Kello Media
1.41K subscribers
852 photos
113 videos
22 files
50 links
Alagarraa bilisummaa kajeeluu osoo hin taane, qawwee qofaan hadheeffatanii loluutu bilisa nu baasa!
Download Telegram
Qeellam Wallaggaa Daallee Sadi
=====----========================
"๐๐ž๐ฅ๐ฅ๐ž๐ฆ ๐–๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ ๐ ๐š๐š ๐€๐š๐ง๐š๐š ๐ƒ๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž ๐’๐š๐๐ข๐ข ๐ก๐š๐ง๐ ๐š ๐ก๐š๐ซ'๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง 01/3/2018๐ญ๐ญ๐ข ๐ฆ๐ข๐ข๐ง๐๐š๐š๐ง.๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ก๐ข๐ง ๐ค๐š๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ง๐ž ๐‡๐จ๐ฃ๐ฃ๐ž๐ญ๐š๐š ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐š๐š๐Ÿ.
๐‰๐ข'๐š ๐๐š๐ซ๐›๐ž๐ฌ ๐ ๐š๐š๐Ÿ๐š 8/2/2018 ๐›๐จ๐จ๐๐š ๐ค๐š๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ž ๐ค๐š๐ง ๐ฃ๐ข'๐š ๐…๐ฎ๐ฅ๐›๐š๐ง๐š๐š๐š ๐ซ๐š๐ค๐ค๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ซ๐ซ๐š.
๐Œ๐š๐š๐ฅ๐จ๐จ ๐ช๐ข๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ง๐ฌ๐š๐ซ๐ซ๐š ๐จ๐จ๐ฅ๐œ๐ก๐ข ๐ฌ๐š๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ญ๐š๐ก๐ข"
โค1
Jiddu gala marsan michuuwwan koo galaa baatu,๐Ÿค—

Beegii hanga nyamariitti wal tarree yaatuu!โœŒ๏ธ๐Ÿ’

โ€œBiiftuu baate fafakkaattuuโ€๐Ÿฅฐ

Mogor irraa marsan michuuwwan koo dhaqaa laalaa,๐Ÿ˜

Boosatii hanga sololootti itti naa dhaamaa!๐Ÿ‘Œโค

Aarsaan dhuftanii โ€œGALATOOMAA!!โ€โค๐Ÿ’šโค
Ergaa dargaggeessi naato qabeessi tokko dhibee balaafamaa kaanserii sammuun qabamee hiriyoonni fi maatiin isaa dhiphina hamaa keessa jiru jedhu tokko irra deddeebiin karaa ergaa keessoo na qaqqabaa turuu ammuman seenee arge. Ani akka tasaa online irra hin turre. Egaa lubbuu dargaggoo kanaa balaa irra hambisuun gahee nama hundaati. Lubbuu qaroo kanaa hambisuuf gatii ciree keenya yookan laaqana keenyaa herrega isaa irratti galchuufiin du-a harka isa buufachuu dandeenya!

Itti dabalee guyyaa borii sa'a 2:00 irratti karaa toora facebook live Master Abinet maallaqni walitti guuramaaf jedhamee waan jiruuf, namni hundi yeroo murtaa'eef wal gahee waan deggeruuti qabdan akka deggertan kabajaaf jaalalaan isin gaafadha!

Abraham Bacha Regasa
1000055969985 COOP
Abraham Bacha Regasa
1478361200001 OIB
Abraham Bacha Regasa
O13200887216300 Awash
Abraham Bacha Regasa
1000531215404 CBE
Walta'iinsi biyyoota Galaana Diimaa Masrii fi Sa'ud Arabiyaan ijaaraaman kan 'Red Wave 8' jedhamuu fi hirmaannaa biyyoota biroo afurii qabu shaakala waraanaa galaanaa waloon eegalan.

Shaakalli waloo kun humnoota galaanaa Masrii, Sa'udii, Joordaan, Sudaan, Yaman fi Jibuutii irraa hirmaataniin kaleessa eegaluu isaa dubbi-himaan waraana Masrii beeksisuu miidiyaan biyyatti Ahram online gabaasera.

Faarsee bulaan galaanaa diimaa buuna jedhu kana quba qabaa laata ๐Ÿ˜
Baalagummaa kana laalaa mee! Bunni Oromoo biratti wayyuudha.

Asheeta bunaa kana fakkaatu gaaza raphanii gubuu dhiisii, isa uumamaan mukarraa lafatti kufeeyyuu irra ejjachuun safuudha.
Gaafa joollee ooyruu bunaa keessa yoo deemnu firii lafatti agarru guuruu dhabne irra ejjannaan ni garafamne ture.

Addaggeen garuu safuu hin beektu. Buna qonnaan bulaan itti dafqe, yennaa guduunfatee gabayaa geessuuf deemu karaatti eegdee irraa fuutee lafatti jigsitee gaaza itti facaaftee gubdi.
Sanuummoo saalfii malee waajjirri kominikeeshinii maxxansa!

Laalaa mee bunni milishaan โ€˜daldala seeraa alaaโ€™ jettee qabde  tun kiiloo kudhan hin caaltu. Waanuma wonnaan bulaan ykn haati warraa gabaa geessitee gurgurtee soogidda itti bitattuudha.

Imimmaan ummata kanaa isinuma gubuuf taaโ€™a.
โค2
Dhimmi Icciti J/Geetachoo Guddiinaa Naanno B/Gumuziitti Kaampi Waraanaa Haaraa Banee Leenjif Itti Jiru Saxilamee.

Kaampi haaraan nama kuma 10n simate keenjisu danda'uu Naanno B/Gumuz aanaa Mangee naanno laga Dabbuus irratti Baasi Arab Emirates dhaan ijaarame akka xumuramee jiru iccitin gola diinaa nu dhaqabee jira.

Kaampi leenji waraanaa kana kan hogganuu J/Geetacho Guddiinaa yoo ta'u leenjifamtooni K10 kun ammoo kan dhufan dargaggoota Sudan kan loltoota RSF illee akka dabalatu keessa beektoni ni dubbaatu.
Kunimmoo kan agarsiisu K/Abiyyi Sudan'nis loluuf akka karoora qabu dha jedhu keessa beektoni.
โค1
Faannoon ergama kan fudhattu 4Kiloo Irraati kan jennuuf kanaaf.

Gareen abbooti amantii dhimma dhumaati nama nagaa naannoo Arsiiti dhumatan qorachuuf bobbaa'e ibsa dhengadda kennaanin rakkoo sana guutummaati kan rawwaate faannoo dha jedhanii wan dhiyeessanif qaama motummaa irraa dararri cimaan irra gahaa abbootin amantii kun himachaa jiraachu jiru.

Akka gareen qorannoo yakkaa abbooti amantaa kun jedhaniitti taate badii sanaa kan rawwaate shanee jettan cimsitan ibsa keessan keessatti dubbachuu diddaan kanaaf dogoggora qabna jedhaati ibsa dabalataa midiyaaf kennaa yeroo jedhamanitti garee haaraa hundeessa ergadha malee nun lamuu ibsaa hin laannu jechun dura dhaabbatani jiru.

Kanaaf sababi dhugaa jiru dubbanneef rakkoo nurra gahaa jiru hawaasi keenyalle nuf baruu qaba jechuun dubbatnii jiru.
Addunyaan warra eeggatan
osoo hin taane
warra socho'aniif jilbeenfatti.

Booji'aanii irraa guuruun itti fufa...

WBOn Duratti....

Injifannoon akkuma itti fufeetti jira.

IUOf
Loltoonni Giinii-Bisaawuu Fonqolcha Mootummaa raawwachuun aangoo qabachuu isaanii karaa fooddaa televijiinii mootummaatiin mirkaaneessan

Loltoonni Giinii-Bisaawu fonqolchaa Mootummaa raawwachuun angoo qabachuu roobii kaleessaa televijiinii mootummaa biyyatti irratti bahanii mirkaneessan.

Filannoo biyyaalessaa biyyattii erga gaggeeffame guyyoota sadii booda naannoo masaraa pirezidaantichaatti dhukaasni banamuu isaa gabaafamee ture. Kanaanis Pireezidaantichi humnaan aangoo irraa fonqolfamuun mana hidhaatti darbatamuu isaa miidiyaan Faransaayi ibseera.

Giinii Bisaawuun erga walabummaa argattee as fonqolcha mootummaa yeroo afur irratti raawwatameera.
โค1
โ–ถ๏ธ Gareen Hayiluu Gonfaa fi fakkaatota gandaan ijaarame,kan maqaa "obbolaa lamaan gidduutti lolli ta'u, haa dhaabbatuu" Silence the Gun"jedhu qabattee siyaasa pp foffooyyessaa akka turte miidiyaa hawaasaa warri hordoftan ni yaaddattu jedheen hubadha.

Ammoo achirra dhaabbatanii gantoota muraasa asiin dura rifeensa irratti hambisanii iddoo gara garaatti bobbaasanii uummata ajjeesisaa turan, kanneen saamicha uummataa irratti bobbaasanii fi isaan maqaa WBO xureessuuf wiigii mataatti kaa'anii bifa WBO fakkeessuun yakka bifa gara garaa ittiin raawwachaa turan ni yaaddattu.

Ardha ammoo siyaasaa dadhabaa uumuun maqaa WBO'tu ergaa isaanii "Silence the Gun"jedhu kana kabajee,karaa nagaan gale,jedhanii fakkeessuuf Giddaa Ayyaanaa'tti waa qopheeffachaa jiru.

Qindoomina pp'n WBO fakkeessuun uummata oromoo irratti yakka hojjechaa turte kana keessatti hirmaatee hojjechaa kan turee fi gantuu turaa miseensa Faqqadaa kan ta'e Mooseen keessatti argama.
Odeessa 4kiloo
=============
Odeessa qabatamaa amma argannen baanki biyyaatti kamiyyuu keessatti account nama dhunfaa irratti birr miliyoona 100 ol guyyaa 90f sochii hin taasisin jira taanan birrin achirraa jiru gaaffi abbaa qabeenyan ala akka gara account motummaatti akka fudhatamuu ajajii gahee jira.

Hanga ammattis akka biyyatitti namoota ykn abbaa qabeenya 35 ol feedhi isaanin ala birriin bahee akka jiru bira geenyerra.

Biyya kun Yoo argattes Yoo dhabdees Kan jiraachuf rakkoo taate jirti.

Tokkummaan Falmadhu Of-irraa Darbii.
#Alert


Kolonel abiyyiin tikoota dhokatoo (spy) warra jedhaman leenjisee eebbisuun isaa dhiheenya kana!

Akka odeeffannoo argannetti! Warri leenji'e kun irra guddaa keessoo pp ta'anii warra diina ppf hojjetan, hojjetoota mootummaa malaan maltummaa irratti bobba'an qoratee hordoffii guddaa booda tarkaanfii ajjeechaa dhoksaan akka irratti raawwatan murteessee jira.

Jarreen kana keessaa namoota 350f mana jireenyaa qaalii magaalaa finfinneetti ijaaree kenneef.

Miindaan isaanii durgoo malee 100,000 . Jarri kun kolonel abiyyii jala garagalu taanaanis ni ajjeefamu.

Jarri spy tikni basaasaan kun abbaa dhimmaa fakkaachuun wajjiraalee  federaalaa hagaa naannootti ni hojjetu! Mana qopheessaa fi wajjira kantiibotaa ni seenu! Qabsaa'ota fakkaachuun ni socho'u! Haleellee barbaadan yoo fudhatan qaamni isaan qabu hinjiru!

Miseensota keenya taatanii warreen mana hojii mootummaa keessa jirtan of eeggannoo godhaa! Nama tokko adda baastanii hubattan malee waliin dubbii addaa hintaasisinaa!

Ajjeechaan kolonel abiyyii kan duraan koree ajjeechaa jedhame gara ajjeechaa nama tokkoon raawwachuutti dabree jira!

Akka bara dargii sana qay shibbir jechuuf deema namichi!
Paartiileen siyaasaa illee dhoksaan ajjeefamuu danda'u!
Kanaaf of eeggannoo tolchaa!

Oromiyaan Biyya