Love Heart
3.71K subscribers
182 photos
62 links
Download Telegram
๐ŸŽ–๏ธFuula Abbaa Manaa keetii ija guuttee ilaaluudhaaf akkasumas miira jaalalaa keetii to'achuuf waan gochuu qabdu 8: ๐Ÿ‘‰ As tuquudhaan Itti fufaa dubbisaa!

               ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
        ๐Ÿซฑโœจ See More  ๐Ÿ‘ˆ
        ๐Ÿซฑ โœจSee More  ๐Ÿ‘ˆ
                

 โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–
๐ŸŽ…โค๏ธ๐ŸŽ…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1
๐ŸŒนโ˜•๏ธ Nama jaalattuuf kennaa hunda caalu ni kennita! Akkasumas haala nama mufachiisuu fi dadhabsiisaa keessatti obsa guutuu qabaattaaf! Kana gochuufis humni si gargaaru maddi isaa sadan(3) kunooti...๐Ÿ‘‰As tuquun dubbisaa!

               ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
        ๐Ÿซฑโœจ See More  ๐Ÿ‘ˆ
        ๐Ÿซฑ โœจSee More  ๐Ÿ‘ˆ
                
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1๐Ÿ‘1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1
โค๏ธ โœ๏ธ Ogummaalee shamarran fayyadamanii jireenya isaanii keessatti gartuu hundumaa irratti milkaa'oo ittiin ta'an 5... โžก๏ธ As tuquudhaan argachuu dandeessa!

             ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
    ๐Ÿ‘‰ Click here  ๐Ÿ‘ˆ
   ๐Ÿ‘‰  Click here  ๐Ÿ‘ˆ
              ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1
โœ… Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... ๐Ÿ‘‰ As tuquudhaan argachuu dandeessa!

             ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
    ๐Ÿ‘‰ Click here  ๐Ÿ‘ˆ
   ๐Ÿ‘‰  Click here  ๐Ÿ‘ˆ
              ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐—ช๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ ๐—š๐—ฎ๐—ฎ'๐—ถ๐—น๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ ๐—ฑ๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐Ÿ˜‚

gaaโ€™ila ofi dinqii gochuu yoo barbaadan duraa gufuu kaasu barbaachisadha. Gufuun gaa'ila keessaa muraasa isaa ilaala.
1. Amala keessan tiikfadhaaโ€“
amala badaa baayโ€™ee dhokfanna. Rakkoon keenya guddaan amala badaa qabaachu osoo hin taโ€™iin amala keenya jijjiruuf tattaafachuu dhiisu keenya
2. Tv fi interneeti xiqqeessaaโ€“ yeroo ammaa tv fi interneeti hariiro namaa kukkutaa jira. Afaaniin walitti haasawu dhiisne walii barreessu filanna. Kuni immoo dandeetti wal hubachuu, dubbachuu fi wal jaallachu ajjeessa.
3. Yeroo waliin taphattan horadhaa- yeroo kaadhimummaa yookiin akkuma wal fuutan, akkamitti akka waliin taphattan ni yaadattu yookiin immoo warrii hin fuune akkamitti isa/ishii waliin taphannu mataa keessatti yaadota adda addaa bocaati taphadha jaalala cimsa kuniis
4. Yeroo wal fakkaatu gara siree deemaa
Siree irraa akkuma deemtaniin gobiifatanii hin ciisina.wal daddabasa dhagna ishii ykn isaa akka nama cabee ykn cabdeetti dhiidhibbiif.๐Ÿ˜‚ isaa booda attu beekta eegaa...kun gaa'ila kee dura guufu kaasuu danda'aa yaa saba.
Inni kaan ammoo
โ€ข Lafaa kaโ€™anii xiyyeefannoon wal miidhu dhiisu
โ€ข Dugda walii eegu, wal utubuu jaalali wal qixa waan ta'eef
โ€ข miira fi wal qunnamtii saalan wal amantummaa qabaachu,
โ€ข waadaa eegu, amanamaa taโ€™uu
โ€ข Wal hiikkan wal sodaachisu dhiisu, jireenya keessatti wal jaalachuu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค3
โœ… Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... ๐Ÿ‘‰ As tuquudhaan argachuu dandeessa!

             ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
    ๐Ÿ‘‰ Click here  ๐Ÿ‘ˆ
   ๐Ÿ‘‰  Click here  ๐Ÿ‘ˆ
              ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐ŸŒน Dhiironni lafa nageenyi jiru qubatu, shamarran qabannaa tolan nageenya fidu, lameenuu waliin adeemuuf eeggannoolee 5 gochuun barbaachisaadha....โžก๏ธ As tuquudhaan argachuu dandeessa!

             ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
    ๐Ÿ‘‰ Click here  ๐Ÿ‘ˆ
   ๐Ÿ‘‰  Click here  ๐Ÿ‘ˆ
              ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Ejjennoo Mijataa Walqunnamtii Saalaa Harka Hidhamuun

๐Ÿ’Ž Walqunnamtiin saalaa kilaasikii yeroon darbaa deemuun nuffisiisaa ta'a, hiriyoonni gaa'elaa hedduunis yaalii gochuu jalqabu๐Ÿฅณ

๐ŸŒธ Jijjiiramni tokko walqunnamtii saalaa irratti adda addaa dabaluu si dandeessisu harka ishee hidhuudha.

๐Ÿ“ Adeemsa guutuu guutummaatti to'achuu ni dandeessa, namichis ol'aantummaa kee ni gammada.

Haa ta'u malee, poosa kam filachuu qabda?

๐Ÿ•บGaraagarummaa baay'eetu jira, garuu akka yaada kiyyaatti, isaan keessaa inni gaariin tokko "frog" pose dha.

Maaliif sirriitti kun?

๐Ÿ‘ Dhiirri kamiyyuu harma dubartii fi dugda ishee laaftuu ilaaluun ka'uu akka danda'u mirkanaa'adha.๐Ÿ‘จ ๐Ÿ’ป

๐Ÿ˜ซ Akkaataa: Garaa ishee irra ciiftee harka ishee fuuldura keetti akka diriirsitu gaafadhu. Sana booda harka ishee walitti hidhuun mar'umaan kee irra kaa'i, harka ishee akka jilba ishee gidduutti ta'utti gadi sochoosi.

๐Ÿค˜Amma arraba keetiin ishee qaqqabuu, walqunnamtii saalaa qaama saalaa yookiin qaama saalaa raawwachuu dandeessa.

๐Ÿ˜˜ Ejjennoo kana qabatamaan yaaltaniittuu?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค2๐Ÿ”ฅ1
๐Ÿซถ Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,... โžก๏ธ See More

๐Ÿ‘‰  See More
         See More
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
DUBARTII FEDHII BAASUU

โœ๏ธ Akkuma yeroo hunda dubbannu yeroo walqunnamtii saalaa dhiira kan gammachiisu yoo jiraate dubartiin inni waliin raawwatu sun yoo fedhii baatedha. Callisneetuma gola keessaa rakkachuu irraa karaawwan ittiin yeroo raawwannu kamuu jaalallee keenya ittiin gammachiisnu baruun murteessadha.

โžฒ Yaaduu dhiisuu : Yeroo walqunnamtii saalaa raawwachuuf deemnu san ishii fedhii baasuf akka nama deemuttu of lakkaa'un hin barbaachisu. Sammuutti yaadun dafnee akka gadi lakkifnu waan nu godhuuf dhiphachuun hin barbaachisu.

โžฒ Iddoo Qinxirii beekuu : Iddoo qinxirii kan hin beekne jiraa? Akkuma beekamu dubartiin daftee fedhii ba'uuf qinxirii caalaa iddoo filatamaan biraa hin jiru. Dubara irraa gara dubarattii uumamni qinxirii gargari. Tokko tokko guddaatee gubbatti mul'ata. Tokko tokko immoo hin mul'atu kessatti gadi jiraa. Sakatta'aanii baruun barbaachisaadha. Kan warra sirritti kittaanamii qinxiriin ammana waan hin barbaachifneef nafsaaluma raawwachuu malee qinxirii barbaachan yeroo gubuun hin barbaachisu.

โžฒ Dibata : Qaamni saalaa dubaraa yeroo walqunnamtii saalaa dhangala'aa ni maddisiisa. Yeroo tokko tokko garuu xiqqaachuu yookin goguu danda'a. Qaamni goggoogaa raawwachuun immoo fedhii ba'uun haa hafuutii waan dhukkuubuuf walqunnamtii saalatiif akka ishiin hin eeyyamne godha. Kanaaf dibata kanaaf barbaachisu bituudhan qaama saalaa dhiiratti dibuun, kan ishiitti xiqqeessanii gubbaatti dibuun raawwachuun gaaridha.

โžฒ Dhungoo : Walqunnamtii saalaa caalaa dubartiin dhungoo bareedaa jaalatti. Yeroo raawwachuuf jettu dhungatte ta'a. Ta'us garuu yeroo raawwattus dhaabuu hin qabdu. Dhungachaa raawwachuun xiyyeeffaanoon kee raawwachuu qofarra akka hin taanee waan godhuuf carraa irra turuu kee siif dabala. Hidhii ishii qofa osoo hin taane yeroo raawwattu san bakka hidhiin kee dhaqqabe kamuu dhungadhu.

โžฒ Gaafachuu : Dubartii caalaa waan ishiin barbaaddu dhiirri kamiyyuu beekuu hin danda'u. Kanaaf yeroo raawwatamu san maal akka ishiin barbaaddu gaafachuun barbaachisaadha. Eessa kee yoon siif tuqe wayya?, Aariitii koo dabalumoo xiqqeessuu? Poosishiinii akkamii jaalatta? fi kkf gaafachuun walqunnamtii saalaa bareedaa isin lachuu itti gammaddan raawwachuuf isin gargaara.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค2๐Ÿ”ฅ1๐Ÿฅฐ1
๐ƒ๐š๐š๐ง๐ ๐š๐š ๐๐š๐›๐š๐š๐๐ก๐ฎ:-
โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—
โ– ๐Ÿญ. ๐—™๐—ถ๐—ฟ๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ
Hanga fira kee jaallattu, jecha isaan jettuu fi gocha isaaf gootu keessatti daangaa qabaadhu.

โ– ๐Ÿฎ. ๐—›๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ:-
Humnaa ol hojjachuun of dararuu fi humna kee qusachuun waan siin hin malle argachuu keessatti daangaa qabaadhu.

โ– ๐Ÿฏ. ๐—š๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚ ๐—ณ๐—ถ ๐—š๐—ฎ๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ:-
Yoo gammaddes keessa hin darbin /hin tarin. Yoo gaddites fagaattee hin deemin.

โ– ๐Ÿฐ. ๐—ช๐—ฎ๐—น๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ:-
Nama tokkoon yoo wal dhabde sababuma irratti wal dhabde sanitti gabaabbachuu yaali. Saniin ala garuu daangaa walitti dabruudha.

โ– ๐Ÿฑ. ๐—๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐—๐—ถ๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ:-
Nama jaallattuu fi jibbitus daangaa qabaadhuuf. Rabbiif jecha jaalladhuu Rabbiif jechas jibbi.

โ– ๐Ÿฒ. ๐—ค๐—ฎ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ:-
Humnaa ol qabaachuuf hin bololin. Kennaan Rabbi namaaf kennu daangaa hin qabu, ati garuu qabiinsaa fi baasiinsa keessatti daangaa qabaadhu.

โ– ๐Ÿณ. ๐—•๐˜‚๐—น๐˜๐—ถ๐—ถ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ:-
Bultii keessatti jaarsaa fi jaartiin daangaa walii wollaaluu fi waliif kabajuu dhabuun bultii diiga. Daangaa irratti waliigaltan qabaadhaa....

โ– ๐Ÿด. ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ป๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ:-
Wollaalaa taatees hin taaโ€™in, hanga sadarkaa barnoonni si maraachuu fi kokaa si godhuttis hin baratin.

โ– ๐Ÿต. ๐—œ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ:-
Ibaadaan daangaa qaba. Baradhuutii daangaa isii eeggadhu.

โ– ๐Ÿญ๐Ÿฌ. ๐—›๐—ถ๐—ฟ๐—ถ๐˜†๐˜†๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ:-
Nama ammuma walitti dhufee jaalalaan gaara koree, saโ€™aatii muraasa booda dhoqqee keessatti wajjiin kufu hin taโ€™in. Hiriyoota keetiif daangaa qabaadhu.

โ– ๐Ÿญ๐Ÿญ. ๐—ก๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ ๐——๐—ต๐˜‚๐—ด๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ถ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ:-
Farda garaacha hin qabne hin taโ€™in, garaa kee soorataaf, bishaanii fi qilleensaaf qoodii jiraadhu.
Garaan daangaa hin beekne, diina abbaati.
โค3๐Ÿ”ฅ1๐Ÿฅฐ1