Kello Media
1.41K subscribers
852 photos
113 videos
22 files
50 links
Alagarraa bilisummaa kajeeluu osoo hin taane, qawwee qofaan hadheeffatanii loluutu bilisa nu baasa!
Download Telegram
Galaana Diimaa deebifachuu dura qaamoota Oromiyaa kan turan kan akka Finfinnee, Matakkal, Dirre Dawaa, Walloo fi Moyaalee Oromiyaa jalatti deebifachuutu dursa!

Kanaaf dhaloonni waan isa hin ilaallannetti waree-gamuu kaffaluu hin qabu jennee falmina. Waan falmannu beeknaan waan dhabne falminee deebifanna. Dire Dawaan qaama Oromiyati jechuun jechaan qofa osoo hin taane gochaan kan bu'uura seeraa hordofe ta'ee argamuuti qaba. Finfinneen kan Oromooti jechuun jechaan qofa osoo hin taane bu'uura seeraatiin mirkanaa'ee agarsiifamuuti qaba. Walloo, Matakkaa fi kkkfn illee akkas ta'uuti qaba. Abiy Dirre Dawaan qabeenya Oromooti waan jedhe qofaaf osoo hin taane dubbiin sun dhugaa ta'ee seeraan yoo tumfame qofaadha. Hanga seera qabeessummaan isaa mallattaa'ee Oromiyaa jalatti hin bulletti Finfinnee, Dire Dawaa, Walloo, Matakkal, fi Moyaaleen kan alagaati. Kan godhachuuf immoo dula alagaa duuluu irra duula isa kan keetii, isa si jalatti hafe sanaaf duuli, Asab deebifachuun dura Finfinnee, Dirree, Moyaalee, Matakkalii fi Walloo deebifadhu. Kanaa alatti ajandaa garboomfataa baattee iyyaa hin ooliin!
Oromoon impaayera maqaa isaan saba biroo irratti ijaaramus ta'e; impaayera isarratti ijaaramee Oromummaa fi Oromiyaa ballee-ss-uuf wixxifatu har'as borus hadheeffatee nii morma! Impaayerri diig-ama irra jirtu golga Oromummaatiin Oromiyaa fi saba biroo irratti bayyaannachuu hin qabdu!
Dhaloota Finfinnee, Dirre Dawaa, Matakkal Moyaalee fi Walloo Oromiyaa jalatti hin deebifannetu, Asab deebifachuu qabna, nii duulla, Asab deebifanna, Galaana diimaatti irreeffanna maaloo maaloree jedhee dhiitee dhiichisa. Asabiin eenyuuf deebifta? Warra Finfinnee, Dirre Dawaa, Matakkal, Walloo, fi Moyaalee sirraa fudhateef duultee deebiftaa? Taa! of hin agarreen raafuu lagatti jedhan! Dursa kan keef falmi! Falmii deebifadhu! Finfinneen ati keessatti lafa dhiittee suura ka'aa ooltee galtu kun bu'uura seeraatiin kan ka'e miti. Maqaan qofaan kan qofaadha. Kanaaf isa maqaa qofa ta'e kana gochatti jijjiiri. Bu'uura seeraatiin kan kee taasisi. Waan keessatti dhiichisaa ooltu qofaaf kan kee akka hin taane liqimsi. Utuu taa'aa hin qabaatiin teessoo hin barbaadiin! Kee ormatu irraa nyaatee ofirratti deebifata. Ati immoo utuu kan kee hin deebifatiin qe'ee namaa deemuuf cidha garboomfataa dhiichifta. Ajandaa garboomfataa galagalchitee dubbisuun ofiis joonjessitee saba mataa hiita. Maraammartoo keessaa bahii kan kee irratti xiyyeeffadhu jechuun dhaamsa kooti!
Shira Diinaa Saxiluun Itti Fufa

Kibba lixa shaggar Aanaa sadeen sooddotti kaabinoonni Hojii basaasummaan Firaa fi Gosaan wal  ijaaruun sochii WBO ooltee bultee isaa fi QBO dura dhaabbachuun WBO Fi uummata walitti buusuuf sochii garaagaraa adda durummaan hojjachaa jiran.

Kaabinonni SHAGGAR CITY Ta'uun Hojii Diinummaatti Jiran Keessaa

1ffaa. Hubannaa Obsee - Ganda goda duula.
2ffaa  Asaffaa Lammeessa - Ganda duula
3ffaa. Gosayee Birmajii - Ganda adaadi horoo
4ffaa. Nagash Taammiruu - Ganda Tolee Balakasi .
5ffaa. Wandimu Bonsa - Ganda Tolee Baalakasi
6ffaa. Nagaasa Taaddaala - Ganda  Ibbayyoo muudanaa
7fffaa. Adaana Abarraa - Lakkuu
shaggar city keessa taa'un adda dureedhan shira QBO irratti Bulchaa aanaa sadan sooddoo Warqinaa Waliin xaxaa kan jiran yoo ta'u.

Aanaa sadeen sooddoo kan jiran immoo

1ffaa Roobii caalaa -ganda tolee daalootaa.
2ffaa Hirphasa mazaagiya - ganda Tolee daalootaa
3ffaa Taarraqaa Tasfayee - ganda tolee daalootaa.
4ffaa Baacaa Tashooma - ganda algaa
wasarbii.
5ffaa Alamuu Tulluu Fi Biifaa Tulluu - ganda tolee baallakasi
6ffaa Malaaku Indaalaa -ganda Qanyiiraa labuu ....Qomcee
6ffaa Mulee Tasfaayee - ganda Eebisa Lakkuu yoo ta'an Uummata Aanaa sadeen sooddoo uummata hojii isaa malee shira siyaasaa hin beekne siyaasatti galchanii ficcisiisuu fi halkanii guyyaa dhama'aa akka jiran qabatamaan barre jirra.

Kanaaf hawaasi keenya hojii kaadiren gara isheef jecha itti jirtu balfuun hojii idilee keessanitti akka fulleeffattan isiniif dhaamna.

Oromiyaan Biyya

WBOn Haa Waaru

IUOf
Zoonii Giddu Galaatti Birgeedichi Barii barraaqaan iyyisisee irraa hikaa jira.

Milkeessi Waaq
Sadaasa 9 Guyyaa Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG  Kan ol Kaasne Leellisnuf Dhiiga Qaroo Of-Biraa Dhabne Kanatu Nu Dura Deeme Nu Maraaraf

===============================

Maqaa Qaroo ilmaan Oromoo 141 mormiin Sadaasa dhooyee as Wayyaaneen ajjeefamaniiti keessaa hanga tokko๐Ÿ˜ž

Name                                Location
1. Gezahegn Oliqa....Welega...Horoguduru
2. Gutu Abera Deresa.....W.Welega..Guliso
3. Karasa Chala.....W. Welega....Guliso
4. Debala Tafa Robi..... N. Shewa....Fiche
5. Dejene Serbesa......W.Shewa...Tole
6. Mifta Juneydi Bushira.....W.Hararghe...Badano Furda
7. Murad Abdi..... โ€ฆโ€ฆ.E.Hararghe, Haromaya
8. Lucha Gamachu......W. Walaga...Inango
9. Ayana Banti..............W. Walaga...Inango
10. Tafari Dhangia.........E. Walaga.Jimarjo
11. Dame Dabali............W. Walaga..Maqnajo
12. Gamachis Tilahun....W. Walaga..Najo
13. Tilahun Mulata.........W. Walaga.D/Dolo
14. Kano Tola.................E. Waolaga..Gabate
15. Ebisa Tucho.............E.Walaga...Fincha
16. Alazar Kalbesa.........W. welega
17. Bekele Soboka........ W. Shawa...Mugar
18. Bekele Seifu.............W. Shawa...Mugar
19. Chala Tashoma........W. Shawa...Babicha
20. Abdeta Bayisa.........W. Shawa...Babicha
21. Dule.........................W. Shawa...Gedo
22. Tamene Tsegaye...........W. Shawa...Gedo
23. Daraje Gadisa..........W. Shawa....Gedo
24. Fikadu Girma...........W. Shawa....Gedo
25 . Ulfata Chimdi...........W. Shawa...Ambo
26. Girma Ragasa..........W. Shawa...Ambo
27. Lamesa Fayisa........W. Shawa...Ambo
28. Chalchisa Gonfa.....W. Shawa...Asgori
29 .Bilbila Lalisa.............W. Shoa..Asgori
30. Debela Tafa............N.Shawa...Chancho
31. Diso Milkesa...........SW. Shawaa...Ilfata
32. Yalaw Damise.........SW.Shawa..Ilfata
33. Abebe Bulo.............SW.Shawa...Waliso
34. Tade Sefera............SW.Shawa...Amaya
35. Solomon Mogos.....SW.Shawa...Amaya
36. Lencho Hundara.....SW.Shwaa...Waliso
37. Sarbesa Sirnesa.....SW.Shawa...Citu
38. Ayana Rikita...........SW.Shawa..Waliso
39. Wako Moroda.........SW.Shawa..Waliso
40. Habtamu Tsagaye..SW.Shawa..Waliso
41. Tariku Asefa............SW.Shawa..Waliso
42. Boru Gutama...........SW.Shawa..Amaya
43. Inawagaw Hayilu....W.Shawa..Gindabrat
44. Abdeta Lata...........W.Shawa..Gindabrat
45. Bayisa Gedafa.......W.Shawa..Gindabrat
46. Tadesa Dhaba.......W.Shoa..Gindabrat
47. Kabade Tafa...........W.Shawa..Gindabrat
48. Tadese Tsige.........W.shawa....Gindabrat
49. Tadese Dhaba.......W.Shawa..Gindabrat
50. Biranu Hayilu.........W.Shawa..Gindabrat
51. Tadese Abdisa.......W.Shawa..Wanchi
52. Kebede Tadesa......W.Shawa..wanchi
53. Daraje Warkine........W.Shawa..Wanchi
54. Sirnesa Sarbesa......W.Shawa..Wanchi
55. Tashale Irgesa.........W.Shawa..wanchi
56. Aschalo Worku........W.Shawa..Ginchi
57. Seifu Tura................W.Shawa...Ginchi
58. Zarihun..NA.............W.Ginchi
59. Gelane Bekana.........W.Shawa....Chitu
60. Ashenafi .....NA........W.shawa...Ginchi
61. Dinka Chala..............W.Shawa...Ginchi
62. Tsagaye Abara.........W.Shawa..Jaldu
63. Tadasa Jambare......W.Shawa...Jaldu
64. Baqalaa Ragasa......W.Shawa.. Jaldu
65. Biranu Bajiga...........W.Shawa....Jaldu
66. Chaltu Tadesa.........W.Shawa....Jaldu
67. Dajane Bayisa..........W.Shawa....Jaldu
68. Nato Guluma............W.Shawa....Jaldu
69. Magarsa Baji............W.Shawa....Jaldu
70. Bekele Tumsa...........W.Shawa...Jaldu
71. Abeba Gabisa...........W.Shawa....Jaldu
72. Huseen Dula.............W.Arsi...Hadaba
73. Misra Haji Nabo.........W.Arsi...Dodola
74. Nasredin Mohamed...W.Arsi..Hadaba
75. Awel Ibrahim.....W.Arsi....Hadaba
76. Tolasa Lelisa...Welega....Horoguduru...Watiyo
77. Birhanu Dinka...W.Shewa...Wanchi
78. Ababa Gabisa...W. Shewa...Dandi..Galesa
79. Murata Alemu...Sululta
80. Meserat Dinka...... Welega...Lalo Qile
81. Tilahun Gemechis...Welega....Najo
82. Merete Alemu Gutema...Sululta
83. Adunya Ireso...... Welega... Alibo
84. Izaddin......W.Hararghe...chiro
85. Alazar kelbesa...W. Welega...Inango
86. Zewdu Siyum...W. Shewa...Adeaberga...Mugar
87. Hora Banti Irena....Ilu Ababor...Gachi
88. Abbas Abduraman....W.Hararghe...Mesela
89. Feyisa Dadhi...W. Shewa...Mugar
90. Chala Mohammed Ahmed...E.Hararghe....Haromaya
91. Bari Seid Ali...W. Hararghe...Mesela
92. Soboka Dilgasu...W. Shewa...Midekign
93. Fahmi Abduraman...Hararghe...Calanko
94. Abdata Olansa...W. Shewa...Ambo
95. Lenco Dinkesa....W. Shewa...Wadesa
96. Abdalla Muhamad Ibro...W. Hararge...Asabot
97. Biruk(Tolasa) Dhufera...W.Shewa...AbunaGindabarat
98. Abdellaa Mohamed.....W.Hararghe...Mieso
99. Yasino Abdalla Ali....W.Hararghe...Mieso
100. Abdala Hasan ...... W.Hararge...Mieso
101. Musa Hasan....W.Hararge....Miesso...sodoma
102. Abdulhakim....W. Hararghe...Mieso..buri
103. Ahmad...W.Hararghe...Mieso...Anano
104. Adam Abdala Ali ...W.Hararghe...Mieso
105. Mohammed Nama...W.Hararghe...Miesso
106. Shelema Teresa...Welega...Jimarare...Goban
107. Muhamad Adem Roba...W.Hararghe...Asabot...Wajaji
108. Birhanu Gadisa...W.Shewa...Wadesa
109. Usmail Sufyan Adem...W.Hararghe...Doba
110. Abeba Lata....W.Shewa...Jibat...Shanan
111. Zerihun Jirenya Beyene......E. Welega.... Arjo Gudetu
112. Gabayyoo Amsalu โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆW/Shewa, Bakkoo Tibbee
113.  Tahir Abdu โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ. โ€ฆ..In Arsi,Qadiir
114.  Barihunu Shibiruu โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆW/Shewa, Iluu Galaan,Ijaji
115.  Abara Dhabaaโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆS/W/ Shewa,Qarsa Mallima, Habebe
116.  Ishetu Fedhessaโ€ฆโ€ฆโ€ฆ.. โ€ฆW/Wallega,Canqaa
117.  Almazi Guddata โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆW/Wallega,Canqaa
118. Labata dinkessa โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ...W/Shewa,Ambo
119. Bari Said Aliyyi โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ..W/Harargee,Masala
119.  Awayi Aliyyi โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆW/Arsi,Adaba
120.  Chala Ahmed โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆHararge,Haromaya
121. Addisu Tarikuโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ.E/Wallega,,Arjo guddatu
122.  Zerihun Jirenyaโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ..E/Wallega, Arjo Guddatu
123. Dirriba Balacho โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ.S/W/Shewa,Tole Abebe
124. Kuma Lebjisa โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ.S/W/Shewa,Tole Abebe
125. Dadhii Kumsaโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ..S/W/Shewa,Tole Abebe
126. Bekele................................W/shawaa,Dandii
127. Raggaasaa Caalaaโ€ฆโ€ฆ.........W/Shewa,Gincii
128.  Alaminaa Mangashaa โ€ฆโ€ฆโ€ฆW/Shawa,Ilfataa goso mika'elitii
129 Gabayyo โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ...โ€ฆE/Wallega,Sasigaa
130. Alamigana Tashomaโ€ฆโ€ฆโ€ฆ. W/Shewa,Ambo, Biloo
131. Toleraa Lelisaa โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆW/S/Shewa,Iluu ,Amdoo Migiraa
132. Darajjee Gonfaaโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆW/Shewa,Jalduu, Bichoti
133. Ifaa Indiris โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ..W/Arsi/Booraa,Deeggaa
134. Shaashoo Firdiisaaโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆE/Wallega,Horroo guduru,Waatiyyo
135. Qananii Fiqaaduuโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ..E/Wallega,Horroo guduru,Waatiyyo
136. Tolosa Dufera Obsina โ€ฆโ€ฆโ€ฆ.W/Shewa,Abune Gindabrat.
137. Badhadha Kabadaโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆW/Shewa,Muger.
138. Yadata Guya โ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ.W/Wallega,Horra Sabbu.
139. Wandimne Wayesaโ€ฆโ€ฆโ€ฆ......W/Wallega,Horra sabbu.
140. Tajir Xaha Adamโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ...E/Hararge,Malkaballo.
141. Magarsa Mohamadโ€ฆโ€ฆโ€ฆโ€ฆ..E/Hararge,Malkaballo.
Injifannoo

H/G/W Aanaa Jimmaa Gannatii ganda Guddattuu gannatii naannoo kamisee jedhamutti Niqiloonni dirmannaa waan kaleessaa sanaaf fiigaa turte namni sadii (3) madoo sagal (9) immoo konkolaataa irraa Kimbil jettee amma hospitaala Shaambuu keessaa caraanaa jirti.

IUOf
Qeellam Wallaggaa Daallee Sadi
=====----========================
"๐๐ž๐ฅ๐ฅ๐ž๐ฆ ๐–๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ ๐ ๐š๐š ๐€๐š๐ง๐š๐š ๐ƒ๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž ๐’๐š๐๐ข๐ข ๐ก๐š๐ง๐ ๐š ๐ก๐š๐ซ'๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง 01/3/2018๐ญ๐ญ๐ข ๐ฆ๐ข๐ข๐ง๐๐š๐š๐ง.๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ก๐ข๐ง ๐ค๐š๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ง๐ž ๐‡๐จ๐ฃ๐ฃ๐ž๐ญ๐š๐š ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐š๐š๐Ÿ.
๐‰๐ข'๐š ๐๐š๐ซ๐›๐ž๐ฌ ๐ ๐š๐š๐Ÿ๐š 8/2/2018 ๐›๐จ๐จ๐๐š ๐ค๐š๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ž ๐ค๐š๐ง ๐ฃ๐ข'๐š ๐…๐ฎ๐ฅ๐›๐š๐ง๐š๐š๐š ๐ซ๐š๐ค๐ค๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ซ๐ซ๐š.
๐Œ๐š๐š๐ฅ๐จ๐จ ๐ช๐ข๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ง๐ฌ๐š๐ซ๐ซ๐š ๐จ๐จ๐ฅ๐œ๐ก๐ข ๐ฌ๐š๐ ๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ญ๐š๐ก๐ข"
โค1
Jiddu gala marsan michuuwwan koo galaa baatu,๐Ÿค—

Beegii hanga nyamariitti wal tarree yaatuu!โœŒ๏ธ๐Ÿ’

โ€œBiiftuu baate fafakkaattuuโ€๐Ÿฅฐ

Mogor irraa marsan michuuwwan koo dhaqaa laalaa,๐Ÿ˜

Boosatii hanga sololootti itti naa dhaamaa!๐Ÿ‘Œโค

Aarsaan dhuftanii โ€œGALATOOMAA!!โ€โค๐Ÿ’šโค
Ergaa dargaggeessi naato qabeessi tokko dhibee balaafamaa kaanserii sammuun qabamee hiriyoonni fi maatiin isaa dhiphina hamaa keessa jiru jedhu tokko irra deddeebiin karaa ergaa keessoo na qaqqabaa turuu ammuman seenee arge. Ani akka tasaa online irra hin turre. Egaa lubbuu dargaggoo kanaa balaa irra hambisuun gahee nama hundaati. Lubbuu qaroo kanaa hambisuuf gatii ciree keenya yookan laaqana keenyaa herrega isaa irratti galchuufiin du-a harka isa buufachuu dandeenya!

Itti dabalee guyyaa borii sa'a 2:00 irratti karaa toora facebook live Master Abinet maallaqni walitti guuramaaf jedhamee waan jiruuf, namni hundi yeroo murtaa'eef wal gahee waan deggeruuti qabdan akka deggertan kabajaaf jaalalaan isin gaafadha!

Abraham Bacha Regasa
1000055969985 COOP
Abraham Bacha Regasa
1478361200001 OIB
Abraham Bacha Regasa
O13200887216300 Awash
Abraham Bacha Regasa
1000531215404 CBE
Walta'iinsi biyyoota Galaana Diimaa Masrii fi Sa'ud Arabiyaan ijaaraaman kan 'Red Wave 8' jedhamuu fi hirmaannaa biyyoota biroo afurii qabu shaakala waraanaa galaanaa waloon eegalan.

Shaakalli waloo kun humnoota galaanaa Masrii, Sa'udii, Joordaan, Sudaan, Yaman fi Jibuutii irraa hirmaataniin kaleessa eegaluu isaa dubbi-himaan waraana Masrii beeksisuu miidiyaan biyyatti Ahram online gabaasera.

Faarsee bulaan galaanaa diimaa buuna jedhu kana quba qabaa laata ๐Ÿ˜
Baalagummaa kana laalaa mee! Bunni Oromoo biratti wayyuudha.

Asheeta bunaa kana fakkaatu gaaza raphanii gubuu dhiisii, isa uumamaan mukarraa lafatti kufeeyyuu irra ejjachuun safuudha.
Gaafa joollee ooyruu bunaa keessa yoo deemnu firii lafatti agarru guuruu dhabne irra ejjannaan ni garafamne ture.

Addaggeen garuu safuu hin beektu. Buna qonnaan bulaan itti dafqe, yennaa guduunfatee gabayaa geessuuf deemu karaatti eegdee irraa fuutee lafatti jigsitee gaaza itti facaaftee gubdi.
Sanuummoo saalfii malee waajjirri kominikeeshinii maxxansa!

Laalaa mee bunni milishaan โ€˜daldala seeraa alaaโ€™ jettee qabde  tun kiiloo kudhan hin caaltu. Waanuma wonnaan bulaan ykn haati warraa gabaa geessitee gurgurtee soogidda itti bitattuudha.

Imimmaan ummata kanaa isinuma gubuuf taaโ€™a.
โค2
Dhimmi Icciti J/Geetachoo Guddiinaa Naanno B/Gumuziitti Kaampi Waraanaa Haaraa Banee Leenjif Itti Jiru Saxilamee.

Kaampi haaraan nama kuma 10n simate keenjisu danda'uu Naanno B/Gumuz aanaa Mangee naanno laga Dabbuus irratti Baasi Arab Emirates dhaan ijaarame akka xumuramee jiru iccitin gola diinaa nu dhaqabee jira.

Kaampi leenji waraanaa kana kan hogganuu J/Geetacho Guddiinaa yoo ta'u leenjifamtooni K10 kun ammoo kan dhufan dargaggoota Sudan kan loltoota RSF illee akka dabalatu keessa beektoni ni dubbaatu.
Kunimmoo kan agarsiisu K/Abiyyi Sudan'nis loluuf akka karoora qabu dha jedhu keessa beektoni.
โค1
Faannoon ergama kan fudhattu 4Kiloo Irraati kan jennuuf kanaaf.

Gareen abbooti amantii dhimma dhumaati nama nagaa naannoo Arsiiti dhumatan qorachuuf bobbaa'e ibsa dhengadda kennaanin rakkoo sana guutummaati kan rawwaate faannoo dha jedhanii wan dhiyeessanif qaama motummaa irraa dararri cimaan irra gahaa abbootin amantii kun himachaa jiraachu jiru.

Akka gareen qorannoo yakkaa abbooti amantaa kun jedhaniitti taate badii sanaa kan rawwaate shanee jettan cimsitan ibsa keessan keessatti dubbachuu diddaan kanaaf dogoggora qabna jedhaati ibsa dabalataa midiyaaf kennaa yeroo jedhamanitti garee haaraa hundeessa ergadha malee nun lamuu ibsaa hin laannu jechun dura dhaabbatani jiru.

Kanaaf sababi dhugaa jiru dubbanneef rakkoo nurra gahaa jiru hawaasi keenyalle nuf baruu qaba jechuun dubbatnii jiru.