WBOn aanaa Boojjii Coqorsaa keessatti diina adabuu qawwee irraa hiike
ONM-ABO | Fulbaana 19,2025
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Lixaa godina Lixa Wallaggaa aanaa Boojjii Coqorsaa bulchiinsa magaalaa Fiigaa keessatti tarkaanfii waraana faashistii PP irratti harโa Fulbaana 19 fudhateen waraana diinaa hedduu duโaa fi madoon adabee jira.
Tarkaanfii laalessaa kanaanis qawwee AKM 13, rasaasa 3000, uffata fi qophii waraanaa irraa hiikuun galii mooraa qabsoo bilisummaa Oromoof oolchee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!

๐3
Gubaan aadaa Kuushota hundaati. Ibsaa qabsiisanii ittiin birraa simachuun kiristaanummaa dura waggaa dheeraaf shaakalamaa ture. Masqaliin bade jedhame kan argame baatii Caamsaa keessa. Garuu ayyaana gubaa Kuushotaan walirra oolchuuf gara Fulbaanaatti as butanii akka kabajan hayyichi Birruu Tsaggaayee barreessee ture.
Ayyaanota walitti harkifaman:
Gubaa - Masaqala
Taaboree - Dabirataabor
Booranticha - Lidataa
Sirna ayyaanni gubaa Oromoo biratti itti kabajamuu fi Ortodoksiin itti kabaju yoo ilaalles baay'ee walirraa fagaata. Oromoon sirna guutuun kabaja. Fakkeenyaaf akka naannoo ani itti dhaladheetti guyyaa gubaa,
1) Mukti damaraa bakkanniisaa fi laaftoodha. Muka kana dallaa qe'ee, dallaa loonii fi cichaa gubbaatti damaru.
2) Mana ni haru, daaraa geemmii jalaa qulqulleessu. Dallaa loonii haaraa ijaaru.
3) waatiin haadha jala oolti. Horiin kaloo keessa oolti. Manaa dhangaan akka addaatti qopheeffama. Ancootee, marqaa, foon, booka . . . Dhangaan ni daddarbatama, bookni ni dhibaafatama. Nyaanni quufamee maaddiin guutuu ta'ee buluu qaba. Masqalaa fi galgalli waakkii hinqabu.
4) Sirbi masqalaa torban lamaaf sirbama. Dibbeen qarree gubbaa halkan halkan durbi rukuttu onnee jaalalaa dargaggeessa keessa bulcha. Gammachuu fi aaragalfii guddaadha.
5) Galgalli damaraa, gubaan ganama. Gubaa galgalaa hawaasi hin beeku.
6) Simbirri masqalaa waggaatti takkaa dhuftee daaraa gubbaatti mul'atti. Simbirri masqalaa yoo mul'achuu didde ni hooddatama.
7) Duudhaan kunneen Ortodoksii biratti baay'ee hin beekamu. Ayyaanichi waanuma Ortodoksiin aantummaa qabaataa tureef booda keessa abbummaa ayyaana kanaa adda dhuunfate yoo ta'e malee ayyaanichi kan Kuushotaati.

Dhaamsa ariifachiisaa akka sin galle WBO.
gantoonni garee jaal baajaajii jedhamuun of waamtu kan duraan shurrubbee waliin turte aanaa guduruu keessa turte amma 3f sadiin magaalaa shaambuu keessaa bahani humna ibsaa darbaniru sa'aatii lama irraatti gara aanaa horroo bakka eengadda dhumtetti deemaa jirti naannoo gitiloo geesseetti milshoota dheengadda leenjii bahani fuutee deemaa jirti hordoofi.
Dhahi jalaa

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gaafa bakakkichi bu'uu eegalu kan qabdee dhiistu wallaluurraa atiis bakka jirtuutti qophiin ta'i.
โค2
Oromoon Hanga Yoomitti Itoophiyaa Suphuuf Dhumaa?
Kan faandoon akkas lafarra gangalchiite ittin dhadattu kun harkii caaluu Oromoo dha jedhamaa jira. Kan irraa hafee ijoolle kibbaati.
Wan galata hin qabneef aarsaa hin kaffaliin.

โค4๐ฅ1
W30'n Zoonii Lixaa Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Daarimuu fi Aalgee Saachiitti hedduu ajjeesee 9 harkaan qabeera๐ช
IUOf
IUOf
โค2
Akka qabsoon Bilisummaa Oromoo eeyyamu fi akeekutti malee, akka lukkeen garboomfataa jettutti nagaan dhufu gonkumaa hin jiraatu! Naga booressitoonni nagaa buusanii hin beekan!
โค2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
~Biyya Tokko
~Afaan Tokko
~Amantii Tokko
Impayeera Itoophiyaa jala hiriirra waarri jettan kanaaf deebi akkam qabduu ?
Moo akkuma Warebeessaa "Kan garaa malee kan maqaa yoomi na dhibee" dha.

Injifannoo
Birgeedii Uurjii Lixaa
Qellem Wallaggaa Aanaa Hawwaa Galaan Magaalaa Fiinchootti Birreenii irraa
luqqisuun
Waaqa Diimaa Argisiisee.
Bireenicha irraa luqqises
"Uurjii Lixaa" Jedhee moggaseera.
"Birgeediin Uurjii Lixaa : Akka Leenji'etti Lolaa Akkuma Loluttis Leenji'a!"

โค4
Galaana Diimaa deebifachuu dura qaamoota Oromiyaa kan turan kan akka Finfinnee, Matakkal, Dirre Dawaa, Walloo fi Moyaalee Oromiyaa jalatti deebifachuutu dursa!
Kanaaf dhaloonni waan isa hin ilaallannetti waree-gamuu kaffaluu hin qabu jennee falmina. Waan falmannu beeknaan waan dhabne falminee deebifanna. Dire Dawaan qaama Oromiyati jechuun jechaan qofa osoo hin taane gochaan kan bu'uura seeraa hordofe ta'ee argamuuti qaba. Finfinneen kan Oromooti jechuun jechaan qofa osoo hin taane bu'uura seeraatiin mirkanaa'ee agarsiifamuuti qaba. Walloo, Matakkaa fi kkkfn illee akkas ta'uuti qaba. Abiy Dirre Dawaan qabeenya Oromooti waan jedhe qofaaf osoo hin taane dubbiin sun dhugaa ta'ee seeraan yoo tumfame qofaadha. Hanga seera qabeessummaan isaa mallattaa'ee Oromiyaa jalatti hin bulletti Finfinnee, Dire Dawaa, Walloo, Matakkal, fi Moyaaleen kan alagaati. Kan godhachuuf immoo dula alagaa duuluu irra duula isa kan keetii, isa si jalatti hafe sanaaf duuli, Asab deebifachuun dura Finfinnee, Dirree, Moyaalee, Matakkalii fi Walloo deebifadhu. Kanaa alatti ajandaa garboomfataa baattee iyyaa hin ooliin!

Oromoon impaayera maqaa isaan saba biroo irratti ijaaramus ta'e; impaayera isarratti ijaaramee Oromummaa fi Oromiyaa ballee-ss-uuf wixxifatu har'as borus hadheeffatee nii morma! Impaayerri diig-ama irra jirtu golga Oromummaatiin Oromiyaa fi saba biroo irratti bayyaannachuu hin qabdu!
Dhaloota Finfinnee, Dirre Dawaa, Matakkal Moyaalee fi Walloo Oromiyaa jalatti hin deebifannetu, Asab deebifachuu qabna, nii duulla, Asab deebifanna, Galaana diimaatti irreeffanna maaloo maaloree jedhee dhiitee dhiichisa. Asabiin eenyuuf deebifta? Warra Finfinnee, Dirre Dawaa, Matakkal, Walloo, fi Moyaalee sirraa fudhateef duultee deebiftaa? Taa! of hin agarreen raafuu lagatti jedhan! Dursa kan keef falmi! Falmii deebifadhu! Finfinneen ati keessatti lafa dhiittee suura ka'aa ooltee galtu kun bu'uura seeraatiin kan ka'e miti. Maqaan qofaan kan qofaadha. Kanaaf isa maqaa qofa ta'e kana gochatti jijjiiri. Bu'uura seeraatiin kan kee taasisi. Waan keessatti dhiichisaa ooltu qofaaf kan kee akka hin taane liqimsi. Utuu taa'aa hin qabaatiin teessoo hin barbaadiin! Kee ormatu irraa nyaatee ofirratti deebifata. Ati immoo utuu kan kee hin deebifatiin qe'ee namaa deemuuf cidha garboomfataa dhiichifta. Ajandaa garboomfataa galagalchitee dubbisuun ofiis joonjessitee saba mataa hiita. Maraammartoo keessaa bahii kan kee irratti xiyyeeffadhu jechuun dhaamsa kooti!
Shira Diinaa Saxiluun Itti Fufa
Kibba lixa shaggar Aanaa sadeen sooddotti kaabinoonni Hojii basaasummaan Firaa fi Gosaan wal ijaaruun sochii WBO ooltee bultee isaa fi QBO dura dhaabbachuun WBO Fi uummata walitti buusuuf sochii garaagaraa adda durummaan hojjachaa jiran.
Kaabinonni SHAGGAR CITY Ta'uun Hojii Diinummaatti Jiran Keessaa
1ffaa. Hubannaa Obsee - Ganda goda duula.
2ffaa Asaffaa Lammeessa - Ganda duula
3ffaa. Gosayee Birmajii - Ganda adaadi horoo
4ffaa. Nagash Taammiruu - Ganda Tolee Balakasi .
5ffaa. Wandimu Bonsa - Ganda Tolee Baalakasi
6ffaa. Nagaasa Taaddaala - Ganda Ibbayyoo muudanaa
7fffaa. Adaana Abarraa - Lakkuu
shaggar city keessa taa'un adda dureedhan shira QBO irratti Bulchaa aanaa sadan sooddoo Warqinaa Waliin xaxaa kan jiran yoo ta'u.
Aanaa sadeen sooddoo kan jiran immoo
1ffaa Roobii caalaa -ganda tolee daalootaa.
2ffaa Hirphasa mazaagiya - ganda Tolee daalootaa
3ffaa Taarraqaa Tasfayee - ganda tolee daalootaa.
4ffaa Baacaa Tashooma - ganda algaa
wasarbii.
5ffaa Alamuu Tulluu Fi Biifaa Tulluu - ganda tolee baallakasi
6ffaa Malaaku Indaalaa -ganda Qanyiiraa labuu ....Qomcee
6ffaa Mulee Tasfaayee - ganda Eebisa Lakkuu yoo ta'an Uummata Aanaa sadeen sooddoo uummata hojii isaa malee shira siyaasaa hin beekne siyaasatti galchanii ficcisiisuu fi halkanii guyyaa dhama'aa akka jiran qabatamaan barre jirra.
Kanaaf hawaasi keenya hojii kaadiren gara isheef jecha itti jirtu balfuun hojii idilee keessanitti akka fulleeffattan isiniif dhaamna.
Oromiyaan Biyya
WBOn Haa Waaru

Zoonii Giddu Galaatti Birgeedichi Barii barraaqaan iyyisisee irraa hikaa jira.
Milkeessi Waaq
Milkeessi Waaq
Sadaasa 9 Guyyaa Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG Kan ol Kaasne Leellisnuf Dhiiga Qaroo Of-Biraa Dhabne Kanatu Nu Dura Deeme Nu Maraaraf
===============================
Maqaa Qaroo ilmaan Oromoo 141 mormiin Sadaasa dhooyee as Wayyaaneen ajjeefamaniiti keessaa hanga tokko๐
Name Location
1. Gezahegn Oliqa....Welega...Horoguduru
2. Gutu Abera Deresa.....W.Welega..Guliso
3. Karasa Chala.....W. Welega....Guliso
4. Debala Tafa Robi..... N. Shewa....Fiche
5. Dejene Serbesa......W.Shewa...Tole
6. Mifta Juneydi Bushira.....W.Hararghe...Badano Furda
7. Murad Abdi..... โฆโฆ.E.Hararghe, Haromaya
8. Lucha Gamachu......W. Walaga...Inango
9. Ayana Banti..............W. Walaga...Inango
10. Tafari Dhangia.........E. Walaga.Jimarjo
11. Dame Dabali............W. Walaga..Maqnajo
12. Gamachis Tilahun....W. Walaga..Najo
13. Tilahun Mulata.........W. Walaga.D/Dolo
14. Kano Tola.................E. Waolaga..Gabate
15. Ebisa Tucho.............E.Walaga...Fincha
16. Alazar Kalbesa.........W. welega
17. Bekele Soboka........ W. Shawa...Mugar
18. Bekele Seifu.............W. Shawa...Mugar
19. Chala Tashoma........W. Shawa...Babicha
20. Abdeta Bayisa.........W. Shawa...Babicha
21. Dule.........................W. Shawa...Gedo
22. Tamene Tsegaye...........W. Shawa...Gedo
23. Daraje Gadisa..........W. Shawa....Gedo
24. Fikadu Girma...........W. Shawa....Gedo
25 . Ulfata Chimdi...........W. Shawa...Ambo
26. Girma Ragasa..........W. Shawa...Ambo
27. Lamesa Fayisa........W. Shawa...Ambo
28. Chalchisa Gonfa.....W. Shawa...Asgori
29 .Bilbila Lalisa.............W. Shoa..Asgori
30. Debela Tafa............N.Shawa...Chancho
31. Diso Milkesa...........SW. Shawaa...Ilfata
32. Yalaw Damise.........SW.Shawa..Ilfata
33. Abebe Bulo.............SW.Shawa...Waliso
34. Tade Sefera............SW.Shawa...Amaya
35. Solomon Mogos.....SW.Shawa...Amaya
36. Lencho Hundara.....SW.Shwaa...Waliso
37. Sarbesa Sirnesa.....SW.Shawa...Citu
38. Ayana Rikita...........SW.Shawa..Waliso
39. Wako Moroda.........SW.Shawa..Waliso
40. Habtamu Tsagaye..SW.Shawa..Waliso
41. Tariku Asefa............SW.Shawa..Waliso
42. Boru Gutama...........SW.Shawa..Amaya
43. Inawagaw Hayilu....W.Shawa..Gindabrat
44. Abdeta Lata...........W.Shawa..Gindabrat
45. Bayisa Gedafa.......W.Shawa..Gindabrat
46. Tadesa Dhaba.......W.Shoa..Gindabrat
47. Kabade Tafa...........W.Shawa..Gindabrat
48. Tadese Tsige.........W.shawa....Gindabrat
49. Tadese Dhaba.......W.Shawa..Gindabrat
50. Biranu Hayilu.........W.Shawa..Gindabrat
51. Tadese Abdisa.......W.Shawa..Wanchi
52. Kebede Tadesa......W.Shawa..wanchi
53. Daraje Warkine........W.Shawa..Wanchi
54. Sirnesa Sarbesa......W.Shawa..Wanchi
55. Tashale Irgesa.........W.Shawa..wanchi
56. Aschalo Worku........W.Shawa..Ginchi
57. Seifu Tura................W.Shawa...Ginchi
58. Zarihun..NA.............W.Ginchi
59. Gelane Bekana.........W.Shawa....Chitu
60. Ashenafi .....NA........W.shawa...Ginchi
61. Dinka Chala..............W.Shawa...Ginchi
62. Tsagaye Abara.........W.Shawa..Jaldu
63. Tadasa Jambare......W.Shawa...Jaldu
64. Baqalaa Ragasa......W.Shawa.. Jaldu
65. Biranu Bajiga...........W.Shawa....Jaldu
66. Chaltu Tadesa.........W.Shawa....Jaldu
67. Dajane Bayisa..........W.Shawa....Jaldu
68. Nato Guluma............W.Shawa....Jaldu
69. Magarsa Baji............W.Shawa....Jaldu
70. Bekele Tumsa...........W.Shawa...Jaldu
71. Abeba Gabisa...........W.Shawa....Jaldu
72. Huseen Dula.............W.Arsi...Hadaba
73. Misra Haji Nabo.........W.Arsi...Dodola
74. Nasredin Mohamed...W.Arsi..Hadaba
75. Awel Ibrahim.....W.Arsi....Hadaba
76. Tolasa Lelisa...Welega....Horoguduru...Watiyo
77. Birhanu Dinka...W.Shewa...Wanchi
78. Ababa Gabisa...W. Shewa...Dandi..Galesa
79. Murata Alemu...Sululta
80. Meserat Dinka...... Welega...Lalo Qile
81. Tilahun Gemechis...Welega....Najo
82. Merete Alemu Gutema...Sululta

83. Adunya Ireso...... Welega... Alibo
84. Izaddin......W.Hararghe...chiro
85. Alazar kelbesa...W. Welega...Inango
86. Zewdu Siyum...W. Shewa...Adeaberga...Mugar
87. Hora Banti Irena....Ilu Ababor...Gachi
88. Abbas Abduraman....W.Hararghe...Mesela
89. Feyisa Dadhi...W. Shewa...Mugar
90. Chala Mohammed Ahmed...E.Hararghe....Haromaya
91. Bari Seid Ali...W. Hararghe...Mesela
92. Soboka Dilgasu...W. Shewa...Midekign
93. Fahmi Abduraman...Hararghe...Calanko
94. Abdata Olansa...W. Shewa...Ambo
95. Lenco Dinkesa....W. Shewa...Wadesa
96. Abdalla Muhamad Ibro...W. Hararge...Asabot
97. Biruk(Tolasa) Dhufera...W.Shewa...AbunaGindabarat
98. Abdellaa Mohamed.....W.Hararghe...Mieso
99. Yasino Abdalla Ali....W.Hararghe...Mieso
100. Abdala Hasan ...... W.Hararge...Mieso
101. Musa Hasan....W.Hararge....Miesso...sodoma
102. Abdulhakim....W. Hararghe...Mieso..buri
103. Ahmad...W.Hararghe...Mieso...Anano
104. Adam Abdala Ali ...W.Hararghe...Mieso
105. Mohammed Nama...W.Hararghe...Miesso
106. Shelema Teresa...Welega...Jimarare...Goban
107. Muhamad Adem Roba...W.Hararghe...Asabot...Wajaji
108. Birhanu Gadisa...W.Shewa...Wadesa
109. Usmail Sufyan Adem...W.Hararghe...Doba
110. Abeba Lata....W.Shewa...Jibat...Shanan
111. Zerihun Jirenya Beyene......E. Welega.... Arjo Gudetu
112. Gabayyoo Amsalu โฆโฆโฆโฆW/Shewa, Bakkoo Tibbee
113. Tahir Abdu โฆโฆโฆโฆโฆ. โฆ..In Arsi,Qadiir
114. Barihunu Shibiruu โฆโฆโฆโฆW/Shewa, Iluu Galaan,Ijaji
115. Abara DhabaaโฆโฆโฆโฆโฆโฆS/W/ Shewa,Qarsa Mallima, Habebe
116. Ishetu Fedhessaโฆโฆโฆ.. โฆW/Wallega,Canqaa
117. Almazi Guddata โฆโฆโฆโฆโฆW/Wallega,Canqaa
118. Labata dinkessa โฆโฆโฆโฆ...W/Shewa,Ambo
119. Bari Said Aliyyi โฆโฆโฆโฆโฆ..W/Harargee,Masala
119. Awayi Aliyyi โฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆW/Arsi,Adaba
120. Chala Ahmed โฆโฆโฆโฆโฆโฆHararge,Haromaya
121. Addisu Tarikuโฆโฆโฆโฆโฆโฆ.E/Wallega,,Arjo guddatu
122. Zerihun Jirenyaโฆโฆโฆโฆโฆ..E/Wallega, Arjo Guddatu
123. Dirriba Balacho โฆโฆโฆโฆโฆ.S/W/Shewa,Tole Abebe
124. Kuma Lebjisa โฆโฆโฆโฆโฆโฆ.S/W/Shewa,Tole Abebe
125. Dadhii Kumsaโฆโฆโฆโฆโฆโฆ..S/W/Shewa,Tole Abebe
126. Bekele................................W/shawaa,Dandii
127. Raggaasaa Caalaaโฆโฆ.........W/Shewa,Gincii
128. Alaminaa Mangashaa โฆโฆโฆW/Shawa,Ilfataa goso mika'elitii
129 Gabayyo โฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆ...โฆE/Wallega,Sasigaa
130. Alamigana Tashomaโฆโฆโฆ. W/Shewa,Ambo, Biloo
131. Toleraa Lelisaa โฆโฆโฆโฆโฆโฆW/S/Shewa,Iluu ,Amdoo Migiraa
132. Darajjee GonfaaโฆโฆโฆโฆโฆโฆW/Shewa,Jalduu, Bichoti
133. Ifaa Indiris โฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆ..W/Arsi/Booraa,Deeggaa
134. Shaashoo FirdiisaaโฆโฆโฆโฆโฆE/Wallega,Horroo guduru,Waatiyyo
135. Qananii Fiqaaduuโฆโฆโฆโฆโฆ..E/Wallega,Horroo guduru,Waatiyyo
136. Tolosa Dufera Obsina โฆโฆโฆ.W/Shewa,Abune Gindabrat.
137. Badhadha KabadaโฆโฆโฆโฆโฆW/Shewa,Muger.
138. Yadata Guya โฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆ.W/Wallega,Horra Sabbu.
139. Wandimne Wayesaโฆโฆโฆ......W/Wallega,Horra sabbu.
140. Tajir Xaha Adamโฆโฆโฆโฆโฆ...E/Hararge,Malkaballo.
141. Magarsa Mohamadโฆโฆโฆโฆ..E/Hararge,Malkaballo.

H/G/W Aanaa Jimmaa Gannatii ganda Guddattuu gannatii naannoo kamisee jedhamutti Niqiloonni dirmannaa waan kaleessaa sanaaf fiigaa turte namni sadii (3) madoo sagal (9) immoo konkolaataa irraa Kimbil jettee amma hospitaala Shaambuu keessaa caraanaa jirti.

Qeellam Wallaggaa Daallee Sadi
=====----========================
"๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ฆ ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐๐ง๐๐ ๐๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข ๐ก๐๐ง๐ ๐ ๐ก๐๐ซ'๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง 01/3/2018๐ญ๐ญ๐ข ๐ฆ๐ข๐ข๐ง๐๐๐๐ง.๐ง๐ฎ๐ฎ๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ค๐๐๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐ง๐ ๐๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐ญ๐๐ ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐๐๐.
๐๐ข'๐ ๐๐๐ซ๐๐๐ฌ ๐ ๐๐๐๐ 8/2/2018 ๐๐จ๐จ๐๐ ๐ค๐๐๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐ ๐ค๐๐ง ๐ฃ๐ข'๐ ๐ ๐ฎ๐ฅ๐๐๐ง๐๐๐ ๐ซ๐๐ค๐ค๐๐ง๐ง๐๐๐ซ๐ซ๐.
๐๐๐๐ฅ๐จ๐จ ๐ช๐ข๐ฅ๐ฅ๐๐๐ง๐ฌ๐๐ซ๐ซ๐ ๐จ๐จ๐ฅ๐๐ก๐ข ๐ฌ๐๐ ๐๐ฅ๐๐ ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ ๐ญ๐๐ก๐ข"

โค1
Jiddu gala marsan michuuwwan koo galaa baatu,๐ค
Beegii hanga nyamariitti wal tarree yaatuu!โ๏ธ๐
โBiiftuu baate fafakkaattuuโ๐ฅฐ
Mogor irraa marsan michuuwwan koo dhaqaa laalaa,๐
Boosatii hanga sololootti itti naa dhaamaa!๐โค
Aarsaan dhuftanii โGALATOOMAA!!โโค๐โค

Ergaa dargaggeessi naato qabeessi tokko dhibee balaafamaa kaanserii sammuun qabamee hiriyoonni fi maatiin isaa dhiphina hamaa keessa jiru jedhu tokko irra deddeebiin karaa ergaa keessoo na qaqqabaa turuu ammuman seenee arge. Ani akka tasaa online irra hin turre. Egaa lubbuu dargaggoo kanaa balaa irra hambisuun gahee nama hundaati. Lubbuu qaroo kanaa hambisuuf gatii ciree keenya yookan laaqana keenyaa herrega isaa irratti galchuufiin du-a harka isa buufachuu dandeenya!
Itti dabalee guyyaa borii sa'a 2:00 irratti karaa toora facebook live Master Abinet maallaqni walitti guuramaaf jedhamee waan jiruuf, namni hundi yeroo murtaa'eef wal gahee waan deggeruuti qabdan akka deggertan kabajaaf jaalalaan isin gaafadha!
Abraham Bacha Regasa
1000055969985 COOP
Abraham Bacha Regasa
1478361200001 OIB
Abraham Bacha Regasa
O13200887216300 Awash
Abraham Bacha Regasa
1000531215404 CBE