Barteewwan Gaggaarii(baay'ee) Yeroo Saganteessuu(programming) Barattan Isin Barbaachisan๐๐ผ
Fakkeenyaaf gaaffiin gaafatamtan kana console irratti agarsiisuu yoo ta'e: -
*
**
***
****
Koodii deebii gaaffii kanaa qooda shamaddaddan, waa'ee "for loop" fi "nested for loop" sirritti yoo hubattan, gaaffichi yoo jijjiirame illee deebii isaa kennuun isiniif salphaa ni ta'a.
3. D
Namni kamiyyuu Afaan Oromoo yommuu dubbattan yeroo isini argu... "Raajii dha!!๐ฎ" jedhee isin hin ilaalu. Afaan Oromoo fayyadamtanii garuu wanta dhalootaaf fayyadu yoo hojjettan(fakkeenyaaf akka kitaabolii akka Eebbisaa Baay'isaa yoo barreessitan), dhalootni isin galateeffata.
Saganteessuu keessattis akkasuma. Afaanota saganteessuu C, C++, HTML/CSS, JavaScript, PHP, Java, Python..... k.k.f beekuun keessan qofti dhaabbata isin qacarachuu barbaadu hin fayyadu. #Afaanota_saganteessu #kanneen #fayyadamtanii #rakkoo #jiruuf #furmaata #laachuu yoo dandeessan garuu faayidaa guddaa ni laattu; barbaadamuun keessaniis olaanaa ta'a.
Dandeettii furtuu ta'e kana guddifachuudhaaf maal haa goonu isa jedhu kutaa itti aanutti isiiniif ni barreessina.
Halkan gaarii!
โก๏ธ@learnProgramminginAfanOromo
1. "Copy paste" hin godhiina
Barumsa YouTube irraas haa ta'uu maddoota garagaaraa irra yommuu barattanitti koodii namoonni sun barreessan osuma isiniif akka gale yaaddanii iyyuu "copy paste" hin godhiina. โ Qooda kana koodii barreeffame sana haalaan hubachuudhaan ofuma keessanii osoo hin ilaaliin barreessuuf yaalaa. Kana yoo gootaan shaakkalliidhaan sammuun keessan #irra_caalaa akka yaadatuuf gargaaraa jirtu.2. Jalqaba Hubadhaa
Yeroo koodii barattanitti barteedhaan "shamaddaduu" mala jedhamu hin fayyadamiinaa. Koodiin itti yaaddanii, hubattanii isiniif galee kan barreessitan malee tasumaa wanta "shamaddadamu" miti. Yoo "shamaddaddan" gaaffichi yeroo jijjiiramu dandeettin deebisuu keessanii gadaanaa ta'a. Fakkeenyaaf gaaffiin gaafatamtan kana console irratti agarsiisuu yoo ta'e: -
*
**
***
****
Koodii deebii gaaffii kanaa qooda shamaddaddan, waa'ee "for loop" fi "nested for loop" sirritti yoo hubattan, gaaffichi yoo jijjiirame illee deebii isaa kennuun isiniif salphaa ni ta'a.
3. D
andeettii furmaata laachuu keessanii guddisaa(Increase your problem solving skills)
Addunyaa kana keessatti dandeetti yaaduu sammuu cimaa hojiiwwan barbaadan keessaa tokko saganteessuu dha. Namni kamiyyuu Afaan Oromoo yommuu dubbattan yeroo isini argu... "Raajii dha!!๐ฎ" jedhee isin hin ilaalu. Afaan Oromoo fayyadamtanii garuu wanta dhalootaaf fayyadu yoo hojjettan(fakkeenyaaf akka kitaabolii akka Eebbisaa Baay'isaa yoo barreessitan), dhalootni isin galateeffata.
Saganteessuu keessattis akkasuma. Afaanota saganteessuu C, C++, HTML/CSS, JavaScript, PHP, Java, Python..... k.k.f beekuun keessan qofti dhaabbata isin qacarachuu barbaadu hin fayyadu. #Afaanota_saganteessu #kanneen #fayyadamtanii #rakkoo #jiruuf #furmaata #laachuu yoo dandeessan garuu faayidaa guddaa ni laattu; barbaadamuun keessaniis olaanaa ta'a.
Dandeettii furtuu ta'e kana guddifachuudhaaf maal haa goonu isa jedhu kutaa itti aanutti isiiniif ni barreessina.
Halkan gaarii!
โก๏ธ@learnProgramminginAfanOromo
Yooyyaa! ๐๐
Akkam jirtu, Warri kun?
Jecha Har'aa ๐๐๐
Trivial(adj): baay'ee barbaachisaa kan hin taane
Yoo sagaleeffamu: "Tri-vi-al"
E.g.
Comparing our problems to hers, I found ours to be trivial.
Fkn.
Rakkoo keenyaa fi kan ishee yoon walbira qabu, kan keenya waan xiqqoo ta'een argadha.
Other similar words: Minute, Negligible, Mickey Mouse
Waliif qoodaa!
Yeroo dansaa!๐
@learnProgramminginAfanOromo

๐1
C++ keessatti "String Manipulation" dhaaf isa kam fayyadamuu qabna?
Anonymous Quiz
11%
#include<cstring>
6%
#inlcude <iomanip>
33%
#include <string>
39%
#include <iostream>
11%
A fi C
Programming in Afan Oromo
Barteewwan Gaggaarii(baay'ee) Yeroo Saganteessuu(programming) Barattan Isin Barbaachisan๐๐ผ 1. "Copy paste" hin godhiina Barumsa YouTube irraas haa ta'uu maddoota garagaaraa irra yommuu barattanitti koodii namoonni sun barreessan osuma isiniif akka gale yaaddaniiโฆ
Barteewwan Gaggaarii(baay'ee) Yeroo Saganteessuu(programming) Barattan Isin Barbaachisan๐๐ผ
Kan itti fufe....
๐๐ป Dandeettii furmaata laachuu keenya akkamitti haa guddifannu(How to increase our problem solving skills)?
Bara wanti baay'een salphumatti karaa interneetiitiin itti argamu kana keessatti wanta barachuu barbaaddan barachuu fi wanta guddifachuu barbaaddan guddifachuudhaaf maddootni hedduun ni jiru. Maddoota kana keessaa muraasni isaanii kunoo: -
1. leetcode.com
2. hackerrank.com
3. practice.geeksforgeeks.org
Weebsayitoonni kun gaaffiwwan loojikii barbaadan garaagaraa isiniif kennuudhaan koodii keessan bakka itti barreessuu dandeessan qopheessuudhaan, deebiin keessan sirrii ta'uu fi sirrii ta'uu dhabuu isaanii isinitti humuudhaan dandeetti furmaata laachuu keessanii akka dabaltaniif isin gargaaru. Gaaffileen isaani
Dhaabbattonni teeknolojii gurguddoon weebsaayitoota kana fayyadamuudhaan qormaata namoota qacaramuu barbaadaniif ni laatu. Gaaffileen isaan laatanis weebsaayitoota kana irratti shaakkalliidhaaf kan laataman wajjin wal-fakkaataaa dha.
Weebsaayitoota kana keessaa gara isa tokkootti deemuudhaan "account" banattanii gaaffilee hojjechuudhaan shaakaluu ni dandeessu. Gaaffileen isin rakkisan yoo jiraatan gara YouTube yookaan google deemtanii ilaaluudhaaf hin saalfatiinaa. Jalqaba garuu ofii keessaniif yaaluu keessan mirkaneeffadhaa.
Fakkeenyaaf gaaffii kana haa ilaallu: -
"Write a function that reverses an integer".
Gaaffii kana akkuma dubbiftaniin hojjechuuf ka'uu keessaniin dura qabxiiwwan hubannuu fi gaaffiwwan gaafachuun malan ni jiraatu.
โ Reverse godhaa kan jedhame
โ Lakkoofsa negativa yoo ta'e akkamitti reverse gochuu dandeenya?๐ค
โ Dijitii tokko qofa yoo qabaate maal gochuu qabna?๐ค
Gaaffiiwwan kanneen erga gaafattanii booda deebiiwwan argattan qabattanii karaa itti gaaffichaaf furmaata laattan yaaduu jalqabuu ni dandeessu.
Wantoota kanaafi kan kana fakkaatan bal'inaan gara fuulduraatti YouTube channel keenya irratti ilaaluu ni dandeenya.
Yoo jaalattan โ ๐๐ป
Guyyaa gaarii!
@learnProgramminginAfanOromo
Kan itti fufe....
๐๐ป Dandeettii furmaata laachuu keenya akkamitti haa guddifannu(How to increase our problem solving skills)?
Bara wanti baay'een salphumatti karaa interneetiitiin itti argamu kana keessatti wanta barachuu barbaaddan barachuu fi wanta guddifachuu barbaaddan guddifachuudhaaf maddootni hedduun ni jiru. Maddoota kana keessaa muraasni isaanii kunoo: -
1. leetcode.com
2. hackerrank.com
3. practice.geeksforgeeks.org
Weebsayitoonni kun gaaffiwwan loojikii barbaadan garaagaraa isiniif kennuudhaan koodii keessan bakka itti barreessuu dandeessan qopheessuudhaan, deebiin keessan sirrii ta'uu fi sirrii ta'uu dhabuu isaanii isinitti humuudhaan dandeetti furmaata laachuu keessanii akka dabaltaniif isin gargaaru. Gaaffileen isaani
salphaa, giddugalaa fi cimaa
jedhamanii kan qoqqoodamani dha. Dhaabbattonni teeknolojii gurguddoon weebsaayitoota kana fayyadamuudhaan qormaata namoota qacaramuu barbaadaniif ni laatu. Gaaffileen isaan laatanis weebsaayitoota kana irratti shaakkalliidhaaf kan laataman wajjin wal-fakkaataaa dha.
Weebsaayitoota kana keessaa gara isa tokkootti deemuudhaan "account" banattanii gaaffilee hojjechuudhaan shaakaluu ni dandeessu. Gaaffileen isin rakkisan yoo jiraatan gara YouTube yookaan google deemtanii ilaaluudhaaf hin saalfatiinaa. Jalqaba garuu ofii keessaniif yaaluu keessan mirkaneeffadhaa.
๐๐ปAmmumaa eegaltanii guyyaa guyyaatti yoo xiqqaate
gaaffii tokko achi irraa akka hojjettaniif isinan
jajjabeessa.
Amma gara qabxii afraffaatti haa ceenu.4. Gaaffii tokkoof deebii laachuu keessan dura jalqaba
gaafficha sirritti hubadhaa.
Gaaffii gaafatame jalqaba sirritti hubachuun keessan yeroo akka hin qisaaseessinee fi tilmaama ofii keessaniin laattaniin deebii dogoggoraa akka hin laanneef isin gargaara. Gaafficha sirrtti hubachuudhaaf jalqaba gaaffii sirrii gaafachuu beekuu qabdu.Fakkeenyaaf gaaffii kana haa ilaallu: -
"Write a function that reverses an integer".
Gaaffii kana akkuma dubbiftaniin hojjechuuf ka'uu keessaniin dura qabxiiwwan hubannuu fi gaaffiwwan gaafachuun malan ni jiraatu.
โ Reverse godhaa kan jedhame
integer
dha. Kanaafuu waa'ee decimal point yaaduun nurra hin jiraatu.โ Lakkoofsa negativa yoo ta'e akkamitti reverse gochuu dandeenya?๐ค
โ Dijitii tokko qofa yoo qabaate maal gochuu qabna?๐ค
Gaaffiiwwan kanneen erga gaafattanii booda deebiiwwan argattan qabattanii karaa itti gaaffichaaf furmaata laattan yaaduu jalqabuu ni dandeessu.
Wantoota kanaafi kan kana fakkaatan bal'inaan gara fuulduraatti YouTube channel keenya irratti ilaaluu ni dandeenya.
Yoo jaalattan โ ๐๐ป
Guyyaa gaarii!
@learnProgramminginAfanOromo
Leetcode
LeetCode - The World's Leading Online Programming Learning Platform
Level up your coding skills and quickly land a job. This is the best place to expand your knowledge and get prepared for your next interview.
๐2
#include<iostream>
int main ()
{
std::cout << "\"Programming in Afan Oromo\"";
return 0;
}
Programming in Afan Oromo
Barteewwan Gaggaarii(baay'ee) Yeroo Saganteessuu(programming) Barattan Isin Barbaachisan๐๐ผ Kan itti fufe.... ๐๐ป Dandeettii furmaata laachuu keenya akkamitti haa guddifannu(How to increase our problem solving skills)? Bara wanti baay'een salphumatti karaaโฆ
Meeqan keessantu weebsaayitoota kanarratti galmaa'e?
Anonymous Poll
100%
Galmaa'eera
0%
Hin galmoofne
๐๐ป Pointers tutorial
Guyyoota itti aanan muraasaaf gaaffilee "pointers" irratti xiyyeeffatan isiniif qophessuudhaaf waanan yaadeef barumsa YouTube irratti kanaan dura qopheesse akka ilaaltaniif isinan jajjabeessa. Liinkii gubbaa jiru tuquudhaan argachuu ni dandeessu๐๐ป. Kutaaleen 28-39 jiran yaada "pointers" wajjin waan walqabataniif hunda isaanii akka ilaaltan isinan jajjabeessa.

YouTube
Pointers in C++(1) || Afan Oromo || Kutaa 28ffaa
Join Telegram Channel: @learnProgramminginAfanOromo
Gaaffii yookaan yaada yoo qabaattan "comment section" gadii keessatti naan gahuu dandeessu!
#Subscribe #Share #Like
Gaaffii yookaan yaada yoo qabaattan "comment section" gadii keessatti naan gahuu dandeessu!
#Subscribe #Share #Like
Programming in Afan Oromo
https://www.youtube.com/watch?v=18c3MTX0PK0&list=PLlrATfBNZ98dudnM48yfGUldqGD0S4FFb&ab_channel=TheCherno
C++ gadi fageenyaan barachuu yoo barbaaddan barumsa Cherno akka hordoftan isinan jajjabeessa. Yaadrimeewwan inni kaasee barsiisu beekumsaa fi muuxannoo hojii dhaan kan gabbate waan ta'eef gadi fageenyaan ni barsiisa.
Hey knows what he is talking about. Go for it!
@learnProgramminginAfanOromo
Hey knows what he is talking about. Go for it!
@learnProgramminginAfanOromo
Yooyyaa! ๐๐
Akkam jirtu, Warri kun?
Jecha Har'aa ๐๐๐
Eminently(adv): Sadarkaa olaanaa dhaan: "VERY" kan jedhu wajjin wal fakkaataa dha.
Yoo sagaleeffamu: "Em-nant-lii"
E.g.
Listening is eminently important for smooth conversation.
AOtti:
Dhaggeeffachuun haasaa milkaa'aadhaaf baay'ee barbaachisaa dha.
Other similar words: Very, Extremely, Highly, Greatly

NULL is just 0. Watch this video to get more in depth knowledge!
@learnProgramminginAfanOromo
๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ
What exactly is NULL?
@learnProgramminginAfanOromo
๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ
What exactly is NULL?
YouTube
What exactly is NULL?
Keep exploring at https://brilliant.org/TheCherno/ Get started for free, and hurryโthe first 200 people get 20% off an annual premium subscription.
Patreon โบ https://patreon.com/thecherno
Instagram โบ https://instagram.com/thecherno
Twitter โบ https:/โฆ
Patreon โบ https://patreon.com/thecherno
Instagram โบ https://instagram.com/thecherno
Twitter โบ https:/โฆ
Programming in Afan Oromo
Photo
Yooyyaa! ๐๐
Akkam jirtu, Warri kun?
Jecha Har'aa ๐๐๐
Ruminate(verb): Waan tokko irra deddeebi'anii yaaduu/xiinxaluu
Yoo sagaleeffamu: "Ru-ma-neet"
E.g.
I ruminated for weeks to decide whether to study computer science or software engineering.
AOtti:
"Computer Science" yookaan "Software Engineering" keessaa kam barachuu akkan qabu murteessuudhaaf torbeewwaniif irra deddeebi'een yaade.
Other similar words: Contemplate, Chew overe, poneder, think (about or over)
Waliif qoodaa!
Yeroo dansaa!๐
@learnProgramminginAfanOromo
Akkam jirtu, Warri kun?
Jecha Har'aa ๐๐๐
Ruminate(verb): Waan tokko irra deddeebi'anii yaaduu/xiinxaluu
Yoo sagaleeffamu: "Ru-ma-neet"
E.g.
I ruminated for weeks to decide whether to study computer science or software engineering.
AOtti:
"Computer Science" yookaan "Software Engineering" keessaa kam barachuu akkan qabu murteessuudhaaf torbeewwaniif irra deddeebi'een yaade.
Other similar words: Contemplate, Chew overe, poneder, think (about or over)
Waliif qoodaa!
Yeroo dansaa!๐
@learnProgramminginAfanOromo
๐1
int main()
{
int a = 20;
int *ptr = &a;
*ptr = 40;
cout <<a <<" "<<*ptr;
return 0;
}
int main()
{
char str[] = "Learn Programming in Afan Oromo";
cout <<*str<<" "<<str[0]<<endl;
return 0;
}
https://t.me/AfropiaA
https://t.me/AfropiaA
๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ป
Toora Telegramaa kana keessatti waantoota computer science, software engineering fi computer engineering dhaaf isin fayyadan ni argattu. Itti dabalamuudhaan waantota achii keessatti gadhiifaman irraa fayyadamtoota ta'uu ni dandeessu.
@AfropiaA

Telegram
AfropiaA Tech
HOW CAN THE SKY BE THE LIMIT IF THERE ARE FOOTPRINTS ON THE MOON !!
For any suggestion ๐
@samoviski
@KingdomofPower
@esvdigitalbot
@Johnsamone
for discussion แ แแแซแจแต ๐
@csstudioo
For any suggestion ๐
@samoviski
@KingdomofPower
@esvdigitalbot
@Johnsamone
for discussion แ แแแซแจแต ๐
@csstudioo
4_5805266097229795413.pdf
224.3 KB
Koorsiiwwan "Software Engineering" dhaaf Yunivarsiitii Finfinneetti kennaman hunduma isaanii.
๐2