Kureeth Institute ๐ŸŒ
10.4K subscribers
18 photos
8 files
18 links
Download Telegram
Itti gaafatamummaa


"Hawaasa gaarii jaaruuf, jaartii gaariin filatamuu qabdi. Adunyaarratti qananiin guddoon jaartii gaariidha"

Sheeikh Abdurazaaq.

Rabbii jaartii gaarii nuuf haa khannu๐Ÿคฒ
๐Ÿ‘19โค7๐Ÿฅฐ3๐Ÿ‘3
Here is the link for a comment
https://t.me/Kureeth1
"Amaanaa Rabbii hin ganinaa"
@Kureeth1
Sheikh kenya umrii nuf dheradhuu nuf jiraadhu wallahi Amna kaayyoo dhugaatif wasiyya ajaiba mashaallah Tabarakalah ๐Ÿ˜

Sheikh Abdurazaq Hassan
โค2๐Ÿฅฐ1
Itti gaafatamummaa

"Fathul Baarii mujallada Saddeetin dubbisee jira. mana kiyya kitaaba gurguddaatu jira. Yeroo garii sheekkotii gurguddoo tana mana kaayattee raftaan lubbuu tiyyaan ja'a"

Sheekh Abdurazzaaq Hassan
โค17๐Ÿฅฐ5๐Ÿ‘3
Warri gaafii qabdan liinkii kanarratti barreeffadhaa

@Kureeth1
Itti Gaafatamummaa

"Technology bilisoomsaa, technology teessan godhadhaa, laqaaqaa harkaa fudhaa"

Sheikh Abdurazzaaq Hassan
๐Ÿฅฐ15๐Ÿ‘4๐Ÿ‘2
Live stream finished (1 hour)
Mashaallah Tabarakalah ๐Ÿ‘Œ wallahii program ajaiba dabersine heddu hedu takka bareedadha sheikh keenya Abdurazaq Hassan dhaamsa fi wal yadachisu muimina fayyadu sanin qalbi teenya ibse galatoomi jannaan isinillen hundi keysan galatoomaaa warrii hirmร tan hundi warra irra fayyadamu rabbii nuhaagodhuu inshaallah
โค58๐Ÿ‘8๐Ÿ™8๐Ÿฅฐ6
Forwarded from Hakaan Bakri
แแ‰ตแˆ• แˆˆแ‹ฒแˆ‹ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แˆดแ‰ต แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ !


แ‰ฐแŒˆแˆ‹แˆแŒฆ แˆ˜แˆ„แ‹ตแŠ• แˆ˜แ‰ฅแ‰ต แАแ‹‰ แ‹ซแˆˆแ‹‰ แˆ…แŒ แ‰ฐแˆฝแ‹แแŠ– แˆ˜แˆ„แ‹ตแŠ• แˆˆแˆแŠ• แ‹ซแŠฎแŠ•แАแ‹‹แˆ?
๐Ÿ‘22โค11๐Ÿ˜ข8๐Ÿฅฐ4๐Ÿ–•2
Forwarded from RADIANT MUSLIMAH
Ramadan Planner.pdf
14 MB
๐Ÿ‘29โค8
Warreen Riyaada Sheikh Muhammad Zabuur Qar'uu Barbaaddan Liinkii Tanaan Seenaa๐Ÿ’ฏ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/sheek1Z
๐Ÿฅฐ10โค9๐Ÿ‘5
Forwarded from Hakaan Bakri
Har'a Sa'aa 8:00 irratt Minber Tv Irratti nu daawwattanii?
Yoo nu daawwachuu baattan Youtube Milan Media irratti liinkii armaan olii irraa daawwadhaa.

#JireenyaKeetittiGammadi
๐Ÿ‘2
Kureeth Institute ๐ŸŒ pinned ยซhttps://youtu.be/F5abnUkQBg4?si=2uoQQFUG6POvrkyt What an interview ๐Ÿ‘Œ๐Ÿคฉ๐Ÿ’ฅยป
Forwarded from Hakaan Bakri
https://youtu.be/F5abnUkQBg4?si=aIaRjJ7H77MVokPn

Yeroo haasoytu harka kana maaliif akkas goota? Kuni Style Rastafarian bar warreen naan jettan sun akkam nagumaa? ๐Ÿ˜

Hundaafuu Vidiyicha liinkii armaan oliitiin daawwadhaa warri hin daawwatin ๐Ÿ™
โค8
Forwarded from Hakaan Bakri
Warri yeroo dheeraa Telegram kanarratti wal beeynu Hundi Keessanuu TikTok banachuu kiyya quba qabduu Laata?

Liinkii armaan gadii kana dhaqaa Matii taโ€™aa ๐Ÿ™

https://www.tiktok.com/@jemalsheikhbakri1?_r=1&_t=ZM-923dIufvAbc
๐Ÿฅฐ12โค5
Forwarded from Hakaan Bakri
Facebook kiyyarratti ergaalee gaggabaaboo Dhaamsa guddaa if keessaa qaban maxxansaa jira. Dhaqaatii Daawwadhaa.

https://www.facebook.com/share/r/19MRZscuB7/?mibextid=wwXIfr
โค6๐Ÿ‘5