Kello Media
1.41K subscribers
852 photos
113 videos
22 files
50 links
Alagarraa bilisummaa kajeeluu osoo hin taane, qawwee qofaan hadheeffatanii loluutu bilisa nu baasa!
Download Telegram
Dhimmi Icciti J/Geetachoo Guddiinaa Naanno B/Gumuziitti Kaampi Waraanaa Haaraa Banee Leenjif Itti Jiru Saxilamee.

Kaampi haaraan nama kuma 10n simate keenjisu danda'uu Naanno B/Gumuz aanaa Mangee naanno laga Dabbuus irratti Baasi Arab Emirates dhaan ijaarame akka xumuramee jiru iccitin gola diinaa nu dhaqabee jira.

Kaampi leenji waraanaa kana kan hogganuu J/Geetacho Guddiinaa yoo ta'u leenjifamtooni K10 kun ammoo kan dhufan dargaggoota Sudan kan loltoota RSF illee akka dabalatu keessa beektoni ni dubbaatu.
Kunimmoo kan agarsiisu K/Abiyyi Sudan'nis loluuf akka karoora qabu dha jedhu keessa beektoni.
1
Faannoon ergama kan fudhattu 4Kiloo Irraati kan jennuuf kanaaf.

Gareen abbooti amantii dhimma dhumaati nama nagaa naannoo Arsiiti dhumatan qorachuuf bobbaa'e ibsa dhengadda kennaanin rakkoo sana guutummaati kan rawwaate faannoo dha jedhanii wan dhiyeessanif qaama motummaa irraa dararri cimaan irra gahaa abbootin amantii kun himachaa jiraachu jiru.

Akka gareen qorannoo yakkaa abbooti amantaa kun jedhaniitti taate badii sanaa kan rawwaate shanee jettan cimsitan ibsa keessan keessatti dubbachuu diddaan kanaaf dogoggora qabna jedhaati ibsa dabalataa midiyaaf kennaa yeroo jedhamanitti garee haaraa hundeessa ergadha malee nun lamuu ibsaa hin laannu jechun dura dhaabbatani jiru.

Kanaaf sababi dhugaa jiru dubbanneef rakkoo nurra gahaa jiru hawaasi keenyalle nuf baruu qaba jechuun dubbatnii jiru.
Addunyaan warra eeggatan
osoo hin taane
warra socho'aniif jilbeenfatti.

Booji'aanii irraa guuruun itti fufa...

WBOn Duratti....

Injifannoon akkuma itti fufeetti jira.

IUOf
Loltoonni Giinii-Bisaawuu Fonqolcha Mootummaa raawwachuun aangoo qabachuu isaanii karaa fooddaa televijiinii mootummaatiin mirkaaneessan

Loltoonni Giinii-Bisaawu fonqolchaa Mootummaa raawwachuun angoo qabachuu roobii kaleessaa televijiinii mootummaa biyyatti irratti bahanii mirkaneessan.

Filannoo biyyaalessaa biyyattii erga gaggeeffame guyyoota sadii booda naannoo masaraa pirezidaantichaatti dhukaasni banamuu isaa gabaafamee ture. Kanaanis Pireezidaantichi humnaan aangoo irraa fonqolfamuun mana hidhaatti darbatamuu isaa miidiyaan Faransaayi ibseera.

Giinii Bisaawuun erga walabummaa argattee as fonqolcha mootummaa yeroo afur irratti raawwatameera.
1
▶️ Gareen Hayiluu Gonfaa fi fakkaatota gandaan ijaarame,kan maqaa "obbolaa lamaan gidduutti lolli ta'u, haa dhaabbatuu" Silence the Gun"jedhu qabattee siyaasa pp foffooyyessaa akka turte miidiyaa hawaasaa warri hordoftan ni yaaddattu jedheen hubadha.

Ammoo achirra dhaabbatanii gantoota muraasa asiin dura rifeensa irratti hambisanii iddoo gara garaatti bobbaasanii uummata ajjeesisaa turan, kanneen saamicha uummataa irratti bobbaasanii fi isaan maqaa WBO xureessuuf wiigii mataatti kaa'anii bifa WBO fakkeessuun yakka bifa gara garaa ittiin raawwachaa turan ni yaaddattu.

Ardha ammoo siyaasaa dadhabaa uumuun maqaa WBO'tu ergaa isaanii "Silence the Gun"jedhu kana kabajee,karaa nagaan gale,jedhanii fakkeessuuf Giddaa Ayyaanaa'tti waa qopheeffachaa jiru.

Qindoomina pp'n WBO fakkeessuun uummata oromoo irratti yakka hojjechaa turte kana keessatti hirmaatee hojjechaa kan turee fi gantuu turaa miseensa Faqqadaa kan ta'e Mooseen keessatti argama.
Odeessa 4kiloo
=============
Odeessa qabatamaa amma argannen baanki biyyaatti kamiyyuu keessatti account nama dhunfaa irratti birr miliyoona 100 ol guyyaa 90f sochii hin taasisin jira taanan birrin achirraa jiru gaaffi abbaa qabeenyan ala akka gara account motummaatti akka fudhatamuu ajajii gahee jira.

Hanga ammattis akka biyyatitti namoota ykn abbaa qabeenya 35 ol feedhi isaanin ala birriin bahee akka jiru bira geenyerra.

Biyya kun Yoo argattes Yoo dhabdees Kan jiraachuf rakkoo taate jirti.

Tokkummaan Falmadhu Of-irraa Darbii.
#Alert


Kolonel abiyyiin tikoota dhokatoo (spy) warra jedhaman leenjisee eebbisuun isaa dhiheenya kana!

Akka odeeffannoo argannetti! Warri leenji'e kun irra guddaa keessoo pp ta'anii warra diina ppf hojjetan, hojjetoota mootummaa malaan maltummaa irratti bobba'an qoratee hordoffii guddaa booda tarkaanfii ajjeechaa dhoksaan akka irratti raawwatan murteessee jira.

Jarreen kana keessaa namoota 350f mana jireenyaa qaalii magaalaa finfinneetti ijaaree kenneef.

Miindaan isaanii durgoo malee 100,000 . Jarri kun kolonel abiyyii jala garagalu taanaanis ni ajjeefamu.

Jarri spy tikni basaasaan kun abbaa dhimmaa fakkaachuun wajjiraalee  federaalaa hagaa naannootti ni hojjetu! Mana qopheessaa fi wajjira kantiibotaa ni seenu! Qabsaa'ota fakkaachuun ni socho'u! Haleellee barbaadan yoo fudhatan qaamni isaan qabu hinjiru!

Miseensota keenya taatanii warreen mana hojii mootummaa keessa jirtan of eeggannoo godhaa! Nama tokko adda baastanii hubattan malee waliin dubbii addaa hintaasisinaa!

Ajjeechaan kolonel abiyyii kan duraan koree ajjeechaa jedhame gara ajjeechaa nama tokkoon raawwachuutti dabree jira!

Akka bara dargii sana qay shibbir jechuuf deema namichi!
Paartiileen siyaasaa illee dhoksaan ajjeefamuu danda'u!
Kanaaf of eeggannoo tolchaa!

Oromiyaan Biyya
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Finxaa**leyyiin Faan*noo Amaa*raa kun gariin karaa nagaa galeera kan hafe barbadaa***yeera nuun hin jenneeyii isaan kun Maalidha?

Nagaan Oromiyaaf haa tahu!
👎1
suuraa kana maxxansanii haquun RIB fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irraa dhahannaa onnee Isaayyaas ilaaluuf moo maali laata?

Waan itti hin amanamne maaliif dursa maxxansan?

Nullee mirqaansanii nu gaddisiisan🤣🤣
Dubbii Ajajaa Ol Aanaan ABO WBO Jaal Marroon Gaaffiif Deebii Miidiyaa Wajjin Godhan Keessaa Kan fudhatameedha.
“Mootummaan kun Afaan qawwee qofa beeka. Ammaaf Afaanuma isaan beekan, Afaan Qawweee qofaan wajjin haasofna!”
“Lolli keenya namoota nagaa waliin utuu hin taane, sirna saba keenya cunqursee dhaloota darbaniif miidhaa jiru irrattii fi
Sirna Oromoo lammii biyyattii keessaa gad buusee ilaaluun wal waraanaa jirra, kaayyoon keenyammoo sirna diimookraatawaa hunda haammatu kan fedha ummataarratti hundaaye ijaaruudha” jechuun Marroon dabalanii dubbataniiru.
Liqimsuun barbaachisaadha.

Abbaa keenya, hooganaa keenya... Waa hunda keenya!!!
6👍1
Maashinni Waraanaa kaaba impaayerichaatti lola oomishuun beekkamu ajandaa waraana inni dhaluun  barootaf lubbuun dargaggoota gama kibbaa hedduu nyaatamte. Keessahuu dargaggeessi Oromoo lola wikkilinnaa (proxy war) gama sanatti dhalatu keessatti hirmaachun aarsaa guddaa kaaffale. Waraanni dhalatu kamuu xiqqaattus dantaa wayii of keessaa qaba. Dargaggeessi Oromoo garuu tola dinaaf diinasaan loluu keessatti aarsaa hin barbaachifne kaffalaa har'a gahe.

Kana jechuun Sabni guddaan kun akka meeshaatti lola ka'uumsaf galiisaa hin beekne irratti hirmaachuu hin qabu jechuu dha. Dhiigni Oromoo kan dhangala'u dhimma Oromoo qofaaf ta'uu qaba.

Oromoon ergamaa ta'ee lola isa hin ilaallanne hunda irratti hirmaachurra humna jabaa garee lamaanuu akka isatti dhufanii isa kadhatan gochuu danda'u (decisive factor) ta'uu gochaan agarsiisuu qaba.
   Lolli Gaanfa Afrikaa kanarratti dhalatu kamuu kan dantaa Oromootti bu'uu hin sodaatuf murtii Ummatichaa barbaadu ta'uu akka qabu gochuu danda'uu qaba. Humna sirna cunqursaa kamuu jijjiruu ykn diiguu danda'u, akkasuma humna biyyaa fi sirna nagaaf tasgabbii qabu ijaaruu danda'u akkasuma humna nagaaf tasgabbii gaanfa Afrikaaf murteessaa ta'e ta'uu hubachuu qaba.

Waraana Godina Gaanfa afrikaa jeequf deemu kana humni dhaabuf tasgabbeessuu danda'u humna Oromoo qofa ta'uu Addunyaatti agarsiisun dirqama. Nagaaf Tasgabbiin Oromiyaa keessa yoo jiraate qofa Impaayera Ethiopias ta'ee Gaanfa Afrikaatti nagaan dhufa. Humni alaa Gaanfa Afrikaa kana irratti nagaaf tasgabbii fiduu barbaadus  nu ergatee odoo hin taane nu waliin ta'ee ta'uu qaba.
Kanaaf bifa kamiinuu Diinni keenya yeroo dogoggora raawwatu (ykn wal-lolu), gidduu galanii sirreessuf yeroo ofii gubuurra dhimma keessoo ofii irratti calleensan hojjechuutu murteessa dha.

    Carraaf balaa wal dhaba diinaa xinxaalun humna jabaaf murteessaa ta'uuf hojjechuu feesisa. Hiree argame hundaan Qumaara taphachuurraa gara Humna Keessoo ofii Jabeessuu (Internal Consolidation)tti ce'uu gaafata.
    
    Gara Kaabatii humni murteessan nuti Qabnu tokkichi waraana mataa Daabee  Zoonii kaabaa jiru qofa !
K/Abiyyi Maraate 🤣
Murni shiftaa PP Waraana koorii 2 Lixa Tigiraayirra buqqeesse Lixa biyyitti Naannoo Asoosatti qubsiisee Dahannoo qotachaa jirti.

Gama birootiin ammoo hedduu kan itti Abdatee ture Dirooniin Akanjii /BayrKiter/Sudaan keessatti Rukatamee kufuun Naasuu hamaa qehee PP goolaa jira.

Itti muddii boo