Programming in Afan Oromo
186 subscribers
21 photos
1 video
4 files
101 links
https://youtube.com/@techforsolution2505

๐Ÿ‘‰ Haaraa yoo taatan
๐Ÿ‘‰ Muuxannoo qabaattanii beekumsa keessan guddifachuu yoo barbaaddan

Toorri kun isiniifi! Barattoonni kutaa gad aanaa hamma olaanaatti daangeeffamuu tokko malee barachuu ni dandeessu! ๐Ÿ’ช
Download Telegram
One of the most important things using ChatGPT teaches you is to ask a good question to get what you want.

๐Ÿ’ก Wanta ijoo ChatGPT fayyadamuun isin barsiisu keessaa tokkoo #gaaffii #sirrii #gaafachuu #danda'uu dha. Afaan saganteessuu(programming language) tokkoof haaraa yoo taataniis ta'ee, wanta tokko akkamittii furuu akka dandeessan yoo hin beekne ta'e gaaffii sirrii gaafachuudhaan qisaasa'uu yeroo malee wanta barbaaddan bira gahuu ni dandeessu.

๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Gaaffiin hundi gaaffi gaarii miti(not all questions are good questions); gaaffiin inni gaariin garuu wanta barbaaddan sana bira daftanii akka geessan isin gargaara. Gaaffii gaarii gaafachuu danda'uun(iddoo barnootaattis ta'ee bakka biraatti), #ogummaa(skill) dha.

ChatGPT yommuu fayyadamtan ogummaa kana guddifachuu ni dandeessu.

@learnprogramminginAfanOromo
Yooyyaa ๐Ÿ‘‹

ChatGPT'n armaan dura Itiyoophiyaa keessatti kan hojjechaa hin turre yoo ta'u, amma garuu hojjechuu waan eegaleef "email address" keessan fayyadamuudhaan "account" banattanii fayyadamuu ni dandeessu.

Dalagaa guyyaa guyyaa keessanii akka isiniif saffisiisuu fi ogummaa barachuu barbaaddaniif haalaan akka isin gargaaru abdiin qaba.

https://chat.openai.com/
Guyyaa Gaarii!

@learnprogramminginAfanOromo
๐Ÿ‘2
*Sider: ChatGPT Sidebar + Vision & GPT-4*

Chrome Extension'iin Sider jedhamu kun yommuu wanta tokko search gootan cina irratti deebii yookaan yaada AI irratti hundaa'e isiniif laata. Kunis wanta barbaaddan sana weebsaayitoota hedduu keessa seentanii dubbisuu irra, yaada waliigalaa ta'e battalatti akka argattaniif isin gargaara.

Extension'iin Sider jedhamu kun chatGPT 3.5 irratti kan hundaa'e dha. Yaada cuunfaa inni kennu dabalataan, caalaatti(further) dubbisuu yoo feetan linkiiwwan(links) weebsayitoota gargaraa wajjin isiniif dhiyeessa.

"Sider: ChatGPT Sidebar + Vision & GPT-4" jettani "search" gochuudhaan install gootanii fayyadamuu ni dandeessu.

Akka isin fayyadu abdiin qaba.

Wish you productivity!

@learnprogramminginAfanOromo
๐Ÿ‘6
Yaadrimee "Data Structures and Algorithms" jedhamu keessaa inni tokko "Sorting Algorithms" dha. Algooriizmoonni kun daataawwan kennaman bifa barbaadameen "arrange" gochuudhaaf nu dandeessisu. Isaanis yoom akka fayyadamuu qabnu gosa daataawwan nuuf keennamanii fi "time complexity" isaanii shallaguudhaan baruu ni dandeenya.

Akkaataa algooriizmoonni kuunneen itti hojjetan hubachuudhaaf xiqqoo rakkisaa ta'uu danda'a. Kanaafis weebsayitii "AlgoSimplified" jedhamu kana hojjedheera. Weebsaayitii kana irratti algoriizmoota ijoo ta'an 5, "Bubble Sort", "Selection Sort", "Insertion Sort", "Quick Sort" fi "Merge Sort", bifa salphaatti hubachuu dandessisuunii fi "interactive" ta'een ni argattu.

Note: It is mainly designed for large screens.

#Feel free to share with your friends.

https://sorting-visualizer.com/index.html
Programming in Afan Oromo
Photo
โšก๏ธ Chat GPT-4o โšก๏ธ

Open AI'n May 13 irratti modeelii haaraa Chat GPT-4o jedhamu kan saffisinii fi gahumsi isaa GPT-4 Turbo irra fooyya'aa ta'e fayyadamaaf gadhiisuu isaa gabaaseera. Chat GPT'n mobaayil Applikashinii "ChatGPT" kan jedhamu Play store fi app store irratti fayyadamtootaaf kan gadhiise yoo ta'u, namoonni Miliyoona 50 ol buufatanii bilisaan itti fayyadamaa turaniiru. Moobayilii applikeeshinichi moodeelii GPT 3.5 kan fayyadamu yoo ta'u innis dandeetti sagalee gara barreeffamaatti jijjiiru(speech-to-text), barreeffama sagaleedhaan dubbisuu(text-to- speech), akkasumas dandeetti fayyadamaa tokko waliin sagaleedhaan haasa'u ni qaba.

Moodeeliin fooyya'ee dhufe kan GPT-4o jedhamu kun dandeettiiwwan dabaltaa qabatee dhufuudhaan alatti mudoowwan GPT 3.5 fi GPT 4 Turboon qaban fooyyeessee dhufeera. Wantoota GPT-4o'n gochuu danda'u keessaa: -

โœ… Saffisa si'a 2 fi gatii(cost) walakkaa GPT Turbo irra ni qaba.
โœ… Suuraawwan upload gochuudhaan waa'ee wanta suuraa yookaan dokumentii sana irra jiru hubatee dandeetti isin wajjin haasa'u ni qaba(Vision).
โœ… Dandeetti miira namaa hubachuu, fakkeenyaaf sagalee fayyadamaa tokkoo keessatti miira aarii, dadhabbii, seeqaa fi k.k.f yoo jiraatan hubatee akkaataa sanaan fayyadamaa wajjin haasa'uu ni danda'a.
โœ… Dandeetti daataawwan walxaxaa ta'an xiinxaluu danda'uu fi chaartii uumuu danda'uu ni qaba.
โœ… Dandeettii Afaan 50 ol hubachuu danda'uu ni qaba.

Dandeettiwwan kunneeniin dabalatee, Chat GPT-4o'n moodeeliiwwan isa dura turan irraa kan adda isa taasisu keessaa tokko, fayyadamaan tokko yoommuu sagaleedhaan modeelicha wajji haasa'u, moodeelichi deebii isaaf laatee xumuruu isaa osoo hin eegiin addaan kutee(interrupt) walakkaatti yaadaa isaa dubbachuu danda'uu isaati. (Moodeeliiwwan Chat GPT-4o dura turan irratti, fayyadamaa tokko yaada walqabataa tokko itti fufee dubbachuudhaaf hamma moodeelichi deebii isaaf laatee xumurutti eeguun isa ni barbaachisa.)

OpenAI'n moobaayil applikeeshinitiin dabalatti, deesktop applikeeshinii fayyadamaaf oolchuu isaa May 13 irratti ibseera. Yeroo murtaa'eef "Operating System"'ii MacOS irratti qofa kan hojjetuu yoo ta'u fayyadamaa GPT Plus ta'uun barbaachisaadha.

Dhaabbanni OpenAI, Moodeelii kana fayyadamtootaaf bilisaan akka gadhiisu kan ibse yoo ta'u, fayyadamtoonni kaffaltii(paid users) ammoo gahumsa si'a shaniitiin moodeelii kana fayyadamuu akka danda'an ibseera.

@learnprogramminginAfanOromo
โค1
Programming in Afan Oromo
Photo
Hi there, ๐Ÿ™Œ

A few months ago, I decided to read *The Art of Thinking Clearly* by Rolf Dobelli. The book, which covers cognitive biases that affect our reasoning, is 220 pages long and divided into 99 short chapters. Well it took me two months to finish ๐Ÿ˜ญ(I was rereading some chapters multiple times though).

Today, I want to share some insights from the book with you. I hope you find them valuable!

๐Ÿ”ด THE CALAMITY OF CONFORMITY - GROUPTHINK
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Chapter 25 discusses "Groupthink," where individuals conform to a group consensus despite their own doubts. This can lead to poor decisions because everyone aligns with the perceived majority opinion. For example, you might find yourself in a situation where everyone accepts the proposal presented, so you also say nothing and nod along. After all, you don't want to be the only naysayer. Or you might not be 100% sure why you disagree, and you assume everyone in there know what they are doing โ€” and far from stupid.

"IF 50 MILLION PEOPLE SAY SOMETHING FOOLISH, IT IS STILL FOOLISH" โ€” from related chapter in the book.
Solution: SPEAK YOUR MIND.

๐Ÿ”ด WHY YOU SHOULD FORGET THE PAST - SUNK COST FALLACY
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ The author illustrates the "Sunk Cost Fallacy" with a story about staying in a bad movie to avoid "wasting" money already spent. This fallacy occurs when past investments drive continued commitment, even when it's no longer worthwhile. For example, carrying on with a meaningless project just because you have been working on it for the last 3 years makes you a victim of this fallacy.

๐Ÿ”ด Scarcity Error

๐Ÿ‘‰๐ŸผPeople value rare and unique things more highly. Ads with phrases like "only 1 item left" or "Today only" create urgency, prompting quick purchases.

"Assess products and services based on their price and benefits, not their scarcity," advises the author.


Itti fufa...

@learnprogramminginAfanOromo
Programming in Afan Oromo
Hi there, ๐Ÿ™Œ A few months ago, I decided to read *The Art of Thinking Clearly* by Rolf Dobelli. The book, which covers cognitive biases that affect our reasoning, is 220 pages long and divided into 99 short chapters. Well it took me two months to finish ๐Ÿ˜ญ(Iโ€ฆ
๐Ÿ”ด Don't Bow to Authority โ€” Authority Bias

๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Many people blindly follow instruction and orders of authorities out of respect or sheer fear. In old days, says the author, a captain of airlines, for example, was king. His commands were not to be doubted. If a co-pilot suspected an oversight, he would keep it to himself out of respect โ€” or fear of โ€” his captain. Over the past decade, airlines has discovered this behavior and has instituted a program which coaches pilots and their crews to discuss any reservations they have openly and quickly.

The bottom line is, you should not make a wrong decision just because the authority instructed it. Do Your Best to challenge him or her.

๐Ÿ”ด Beware The 'Special Case' - Confirmation Bias

๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Confirmation bias is the tendency to interpret new information in a way that aligns with our existing theories, beliefs, and convictions. In other words, we filter out any information that contradicts our existing views, also known as 'disconfirming evidence.' As Warren Buffett aptly puts it, "What the human being is best at doing is interpreting all new information so that their prior information remains intact."

The author advices to be cautious when hearing words like 'exception' or 'special case' since these are the words that people use whenever they come across something that contradicts their views, beliefs, or theories.

๐Ÿ”ด Why Evil Strikes Harder Than Good โ€” Loss Aversion

๐Ÿ‘‰๐Ÿผ In this chapter the author discuss what social scientists call Loss Aversion. People fear loss more than they value gain. Losing ETB 1000 costs you a great amount of happiness than the delight you would feel if I gave you ETB 1000. The author says that it has been proven that, emotionally, a loss 'weighs' about twice that of a similar gain.

For this reason if you want to convince someone about something, don't focus on the advantages; instead highlight how it helps them dodge the disadvantages. Let's take the example which is given in the book about a campaign promoting breast self-examination (BSE): two different leaflets were handed out to women. Pamphlet A urged: 'Research shows that women who do BSE have an increased chance of finding a tumor in the early, more treatable state of the disease.' Pamphlet B said: 'Research shows that women who do not do BSE have a decreased chance of finding a tumor in the early, more treatable state of the disease.' The study revealed that pamphlet B (written in a 'loss-frame') generated significantly more awareness and BSE behavior than pamphlet A (written in a 'gain-frame').

@learnprogramminginAfanOromo
Mootummaan Itiyoophiyaa UAE wajjin ta'uudhaan waggoota dhufan sadii keessatti saganteessitoota(programmers) miliyoona 5 leenjisuudhaaf kaayyeeffateera. Leenjii kanas karaa toora internetiitiin barachuu kan dandeessan yoo ta'u "educational platform"ii Udacity jedhamu wajjin walta'uudhaan kan dhiyaatedha.

Leenjiiwwan barumsoota armaan gadii irratti kennamu:
1. Web Programming
2. Mobile Programming
3. Data Science
4. AI

Galmaa'uudhaan liinkii armaan gadii fayyadamaa.

https://ethiocoders.et/


Yeroo Leenjii Gaarii!!
๐Ÿ‘1
Forwarded from Luna's pathway๐Ÿค— (Luna)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
You've got to be willing to crash and burn, with people on the phone, with starting a company, with whatever. If you're afraid of failing, you won't get very far.


Steve Jobs
๐Ÿ‘1
Programming in Afan Oromo
https://www.youtube.com/watch?v=UNGuMXS-USQ
Hello ๐Ÿ‘‹๐Ÿป

If you are using Cursor AI as your code editor, use the following user rules. Supper useful

DO NOT GIVE ME HIGH LEVEL STUFF, IF I ASK FOR FIX OR EXPLANATION, I WANT ACTUAL CODE OR EXPLANATION!!! I DON'T WANT "Here's how you can blablabla"

- Be casual unless otherwise specified
- Be terse
- Suggest solutions that I didnโ€™t think aboutโ€”anticipate my needs
- Treat me as an expert
- Be accurate and thorough
- Give the answer immediately. Provide detailed explanations and restate my query in your own words if necessary after giving the answer
- Value good arguments over authorities, the source is irrelevant
- Consider new technologies and contrarian ideas, not just the conventional wisdom
- You may use high levels of speculation or prediction, just flag it for me
- No moral lectures
- If your content policy is an issue, provide the closest acceptable response and explain the content policy issue afterward
- Cite sources whenever possible at the end, not inline
- No need to mention your knowledge cutoff
- No need to disclose you're an AI
- Follow the eslint rules
- Split into multiple responses if one response isn't enough to answer the question.
- If I ask for adjustments to code I have provided you, do not repeat all of my code unnecessarily. Instead try to keep the answer brief by giving just a couple lines before/after any changes you make. Multiple code blocks are ok.


Go to Settings > Rules > User Rules, and paste this. Cursor will always consider these rules when editing your code or replying to your questions.
โค1
One of the main things I use Cursor AI for is refactoring code. That includes tasks like:

โœ๏ธ Renaming confusing variables
โœ๏ธ Breaking large functions into smaller ones
โœ๏ธ Reorganizing the code flow
โœ๏ธ Splitting big components into smaller, reusable ones

Now, when you simply ask the AI to "refactor this code," it tries to do everything it thinks is better. But this leads to two main problems:

1. Hard to follow changes โ€“ When the AI changes variable names or function structures all at once, itโ€™s difficult to track what actually changed. And this leads to a trap where you feel the urge to accept everything without reviewing.
2. Over-refactoring โ€“ Sometimes the AI breaks down code that was already fine, making things more complex than needed.

โœ… Hereโ€™s how I handle it instead:
1. Ask for suggestions only, without changing the code.
๐ŸŽฏ I use a prompt like:
Can you give me ideas to refactor this? Give me suggestions only and do not change the actual code. Put your suggestions in an ordered list with a short explanation for each.

2. The AI will then give a list of suggestionsโ€”numbered and explained.
3. I review the list, pick the ones I like or agree with, and apply them one by one.
๐ŸŽฏ For example, Iโ€™ll prompt:
"Please apply the 1st suggestion."
"Now apply the 3rd and 4th." etc


This makes it easier to verify each change, avoids surprises, and lets you stay in full control of your code.

๐Ÿ‘Œ๐ŸผEven betterโ€”you can apply the suggestions yourself. That way, you learn better and keep the important parts in your memory.

This approach also saves time. You wonโ€™t waste effort undoing unnecessary or confusing edits the AI might make.

โœ… This method works well not just with Cursor, but also with tools like DeepSeek and others. All you need is to copy your code, give the AI a bit of context, and ask for suggestionsโ€”not changes.

โ•And finally, don't forget to look at your code and ask "Why is this refactor an improvement?" to really see the value.

๐Ÿ’ฌ I'd love to hear how you use AI tools for coding โ€” feel free to share your approach in the comments!
Programming in Afan Oromo
https://www.youtube.com/watch?v=UNGuMXS-USQ
Related to the last post, in my recent video I suggested that you would be much more productive using AI tools if you know what you're doing. I find the above prompting technique helpful in that direction since it is designed in such a way that it allows you to learn from the suggestions. It's like having a senior developer at your finger tips.
Programming in Afan Oromo
https://www.youtube.com/watch?v=XIr7nsSOkA4
This video shows you exactly the Power of Prompt Engineering.

Video kana hamma dhumaatti ilaalaa.

By the way: Codevolution is the best coding YouTube channel I know to understand concepts in FE Dev๐Ÿ‘Œ๐Ÿผ