- قالَ الحسن البصري رَحمهُ الله ؛
• العمَل بِالحسَنة ؛
١ ) - نورٌ في القلبِ
٢ ) - وقوةٌ في البَدَن
• والعمَل بالسَّيئة ؛
١ ) - ظُلمَةٌ في القلبِ
٢ ) - ووَهنٌ في البَدَن
- التوبة لـ ابن أبي الدنيا ص: ١٤١ |
-🍁🌸
Hasan Al-Basriin (Rabiin isaaniif haa araaramuu) akkana jedhan:
• Hoojii Gaarii (Hojjechuun):
ifa onneeti (Onnee ibsa)
humna qaamaati (Qaama cimsa)
• Dilli/Yakkiykn Hoojii Badaa (Hojjechuun):
Onnee keessatti dukkana (Onnee dukkaneessa)
Qaama keessatti dadhabinaa fi laafina (Qaama laaffisa)
📚 Madda: Kitaaba "At-Tawbah" kan Ibn Abii Ad-Dunyaa (Fuula: 141) 🍁🌸
https://www.youtube.com/@musabtola-1
• العمَل بِالحسَنة ؛
١ ) - نورٌ في القلبِ
٢ ) - وقوةٌ في البَدَن
• والعمَل بالسَّيئة ؛
١ ) - ظُلمَةٌ في القلبِ
٢ ) - ووَهنٌ في البَدَن
- التوبة لـ ابن أبي الدنيا ص: ١٤١ |
-🍁🌸
Hasan Al-Basriin (Rabiin isaaniif haa araaramuu) akkana jedhan:
• Hoojii Gaarii (Hojjechuun):
ifa onneeti (Onnee ibsa)
humna qaamaati (Qaama cimsa)
• Dilli/Yakkiykn Hoojii Badaa (Hojjechuun):
Onnee keessatti dukkana (Onnee dukkaneessa)
Qaama keessatti dadhabinaa fi laafina (Qaama laaffisa)
📚 Madda: Kitaaba "At-Tawbah" kan Ibn Abii Ad-Dunyaa (Fuula: 141) 🍁🌸
https://www.youtube.com/@musabtola-1
🥰5
1. Salaata Janaazaa keessatti rukuu fi sujuudni ni jiraa?
A) Eeyyee
B) Lakki
C) Yeroo tokko
D) Yeroo lama
A) Eeyyee
B) Lakki
C) Yeroo tokko
D) Yeroo lama
👍5🥰3
3. Itti naanna'uun Ka'abaa maal jedhama?
A) Sa'ii
B) Wuquuf
C) Xawaaf
D) Ramyii
A) Sa'ii
B) Wuquuf
C) Xawaaf
D) Ramyii
🥰3
Takbiirri jalqabaa Salaataa maal jedhama?
A) Takbiirul Qunuut
B) Takbiiratul Ihram
C) Takbiirul Iid
D) Takbiirul Janaazah
A) Takbiirul Qunuut
B) Takbiiratul Ihram
C) Takbiirul Iid
D) Takbiirul Janaazah
🥰5
Nikaah keessatti Rukni inni tokko maali?
A) Walii
B) Zakaa
C) Sooma
D) Jihaada
A) Walii
B) Zakaa
C) Sooma
D) Jihaada
🥰4
Hadiisni jalqabaa Umdatul Ahkaam waa'ee maal ibsa?
A) Salaata
B) Niyyaa
C) Xahaarah
D) Zakaa
A) Salaata
B) Niyyaa
C) Xahaarah
D) Zakaa
🥰4
Wuduu'ni hanga eessaatti harka dhiqamuu qaba?
A) Ciqilee
B) Mudhii
C) Ciqilee harka (marfuq)
D) Gubbaa harka
A) Ciqilee
B) Mudhii
C) Ciqilee harka (marfuq)
D) Gubbaa harka
🥰5👍3
Nabiyyiin (ﷺ) Wuduu'aa yeroo baay'ee meeqa dhiqan?
A) Tokko
B) Lama
C) Sadii
D) Afur
A) Tokko
B) Lama
C) Sadii
D) Afur
🥰3
Wuduu'aan dura "Bismillah" jechuun...
A) Fardii
B) Sunnaa
C) Makruuha
D) Haraama
A) Fardii
B) Sunnaa
C) Makruuha
D) Haraama
🥰6👍1🤔1
Bishaan qulqulluu yoo najaasaan jijjiirame...
A) Ni qulqullaa'a
B) Hin fayyadamu
C) Makruuha
D) Sunnaa
A) Ni qulqullaa'a
B) Hin fayyadamu
C) Makruuha
D) Sunnaa
🥰4👍1
Har'dhaf nuu haa gahuu
boruu galgalaan waliin nuu haa gahuu
tikaa rabbii keessa nuf buula ❤️❤️
wasalualeykum warhmatullahi wabarakatu
subscribe gochuun youtube kennaa nuu birraa dhabbadha dhamsaa kennaa 👇👇👇
👉👉👉🏿 https://www.youtube.com/@musabtola-1
boruu galgalaan waliin nuu haa gahuu
tikaa rabbii keessa nuf buula ❤️❤️
wasalualeykum warhmatullahi wabarakatu
subscribe gochuun youtube kennaa nuu birraa dhabbadha dhamsaa kennaa 👇👇👇
👉👉👉🏿 https://www.youtube.com/@musabtola-1
👍7🥰4
Hadiisa "خيركم من تعلم القرآن وعلمه" hiikni isaa?
A) Kan Qur'aana baratee barsiisu irra caala
B) Kan dureessa ta'e
C) Kan dheeraa ta'e
D) Kan cimaa ta'e
A) Kan Qur'aana baratee barsiisu irra caala
B) Kan dureessa ta'e
C) Kan dheeraa ta'e
D) Kan cimaa ta'e
🥰3
Hadiisa "لا ضرر ولا ضرار" hiikni isaa?
A) Miidhaa hin godhin, deebisee miidhaas hin godhin
B) Nama hunda gargaaruu
C) Qabeenya baay'isuu
D) Imala baay'isuu
A) Miidhaa hin godhin, deebisee miidhaas hin godhin
B) Nama hunda gargaaruu
C) Qabeenya baay'isuu
D) Imala baay'isuu
🥰2
Hadiisa "الدين النصيحة" eenyutu gabaase?
A) Tamim Ad-Daarii
B) Ibn Umar
C) Anas
D) Abu Hurayrah
A) Tamim Ad-Daarii
B) Ibn Umar
C) Anas
D) Abu Hurayrah
🥰2
الجميع ينتظر منك الخطأ ، إلا الله ينتظر منك التوبة أكثرو من الإستغفار.
Hundi namaatuu dogongora kee qofa eega ..
rabbiin malee . Inni (tawbaa dhaan )
gama isaa akka deebituuf
si eega.
Atimmoo maal
eegda ?..... jedhi
Astagfirullah wa'tubu ilehyi
Astagfirullah
Astagfirullah
Hundi namaatuu dogongora kee qofa eega ..
rabbiin malee . Inni (tawbaa dhaan )
gama isaa akka deebituuf
si eega.
Atimmoo maal
eegda ?..... jedhi
Astagfirullah wa'tubu ilehyi
Astagfirullah
Astagfirullah
🥰16👍4