𝕂𝕆𝕋𝕋𝔸𝔸 𝕂𝕆𝕃𝔽𝔸𝔸 πŸ˜… β„’
4.37K subscribers
47 photos
6 videos
10 links
Download Telegram
Dhiifama Naaf Godhi!

Namichatu du'uuf jedha. Hafuura ishee dhumaan haadha 
manaa isaa waamee dhaamsa dhumaa akka qabu itti hime. 
"Hin dubbatiin! Homaa waan dhaammattu hin qabdu; 
callisii ciisi ni dadhabdaa!" jetteen.
Inni immoo, "Lakkii dirqama dubbachuun qaba. Lubbuun 
koo nagaan boqochuutu isheef ta'a. Obboleettii kee, 
hiriyyaa kee fi hojjettuu kee waliin sagaagaleera. Maaloo 
dhiifama naaf godhi!" jedhe.Isheen immoo afaan isaa irraa fuutee, "Sirriidha, kana 
hunda nan beeka. Anis kanumaafan summii si nyaachise!" 
jette.

ShareπŸ‘‰@kolfinuumeee
ShareπŸ‘‰@kolfinuumeee
😁10πŸ‘4🀣3πŸ‘1
Wantii namatti kolfan nama hin hanqatu jechu dhaaga'een

ta'een namicha soressaa tokkotti kolfa olee😁😁

ShareπŸ‘‰@kolfinuumeee
ShareπŸ‘‰@kolfinuumeee
😁15πŸ‘5πŸ€·β€β™‚1
Mucaan innii reefuu Facebook banate sun yeroo post chiikii isaatti comment kennu...

Hy bareeddukoo dheengadda gabaatti si argeen tureem dinnicha bitaa turtee.😁😁😁😁

ShareπŸ‘‰@kolfinuumeee
ShareπŸ‘‰@kolfinuumeee
😁12🀣2πŸ‘1
.
#Cidha_Faranjootaa፦

πŸ“ŒCidha Kan Waamame Nama  100
         πŸ“ŒKan dhufe Nama 68
        πŸ“Œ Kennaa kan Laate Nama  68
        πŸ“ŒMeeshaa bade   0

#Cidha_Itiyoophiyaanotaa:-

πŸ“Œ Cidha kan waamane nama   200
         πŸ“ŒKan dhufe  789
         πŸ“ŒKennaa kan Laate  17
         Meeshaa Bade:-
πŸ“Œ Saaxinii
πŸ“ŒLaslaassaa 7
πŸ“ŒSaanota irratti nyaatan 34...

πŸ˜‚πŸ˜†πŸ€£

Nan sobee yaa sabaa ❓
πŸ˜‚

React godhaamee nutti haa toluu 😍


β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @kolfinuumee
                   @kolfinuumee
🀣13πŸ‘6
Waan Ajaa'ibaaπŸ™ˆπŸ™ˆ

Dubartiin kun uffata hirribaa (bijaamaa) fakkaatti bofaan maxxanfame uffattee rafaa turte, haa ta'u malee, miilli ishee tokko, Uffata halkaanii (Fooxaa) ala ture, Abbaan warraa ishee bijaamaan kun bofa waan itti fakkaateef, Bofan ajjeessa jedhee miila ishee rukutee cabse.πŸ˜¦πŸ™†πŸ˜πŸ˜πŸ˜πŸ˜

ShareπŸ‘‰@kolfinuumee
ShareπŸ‘‰@kolfinuumee
πŸ™‰8😁3❀1πŸ‘1
πŸ‘‚KANA DHAGEESSANII ❓

Mana fincaanii wayita deeman of qulqulleessuuf waraqaa ykn Sooftiin otoo hin uumamiin dura Amerikaanonni muka boqqolloo #qoroqondaa fayyadamu turan.😁😁

β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @ajaaibsiisooo
               πŸ›©  @ajaaibsiisooo
😁10πŸ‘2🀣1
Hanqaaquun maaliif qaala'e(mi'aahe) jennaan
Lukkuutu karoora maatii fayyadamuu jalqabe jedheen.


β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @kolfinuumee
               πŸ›© @kolfinuumee
🀣19😁5
😁Gaarummaa Waaqayyoof safuudha malee Otoo biinbiif sagalee Harree kenneera ta'eewo. πŸ˜…πŸ€£πŸ€£

β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @kolfinuumee
               πŸ›© @kolfinuumee
😁16πŸ‘3🀣3
Isa ittin haantuutaπŸ€ qaban bituu deemte gaafa isaan 500 sin jedhaan
.
.
.
.
.
Erga qabe boodde seeratti dhiyessa moo?? 😁
😁12🀣2
Dhiira ta'ee kan durba hudduu guddaa qabdu hin jaallanne raddaatii taaskii qofaπŸ€—πŸ˜


Maliif????

β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @kolfinuumee
               πŸ›© @kolfinuumee
🀣9❀2πŸ€·β€β™‚2πŸ‘2
Lakkofsii bilbilaa kee inni dhumaa lamaan umurii keetii osoo jedhanii hammam jiraattuu

An waggaa 99


β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @kolfinuumee
               πŸ›© @kolfinuumee
🀣12❀4😱1
Biddeen bituu suuqii deemtee intala bareedduu suuqii keessatti yoo argitu...........

Biddeen kee bayyee gaariidha.....
Daabboon kee hoo akkam?? πŸ˜‚πŸ˜‚

β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @kolfinuumee
               πŸ›© @kolfinuumee
😁10❀3🌭1
#Deeggaraa _Yuunaayitid

✍deeggaraan kilaba guddicha warra Ingilaan Maan yuunaayitid taphoota walitti aanan 5 hanga injifatutti matumaa rifeensa koo ofirraa hin kutu kan jedhe deegggaraan Maan yuunaayitid tokko kunoo akka suurarraa argitan kana fakkaateera.

Walumaa galatti guyyoota 324 kan lakkoofsise yoo ta'u challenge kun milkaa'eefii rifeensa isaa ofirraa muraa laata? Waliin kan ilaallu ta'a!!

β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @kolfinuumee
               πŸ›© @kolfinuumee
🀣5❀2😁2
Amala akka itti tahuuf barii barii 12ttii bilbiluufii jalqabnaan maqaakoo Alarm jettee save godhatteeπŸ˜­πŸ’”

🀣🀣

β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @kolfinuumee
               πŸ›© @kolfinuumee
🀣10😁3πŸ‘1
Hamma Titiisni Udaan jaalattu caalaan si jaaladha jennaan block na goote😭😭

β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @kolfinuumee
               πŸ›© @kolfinuumee
🀣8😁3❀2
🌻Happy New Year 🌻

Barri kun bara nagaa, jaalalaa, milkii fi Kan itti waan yaaddan argattan isiniif haa ta'u.
🏡🌼🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌼🏡

1/1/2018 Baga geessan 🌻🏡🌼


β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @kolfinuumee
               πŸ›© @kolfinuumee
πŸ₯°7❀3
Hojjetooti safaricom karaarraa galaniiruu laata suuqii deemeen juusii bitadhaa

🀣🀣

React godhaaka guys

β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @kolfinuumee
               πŸ›© @kolfinuumee
🀣10❀4😁2
'Sister Rifeensi kee baay'ee bareedaa keetumaa garuu?' Jennan "hin shakkitaa" jette Risitii ittiin bittee natti agarsisteeπŸ˜ƒπŸ«‘


β™‘ γ…€    ❍ㅀ      βŽ™             ⌲
ˑᢦᡏᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—    ˒ᡃᡛᡉ  π‘ β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’
Show us your love by react.β™₯️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 πŸ›© @kolfinuumee
               πŸ›© @kolfinuumee
😁13πŸ‘8❀3