🔥 AMALLI KEE – WANTA JIREENYA KEE MURTEESSU!
Namoonni baay’een qabeenya, maqaa fi Miidhagina duukaa fiigu…
Garuu wanti guddaan isaan dagatan tokko jira. Innis👇
👉 Amala isaaniiti!
➡️Qabeenyi har’a jira, boru hin jiraatu
👉 Maqaan ni dhufa, bor ni bada
👉 Garuu amalli kee si waliin jiraata!
Namni amala gaarii qabu:-
✔️ Bakka hundatti ni kabajama
✔️ Namoota hunda biratti amanama
✔️ Rakkoon keessa kee illee furmaata argata.
Garuu yoo amala kee hin to’annepp:
❌ Milkaa’ina kee ni balleessa
❌ Walitti dhufeenya kee ni diiga
❌ Eenyummaa kee ni dadhabsiisa
💡 Dhugaan jiru kana dha:
“Jireenya kee jijjiiruu yoo barbaadde, jalqaba amala kee jijjiiri!”
#Har’a of gaafadhu: 👉 Ani nama akkamii dha?
👉 Amalli koo na gargaaraa moo na miidhaa jira?
🚀 Murtoo har’a fudhadhu: Amala gaarii ijaaruuf hojjedhu!
Sababni isaas…
👉 Amalli kee boru kee murteessa!
💬 Yaada kee naaf barreessi:
Amala kam irratti hojjechaa jirta?
🔁 Share godhi — nama tokko jijjiiru danda’a!
@Tesfisha32
https://t.me/+f1aG8COveLNiYTE0

Telegram
Coqorsa Jireenyaa!
Chaanaalii kana irraa:-
👉 Barreefamoota xiinsammuu
👉 Jechoota kaka'umsaa
👉 Jireenya Milkaa'aa jiraachuf kaka'umsa YAADA fi DANDEETTII.
👉 life coach(gorsa jireenyaa
👉 Karaa Leenjii Gahumsa Sammuu, ni argattu
#Yaada qabdaniif👉 @Tesfish_koket

Mul'ataa fi Kaayyoo!!
❏ Ati Karoora Hin Qabdu Taanaan Namoota Karoora Qabaniif Hojjetaa Ta'uu Kee hubadhu.
๛ MUL'ATA MATAA KEE,
๛ KAROORA MATAA KEE,
๛ KAAYYOO MATAA KEE qabaadhu!!
❍ Namni karoora cimaa karoorsee karoora isaa sana hojii irra hin oolchinee fi namni karoora hin qabne tokkuma.
❍ Karoorsuun qofti immoo bu'aa hin qabu. Karoora karoorsaniif amanamaa ta'uun, waan nama irraa barbaachisu hundumaaf aarsaa kanfaluun hojiirra oolchuu barbaachisa.
Kana gochuu baannaan garuu umurii harka namaa eeggachuu hin qabnetti harka namaa eeggachuu, yeroo ergachuu qabanitti ergamuu, yeroo hogganuu qabanitti hogganamuu, iddoo kabajamuu qabanitti xiqqeeffamuu namatti fiduu danda'a.
❍ Utuu akka namaa gaarii uffatanii, nyaatanii, dhuganii gammaduu hawwanuu, hamilee qofaan darbuu, utuu humna ofiitti fayyadamuun hin dhugoomsin, utuma kan namaa ilaalanii hawwanii jireenya ofii gadi qabuun, addunyaa irraa darbuu Waaqni nama haa baasu!
👉 Karoorsanii karoora ofiis hojiin miidhaksuudha. Nama ta'uu barbaannaan akkasumas galma gahuu barbaadaniif hojjechuuf karoora ofiitiif amanamaa tahuun hunda caalatti nama milkeessa!
Karoora Qabaadhu, Karoora keef Amanami!

#Abdii_Hin_Kutin
Jireenyi yeroo hunda karaa salphaa miti. Guyyaa tokko gammachuu argina; guyyaa biraa immoo rakkoo argin. Kufaatii fi gadda keessa darbina. Garuu wanti guddaan tokko jira —innis #abdii_kutachuu_dhiisudha. Nama abdii qabu keessaa #humni_haaraan ni burqa. Namni abdii kutate garuu osoo carraan isaa dhihoo jiru illee karaa irraa deebi’a.
#Milkaa’ina jechuun yeroo hundumaa kufaatii dhabuu miti. Milkaa’ina jechuun kufaatii keessaa ka’anii deebi’anii yaaluu dha. Namoonni addunyaa kana irratti mootummaa, hojii, qabeenya, beekumsa fi kabaja guddaa argatan yeroo tokko ni kufan; ni dadhaban; ni arrabsaman; ni booji'aman; ni laafan. Garuu #abdii isaanii hin kutanne. Kanaaf har’a bakka guddaa ga’an.
Yeroo rakkoon si mudatu isa kana of gaafadhu:
* “Rakkoon kun yeroo hundumaa turuu danda’aa?” = lakki.
* “Ani kana keessaa waan tokko barachuu hin danda’uu?” = ni danda'a.
* “Yoo har’a obsaan dhaabadhe boru maaltu ta’a?” = injifannoo argadha.
Deebiin isaa tokko — #boruun_koo_ni_fooyya’a.
Namni abdii hin kutin karaa ni argata. Yoo balballi tokko cufame, balballi biraa ni banama. Garuu namni abdii kutate balbala banamu sana arguuf obsuu hin danda’u.
Jireenya keessatti yeroo tokko tokko:
✓ Namoonni si tuffatu.
✓ Hojii kee hin amanan.
✓ Maallaqni sirraa fagaata.
✓ Hiriyoonni si dhiisu.
✓ Karoora kee keessatti gufuun si mudata.
Garuu wanti ati yaadachuu qabdu tokko qofa:
“Yeroo dukkanni baay’atu, bariin dhihaataa jira.”
Abdiin akka #ibsaati. Yeroo dukkanni jiru karaa si agarsiisa. Yoo of irratti amante, yoo hojii kee itti fuufte, yoo barachuu fi fooyya’uu itti fufte, guyyaan ati hawwitu ni dhufa.
Kanaaf:
✓ Har’a kufte jechuun barri injifannoo kee dhume miti.
✓ Har’a boosse jechuun boru hin kolfitu jechuu miti.
✓ Har’a duubatti hafte jechuun yeroo hundumaa akkasuma taata jechuu miti.
Namni guddaan hundi yeroo tokko nama laafaa ture. Garuu isaan garaagarummaa isaanii kan uume #abdii isaanii kutachuu dhabuu dha.
#Ergaa!!
Abdii hin kutin. Of irratti amani. Tattaafii kee itti fufi. Rakkoon har’a si rakkisu guyyaa tokko #seenaa_injifannoo kee ta’a. Ati of keessaa humna guddaa qabda.
✓ “Yeroo hundumaa injifachuun dhiistus; abdii kutachuu dhiisuun garuu barbaachisaa dha.”
✓ “Rakkoon si qunnames injifannoo kee balleessuuf miti; si cimsuuf dhufemalee.”
✓ “Namni abdii hin kutin yeroo dheeraaf hin mo’amuu.”
“Ati yeroo rakkoon si mudatu maal goota?

❤1
Sagantaan Hawwii guddaan eegamu torban isaa eeggatee kunoo dhufaa jira.
Leenjistoota jajjaboofi muuxannoo yeroo dheeraa qaban muxannoo isaanii nuuf qoodan qabannee dhufneera.
Namoonni sagantaa jabaa kana irratti hirmaachun waa irraa buufachuu fi waa'ee business hubachuu barbaaddan keessan na dubbisaa.

❤2
“Milkaa’inni abjuu qofaan hin dhufu. hojii, xiyyeeffannoo fi obsaan ijaarama.
Har’a waan xiqqoo hojjetta jechuun bor #injifannoo jireenya keetii ijaaraa jirta jechuudha. Kompiyuutara fuuldura taa’uun hojii qofa miti; gara fuuldura ifaatti deemuu keeti.” 🔥💻
#Project_guddaa_tokko_qabannee_jirra.
Project'n kun dargaggootaaf hojii uumuun, network babal’isuu fi galii dabalataa argamsiisuu irratti xiyyeeffata.
Namoonni:- #Kaayyoo
#Abjuu_Milkaa'inaa
#Of_Guddisuu
#Focus/Xiyyeeffannoo fi
#SuccessMindset qabdan nu waliin hojjechuun milkaa'ina keessan argachuu barbaaddan #inbox na dubbisuu dandeessu.
Namoota muraasatu barbaadama.
@Tesfisha32
https://t.me/+f1aG8COveLNiYTE0
Har’a waan xiqqoo hojjetta jechuun bor #injifannoo jireenya keetii ijaaraa jirta jechuudha. Kompiyuutara fuuldura taa’uun hojii qofa miti; gara fuuldura ifaatti deemuu keeti.” 🔥💻
#Project_guddaa_tokko_qabannee_jirra.
Project'n kun dargaggootaaf hojii uumuun, network babal’isuu fi galii dabalataa argamsiisuu irratti xiyyeeffata.
Namoonni:- #Kaayyoo
#Abjuu_Milkaa'inaa
#Of_Guddisuu
#Focus/Xiyyeeffannoo fi
#SuccessMindset qabdan nu waliin hojjechuun milkaa'ina keessan argachuu barbaaddan #inbox na dubbisuu dandeessu.
Namoota muraasatu barbaadama.
@Tesfisha32
https://t.me/+f1aG8COveLNiYTE0
Telegram
Coqorsa Jireenyaa!
Chaanaalii kana irraa:-
👉 Barreefamoota xiinsammuu
👉 Jechoota kaka'umsaa
👉 Jireenya Milkaa'aa jiraachuf kaka'umsa YAADA fi DANDEETTII.
👉 life coach(gorsa jireenyaa
👉 Karaa Leenjii Gahumsa Sammuu, ni argattu
#Yaada qabdaniif👉 @Tesfish_koket
👉 Barreefamoota xiinsammuu
👉 Jechoota kaka'umsaa
👉 Jireenya Milkaa'aa jiraachuf kaka'umsa YAADA fi DANDEETTII.
👉 life coach(gorsa jireenyaa
👉 Karaa Leenjii Gahumsa Sammuu, ni argattu
#Yaada qabdaniif👉 @Tesfish_koket
#OF_INJIFADHU!
Namni kamiyyuu jireenyuma ofiitiin qabamee oliif gadi kaatee jiraata. Dhugaan namni sitti hin himne tokko garuu ni jira. #Namni abjuu kee siif abjoochaa bulee gaafa bari’u irratti siif hojjechuuf ka’u hin jiru*.
Otoo ati of gargaaruuf hin murteessiinis namni si gargaaruu hin danda’u. Kunis kan ta’u, namoonni gara jabeeyyii waan ta’aniif miti — ba’aa mataa mataa isaanii waan qabaniif malee! Namni biraan akka si baraaruu fi jireenya ati barbaaddu akka siif kennu yoo eegde bara baraan eeggataa taatee jiraatta.
Balballi egeree keetii maqaa kee ofirraa qaba, garuu banuudhaaf kan dhiibuu danda’u #si_qofa.
Jireenya keessatti gammachuun fagoo fagoo fakkaata. Dhamaatee, dafqitee otoo kuftee kaatuu; namoonni maal dhibdee baay’isan milkaa’anii otoo isaan ayyaaneffatanii argita.
Gammaduun hibboo hin hiikamne sitti ta’a.
Egaa jireenya kee gammachiisuuf maal gootaree? Baayyee salphaadha: #Xiyyeeffannaa kee salphista! Hawwii miti! “Tarii gaaf tokko” jechuu miti, garuu mul’ata si keessaa boba’u sana qofaarratti cichita! Dhugumammoo wanti ta’e si keessa jira*. Sana booda hanga xumurtutti hojii kee itti fufta.
Guyyaa guyyaan, yeroo namni harka rukutu hin jirrettillee, yeroo dadhabbiin sitti dhaga’amullee, yeroo shakkiin abdii caalaa sitti iyyullee! Ofirratti xiyyeeffachuun bu'uura #gammachuuti. Yeroo gara fuulduraatti tarkaanfattu, dhandhamni gammachuu dhugaa maal maal akka jedhu baruu jalqabda.
Garuu iftoomina kana dhaga’i: kufaatii akka eenyummaa keetti #hin_fudhatin. Hojii tokko irratti kufaa ta'uu #dandeessa, pirojektii tokko irratti gufachuu dandeessa, garuu ati kufaatii miti.
Gati-maleessa of hin godhin. Namni si kabaju yoo hin jiraannellee of kabajuu akka qabdu beekta mitiiree? Of kabajuun of tuulummaa miti — mirga kee ti. Yeroo carraaqqii kee, naamusa kee, fi guddina kee kabajju immoo mirkaneessuu namootaa kadhachuu dhiistee fuulduratti ofumaan deemuu jalqabda.
Waan hundumaa dura of injifadhu! Sammuu kee mo’i; isas to’adhu! Seenaa durii sammuu kee keessaa “Callisi! Dhiisi! Hin dandeessu!” siin jedhu sana fonqolchi! Balleessi!!
Yeroo of injifattu immoo wanti bareedaan tokko ni ta'a: gammachuu dhugaa argatta. #Gammachuu dhugaan immoo waan ati dhoksitu wayii miti — in babal’ata. Maatii keef, hiriyoota keef, namoota hin beekneefillee ni ta'a!! Sababni isaas namni jireenya ofiitiif qabsaa'ee mo’ate tokko kutaa ykn mana seenu hunda ni #ibsa*. Eeguudhaan osoo hin taane ta'uudhaan gammadda.
Dr. #Oluma_Ararso

#Injifannoo
Injifannoon jechuun bakka namni kaayyoo isaa itti ga’u qofa miti.
* Adeemsa keessa of jijjiiruu,
* Obsaan dhaabbachuu fi
* Kufaatii irraa barachuunis injifannoodha.
Namni har’a milkaa’e yeroo tokko kufee ture.
Garuu wanti adda isa godhe kufaatii isaa miti — ka’uu isaati.
# Yeroo namoonni si shakkan, ati of irratti amani.
# Yeroo haalli ulfaatu, ati cimi.
# Yeroo karri cufamu, carraa haaraa barbaadi.
Sababni isaa injifannoon nama hojii isaa irraa hin dheessin bira gaha.
Abjuun kee guddaa yoo ta’e, hojiin kees guddaa ta’uu qaba.
Ganama ka’uun, yeroo kee sirnaan fayyadamuun, of guddisuun fi hojii kee irratti xiyyeeffachuun mootummaa injifannoo dhaabuudha.
#Nama_injifate_jechuun:
✓ Nama sodaa isaa mo’e,
✓ Nama hojii irraa hin dheessin,
✓ Nama yeroo hunda of fooyyessu,
✓ Nama har’a isaa boru isaaf ijaaruudha.
Kanaaf: “Hin laafin…
Hin dhaabin…
Abdii Hin kutin…
Injifannoon kee karaa irra jira!” #Imala kee itti fufi. 🔥

👍1
“Balballi milkaa’inaa furtuu qofaan hin banamu. #murannoo, #hojii_cimaa fi #obsaan banama.”
Namni kaayyoo isaa irratti cichee hojjetu, guyyaa tokko balbala carraa isaa ni banata. Furtuun dhugaa keessa namaa keessa jira. — jechuunis #amanamummaa, #hojii fi #abdii_kutachuu dhiisuudha.
Har’a ati bakka dhaabatte irraa jalqabi; boru balbala #milkii jireenyaa keetii ni banta.
🔑“#Furtuun_jijjiiramaa_harka_kee_keessa_jira.”
Balballi egeree keetii #maqaakee ofirraa qaba, garuu banuudhaaf kan dhiibuu danda’u #si_qofa. Hamma ati bantutti suma eega.

🌅 #Ganama_bareedaa!
Guyyaan har’aa injifannoo haaraadha.
Waan kaleessa darbe keessaa barnoota fudhadhu malee ba’aa isaa baattee hin deemin.
#Ganama jechuun yeroo sammuu keenya haaromsinu, kaayyoo keenya irratti deebinee xiyyeeffannu fi abdii haaraan hojii jalqabnuudha.
Namni ganama isaa yaada gaarii fi hojii irratti xiyyeeffannoon jalqabu, guyyaa isaa guutuu humna injifannoo qabaata. Rakkooleen jiraachuu danda’u, garuu abdii kutachuun furmaata miti.
Tarkaanfii xiqqaan har’a fudhattu bor mootummaa guddaa siif ta’uu danda’a.
Of irratti amantiin qabaadhu. Abjuu kee gadi hin dhiisin. Namoonni si shakkan jiraachuu danda’u, garuu #hojii_kee fi #cimina_kee qofatu mootummaa kee ibsa. Har’a hojii kee irratti cimi; yeroo tokko injifannoon kee nama hundaaf mootummaa ta’a. ✨
Guyyaan kee gammachuu, nagaa, hojii gaarii fi milkaa’inaan haa guutu! 💪🌞

👥New NTB
Dear Feven Melese, Congratulations on your promotion as National Team Builder (NTB). You really deserve it!
BTSC hopes you will perform even better in the future.
✨Alpha our State for Significance! ✨
📍Addis Ababa ,Bole Sub -City ,Woreda 3 , Shilem Building, 4th floor
🌐 www.alphagenuine.com
☎️ +251116680014 Bole Branch
+251988010611 Sengatera Branch
+251903441155 Adama Branch
+251990211511 Mekelle Branch
+251990227011 Bahirdar Branch
+251990227211 Jimma Branch
website| Facebook |Telegram| Instagram | TikTok | X | Youtube

Ye Sewu lij siket ke felege #tamiregna,
Kal Felege degmo #sebebagna! lihon yichilal!
Dhalli namaa milkaa'uu yoo barbaadde #Raajii hojjeta.
Yoo hin barbaanne ammoo #sababa guura.
Suuraa tokkichi waan hedduu nama barsiisa.
Maalirraa barattu suuraa kana irraa?