إنا لله وإنا إليه راجعون
Rabbiin sw qur'aana isaa keessatti akkas jedha.
كُلُّ نَفْسٍ ذَائِقَةُ الْمَوْتِ ۖ ثُمَّ إِلَيْنَا تُرْجَعُونَ
Lubbuun hundi du'a dhandhamtuudha eegasiis gara keenya deebitu.
Guyyaa fi halkan hojjanna duuti yoom akka nutti dhuftu hin yaadanu, kan nama dhibu yaadachuus immoo hin barbaannu. Kun hundi badii ykn dilii guyyaa guyyaan hojjannuufi duniyaa qofatti qalbiin keenya hidhamuu irraa kan ka'edha.
Hubachiisa:
1. Nafsiyyaan/fedhiin har'a badiitti siin fiigdu bor aakhiraatti
Jechuun isii hin oolu.
..

يا ويلتا ليتني....
yaa gabbiikoo utuun gaarii ...
Jechuun isii hin oolu.
..
..
Mannalkerim(من الكريم)
Photo
2. Sheyxaanni har'a si jallise bor aakhiraatti anaamiti kan si jallise jedhee mormuun isaa waan oolu miti.
Quran 14:22:
"yeroma dhimmichi murteeffamu sheyxaanni ni jedhe: “Dhugumatti, Rabbiin waadaa dhugaa isiniif seene; anis waadaa isiniif seenee isin gane. isin irratti anaaf aangoon tokkollee hin taane. Isin waamnaanuma naaf owwaattan malee.ana hin komatinaa, lubbuulee teessan komadhaa malee. Ani isiniif birmataa miti; isiniis naaf birmatoo miti. Ani waan isin duraan (Rabbitti) na qindeessitan waakkadhe”
3. Hiriyaas ta'e, namoota biraatiin kan jallate karaa haqaarraa kan dabe, sababa hiriyaan kan salaata dhiise, guyyaa qiyaamaa si baqachuun isaa hin oolu. Kana qofas miti osoo argattee qabatte akka si mormu beeki. Ragaan kiyya jecha Allahaati.suurah saaffaat 27
guyyaa qiyaamaa sana walitti gara galtanii wal mormitu.
وَأَقۡبَلَ بَعۡضُهُمۡ عَلَىٰ بَعۡضٖ يَتَسَآءَلُونَ
Gariin isaanii garii irratti gara galanii, wal gaafatu.
قَالُوٓاْ إِنَّكُمۡ كُنتُمۡ تَأۡتُونَنَا عَنِ ٱلۡيَمِينِ
Ni jedhu: “dhugumatti, isin mirga irraan [gaarii fakkeessuun] nutti dhufaa turtan.”
قَالُواْ بَل لَّمۡ تَكُونُواْ مُؤۡمِنِينَ
Ni jedhuun: “isinumatu mu’uminoota hin ta’ini.

😭4
Gift of Allah
https://t.me/imu1351/s/51
The last story of my friend💔💔
اللهم اغفر له وارحمه وأجعل المسك ترابه والكوثر شرابه والريان بابه 🤲
اللهم اجزه عن الإحسان إحسانا وعن الإساءه عفوا وغفرانا 🤲
اللهم أجعل قبره روضة من رياض الجنة ولا تجعله حفرة من حفر النار 🤲
اللهم أفتح له بابا تهب منه نسائم الجنه لا يسد أبدا 🤲
اللهم كما طيبت ذكراه في أرضك وبين خلقك طيب ذكراه في سمائك وبين ملائكتك 🤲
اللهم وسع مدخله وأكرم نزله وآنس وحشته اللهم ارحم روحا صعدت إليك ولا يربط بيننا وبينها إلا الدعاء 🤲
اللهم إجمعنا باحبائنا في جنتك اللهم استجب دعائنا يارب العالمين 🤲

😢3
"እንዴት እንዲህ ታደርጋላችሁ? ዋጋ ትከፍያለሽ እያንዳንድሽ። ወንድ አይደለሁም።" - የፋና ሚዲያ ኮርፖሬሽን የምርመራ ክፍል ዳይሬክተር ጋዜጠኛ ጌታሁን ዳዲ
ሙስሊም ተማሪዎች ከ21 ቀናት በፊት በፋና ዋና ፅ/ቤት በመገኘት አዲስ አበባ ዩኒቨርስቲ እያደረሰባቸው ስላለው የመብት ጥሰት የሚዲያ ሽፋን ይሰጣቸው ዘንድ ጠይቀው ከሚዲያው የምርመራ ክፍል ዳይሬክተር ጌታሁን ዳዲ አዎንታዊ መልስ አጊኝተው ነበር። ሆኖም ምላሸ ከሰጡ ከ14 ቀናት ቡሃላ ውጤት ሲጠየቁ "የፌደራል መጅሊስን ሄጄ ስጠይቅ የተከለከላችሁት ሒጃብ (ኒቃብ) ለትርፍ ፅድቅ እንደሆነ ገልፆልኛል። ዩኒቨርስቲው መመሪያ በትምህርት ሚኒስቴር የፀደቀ ስለሆነ አላሻሽልም ብሏል። እኛም እንደ ሚዲያ ለጥቂቶች ስንል የሚዲያ ሽፋን አንሰጥም።" - በማለት መልሰው ነበር። ይህንን ምላሽ ጀመዓው ለተማሪዎቹ ካሳወቀ ቡሃላ ግን ከአንድ የሚዲያ ባለሙያ የማይጠበቀን የማስፈራሪያ ይዘት ያለውን መልዕክት ለተማሪዎች በመደወል አሳውቀዋል። በመልዕክታቸውም "እንዴት እንዲህ ታደርጋላችሁ? ዋጋ ትከፍያለሽ እያንዳንድሽ። ወንድ አይደለሁም።" በማለት ለማስፈራራት ሞክረዋል።
ይህ አግባብነት የሌለው ተግባር ነው። ሚዲያው ዳይሬክተሩ ባሉት ንግግር ላይ ያለውን አቋም እንዲያሳውቅ፤ ማብራሪያ እንዲሰጥ እና በሙስሊም ተማሪዎች ላይ እየደረሰ ስላለው በደል የሚዲያ ሽፋን እንዲሰጥ ዳግም እንጠይቃለን። መጅሊስም ስለተባለው የመጅሊስ አካል እና ስለሚዲያው አቋሙን እንዲያሳውቅ፤ የሙስሊም ተማሪዎች የመብት ጥያቄ በዘላቂነት እንዲሰራ በአላህ ስም እንጠይቃለን።
ጥያቄ አለን _ ፍትሐዊ መልስ እስኪመጣ ! ! !
@aaumsu

😱3
🌟 Qulqullina Onnee: Daawitii Jireenyaa! / የልብ ብርሃን፡ የሕይወት መስተዋት! 🌟
Onneen kee danda’uun/zaaguun sitti dhaga’amaa jiraa? Akka sibiilaa danda’uun jireenya kee si jalaa dukkaneessiteetti? Furmaanni isaa dhiyoo dha!
Ergaa Hadiisaa:
Nabiyyiin (S.A.W) akkas jedhan:
"Onneen kun akkuma sibiilli danda’uu danda’ti."
"Yaa Ergamaa Rabbii, qulqullinni (limixiin) ishee maali?" jedhanii gaafatan sahaabonni
Isaanis akkas jedhanii deebisan:
"Kitaaba Rabbii (Qur'aana) qara'uu fi Rabbii baay'isanii zikrii gochuudha!"
✨ Har'a onnee kee qulqulleessuuf Qur'aana irraa boqonnaa tokko qara'uu hin dagatin!

👍1
Balaa Miidiyaa Hawaasaa fi Cubbuu Salphaa Fakkaatu
"Isaan warra dhiira amanan (Mu'umintoota) fi dubartoota amanan (Mu'uminaata) waan isaan hin hojjetiniin (hacuuccaan) mufachiisan, dhugumatti isaan sobaa fi cubbuu ifa ta'e baadhachuu isaanii mirkaneeffataniiru."
[Suuraa Al-Ahzaab: 58]
Balaawwan gurguddoo bara keenyaa kanneen akka salphaatti ilaalaman keessaa inni tokko: "Waraana jechootaa fi maqaa namootaa xureessuudha." Bara miidiyaa hawaasaa (Social Media) kana keessa, balaa isaa osoo hin hubatin 'Click' takka qofaan nama irratti qoosuun ykn oduu sobaa facaasuun baay'ee salphaa ta'eera.
Aayaata kana keessatti "Mufachiisuu/Hacuuccaa" (Adhaa) jechuun qaamaan nama reebuu qofa miti; jechootaa fi himata sobaatiin miira namaa miidhuu (Psychological attack) dabalata. Jechi "Ihtamaluu" (Baadhataniiru) jedhu, namni nama irratti qoosu ykn nama hamatu sun, Guyyaa Qiyaamaa ba'aa cubbuu kan dugda isaa cabsu akka gaaraa sanatti gateettii isaatti baadhatee akka dhiyaatu bifa fakkii qabuun ibsa.
Iskiriiniin (Screen) harka kee irra jiru (bilbila ykn kompiutarri kee) gaachana ittiin itti gaafatamummaa jalaa baatu miti. Jechi nama miidhu, yaadni (Comment) qishnaa qabu, ykn xuraallaa (haatila) namaa facaasuun (Share gochuun) "cubbuu ifa ta'edha."
Jechi ati seekondii muraasa keessatti barreessitu, onnee namaa keessatti waggaa dheeraaf madaa ta'ee turuu akka danda'uu fi guyyaa murtii diina sitti ta'ee akka dhaabbatu hin dagatin.
Kanaafuu, qubbiin kee waan barreessaniif, waan 'Share' godhaniif, akkasumas arrabni kee waan dubtatuuf of eeggannoo guddaa haa taasisan!

"Addunyaa nuyi keessa jirru kana keessatti hiriyaan sitti dhiyoo ta'e jireenya kee jijjiiruu danda'a. Rabbiin (SW) Suuraa Az-Zukhruf keessatti akeekkachiisa guddaa nuu kenna:
'وَمَن يَعْشُ عَن ذِكْرِ الرَّحْمَنِ نُقَيِّضْ لَهُ شَيْطَانًا فَهُوَ لَهُ قَرِينٌ'
(Waman ya'shu 'an dhikrir-Rahmaani nuqayyid lahuu shaytaanan fahuwa lahuu qariin)
Hiikni isaa: 'Namni yaadannoo (Zikrii) Ar-Rahmaan irraa garagale, sheeytaana isaaf ramadna; innis isaaf hiriyaa dhiyoo (qariina) ta'a.'
Zikrii irraa fagaachuu jechuun gorsa Rabbii irraa ija dunuunfachuu dha. Yeroo ati karaa Rabbii irraa fagaattu, sheeytaanni bakka sana qabata. Inni si gorsa osoo hin taane, karaa dogoggoraa sitti mi'eessa, onnee kee dhiphisa. Hiriyaa akkasii irraa fagaachuuf, gara Zikrii Rabbii deebi'i!"

👍5
🌟 ታላቅ የምስራች ከአፍሪካ አካዳሚ! 🌟
ባለፈው ሳምንት በታሪካዊው አድዋ 00 መታሰቢያ አዳራሽ ከ2,000 በላይ ተማሪዎችን በደመቀ ሁኔታ ያስመረቀው አፍሪካ አካዳሚ፤ አሁን ደግሞ የ4ኛ ዙር ምዝገባ መጀመሩን በደስታ ያበስራል!
✨ ልዩ የሚያደርገው፦
🔹 ሙሉ በሙሉ በነጻ!
🔹 ካሉበት ቦታ ሆነው! (Online) 🔹 በታላላቅ ዑለማኦች የሚሰጥ!
📝 ለመመዝገብ፦ ከታች ያለውን የቴሌግራም ሊንክ በመጫን ግሩፑን ይቀላቀሉ👇
🔗https://t.me/africaacademy_4th
የዕውቀት ብርሃን ለሁሉም!
#AfricaAcademy #አፍሪካ_አካዳሚ #FreeEducation #Registration #4thRound #ምዝገባ

❤1
Forwarded from Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin isin simata
✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
👳♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina.
🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:-
Dr. Jeeylaan Kadiir
Dr. Kamaal Haaji Galatuu
Dr. Kamaal Tilmoo
Dr. Abdallaah Kadiir
Dr. Mahmuud Huseen
Dr. Alii Jimmaa
Dr. Jibriil Qamar
⏳ Turtiin barumsaa: waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama.
Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata:
* Kitaabaan (PDF).
* Viidiyoodhaan.
* Sagaleedhaan.
📲 Carraa kana hin dabarsinaa, beeksisa kana warra isinitti dhiyoo jiraniif qoodaa (Share godhaa).

Telegram
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
❤2
ማስጠንቀቂያ ለነፍሴም ለነፍሳችሁም!
~በነዚህ በዙል-ሒጃህ አስር ቀናት ውስጥ የሚሰሩ መልካም ስራዎች ምንዳቸው እጥፍ ድርብ እንደሚሆነው ሁሉ፣ በእነዚህ በተቀደሱ ቀናት የሚፈጸሙ ወንጀሎችም ቅጣታቸውና ግዝፈታቸው እጅግ የበረታና የከበደ ነው። ጌታችን አላህ «በእነዚህ ወራት ውስጥ (ወንጀል በመስራት) ነፍሶቻችሁን አትበድሉ!» [አል-ተውባህ: 36] በማለት በግልጽ አስጠንቅቋል።
▣ የጌታችንን ክልከላ ጥሶ፣ እነዚህን የተከበሩ ቀናት በወንጀልና በቸልተኝነት የሚያረክስ ሰው የአላህን ቁጣና ከባድ ቅጣት ሊጠብቅ ይገባል። አደጋው ከባድ ነውና እንጠንቀቅ፤ ራሳችንን ከጥፋት እናድን!

Forwarded from Ayatu - Rahman Islamic Institute
🕋 ለበይከሏሁመ ለበይክ! የአመቱ ታላቁ ቀን ደረሰ!
በእነዚህ ቀናት የዓለማችን ልዩ ስፍራ በሆነችው መካ፣ ሚሊዮኖች "ለበይከሏሁመ ለበይክ" እያሉ የሐጅ ስነ-ስርዓትን ለመፈጸም እየተዘጋጁ ነው። በአካል እዚያ መገኘት ባንችልም፣ ልባችን እዚያው ነው!
ያልደረስነውን አላህ (ሱ.ወ) በቅርቡ ከሚያስተናግዳቸው እንግዶቹ (ሑጃጆች) እንዲያደርገን፣ ዘንድሮ ለሄዱት ደግሞ ሐጃቸውን "ሐጅ አል-መብሩር" (ተቀባይነት ያለው ሐጅ) እንዲያደርግላቸው ከልብ ዱዓ እናድርግ! 🤲
እኛስ?
የአመቱ ታላቁ ቀን ከነገ ወዲያ ነው! የፊታችን ማክሰኞ የዙል-ሒጃ 9ኛ ቀን፣ ማለትም የዐረፋ ቀን ነው! የዐረፋ ቀን አላህ (ሱ.ወ) ባሮቹን ከእሳት ነጻ የሚያወጣበት፣ ዱዓዎች ተቀባይነት የሚያገኙበት፣ እና ዲናችን ሙሉ የሆነበት ታላቅ ቀን ነው! ለዚህ ቀን ከወዲሁ ልዩ ዝግጅት ያስፈልገናል፡-
• መጾም (ያለፈውን እና የሚመጣውን የ2 ዓመት ወንጀል ያስምራል)
• ዱዓን ማብዛት
• ተክቢራ ማብዛት
አላህ ቀኑን በአግባቡ ከሚጠቀሙት ያድርገን🤲

🌟የአመቱ ታላቁ ቀን ነገ ነው!
አልሀምዱሊላህ! አላህ (ሱ.ወ) በሚሊዮን የሚቆጠሩ ሰዎችን ከእሳት ነጻ የሚያወጣበት ታላቁ የዐረፋ ቀን ነገ (ማክሰኞ) ነው! ለዚህ ድንቅ ቀን ከወዲሁ እንዘጋጅ፡-
1. የጾም ቱሩፋት (በረካ)፡ ነገን ለመጾም ከወዲሁ ኒያ እናደርግ የዐረፋን ቀን የጾመ ሰው አላህ የሁለት ዓመት (ያለፈውን እና የሚመጣውን) ወንጀል ይምርለታል! ሱብሀነላህ!
2. በላጩ ዱዓ፡
ነብዩ (ሰ.ዐ.ወ) "ከዱዓዎች ሁሉ በላጩ የዐረፋ ቀን ዱዓ ነው፤እኔ እና ከኔ በፊት ያሉት ነብያቶች ካሉት ሁሉ በላጩ ደግሞ ፤ ላኢላሃ ኢልለሏሁ ወሕደሁ ላሸሪከ ለሁ ፤ ለሁልሙልኩ ወለሁል ሓምዱ ወሑው ዓላ ኩሊ ሸይኢን ቀዲር" የሚለው ነው። ብለዋል።
ነገ አላህን ማንኛውንም ነገር ከመጠየቅ ወደኋላ እንዳንል! ለዱንያችንም፣ ለአኼራችንም፣ ለጤናችን ፣ ለትዳራችን፣ ለቤተሰባችን ... ከልብ አልቅሰን እንለምነው ። ማንም የማያውቀውን የልባችንን ስብራት እንንገረው። ለአላህ የሚከብደው ምንም ነገር የለም፤ ስለዚህ ትላልቅ ነገሮችን በሙሉ እንጠይቀው! የትኛውንም ዱዓ እንዳትረሱ ዛሬ ማታ የዱዓ ዝርዝር (ሊስት) ጻፉ!
በተለይ ነገ ከዓስር እስከ መግሪብ ያለውን ወርቃማ ሰዓት ለማንም አትስጡ። ክፍል ገብታችሁ፣ በር ዘግታችሁ፣ ስልክ አጥፍታችሁ እጃችሁን ወደ ሰማይ በማንሳት አላህን በግል አናግሩት። "ጌታዬ ሆይ! እኔ ደካማ ነኝ፣ አንተ ግን ሀያል ነህ... ማረኝ!" በሉት።
አላህ የነገውን ቀን ጾመው፣ ዱዓቸው ተቀባይነት አግኝቶ ከእሳት ነጻ ከሚወጡት ባሮቹ ያድርገን! አሚን! 🤲

« Takbiirtaa godhaa, laa ilaaha illallaahu heddummeeysaa,subhaanallaah deddeebisaa. Miizaana hasanaa teeysanii zikrii fii hojiilee gaggaariin ulfeeysaa. Kheeyrii irraa heddummeeyfachuutti daddafuun irratti wal dorgomaa.
اللهُ أكبر اللهُ أكبر اللهُ أكبر؛ لا إلهَ إلَّا الله
اللهُ أكبر اللهُ أكبر؛ وللهِ الحمد..
Jechuu heddummeeysaa Irra caalaa giyyoota rabbi biratti dalagaan isii keessa irra jaalatamtuu keessa jirra.»

ለ1447ኛው የዒድ አል-አድሃ (የአረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
ይህ በዓል ለእናንተ፣ ለቤተሰብዎና ለወዳጅ ዘመድዎ የፍቅር፣ የሰላም፣ የብልጽግና እና የደስታ እንዲሆንላችሁ እመኛለሁ። ዒድ ሙባረክ!
"መልካም የዒድ በዓል ይሁንላችሁ!"
Baga Ayyaana Iida Al-Adahaa (Iida Qalmaa) Waggaa 1447faan Isinin Ga'e!c
Ayyaanni kun kan jaalalaa, nageenyaa, badhaadhinaa fi gammachuu isiniif, maatii keessaniif akkasumas firoottan keessaniif kan fidu haa ta'u. Iid Mubarak!
"Iidni Keessan Kan Gammachuu Haa Ta'u!"

❤1🔥1
"ጌታዬ ሆይ! (ወደ ምድር) መልሰኝ።" (ሱረቱ አል-ሙእሚኑን: 99)
ውድ ወንድሞቼ እና እህቶቼ! ይህ አንቀጽ በቁርአን ውስጥ ካሉ እጅግ አስፈሪ እና ልብን ከእንቅቅልፍ ከሚያነቁ አንቀጾች አንዱ ነው። ይህ የሰው ልጅ የመጨረሻው ሰዓት ሲመጣና የሞት መልአክ በፊቱ ሲቆም የሚናገረው የፀጸት ቃል ነው።
ያኔ ንብረት፣ ስልጣን፣ ጓደኛም ሆነ ዘመድ አይጠቅሙም። ያኔ የሚቆጨን ነገር ቢኖር፦
○ ያመለጣችን አንዲት ሰላት፣
○ ያልጾምናት ቀን፣
○ ያላደረግናት መልካም ስራ እና
○ በወንጀል ያሳለፍነው ውድ ጊዜያችን ነው።
ይህ በምስሉ ላይ የሚታየው የአፅም ምስል ሁላችንም የምንሆንበትን የነገውን እውነታ ያስታውሰናል። ዛሬ ግን ገና አልሞትንም! እስትንፋሳችን አለች፣ ወደ አላህ ተመልሰን "ተውበት" ለማድረግ (ለመቶበት) እድሉ አለን። ያ ሰውዬ ነገ የሚመኘውን እድል እኛ ዛሬ በእጃችን ይዘነዋል።
የነገውን ፀጸት ዛሬ እንከላከል! ሰላታችንን እንጠብቅ፣ ከአላህ መንገድ የራቅን ካለን ዛሬውኑ እንመለስ። ነገ ሳይሆን አሁኑኑ "አስtagፊሩላህ" በማለት ወደ ጌታችን እንሩጥ።