Leenjii gabaabaa nama hunda barbaachiisuu
221 subscribers
26 photos
41 files
23 links
Leenjiin gababaan kun garee rFIR dhan kan qophauudha
➢ leenjitootaf waraqaan ragaa ni kennama xumura leenjii irratti
Download Telegram
Sa'ati 3:00 irratt wol haa geenyuu

Sagantaa xumuraa leenjii gabaaba marsaa 2ffaa
Leenjii gabaabaa nama hunda barbaachiisuu pinned «Sa'ati 3:00 irratt wol haa geenyuu Sagantaa xumuraa leenjii gabaaba marsaa 2ffaa»
Waraqaa ragaa fudhachuuf qophoftaanii ?
Anonymous Poll
86%
Eyyyee
14%
Miti
Hanga yeroon sagantaa kenna gahut

Yaada leenjii gabaaba kana irratt qabdan sagalee dhan ykn barreffaman nuuf erga kan sagalee heddu jajjabeefama

@rFIRbot
Gama keennan qophiin xumurameera
🏆🏆🏆🏆🏆
Sa'atiin gaheera

Yaada keessan barbaanna

Isin eega jirra
Yaada barreessuf ykn sagalee dhan daqiiqa 5 isinif kennine jirra
Yaada baayee namatti tolu nuuf erga jirtu heddu galatoomaa . Leenjiin kun kan dhabbatu miti marsa 3ffanis fedha rabbitin kan eegalamu ta'a
Amma kallattin dhan garuma waraqaa ragaa kennut seenna ergas barattoota qabxii gaarii galmeessaniif badhaasn ni kennama
Maqaa keessan karaa keessattin kan qormaata xumura irratt barreessitan nuuf erga . Nutt waraqaa ragaa keessan isiniif ergina
Waraqaa ragaa namn hin fudhannee keessan maqaa qormaata xumura irratt barressitan sana nuf erga isinif dalagamee jira
Leenjiitoota badhaafaman

                🏆🏆🏆🏆

🥇 👉 Roza Jemal kedir 97/100

🥈 👉 Sadiyaa Awel kasim 91/100

🥉 👉  1.HARUN ABDU ROBA 88/100
             2.Jabir Abduljewad Ahmed
88/100


Badhaasa kara keessan fudhadha
Lakkoofsa bilbila qormaata final irra jiruu nuf barreessa
Leenjiin marsaan 3ffaa


Yeroo gabaaba keessatt inshallah ni eegalama

Channel kana hiriyyoota keessanif share gochu hin dagatina
Sagantan xumurameera waraqaa ragaa kan fudhanne karaa keessan nu dubbisa akkasumas badhasalle
Galatooma jenna badhafamtoota kennan badhaasn isin bira gahu nuf mirkanesitanii jirtu