa argamanitti magaalaa Adaamatti rawwatameera.
Forwarded from Zak Dube
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Yoo waliin Waloon mariin , wol-dhageenye wol-jala deemne #Taankiin diinaa #tafkii hanqatti!
Dhaabbanni Google jalqaba bara 2022 irratti afaanota dhaabbatichi ittiin tajaajilaa kennaa jiruun alatti afaanonni 126 dabalamuuf adeemsarra akka jiran ibsa. Afaanoota irratti hojjatamaa jiran keessaa tokko Afaan Oromoo akka ta'e himama. Ofii kana dhugoomsuuf maaltu hojjatamaa jiraa laata?

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FT1iVt
Koreen Badhaasa Nobeelii badhaafamaan Noobelii Nagaa waraana keessatti hirmaachuun waan baratame miti jechuun himan. Ministirri Muummee Itoophiyaa badhaasa Nobeelii Nagaa fudhatanii waggaatti lola seenaniiru.
Forwarded from Rayyaan Creation
Watch "Eeba Robe of dragon martional art club" on YouTube
https://youtu.be/OZIpBhTD4xo
Forwarded from Deleted Account
Video baredaa tokko qabadheen dhufee jira YouTube kiyya subscribe godhaa na hordoofa
Forwarded from Rayyaan Creation
Watch "Jaween Garmammu Tola maa mana Hidhaa Oola Jedhaa jiru Eeyyeen maa mana Hidhaa Oola." on YouTube
https://youtu.be/c-jT0epRRAY
Watch "shukri jamal Ammuma new Ethiopian oromoo music 2022" on YouTube
https://youtu.be/z66Tv72JJIg
Forwarded from Rayyaan Creation
Watch "Ilmaan oromoo gudachaa jiran kaayyoon kenyaa tokko galmi kenyaa tokko" on YouTube
https://youtu.be/3hdMlUuEBJI
Watch "coming soon RAMAADAN MUBARAK โœจโœจโœจโœจRAMAADAN MUBARAK" on YouTube
https://youtu.be/4Uk-XRi-eJk
Watch "Nashidaa akkan bareedu New Nashidaa munashid Saddam qabane isinif dhihane jiaraa" on YouTube
https://youtu.be/SAwyRTX87vA
Watch "coming soon RAMAADAN MUBARAK โœจโœจโœจโœจRAMAADAN MUBARAK" on YouTube
https://youtu.be/4Uk-XRi-eJk
Watch "New Raayyaa abbaa maccaa 35ffaa Manzzuumma Raayyaa abbaa maccaa 35ffaa fullโœ”" on YouTube
https://youtu.be/zMNUdLyv5qg
Watch "New Raayyaa abbaa maccaa 35ffaa Manzzuumma Raayyaa abbaa maccaa 35ffaa fullโœ”" on YouTube
https://youtu.be/zMNUdLyv5qg
Kabajamtotaa dandamo media
Wan addaa isinf qabanee dhufenee
Teleln harrii biyyaa kenyatii hojjii egaluf halduree xumuree jiraa linki kan gad xuqaa
แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แ‹ˆแ‹ฐ #Safaricom แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ต แ‰ แˆฐแˆ‹แˆ แˆ˜แŒก โ€ผ๏ธ

Safaricom แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‹แˆตแŒฅ แ‹จแˆšแŒ€แˆแˆจแ‹แŠ• แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ต แˆˆแˆ›แˆตแ‰ฐแ‹‹แ‹ˆแ‰… แŠฅแŠ“ แ‹จแˆ…แ‹แ‰ฅ แ‰ฐแ‹ฐแˆซแˆฝแŠแ‰ฑแŠ• แˆˆแˆ›แˆตแ‹แ‰ต แ‹ซแ‹˜แŒ‹แŒ€แ‹ #3แˆบ แ‰ฅแˆญ แ‹จแˆšแ‹ซแˆธแˆแˆ แ‰ แŒฃแˆ แ‰€แˆ‹แˆ แ‹แ‹ตแ‹ตแˆญ แŠ แ‹˜แŒ‹แŒ…แ‰ทแˆ แข

แ‰ แˆฝแˆแˆ›แ‰ฑ แ‰ฐแˆณแ‰ณแŠ แˆˆแˆ˜แˆ†แŠ• แ‹ญแˆ…แŠ• แˆŠแŠ•แŠญ แ‰ฐแŒญแŠแ‹ แ‰กแ‰ณแ‰ฝแŠ• แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰๐Ÿ‘‡
https://t.me/EthioSafaricombot?start=r0303262376

โœ… แ‹จแ‰ฐแˆธแˆ‹แˆšแ‹Žแ‰ฝแŠ• แ‹แˆญแ‹แˆญ แˆˆแˆ›แ‹จแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ‹แ‰ฝแŠ• แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/joinchat/2By2B4WVqeUzNmI0

แ‹ญแˆ… แ‹จแŠฅแˆญแˆตแ‹Ž แˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹ฃ แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ต แŠแ‹ #SHARE แ‹ˆแ‹ญแˆ #FORWARD แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‹แ‹ตแ‹ตแˆฉแŠ• แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ แขแˆ˜แˆแŠซแˆ แŠฅแ‹ตแˆ ๐ŸŽ

๐ŸŒ Safaricom Ethiopiaโ„ข
Watch "Khun Saggaanta addaa maggala dire dawa khessati Attis akhaa khotti jechun da'imma ittin qarqaranidha" on YouTube
https://youtu.be/T6Kpp52aFGk